Beki Bekam Academy
رفتن به کانال در Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
738
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
+7730 روز
آرشیو پست ها
Akkam bultan qaxaleewwan, guyyoota hafetti kaa tasgabbiidhaan akka itti deemtan jenneerra adaraa yaadaatti qabadhaa isa.
video kanamoo daqiiqaa 5 qofaadha waa'ee punctuation fi capitalization irratti hojjetame bifa bareedaa ta'een, daqiiqaa 5 fudhaadhaatii ilaalaa baay'ee sin fayyada, galatoomaaa.
Reaction dhaan immoo haala jiru natti agarsiisaa🙏.
https://youtu.be/yBzrF-yKDLE
sentence comprehension fi language focus dha yeroo baay'ee part kun nama rakkisa, sirritti kana yoo ilaaltan salphaatti gaaffilee biraa hojjechuu dandeessu.
qormaata jiraatus siniin dagachuu hin dandeenye, maal godhumee kanarratti maal jettu?
Guyyaa 22ffaa
Reaction moo hir'istaniittu, waantin balleesse jiraa natti himaa nan sirreessa. yoo hin jiraannemoo like itti roobsaakaa.
https://youtu.be/rd3QR2eSo8U
Akkam jirtu qaxaleewwan, sin hin daganne garuu qormaataatu busy na godhaa jira, egaa na hubatu jedheen yaada.
Akkami garuu dubbisni mee reaction dhaan natti agarsiisaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://zsecretexamcenter.com
waa'ee kanaa dhageessaniittu jedheen abdii qaba seenaatii fudhadhaa yoo dandeessan sin fayyada waan ta'eef.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam bultan? Engiliffaaf yeroo baay'ee barataan abdii kuta waan ta'eef nutimmoo akka sin abdii kuttan hin barbaadnu kanaaf sin faana dadhabaa jirra. Video kana irraa gaaffii hojjedhaa daqiiqaa muraasaa dha waan ta'eef, sana booda gaaffii entrance part kanaa practice godhaa. kanuma baqqaa dhiphinni hin barbaachisu.
reaction keessan mee maal jettu in ta'a mitii?
https://www.youtube.com/watch?v=Gngy8rsZEIc
Akkam jirtu hundumti keessan, guyyaan keessan gaarii akka ta'e abdiin qaba. Guyyoota kana booda jiran boqonnaa sirritti godhaa, tasgaba'aatii itti deemaa. waanti kana booda sin barbaachisu material ykn pdf siniif erguu osoo hin taane mindset dhaan waanta walqabatu waan ta'eef akkasitti itti fufna, formula sheet akkasuma biology dhaaf immoo short note revise gochaa itti fufaa isiin jedha.
jabaadhaa please barattoonni abdii kutannaa ofitti hin himiinaa sammuu keessanitti, just waanta dandeessan irratti focus godhaa galatoomaa.
feeling keessa jirtan immoo reaction dhaan akkasuma comment dhaan natti agarsiisaamee.
Guyyaa 19ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu hundumti keessan, guyyaan keessan gaarii akka ta'e abdiin qaba. Guyyoota kana booda jiran boqonnaa sirritti godhaa, tasgaba'aatii itti deemaa. waanti kana booda sin barbaachisu material ykn pdf siniif erguu osoo hin taane mindset dhaan waanta walqabatu waan ta'eef akkasitti itti fufna, formula sheet akkasuma biology dhaaf immoo short note revise gochaa itti fufaa isiin jedha.
jabaadhaa please barattoonni abdii kutannaa ofitti hin himiinaa sammuu keessanitti, just waanta dandeessan irratti focus godhaa galatoomaa.
1Guyyaa 2
+1
Kana sirritti itti fayyadamaa, keessumaa warri marsaa gara boodaa taataan immoo warra duraarraa waan jiru fudhachuun of qopheessuu dandeessu.
Warri marsaa jalqabaa jabaadhaa, ammayyuu yeroon hin dhumne ifaajjiin keessan hamma last minute tti haa ta'u, waantota siniif gadhiisaa turemoo keessumaamoo mindset irratti waantota haasofne sana dha baay'ee amma kan sin barbaachisu.👍
kunoo dhufnee jirra,
seenaa Subscribe, like, share godhaa chaannalii sami pl akkasumas Beki Bekam Academy.
Galatoomaa
reaction moo nutti agarsiisaa ❤️🔥🫡
https://t.me/BekiBekam_academy
Sin hin daganne, haaluma gibbiitu cime malee, qophiin bareedaa akka ta'e abdiin qaba, waanti sin guyyoota hafe keessatti gochuu qabdan:
1. mindset keessan sirritti eeguu, please waanti fedheyyuu haa ta'u dabarsitanii haalota dhufanitti of hin kenniinaa, nama hundaaf yeroon qormaataa wal hin qixxaatu waantonni baay'een sin qoruuf dhufuu dandahu garuu waanti sin gochuu qabdan kutannoodhaan waanta waggaa 12 itti dadhabdan sirritti hojjechuuf haa ta'u.
2. Lammaffaan immoo waanta hunda revise gochuuf hin yaaliinaa ammarratti guyyaan hafe naannoo guyyaa 10niidha, guyyaa kana keessatti immoo fixuun hin dandahamu waan ta'eef, waanti sin gochuu qabdan garuu short note, formula sheet kana dura qopheeffatan irra deebi'uuf yaalaa.
3. Of tasgabbeessaa, ammarratti dhiphachuufii waantota bira yaaduun bu'aa hin qabu waan ta'eef, sammuu keessanitti immoo waanta positive qofa himuun mindset keessan eegaa.
Xiqqoo busy waanin ta'aa jiruuf haala gibbiin walqabatee yoon sin jalaa barfadhellee na ofkolchaa siniin jedha 🙏.
Akka sin gochuu dandeessan immoo sinittin amana jabaadhaa, milkiin sin faana haa ta'u ♥️.
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Sami PL
Bor sa'aatii kudha lamatti youtobe koo irra argattuu kanaf channel ko subscriber gochun share gochun nuu eegaa video kan utuu hin ilaliin akka qormataf hin deemnee , Share godhaa 🙌🙏
waan baay'ee irraa barattu jedheen abdii qaba, gara mirgaanin jira animmoo, galatoomaa.
Asumaan dubbisni, qophiin akkam fakkaata reaction keessaniin natti agarsiisaa, Galatoomaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
common phrasal verbs(part 2)
13. Catch up = discuss latest news
14. Fill in = complete
15. Hand in = submit
16. Look up= find/search
17. Look into = check/ investigate
18. Figure out = understand / solve
19. Go over = review
20. Show up = arrive
21. Ring up= call
22. Go back = return to a place
23. Pick out= choose
24. chip in = help
Guyyaa 16ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
