FRESHMAN ETHIOPIA
رفتن به کانال در Telegram
نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
301
مشترکین
-224 ساعت
-27 روز
-230 روز
آرشیو پست ها
👀Video Gabaabaa Siniif Hojjanneerra Akkaataa ittiin Application itti Galmooftan💱
5⃣Step 5:
After The payment successful we Approved You and You can sign in with your Google
4⃣Step 4:After Registration /After Step 3 Check This Payment Instruction And Pay the Service Fees Then Contact Us on Telegram(@codecraftethiopia or @Naafii18) we response immediately
After You Fineshed Step 1✅
2⃣Step 2:Fill All information on This Registration Form
How to Activate or How To Use Freshman Ethiopia?
1⃣Step 1:Download It And Install
After You Installed Click Sign Up Button
To download App use above or this
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
✨📣 ለሁሉም የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲ የፍሬሽማን (Freshman) ተማሪዎች በሙሉ የተበሰረ የምስራች! 🇪🇹✨
በመላው የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲዎች የምትገኙ የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ! 🎉
እነሆ፣ ጎበዝ የሶፍትዌር አበልጻጊዎች (Developers) በቡድን በመሆን “Freshman Ethiopia” የተሰኘውን አፕሊኬሽን፦
👉 በሚያስደንቅ ሁኔታ የተዘጋጀ
👉 በዘመናዊ ቴክኖሎጂ የታገዘ
👉 እንዲሁም በማራኪ መልክ የተሰራውን ለአንደኛ ዓመት የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ ለቀዋል።
ስለ Freshman Ethiopia አፕሊኬሽን ጥቅምና ዝርዝር ሁኔታ ለመናገር፦
⏳ ጊዜው ስለማይበቃን፣
📸 የአፕሊኬሽኑን ውስጣዊ ገጽታ ከላይ ባሉት ምስሎች ማየት ትችላላችሁ።
📲 አፕሊኬሽኑን መጠቀም የምትፈልጉ ተማሪዎች ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን ማውረድ ትችላላችሁ፡
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
✅ ተጨማሪ፦
👉 በቀጥታ “ሄሎ” በማለት እኛን ማግኘት ትችላላችሁ።
📍📍 የመገናኛ አድራሻዎቻችን፦
➡️ 0944595255 — ሙዓዝ (Muaz)
➡️ 0979005248 — ኃይሌ (Haile)
ይህንን መልዕክት ያያችሁ ክቡራን ወዳጆቻችን፦
👉 Comment እና Share በማድረግ እንድታበረታቱን በትህትና እንጠይቃለን።
🙏 ይህ ለኛ ጅማሬ እንጂ ፍጻሜ አይደለም።
አሁኑኑ አውርዳችሁ መጠቀም መጀመር ትችላላችሁ።
ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ አፕሊኬሽኑን እንዴት መጠቀም እንደሚቻል የሚያሳይ ቪዲዮ እንለቅላችኋለን።
#FreshmanEthiopia
የቴሌግራም ቻናላችን ሊንክ ከታች ያለው ነው፡
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian
Akkaataa Kamiin Application Itti Fayyadamuu?
1ffaa=Application Buufachuu:-
✅Application Freshman Ethiopia Telegram @freshmanethiopian irraa Download Taasisuu ykn Link Kanaan
👇👇👇
(https://t.me/freshmanethiopian/21)
2ffaa=Install Taasisuu:-
✅Erga Download Gootanii booda Install Gochuudha Qofadha.
🛜Blocker Yoo On Ta'ee Jiraate Off Taasisuu Qabdu. Akkamitti?
Setting Bilbila Keessanii Banuun Search Irratti Blocker Jedhaa search Taasisaa Isa booda OFF taasisaa Yoo On Ta'ee jiraate.
🌀Yeroo Install Taasistan Install without Scan Jettuun Ykn Scan Yoo Gootanis Rakkoo hin qabu.
✅Install Done Erga Ta'e Booda.
3ffaa=Application Banuun Register Taasistu:
🚹Maqaa Keessan
🚺Email Keessan
🚼Password keessan
🚹Stream(Natural Or social)
📶University keessan
🌀Register Kan Jedhu Tuqxu
Fakkeenyaaf:
Name=Muaz Haile
Email=muazhaile@gmail.com
Password=123456
Stream=Natural
University =Oda Bultum University.
Register Button click Gootu
4ffaa=Kaffaltii Raawwachuu:-
Erga Register Gootanii Booda Kaffaltii Raawwattu.
Ⓜ️Kaffaltii raawwachuuf Option siniif keenya Fayyadamuun Kaffaltii Raawwadhaa Lakkoofsa Account Achumarra Jira waan Ta'eef Erga Kaffaltanii Booda Nu dubbisaa.
5ffaa=Email keessaniif password keessaniin Login Taasisaa seenaa.
#Hubachiisa=yeroo Register fi Login Taasistan Data Banuu hin dagatiina Garuu erga Login Gootanii booda Data Malee Fayyadamtu Data hin barbaachisu.
Application @freshmanethiopian Maal Fa'a Of Keessaa Qaba?
1⃣HomePage
2⃣Course :-
🔰Koorsiin Barnoota Fresham Waggaa 1ffaa Saamisteera Tokkooffaa fi Lammaffaa Bakka Tokkotti Kan Of Keessaa Qabudha.
🔰Koorsiin Kunis Kitaabota Modula Gurguddaa Ministeera Barnootaatiin Qophaa'e Kan Of Keessaa Qabudha.
3⃣Exam:-
🔰Exam Ammoo Waantota Gurguddoo 2 Of Keessaa Qaba.
✅Mid Exam
✅Final Exam
🔰Exam Koorsii Hundayyuu Of Keessatti Haammatee Koorsii Hundaaf Mid exam Kan Qophaayedha.
4⃣Notes:-
🔰Note Ammoo Koorsii Hundaaf Chapter Chapter Addaan Qoqqoodamee Kan Qophaaye Yoo Ta'unTokkoon Tokkoon Note hundaaf Bifa Nama Hawwatuun Bold,Color fi animation Gochuun Kan Hojjatamedha
5⃣VIP:-
🔰VIP Ammoo Kutaa Itti Barataan Of Qoru yookin Of Madaaludha.
✅VIP Kunis Karaa Gabaabaa Test Yourself Jechuun Moggaasa Kennineef .
Barnoota Gosa Hunda Chapter isaa Filachuun Qormaata Fudhachuun ni danda'ama.
#Hubachiisaa:
Gaaffiin Kamuu Deebiif Ibsa waliin Kan Qophaa'edha(#Exam,VIP)
@freshmanethiopian
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉
Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru
📲 Application kana fayyadamuuf
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
Erga hanga kana dubbannee,
Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍
👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna.
#FreshmanEthiopia
Liinkiin Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian
Share Gochuun Hiriyoottan Keessan Affeeraa❤
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉
Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru
Kanaafuu waa’ee Application Freshman Ethiopia irraa ni dubbanna yoo jenne,
⏳ Yeroon waan nuuf hin geenyeef,
📸 Application keessi isaa bifa suuraa armaan Olii irraa argitan kana fakkaata.
📲 Akkasumas barattoonni Application kana fayyadamuu barbaaddan Link Armaan Gadiin Buufachuu dandeessu
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
✅Dabalata:
👉 Kallattiin “Haloo” jettanii nu argachuu ni dandeessu.
📍📍 Contact keenya:
➡️ 0944595255 — Muaz
➡️ 0979005248 — Haile
Erga hanga kana dubbannee,
Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍
👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna.
🙏 Kanaaf kun nuuf jalqaba malee xumuraa miti isin jechuu barbaanna.
Application Ammuma Irraa Eegaltanii Buufachuun Itti Fayyadamuu Dandeessu.
Daqiiqaa Muraasa Booda Itti Fayyadama Isaa Video siniif Gadhiisna
#FreshmanEthiopia
Link Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
