Ethio digital library and job vacancy 🇪🇹
رفتن به کانال در Telegram
🇪🇹 To ensure professional excellence, the organization supports national health workers in continuously improving their competence by facilitating the access and exchange of professional information and training resources. 👇👇👇👇👇👇👇 @shareinfo_HU
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
304
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+497 روز
+9130 روز
آرشیو پست ها
+3
👉Ariifachiisaa !!!👈
📢Waamicha Qaxarrii !!!📢
Gitaa hojii : #Sassaabaa_Galii_Level
✍️Akkuma beekamu Biiroon Galiiwwan Oromiyaa baaksisa Ogeeyyii Jalqabaa qaxaruudhaaf baaseen Kanaan, bu’aan qormaata Gahumsa Amalaa 30% keessaa, Gahumsa Teekinikaa 30% fi GPA 40% keessaa; Ida’ama qabxii 100% madaalamanii Gitoota Hojii banaa dorgommiin irratti geggeeffame 19n irratti kan darbitan fi eeggataa kan taatan maqaan keessan waraqaa chaappaan Biiroo Galiiwwanii irratti dhameen qophaayee akka armaan gadiitti maxxansamee jira.
https://t.me/jobvacancyinfo_4
2018_Economics_Entrance_Exam_Related_content_for_Entrance_exam.pdf6.54 KB
+1
#Schedule #Kutaa_12ffaa
Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa sagantaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 baaseera.
Bu'uura kanaanis;
👨💻 Karaa online «Computer-Based Testing (CBT)» barattoonni qormaata fudhatan marsaa jahaan qormaata isaanii kan fudhatan akka ta'e ibsameera.
Kanaanis marsaa 1ffaa hanga sadaffaatti barattoonni Saayinsii Uumamaa qormaata kan fudhatan yoo ta'u, marsaa arfaffaa hanga jahaffaatti ammoo barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata ni fudhatu.
📄 Karaa waraqaa barattoota qormaata fudhataniif ammoo barattoonni Saayinsii Uumamaa marsaa sadaffaa irratti qormaata kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni Saayinsii Hawaasaa ammoo marsaa arfaffaa irratti Yuunivarsiitii keessatti qormaata fudhatu.
Guutummaa sagantaa suuraa armaan olii irraa ilaalaa!
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/jobvacancyinfo_4
https://t.me/ethioexaminfo
First Round Entrance Exam 2018 chemistry
https://t.me/jobvacancyinfo_4
First Round Entrance Exam 2018
https://t.me/jobvacancyinfo_4
Entrance Exam 2018 first Round
https://t.me/jobvacancyinfo_4
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa irratti meeshaalee barattootaaf hin eeyyamamne.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan kennama.
Qormaatichaaf barattoonni saayinsii uumamaa kumni 300 fi kumni 6 fi 456 akkasumas kan saayinsii hawaasaa kumni 200 fi kumni 57 fi 45 waliigalaan barattoonni kumni 500 fi kumni 63 fi 501 galmaa’uu Tajaajilli Barnootaafi Madaallii Qormaataa beeksiseera.
Tajaajilichi qophiilee qormaataaf barbaachisan xumuruufi raawwachiistonni qormaataa gara giddugaloota qormaataatti bobba’uu ibseera.
👉Barattoonni wayita gara giddugaloota qormaataatti dhiyaatan kaardii seensa qormaataa( Admission Card), waraqaa eenyummeessaa barataa yookaan waraqaa eenyummaa, kobbee (qalama) bulchiinsa qormaataan eeyyamamee fi waraqaa duwwaa qabatanii dhiyaachuu qabu.
👉Meeshaalee akka Bilbila Moobaayilaa, Sa’aatii Ismaartii, Biluutuuzii, Eerfoonii, Filaashii Diiskii, Kaardii Miimoorii, Laaptooppii dhuunfaa fi kanneen biroo qabatanii gara kutaa qormaataa seenuun akka hin eeyyamamne hubachiiseera. Qormaatichi karaa oonlaayinii marsaa jahaan kan kennamu yoo ta’u barattoonni saayinsii uumamaa waraqaan qoraman Adoolessa 1 hanga 3, barattoonni saayinsii hawaasaa ammoo Adoolessa 6 hanga 8, 2018’tti akka qoraman ibsameera. Ministeerri Barnootaa barattoota qormaaticha fudhataniif carraa gaarii hawwuun qormaaticha tasgabbiin, naamusa gaariin fi ofitti amanamummaan akka qoraman dhaameera.
✅Hubachiisa: Barattoonni toora interneeti irratti qormaata fudhattan waraqaa qulqullu (kan barreeffama hin qabne) fudhattani deemu qabdu waan irratti gaaffii 'calculation' qabu hojjettan.
✅ Sa'aatii 'smart' hin taane fudhattanii seenuun ni danda'ama('Specially' barattoonni waraqaa irratti qoramtan)
✅Barattootni Yuunivarsiitii keessa teessani qormaata sana fudhattan kitaaba muraasa fudhattanii deemuun galgala galgala dubbisuu ni dandeessu akkasumaas waan nyaatamu qabachuu ni dandessu (nyaata googa qofa fknf akaawwi garbuu 🙊, fi qarshii qabachuu ni dandeessu kan Yuunivarsiitii keessa ittiin waan nyaatamu bitachuu dandeessan yoo hin qabdan ta'es rakkoo hin qabu nyaata keessan Yuunivarsiitiin isiniif kenna waan ta'eef)
https://t.me/jobvacancyinfo_4
★Ultimate Insurance Broker Job Vacancy - በ0 አመት እና በልምድ
♦Deadline: July 12, 2026
Ultimate Insurance Broker is one of Ethiopia’s premier and longe-standing insurance broker companies.
✔ Position 1: Graduate Paid Intern
❇️ Qualifications: Applicants must hold a Bachelor’s Degree in Management, Accounting and Finance, Marketing Management, Business Management, Mechanical Engineering, Industrial Engineering, Electromechanical Engineering.
✔ Position 2: Junior Accountant
❇️ Qualification Requirements
Bachelor’s Degree in Accounting, Accounting & Finance, or a related field with 1-2 years of proven accounting experience.
✔ Position 3: Underwriting Officer
❇️ Qualifications: Bachelor’s degree in Business Administration, Finance, Accounting, or related field / Bachelor Science Degree in Mechanical Engineering with 3 years experience in Insurance or Insurance brokerage as Underwriting Officer only.
🌀How to Apply Online??
👇👇👇
https://ethiojobshub.com/ultimate-insurance-broker-vacancy-2026-8/
Share to your friends
https://t.me/jobvacancyinfo_4
★ AMG Holding (Steel Factory) Job Vacancy
♦Deadline: July 10, 2026
AMG Steel Factory would like to invite qualified Employee for the following vacant position
■ Junior HR Officer
■ Junior Accountant
■ Junior Sales Officer
■ Junior Electrical Engineer
■ Junior Mechanical Engineer
■ Labor Market Officer
■ Inventory Manager
■ Utility Engagement Manager
■ Spare Parts Utilization Department Manager
■ Senior Auto Electrician
■ Designee Engineer
■ Auto Mechanic
■ Senior Production Planning & Control (PPC) Engineer
➡️ Application link: https://www.amgholdingsplc.com/jobs/
➡️ Join telegram channel https://t.me/jobvacancyinfo_4
🛫𝕀𝕄ℙ𝕆ℝ𝕋𝔼𝔻 𝕀𝕋𝔼𝕄𝕊 🛫
✅Mindray Products
✨Anesthesia Machine
🗝️Mindray/A1
✨Mechanical Ventilator
🗝️Mindray/SV300
✨Operation Table
🗝️ Mindray/UniBase 30
✨LED Surgical Light (Mobile )
🗝️Mindray/HyLED C7M
✨LED Surgical Light
🗝️Mindray/HyLED C8/C7
✨Defibrillator
🗝️Mindray/BeneHeart D30
✨ECG machine with trolley
🗝️Mindray/BeneHeart R12
✨Patient monitor
🗝️Mindray/uMEC 150,uMEC 100
✨Vital sign monitor
🗝️Mindray/VS-600
✨Infusion Pump
🗝️Mindray/BeneFusion uVP
✨Infusion Syring
🗝️Mindray/BeneFusion uSP
✨Ultrasound
🗝️ Mindray-DC 30/DP 18
✅Zybio products
✨Hematology Analyzer
🗝️Zybio-Z50/Z3
✨Fully-Automated Chemistry
🗝️Zybio-EXC 200
✅ Zybio reagents
🗝️Diluent (20L)
🗝️DN Diluent (20L)
🗝️Lyse (500ml)
🗝️LD Lyse(500ml)
🗝️LB Lyse(500ml)
✨Microscope
🗝️Magnus -Theia-fi /MX21i
International Medical Corps NGO VACANCY
➡️ IMC invites competent and qualified candidates for the following positions.
➡️ Position:1. Finance Officer_For Roster
Bachelor’s degree in accounting, Business Management with 4 years’ work experience in financial management and/or accounting.
Active knowledge of English language writing and speaking
Proficiency in Accounting software, MS Excel and MS Word as well as good grasp on Internet and email communication.
Ability to work independently and under tight deadlines.
➡️ Position:2. Health & Nutrition Officer_For Roster
Bachelor’s degree in public health/nursing or related field of study with 2 years of experience in field.
Experience on emergency PHEM and emergency health response through MHNT, BCC and intervention like major epidemic diseases surveillance and epidemic/outbreak investigation and response
➡️ Position:3. Surge Medical Doctor_For Roster
· Medical Doctor (MD) with valid license to practice.
· Two years’ clinical experience, including emergency care.
· Experience in humanitarian or low-resource settings is preferred.
· Strong communication and interpersonal skills for working with children and families
· Fluency in English (required); knowledge of local language(s) is an advantage.
➡️Position:4. Senior VAWG Response Officer_For Roster
Knowledge, Skills, and Abilities:
Bachelor’s degree/ Masters in sociology, social work, public health or Maternal And Newborn Health or related experience and a minimum of four years’ experience for bachelor’s degree and three years for postgraduates. Applicants who have worked in emergency settings or refugee/IDP crises for at least three years’ experience with a capacity of team leader or supervisory role are encouraged to apply.
Required Number:20
Location: Any Emergency Response Area
➡️ Apply: https://ethiojobs.net/companies/international-medical-corps-imc/jobs On OR before July 10, 2026.
Female candidates are highly encouraged to apply.
Deadline : July 10, 2026
https://t.me/jobvacancyinfo_4
Imagine1day
Position: LiTE Cluster Officer
Qualification: Bachelor's degree in Education, Education Leadership, Pedagogical Science, Technical and Vocational Education, or related field
Experience: 5 Years
Location: Gondar
Deadline: 26/10/2018 EC
https://t.me/jobvacancyinfo_4
📌 Vacancy Announcement:-
Organization: Smile Train
Position: Program Assistant
Education: Advanced degree in Medicine (#Medical_doctor), #Public_Health, #Nursing, #Nutrition, #Global_Health, or a related field; with relevant skills and experience
(well experienced)
Location: Ethiopia
Salary: $13,000 - $15,000 USD per year
Employment Type: Consultancy
Application Deadline: Not specified
🔗 Vacancy Details:
https://doctorsonlinee.com/tag/smile-train
https://t.me/jobvacancyinfo_4
Repost from Ethio-Health Workers Channel 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Training of Facilitating Skills Training Manual.
Chapters four ppt
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Oromiacpdcenter
ODUU GAMMACHISAA!!
ABBAA CARRAA TAHAA🙏
Addunya irraa Namoota 2tu jiraa isaanis:-
1ffaa Kan Hojii hojjatan, akka addunyaatti baayinni isaanii (97%) umrii isaanii guutuu namaaf/dhaabbataf hojjachaa jiraatani fi
2ffaa Kan Hojisisna baayinni(3%) Kunneen ofii isaani yaadni, yaada isaani qindeessani, yaada gochatti jijirani, qabeenya nàannoo isaani jiruu beekumsa, maallaqa fi humna nama walitti fidun hojii uumanidha. Adeemsa hojii keessatti kufaati irra baratanii osoo Abdii hin kutin, osoo hin sodatin hojjatanii Abba qabeenya ta'anii Addunya sochosaa jiraniidha. Carraa jiruu hundaa yaalani Ofi jijiranii namootas jijiraa jiraanidha.
Addunyaa irratti hojii namaaf hojii hojjachuun jireenya isaas, maatii isaas jijiiree namni tokkollee akka hin jirree ragaalee nii ibsuu.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/jobvacancyinfo_4
Hojiin ati har'a hojjattu kennaa guyyaa dhufuuti.
Firiin ati boru haammattu bu'aa sanyii ati har'a facaastuu dha. Jaarmayaan fi obsi har'aa hundi ebbifama ta'ee boru siif deebi'a. Milkaa'inni abjuu osoo hin taane, dhugaa hojii irra ooluu murtii kee ammaa keessatti bifa qabu dha.
