fa
Feedback
Chemistry group 33

Chemistry group 33

رفتن به کانال در Telegram

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
208
مشترکین
+124 ساعت
-17 روز
+230 روز
آرشیو پست ها
+9
የከፍታ ዘመን ለኢትዮጲያ.pdf2.60 MB

✅ "Yeroo dhiisuuf kaatu: Maaliif akka jalqabde yaadadhu" Yeroo jireenya keessatti irree kutannaa fixxu ykn carraa dhiisuuf ya
"Yeroo dhiisuuf kaatu: Maaliif akka jalqabde yaadadhu" Yeroo jireenya keessatti irree kutannaa fixxu ykn carraa dhiisuuf yaaddu, yaadadhu "maalif akka jalqabde". Abjuu, hawwii, fi kaayyoo kee eegaluu yeroo jalqabde, onnee guutuu fi fedhii jabaa qabda ture. Yeroo rakkoo fi dadhabbii si mudateetti dhiisuun salphaa fakkaata, garuu milkaa’inni warra osoo rakkinaa keessa jiranuu karaa isaanii hin dhiifne qofaaf ta’a. Jalqabni kee bu’uura gocha keeti. Sababni jalqabde murannoo fi abjuu kee ture. Har’a dhiisuun kee har’a dadhabuu osoo hin taane, abjuu keetiif kakuu cabsuu jechuu dha. Jalqabde waan yaaddeef, waan abdatteef, waan kakatteef kana yaadadhu. Milkaa’inni yeroo tokko osoo kuftee iyyuu, osoo gonkumaa duubatti hin deebin itti fufuu irraa dhufa. Ibsa Ijoo qabaachuu =Waan yaada kana jalqabsiise fi sababni maali akka ta’e ibsa. Kaayyoo fi Abjuu of keessaa qabaachuu = Waan namni tokko barbaadu fi irra ga’uu fedhu of keessaa qaba. Cimina sammuu fi jabeenya onnee agarsiisuu = Yeroo rakkoo dhiibbaa jala jiraatus, akka hin dhaabbanne kakaasuu. Dhimma irratti kaka’umsa kennuu = Namni dubbise hojii isaa itti fufuuf kaka’umsa argachuu qaba. Yaadni kun dargaggoota fi namoota abjuu qaban, rakkoo keessa jiran, fedhii isaanii jalaa jiguuf jiran kakaasuu fi jabeessuuf murteessaadha. Milkaa’ina jireenya keessatti hiriira hin qabne keessatti kufaatiin bakka hin qabaatu. Jalqaba yaadachuun, milkaa’ina booda argamuuf of qopheessuu fi of jajjabeessuuf gargaara. Xumura irratti jalqaba keetiif sirriitti of gaafadhu, yaadadhu akkamitti akka jalqabde. Guyyaa rakkoo fi dadhabbii keessa, yaadni jalqabaa akka ifa ta’etti si gubuu qaba. Yeroo dhiisuu yaaddu, jalqabni siif haa yaadatamu  sun immoo si haa deebisu. @Barruu_Beektotaa 📔

Moojulaafi Silabasii Barnoota hojiifi gochaa kutaa 12ffaa isiniif ergu ta'a.

15_Computer_Maintenance_and_Networking_Teacher_Trainees’_Module.pdf3.61 MB

11. Marketing and Sales Management Student Module 3 Sep 24.pdf4.75 MB

10. Grade 11 Accounting and Finance Student Module 3 Sep 24.pdf7.01 MB

Texeqemu bat guys

Melkam ye timirt ken yunilachu my family

በቅድመ ምረቃ በመደበኛው መርሃ-ግብር ለአዲስ ገቢ ተማሪዎች የወጣ ማስታወቂያ::
+1
በቅድመ ምረቃ በመደበኛው መርሃ-ግብር ለአዲስ ገቢ ተማሪዎች የወጣ ማስታወቂያ::

📘Physics common questions for grade 12 entrance exam from Simple machine, with answers: 1. Which of the following is NOT considered a simple machine?   a) Lever   b) Pulley   c) Gear   d) Inclined plane 2. What is the primary purpose of a simple machine?   a) To create energy   b) To reduce friction   c) To multiply force or change the direction of force   d) To increase speed 3. A seesaw is an example of which type of simple machine?   a) Inclined plane   b) Pulley   c) Lever   d) Wheel and axle 4. Which simple machine is essentially a ramp?   a) Wedge   b) Screw   c) Lever   d) Inclined plane 5. Which simple machine is used to lift heavy objects with the help of a rope?   a) Lever   b) Wheel and axle   c) Pulley   d) Screw 6. A screw is essentially what type of simple machine wrapped around a cylinder?   a) Lever   b) Wedge   c) Inclined plane   d) Pulley 7. What is the mechanical advantage of a simple machine?   a) The speed at which it operates   b) The ratio of the output force to the input force   c) The amount of energy it consumes   d) The distance it covers 8. A door knob is an example of which simple machine?   a) Lever   b) Inclined plane   c) Screw   d) Wheel and axle 9. A knife is a practical example of which simple machine?   a) Lever   b) Wedge   c) Pulley    d) Wheel and axle 10. Which of the following best describes the relationship between input force and output force when using a simple machine?    a) They are always equal.    b) The output force is always greater than the input force.    c) The simple machine can either increase or decrease the output force compared to the input force    d) The input force is always greater than the output force. Answers 1. c 2. c 3. c 4. d 5. c 6. c 7. b 8. d 9. b 10. c @chemistry_group33

Hin callisiina gaffi waliif dhiyeesan maale

Guys indet nachu are Zim ati balu

የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላ
የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላርሽፕ) ትምህርታቸውን ለሚከታተሉ የቅድመ ምረቃ መደበኛ ተማሪዎች የተቋም ምደባ ይፋ መደረጉን ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። ተማሪዎች ከአሁን ሰዓት ጀምሮ ፦ ➡️ በዌብሳይት፦ https://student.ethernet.edu.et ➡️ በቴሌግራም ቦት @moestudentbot ምደባቸውን ማየት እንደሚችሉ ገልጿል። የRemedial ፕሮግራም ምደባ በቅርቡ ይፋ እንደሚደረግ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። #MoE @tikvahethiopia

Bara darbe(2017) barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii darbinsa argatan keessa, barattoonni muraasni university gaggaari akka Ethiopiatti beekaman galan. Isaan keessa muraasni: 1. Girma Mekonin 👉ASTU university (Adama) 2. Anbasu Abu 👉ASTU university (Adama) 3. Kalkidan Teshome 👉Hawassa University (HU) 4. Fikiru Asnake 👉ASTU university (Adama) 5. Meti Milkesa 👉Haramayya University (HRU) 6. Mesfin Balcha 👉Jimma university (JU) 7. Tenkolu Nuguse 👉ASTU university (Adama) 8. Firomsa Yilma 👉ASTU university (Adama) 9. Habtamu Megersa 👉ASTU university (Adama) 10. Kalkidan Tilahun 👉Haramayya University (HRU) 11. Kebede Ishetu 👉Haramayya University (HRU) Kanneen biroos university gaggaari isaan filatanitti akka ramadaman odeeffanne. Bara barnootaa gaarii akka isiniif ta'u hawwina. @chemistry_group33

Dhugaa bayye nama gaddisiisu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

📚History common questions for EUEE about Ethiopian Muslim and Christian wars, with answers: 1. What was the main religion practiced in the Ethiopian highlands before the arrival of Islam in the region? A. Judaism B. Hinduism C. Christianity D. Buddhism Answer: C. Christianity 2. Which of the following groups were instrumental in spreading Islam in the Horn of Africa, including Ethiopia? A. The Egyptians B. The Persians C. The Arabs D. The Turks Answer: C. The Arabs 3. What was the main reason for the conflict between the Ethiopian Christian empire and the Adal Sultanate in the 16th century? A. Control of the Red Sea trade routes. B. Differences in religious beliefs and practices. C. Disputes over land and resources. D. All of the above. Answer: D. All of the above. 4. Who was the leader of the Adal Sultanate during its major conflict with the Ethiopian empire in the 16th century? A. Ahmed Gragn B. Imam Ahmad ibn Ibrahim al-Ghazi C. Muhammad ibn Az-Zubayr D. Ahmad ibn Abi al-Fadl al-Muqri Answer: B. Imam Ahmad ibn Ibrahim al-Ghazi 5. What was the name of the Ethiopian emperor who fought against the Adal Sultanate in the 16th century? A. Amda Seyon I B. Zara Yaqob C. Gelawdewos D. Lebna Dengel Answer: D. Lebna Dengel 6. What was the significance of the Battle of Harer in 1543? A. It marked the beginning of the Adal invasion of Ethiopia. B. It was a decisive victory for the Ethiopian forces, ending the Adal invasion. C. It resulted in the death of Imam Ahmad ibn Ibrahim al-Ghazi. D. It led to the conversion of many Ethiopian Christians to Islam. Answer: C. It resulted in the death of Imam Ahmad ibn Ibrahim al-Ghazi. 7. Which of the following was a consequence of the long war between the Ethiopian empire and the Adal Sultanate in the 16th century? A. The weakening of both empires. B. The rise of new power centers in the region. C. The spread of Islam in Ethiopia. D. All of the above. Answer: D. All of the above. 8. Which European power played a significant role in supporting the Ethiopian empire during its conflict with the Adal Sultanate? A. Portugal B. Spain C. England D. France Answer: A. Portugal 9. What was the main reason for the Ethiopian government's suppression of Somali nationalism in the Ogaden region in the 1970s? A. Religious differences between Ethiopians and Somalis. B. A desire to maintain control over the strategically important Ogaden region. C. Fear of Somali secession from Ethiopia. D. All of the above. Answer: D. All of the above. 10. What is the name of the Ethiopian province that was at the heart of the Ethiopian-Somali conflict in the 1970s? A. Tigray B. Oromia C. Amhara D. Ogaden Answer: D. Ogaden 11. Which of the following was a key figure in the Ethiopian resistance against the Italian occupation during World War II? A. Emperor Haile Selassie B. Ras Desta Demtu C. Ras Seyoum Mengesha D. All of the above Answer: D. All of the above. 12. The Ethiopian-Eritrean conflict in the 1990s was primarily due to: A. Religious differences between Ethiopian Christians and Eritrean Muslims. B. Disputes over control of the Eritrean port of Massawa. C. Eritrean demands for independence from Ethiopia. D. All of the above. Answer: C. Eritrean demands for independence from Ethiopia. 13. Which of the following is an example of a peaceful resolution of a conflict between Ethiopian Muslims and Christians? A. The establishment of the Harar Emirate B. The defeat of the Adal Sultanate by the Ethiopian empire C. The formation of the Oromo Liberation Front D. The creation of the Ethiopian Islamic Affairs Supreme Council Answer: D. The creati

የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላ
የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላርሽፕ) ትምህርታቸውን ለሚከታተሉ የቅድመ ምረቃ መደበኛ ተማሪዎች የተቋም ምደባ ይፋ መደረጉን ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። ተማሪዎች ከአሁን ሰዓት ጀምሮ ፦ ➡️ በዌብሳይት፦ https://student.ethernet.edu.et ➡️ በቴሌግራም ቦት @moestudentbot ምደባቸውን ማየት እንደሚችሉ ገልጿል። የRemedial ፕሮግራም ምደባ በቅርቡ ይፋ እንደሚደረግ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። #MoE @tikvahethiopia