OBU Muslim Students Jema'a
Ir al canal en Telegram
This is official telegram channel of Oda Bultum University Muslim Students Jama'a!! Website: https://obu-msj.blogspot.com/ Contact us: @creativegx
Mostrar más1 711
Suscriptores
-124 horas
-47 días
-1030 días
Archivo de publicaciones
Repost from طريق النجاح
� اغتنم فرصة فتح التسجيل، وابدأ رحلتك في طلب العلم الشرعي على منهجٍ راسخ.
ماذا ستدرس في معهد ابن عثيمين؟
✨ دراسة مؤلفات الشيخ ابن عثيمين -رحمه الله-.
✨ منهج علمي متدرج يناسب المبتدئين.
✨ أكثر من ٣٥ مقررًا في مختلف العلوم الشرعية.
✨ شروح يقدمها نخبة من طلاب الشيخ.
✨ بيئة تعليمية تفاعلية تعين على التحصيل والاستمرار.
✨ شهادات أكاديمية تؤهلك لمواصلة الدراسات العليا.
بادر بالتسجيل، ولا تؤجل خيرًا؛ فخيرُ ما يُستثمر فيه العمر هو العلم النافع.
📌 رابط التسجيل:
https://uthaimeen.com/register/
📲 قناة المعهد على تيليجرام:
https://t.me/Uthaimeen_Institute
For more information join the
👇👇👇👇
https://t.me/tarequ_nejah

Obboleeyyan keenya warri har'a eebbifamtan,
Baga firii dadhabbii keessanii ijaan argitan!
Baga eebbifamtan! Baga gammaddan!
🎉🎉🎉
🎓 مباركٌ لكم التخرج!
نسأل الله أن يبارك لكم في علمكم، ويوفقكم لما فيه خير الدنيا والآخرة. 🎓
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎓 Congratulations.
May Allah bless your knowledge, guide your future, and grant you success in this life and the Hereafter. 🎓
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎓 እንኳን ለምረቃችሁ ደስ አላችሁ!
አላህ ዕውቀታችሁን ይባርክ፣ በወደፊታችሁም ስኬትና በረከት ይስጣችሁ። 🎓
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga Gammaddan!!
Congratulations once again! May Allah bless your future with knowledge, success, and barakah. Aamiin. 🌹
@obumsj1
Assalamu Aleykum Warahmatullahi Wabarakaatuhuu Nageenyi Ilaahirraa tahe isinirra ha jiraatu
Joollee teenya warra rabbiin Qormaata Exit exam irra aantan Baga gammaddan baga gammanne, gammachuun teessan gammachuu teenya, firii itti laffa'aa baatan ijaan arku caala wanni nama gammachisu hin jiru
Inni biraa warri rabbiin darbuu keessan isinin hin fedhin hamilee hin cabina, isin dadhabaa ykn warra dabre gad taatani osoo hin taane fedhii Allaah tu keessa hin jiraatinif tana beeku qabdan, ammas taaanan jabaatus obsuun obsitanii yo aarii san liqimsitan rabbiin wan kana caalu isinif bakka buusun wallaahi haqiiqi, kufnes hin ja'ina ammas taanaan carraa biraa ni qabdan, akkuma warra dabaref gammannu, isin warra jalaa haftefis qalbiin nu cabdi, Kanaaf
Abshiruu Ilaahin qalbii isin caphxe tana waan ajaa'iba isinif fide isin ha gammachiisu
Assalamualaikum warahamtullaahi wabarakaatuh
Dear Students,
We extend our heartfelt congratulations to all students who successfully passed the National Exit Exam. Your hard work, dedication, and perseverance have borne fruit, and this achievement is a testament to your commitment to academic excellence. We are proud of your success and encourage you to continue striving for greatness in your future endeavors.
To those who did not achieve the desired results this time, please remember that setbacks are not the end but opportunities for growth. Your efforts are commendable, and with patience, determination, and renewed focus, you will overcome this challenge. The next term offers another chance to succeed, and we have full confidence in your ability to excel.
Oda Bultum University Muslim Students Jema'a stands with all of you celebrating your victories and supporting you through challenges. Let us continue to uphold the spirit of resilience and unity as we move forward.
Once again, congratulations to the successful students, and to those preparing to try again, we believe in your potential. Keep pushing forward!
Best regards,
OBU Muslim Students Jema'a
@obumsj1
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
●●●●●
Akkam jirtan ahbaabii, maatiiwwan Jama'aa keenyaa?
Duraan dursee Alhamdulillaah faaruun Rabbiif haa tahu!!
Obboleeyyan keenya warri Exit Exam dhiheenya kana qoramtan baga irra aantan. Baga gammaddan. Baga nu gammachiiftanii nullee boonsitan. Rahmaan du'aa'ii fi kadhaa teenya lafatti hin dhiifne. Laffaatii keessanis bilaash hin goone. Firii gaarii fi bareedduu taateen nuu fi isinillee gammachise. Nama Rabbiif jecha of qabee diinal islaam kaddame Allaahaatu isaaf of qaba. Inni yoomiiyyuu milkii malee kisaaraa hin argu.
Fuulduraas milkii walitti isiniif haa dhaabu. Gammachuu malee gadda hin dhagahinaa. Hanga jirtan kidmaa diinal islaam irratti akka jajjabaattan, hoggaa asii baatanis Jama'aa kana akka yaadattan, du'aa'iis akka nuuf gootan isiniin jenna!!
Obboleeyyan keenya warra roga irra turtaniin gahee keessan bahachaa Jama'aa kana utubaa asiin gahaniin hangafee barattoota muslimaa fi maatiiwwan Jama'aa keenyaa maraan baga gamaddan isiniin jechuun barbaada!!
Mabruuk Aleeykum!!
#Congratulations
Obboleeysa keessan kan Rahmaaniif jecha isin jaalatu
Araarsoo Mahaammad
June 23, 2026
Harar, Oromiyaa irraa!!
Assalamualaikum warahamtullaahi wabarakaatuh
Dear Students,
We extend our heartfelt congratulations to all students who successfully passed the National Exit Exam. Your hard work, dedication, and perseverance have borne fruit, and this achievement is a testament to your commitment to academic excellence. We are proud of your success and encourage you to continue striving for greatness in your future endeavors.
To those who did not achieve the desired results this time, please remember that setbacks are not the end but opportunities for growth. Your efforts are commendable, and with patience, determination, and renewed focus, you will overcome this challenge. The next term offers another chance to succeed, and we have full confidence in your ability to excel.
Oda Bultum University Muslim Students Jema'a stands with all of you celebrating your victories and supporting you through challenges. Let us continue to uphold the spirit of resilience and unity as we move forward.
Once again, congratulations to the successful students, and to those preparing to try again, we believe in your potential. Keep pushing forward!
Best regards,
OBU Muslim Students Jema'a
You can check your exit exam result through the below link
https://result.ethernet.edu.et/result
Instagram is now unlimited" If you don't work now, you will regret it later.
💰Open the bot to start earning!
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🌙✨
Yaa Ahbaabil kiraam 🤝
Dubbiin gaafa kophaa bahanii khalawaa bakka itti rabbi ﷻ malee wanti biraa nama hin arginetti argamaniidha. Nama birattii fii zaahiratti nu hundinuu Saalihoota. 🤲
حسبو أنفسكم قبل أن تحاسبو ⚖️ هذا هو نصحتى ال خماعت طلابلمسلمين في خماعة اود بلتم 🕌
Eid Mubarak to all Muslim students at Oda Bultum University and around the globe!
As.wr.wb 🌙
Yaa Akhil kariim 💬
Mee Gaafii kana deebisuuf yaali 🤔
✅️ Sahaaboota Rasuula irraa (Salallaahu Aleeyhi Wasallam) 🕌 Kan Dubra Rasuula (Salallaahu Aleeyhi Wasallam) 2 fuudhe Eenyu🤔?
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
~~~~
Sababa obboleeyyan keenya warri Remedial qormaata eegalaniif, barattoonni keenya warri waggaa 1ffaa fi sanaa oliitis Final Exam dhaaf qophiitti jiraniif, akkasuma barattoonni GC ammoo Exit Exam dhaaf qophaa'aa jiraniif, Qaraatiin kitaabbanii har'a galgala ni goolabamti. Kanaaf kana hubattanii, barattoonni keenya hundi boru galgala irraa eegalee qaraatiin waan hin jirreef, hanga duraanii caalaa dubbisa keessan irratti jabaattanii akkuma roga diiniitiin jabaachaa turtan roga akkaadaamii tiinis akka jabaattan isiniin jenna.
Seektara Qiraatii irraa
Warra Jama'aa kana utubee asiin gahe galateeffachaa geggeessaa, dhaloota dhufaa jiruunis bu'uura Jama'aa keenyaa gad jabeessaa imala keenya itti fufna!!
Alhamdulillaa, Sagantaan Geggeessaa Barattoota Eebbifamoo Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Odaa Bultum bifa ajaa'ibaatiin milkiin xumuramee jira.
Sagantaan kun akka milkaahuuf warreen gahee keessaa qabdan hundi keessanuu Rahmaan Jazaa keessan Jannatul Firdoowsiin isiniif haa deebisu.
Obboleeyyan keenya warri eebbifamoon Rahmaan fuulduree keessanis isiniif haa bareechu, milkii gubbaan milkii isiniif haa dabalu.
Akkuma kanaan dura sochiiwwan Jama'aa keessatti roga garagaraatiin hirmaachaa turtan, eega asirraa eebbifamtanis roga jirtan hundaan diinal islaam akka tajaajiltan isiniin jenna.
OBU Muslim Students Jema'a