fa
Feedback
Ethio digital library and job vacancy 🇪🇹

Ethio digital library and job vacancy 🇪🇹

رفتن به کانال در Telegram

🇪🇹 To ensure professional excellence, the organization supports national health workers in continuously improving their competence by facilitating the access and exchange of professional information and training resources. 👇👇👇👇👇👇👇 @shareinfo_HU

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
309
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+497 روز
+9130 روز
آرشیو پست ها
Nama hojjaa gabaabaa duukaa Akka wal hin lollee!! Dhaagaan Isaanitti dhiyoo jira😂😂

Miirrii ati nama tokkoof qabduus tahee miirrii namni biraa tokko siif qabu "expired date" isaa yoom akka tahe hin beekkamu ! Jaalalli jibbatti, jibbi immoo jaalalatti jijjiiramuu mala ! 🤷 Namni ni jijjiirama jattee hin yaanne yeroo jijjiirame "Surprise" hin tahin kuni uumama ! ♡ > < 💔

Osoo sirrii taatee jirtuu bakki fudhatama itti dhabdu jiraachuu mala. Kanaafu Obsi 🥹

Addunyaan tun boru akka diigamtu yoo siif himamellee, har'a sanyii gaarii tokko facaasuu hin dhiisin!

Jaalachuu jechun Jallachuu Jechu mitti jalina seete Jaalala Hin dheessin

Do you really think all those “free” apps are safe? 😳💔 Spoiler: They’re not! Switch to EpicModder 🇮🇳 for premium modified
Do you really think all those “free” apps are safe? 😳💔 Spoiler: They’re not! Switch to EpicModder 🇮🇳 for premium modified apps without the risks! - 🎮 Unlock hidden features of your favorite apps - 🚫 Minimal virus risk-1% signature detected - 🔥 Supercharge your CapCut experience with zero ads and no watermark - 🌎 Access mods globally-no VPN required for most versions Discover the ultimate app modifications that elevate your digital game! Join the revolution 👉 Grab your mods now! #ad 📢 InsideAd

What if you could RECLAIM YOUR LOST CRYPTO? 💰🚀 Unlock the Secrets Here - Discover our groundbreaking software that retrieve
What if you could RECLAIM YOUR LOST CRYPTO? 💰🚀 Unlock the Secrets Here - Discover our groundbreaking software that retrieves your vanished assets! - Learn step-by-step methods to boost your earnings. - Join a community of savvy investors ready to transform their financial future! Don’t miss out on your chance to become a crypto pro! 👉 Join us now! #ad 📢 InsideAd

Is your betting strategy stuck in the past? ⏳⚽️ Join the revolution with Fifa Bat | World Cup 2026! Get 3 guaranteed match pr
Is your betting strategy stuck in the past? ⏳⚽️ Join the revolution with Fifa Bat | World Cup 2026! Get 3 guaranteed match predictions daily for free! Start leveraging our advanced reverse score betting model and unlock your potential for profits. Claim exclusive rewards by inviting friends and experience our automated +5% balance bonus on every recharge. Don’t miss out! Join now and score big: 👉 Get your free draw ticket #ad 📢 InsideAd

Ummaa tiyya maleen Soomana Eegale Atirraa Fagaadhee Ijaan Nan Agartu Akkaanin dhufuufis Haalli naan mijjatu Yaanni Natti Cime Kophumman hammaattee Ciiseen ifiin ja'a Dhiiro Maamaan akkam taate Maamaa Tiyyaa abshir Wal garra yaa ummii Haalli kee Gaarumaa Jireenyi akkami Atirraa fagaadhee Jiraadhus halaala Suuraa tee Banadheen Hogguu suma laala Fayyaa qabaachuun kee Hawwiin ani qabu Namni Rabbi Qabu Waan gaafate dhabu Du'ai siif godha bakkuman jirurra Atiille naaf godhi Abshiir Wal agarra Baga geesse ummii Dhabdullee kaadima Sirra fagaadhullee Quxxusuun anuma Haalli Najjabaatee Jireenyaas wallaalee Maamaa tiyya malee @bohartifi_motivation

Barbachi keelleen na rifaachiisu karaan dheeratee jalala keenyaan firri gammadee ormi hiratee jalanneen sumaa Giftin jalala keessuummaan onnee Dhugaan si jalee si dhabuu hin fedhuu An wa sin sobnee maraabba jedheen keessummesaa jalala kee (Hacce)

Nattii laliin Jalala tetiin Waa na mitte Har'a boru dhufta ja'ee Osoon eguu Natii dhitee Hulaan mana koo Takka cufamne Sif dhebotee

Qalbi_Fil_Madinah My heart in madinah Messenger of Allah Beloved of Allah ×2 My tears flowed with longing For you, O my beloved My heart overflows with love By sending salutations upon you My soul soared with love To you in my dreams My whole being seeks closeness My master, I've come to answer your call ( My heart, in madinah has found tranquility It said, "O our prophet " "Peace be upon you " ) all ×2 Messenger of Allah Beloved of Allah ×2 #Nabi_Muhammed(PBUH) Maher_zain vs Harris_J lyrsic 🖋by Najash27

彡• Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli 彡• Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu..

Of ta'i!, waan sitti dhaga'amus dubbadhu, sababni isaas namoota ati of ta'uu kheetiin sitti Aaraniif bakka ykn dantaa khannuufii hin qabdu. Warri si jaallatan immoo of ta'uu kheetiin ni gammada malee hin gaddan. Bro/sis🖤🥀 OF TA'I!!.❤️

Biyya lafaa kanarra waanti ulfaataan hin jiru, yaada ulfaataa malee. "Ni danda'ama "

Gorsa ❤️ Namoonni yeroo baayyee waa'ee namoota biroo hamaa dubbatan yeroo ati hin jirrettis waa'ee kee hamaa ni dubbatu. Kanaafuu Waan isaan beekuu qaban caalaa itti hin himin.

Abdii "guyyaa tokko na jaalachuu hin oolan" jachuutiin umrii kee hin fixin,! 💔> <😡 Bakka itti jaalatamuu dhabuu kee mirkaneeffattetti daddeebi'u jaalala siif rifannaa yoo tahe malee jaalala keessa isaaniitii burqe siif hin argamsiisu.!

Ayii ilma namaa!! If tahii jiraadhu ta namaa itti dhiisi Hasawaanii miti hojiin agarsiisi Osoonif sin beeyne Warra si tuffatu Irrumaa callisi Garaan Haa gubatu ilma namaa silahuu Waa jalaa hin baatu Akka nama si beekhuu Ja'a afaan guuttatee Abaluu khana akanumatti Lubbuun na jibbite Maaluma si godha Yooniifi si jibbe Maal sirraa hir'isa Yoo harka si darbe Ayiiii ilma namaa!!! Guyyuma guyyani Sitti jijjiirama Jabaa tahi jabaa Akka feerroo Yoo ifitti hin Amanne Mataan kheetuu zeeroo 🧠 ....... Walaloo adda addaa Yooniifi barbaaddan Chaanaala khoo khana Join godhuu qabdan Bar dirqamaa miti Maalif koostar jattan 👇

Biyya lafaa kanarra waanti ulfaataan hin jiru, yaada ulfaataa malee. "Ni danda'ama "

Ati Haasawaa fi bareedina fuula laaltee jaalatte garuu rabbiin fokkina qalbii isaanii arkkaf sirraa fageesse!. #Allahamdulilla jedhii irranfadhu.🖤