Beki Bekam Academy
رفتن به کانال در Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
738
مشترکین
+324 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+8130 روز
آرشیو پست ها
ergaa warri hin laallanne hojjetaa jira waan ta'eef
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkami qabxii warra ilaallatan, keessan naaf ergaa jirtuu baga waaqayyo sin milkeessi qaxaleewwan dhugaa baay'ee na boonsitaniittu, thank you dhugaa.
Emotional na gootan, jabaadhaa ammallee.
https://t.me/BekiBekam_academy
Qabxii karaa ittiin ilaaltanidha፡-
📌website ፡ https://result.eaes.et
📌Telegram፡ https://result.eaes.et/telegram
📌SMS፡ https://result.eaes.et/sms
har'a galgala saatii 1:00 tti gadhifama jedhameera.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
Connection yoo sin dide ergaatii siniif laala rakkoo hin qabu hin yaadda'iinaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
🎉 HISTORIC ACHIEVEMENT: NEW RECORD SET IN THE EUEE! 🎉
Huge congratulations to Sedem Abdulaziz from Dodola Ifa Boru Special Boarding School for an extraordinary performance on the Ethiopian University Entrance Examination (EUEE)! 🏆📚
Sedem has officially secured 1st place nationwide in the Social Science stream, shattering national records with a incredible score of 576—a milestone score never before achieved in the Social Science stream in the history of the exam! 🌟✨
This historic record is a testament to unwavering dedication, hard work, discipline, and brilliant academic excellence.
Congratulations to Sedem, his family, the dedicated teachers and community at Dodola Ifa Boru Special Boarding School, and everyone who supported him on this inspiring journey! 🎈👏
https://t.me/BekiBekam_academy
Baga gammaddan Baga gammanne, Qabxiin Olaanaa bara kana galmaa'ee 591.6 Jalal Girmaatiin Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa misooma Oromiyaa Adaamaa irraatidha.
Maatiin Oda akkasumas uummanni hundumtuu Baga gammaddan jechuun barbaada, qaxaleewwan akkasiimoo jajjabeeffachuun gahee keenyadha, carraawwan gurguddaan siif hawwa jabaadhu qaxalee keenya, baay'ee nu boonsiteetta, Congra Again.
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
https://t.me/BekiBekam_academy
Waaqayyo sin faana haa ta'u, Waan gaarii dhagahaa, anis qabxii keessan arguuf baay'een eegaa jira gaafa gadhiifamumoo naaf erguu hin dagatiinaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Sami PL
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadi ni dhiifamu.
Simannaan barattoota haaraa ilaalchisee jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (AASTU FI ASTU) ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis waamicha barattootaa akka taasisan ibsaniiru.
Kunis kan ta'eef sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 akkaataa kana dura ifa ta'een Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf akka karoorfame ibsanii jiru.
Sadarkaa Naannolee akkaata baay'inaa barata darbeen kan armaan gadiiti.
🥇 Finfinnee — 32.4%
🥈 Hararii — 22.6%
🥉 Amaaraa — 15%
• Diree Dawa — 11.2%
• Tigraay — 11.1%
• Oromiyaa — 10.5%
• Somaalee — 9.2%
• Sidaamaa — 6.9%
• Beniishaangul Gumuz — 6.1%
• Itoophiyaa Kibbaa — 5.8%
• Kibba Lixa Itoophiyaa — 4.9%
• Gaambeellaa — 3.7%
Garuu baay'ee natti dhagahameera naannoon oromiyaa baay'ee gadi bu'eera, maal jettu?
https://t.me/BekiBekam_academy
Bara kana, barattoota waliigalaan qormaata fudhatan keessaa 70,544 qormaata darbuu danda’aniiru.
Warra qormaata darban keessaa:
Saayinsii Uumamaa (Natural Science): 16.5%
Saayinsii Hawaasaa (Social Science): 8.33%
Bu’aa olaanaa bara 2018:
Natural Science
Dhiira: 591 / 600 (ODA Special)
Dhalaa: 583 / 600 (Agaw)
Social Science
Dhiira: 576 / 600 (Dodolaa Ifa Boruu)
Dhalaa: 569 / 600 (Finfinnee)
Baay'ee namatti tola.
Maal jettani?
https://t.me/BekiBekam_academy
Ammarratti baay'eedhuma hojiin natti tolaa hin jiru kanaaf busy of gochuun barbaade innaa barattoonni akkan waan kamiyyuu irratti guide sin godhuuf barbaaddan @Barnaftariku irratti karaa barbaaddaniin na gaafachuu dandeessu guide sin gochuun barbaada. Waa'ee koo waan xiqqoo siniif kaasuuf skill kanneen akka video editing, graphics, web development(early passion), Digital marketing(one of my favorite) akkasumas waantota jiru jedhaman minum xuqee ilaaleera waantota online irra jiran hundayyuu waan ta'eef waan kamiyyuu yoo na gaafatan guide sin gochuun danda'a namni skill kana ittiin hojjetaa jiru yoo jiraates baay'ee natti tola keessaan na dubbisaa. Barnoota irrattilee field filachuu ta'uu danda'aa, yeroo boqonnaa kana waan barachuu barbaaddan ta'uu danda'a, any topic.
so carraa kanatti fayyadamaa may be booda busy yoon ta'e hin beekamu waan ta'eef, maal jettu yaada kana irratti?
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu? Ganni akkamitti darbaa jira? waanti haaraan maaltu jira?
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Sami PL
This Study plan for 40 days both natural and social Science
👆👆👆 please duraa video dhaggeffadha
Reaction keessan hir'ateera rakkoon jiramoo? Mee ammallee comment irratti waan jiru share godhaa akkasuma Reaction dhaan yoo waanti bade jiraatemoo comment godha.👍
Akkas haa goonukaa, poll kanarraa akka agarsiisutti 50% barataa 12 fixe waan ta'eef, barattoonni hamma ammaatti wajjin turre chaannalii kana irraa fayyadamtaniifi fuulduratti in fayyada jettanii yaaddan, challenge nama shaniif (5) chaannalii kana erguu haa fudhannuutii barattoota 12 jiraniif akkasuma 9-11 jiraniif share gootaanii comment irratti immoo ✅Done jettanii naaf barreessitu. Hin milkeessinuu mee challenge kana maal jettu reaction dhaan natti agarsiisaamee.
System barnootaa biyya kanaa jijjiiruuf dhaloota bira gahuun dirqama kanaaf sinis dirqama lammummaa keessanii bahadhaan dhaamsa kootii, akkuma sin gargaaraa turre ammamoo yeroon kan keessanidha, mee jaalala akkadaamii kanaaf qabdan ilaaluun barbaada.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam jirtu maatiin akkadamii hundumtuu? mee reaction fi comment dhaan jirra jedhaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
