Chemistry group 33
رفتن به کانال در Telegram
نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
207
مشترکین
-124 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+130 روز
آرشیو پست ها
❗❗❗URGENT 📌
🔥 Namoonni baayyeen Account telegram isaanii jalaa hack ta'aa Akka jiru dubbataa jiru . sababa kanaaf link namarraa isinitti ergamu kamiyyuu Akka hin tuqne. Kanammoo sirreeffadhaa 👉 Settings 👉 Privacy and security 👉 Two step vertification on godhaa Passcode on, Devices 👉Terninate new device name.
#ODUU_AMMEE
Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame.
Qormaatni Naannoo 6ffaafi kutaa 8ffaa Waxabajjii jalqabarraa kan kennamuu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu BBO n ifoomseera
Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru.
Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun dhaamaniiru.
Dhumarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafe waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan jedhameera.
@chemistry_group33
Why are reflex actions generally faster than voluntary responses?
Voluntary movements, such as walking or lifting an arm, are controlled by which part of the peripheral nervous system?
The specialized sensory cells responsible for detecting odors are located in which part of the nasal cavity?
Which of the following is NOT considered one of the primary taste sensations detected by the tongue?
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
