Dhaamsa Gaarii
رفتن به کانال در Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
1 780
مشترکین
+224 ساعت
+427 روز
+22030 روز
آرشیو پست ها
1 778
😩 VIIDIYOO GUUTUU YKN KUTAA HAARAA DAAWWACHUU DHABDEE RAKKATTEETTAA?
Rakkoon kee furmaata argateera! VIP Channel keenya irratti viidiyoowwan guutuu isaaniitiin, qulqullina sadarkaa guddaa qabuun dhihaataniiru.
🚀 Ammuma Botii kana tuqii seeni:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 778
🎬 አዳዲስ HD ጥራት ያላቸው ቪዲዮዎችን እና ፊልሞችን መመልከት ይፈልጋሉ?
አጫጭር ቪዲዮዎች፣ ድራማዎች እና በአፋን ኦሮሞ የተተረጎሙ አዳዲስ ክፍሎች ሙሉ በሙሉ፣ ያልተቆራረጡ እና ከማስታወቂያ ነጻ በሆነ መልኩ በቪአይፒ ቻናላችን ላይ ቀርበዋል።
📲 ክፍያዎን ለመፈፀም እና የቪአይፒ ሊንክዎን ወዲያውኑ ለማግኘት ቦታችንን አሁኑኑ ይጫኑ:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 778
🎬 VIIDIYOOWWAN FI FILMIIWWAN HAARAA HD QULQULLINA OLAANAA QABAN DAAWWACHUU BARBAADDAA?
Viidiyoowwan gaggabaaboo, diraamaa fi kutaawwan haaraa Afaan Oromootiin hiikaman guutuu isaanii, kutaatti hin qoodamne fi beeksisa nuffisiisaa malee VIP Channel keenya irratti dhihaatanii jiru!
📲 Ammuma Botii keenya tuquun kaffaltii xumuraa, linkii VIP yeruma sana fudhadhaa:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 778
Gabbartii Rabbii keessatti tola ooluu jechuun gabrichi sodaa fi Abdii/Kajeellaa Rabbii gidduu jiraatuu jechuudha.
1 778
Waan haarawaan dhufaa jirraa galgala sa'ati 2:30 irratti nu eegaa.
Hangasii linkii asii gadii kana nama hunda biraan nuuf gahaa hiriyyootaa fi maatii keessan hundaa affeeraa
👉
1 778
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu.
📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna.
⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota, gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu.
#Deebineerra_Deebii_Gaarii
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 778
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti:
Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa)
Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii)
Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa)
Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
1 778
📮 Beeksisa Barbaachisaa!!
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo
🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u.
🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii.
🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu.
✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website) fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
1 778
Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!
1 778
Telegram irratti Mini App haaraa kana ilaali 👇
https://t.me/stars_one_click_bot?start=_tgr_KvrNeSpjNjU0
1 778
Bulguuwwan gammoojjii keessatti miskaana nyaattu tana nutis jalaa hin hafnu Rabbis nu haa garaagru du’aayii jabeessaa!
Imaama kanaan ulfaadhaa naa jedhaan!
1 778
😂 “Waan tokko siif hima, garuu nama biraatti hin himin” jechuun odeeffannoo dhokataa moo beeksisa dhuunfaati? 🤣
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 778
😂 Wanti jireenya kee keessatti si mudatee baay’ee si kolfisiise maal ture?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 778
🤝 Hiriyoota hedduu qabaachuu moo hiriyyaa dhugaa tokko qabaachuu filatta?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 778
⏳ Yeroo jireenyaa kee keessatti sa’aatii 24 qofa akka siif hafu yoo beekte, maal goota?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!👇👇👇👇👇👇
@Dhaamsa_Gaarii
1 778
🔥 Wanti ati nama tokkoof gonkumaa dhiifama hin goone maal?
Yaada keessan Comment jalattii nuuf Barreessaa!
@Dhaamsa_Gaarii
