cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Abse Show๐Ÿ‘‘โค๏ธ๐ŸŒณโค๏ธ

I love you so much ๐Ÿฅ€๐ŸŒนโš˜๏ธโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ

Mostrar mรกs
El paรญs no estรก especificadoEl idioma no estรก especificadoLa categorรญa no estรก especificada
Publicaciones publicitarias
203
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 dรญas
Sin datos30 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Barattoota qormaataaf qophii irra jiran; RABBIIN Qalama keessan kan deebii qofa baatu isiniif haa godhu.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1
๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ง๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐˜๐˜๐—ถ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—ด๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—บ๐˜‚ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—พ๐—ฒโ€ฆ ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฒ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚โ€ฆ ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿญ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:-Dhiira Dalagatee bulu. ๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ถ:-Namni xaaree bulu nama gaariidha. garuu, Waan Fooqii 2ffaa irra jiru arguu qaba. ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:-Dhiira dalagatee buluu fi Ilmaan qabaachuu Jaalatu. ๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ถ:-Maashaa Allaah kunis nama gaariidha garuu waan fooqii 3ffaa irra jiru arguu naaf wayya. ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฏ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:-Dhiira dalagatu, Kan ilmaan qabaachuu jaalatuu fi Kan Innis hedduu bareedu. ๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ถ:-Ooh! Yaa Rabbi qalbiin kaatee na rarraatee jirti, garuu waan fooqii 4ffaa irra jiru osoo addaan hin baafatin of duuba hin deebiโ€™u itti fufuu naaf wayya. ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฐ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:-Namni kun ni dalagata, ilmaan ni jaalata, Garmalee bareeda, Hojii mana keessaatis ni hojjata. ๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ถ:-Uuf!! Akkamuma taโ€™a ? Kunis waan hedduu qaba. Garuu Surprise fooqii 5ffaa irra jiru arguu qaba. ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:- Namni kun ni dalagata, ilmaan ni jaalata, Garmalee bareeda, Hojii mana keessaatis ni hojjata, fedhii kee hunda siif guuta. ๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ถ:-Hardha qalbiin tiyya akkanatti rarraatee dhuma kiyya Osoo Hin argin hin deemu. Iccitima fooqii 6ffaa irra jiru arguu qaba. ๐—™๐—ผ๐—ผ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ:- Dubartii Bakka kana geette wanti gammachiisu waan hin jirreef asumaan bahii deemi. Of duuba hin laalin jedhaniin jedhan.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 5โค 2
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa har'aa Mobile barataa Kutaa 9ffaa baratuu tokko yeroon ilaalu, Suuraa Birhaanuu Naggaa tana screena mobile Gubbaa qaba! Akka yeroo mobile bane hunda suuraa isaa ilaalee barnootatti cimu barbaadeeti natti fakkaata ๐Ÿ˜Š Yaa barattoota keenya! Rabbiin Isinii fi Gaash birhaanuu Addaan isin haa eegu๐Ÿ˜Š
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 4๐Ÿฅฐ 1
Pirezidant Vilaadmiir Puutin Kiim Joong Uniif konkolaataa limoozinii kennan ==== Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin gaggeessaa Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uniif konkolaataa ammayyaa Limoozinii kennaniif. Pirezidant Puutin Kooriyaa Kaabaatti simannaa akkaan ho'aa ta'etu taasifameef. Hoggantoonni biyyoota lamaanii marii sa'aatii dheeraa erga taasisanii booda dhimmoota gara garaa irratti waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalteen kun biyyoota lamaan weerara jiraachuu malurraa tiksuudhaaf gargaara jedhan Mr. Puutin. Konkolaataa Pirezidant Puutin Kiim Joong Uniin badhaasan kanaanis sa'aatii dheeraa ko'oommataa turaniin booda ittiin bashannana ba'aniiru.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 3
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฏ Jibuutii 1 - 1 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Itoophiyaa Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa 2026'f Itoophiyaafi Jibuutiin Morokootti taasisan tokko qixa xumurame. Jibuutiif Gabriel Dadzie, Itoophiyaaf immoo Minyiluu Wandimmuutu galche. Galchiin lamaanuu boqonnaa dura seenan. Itoophiyaan taphoota gulaalli afur taphatte keessaa sadan isaanii qixa yoo baatu tokko mo'amteetti. Jibuutiin garuu tapha afur keessaa sadii mo'amuun reefu Itoophiyaa waliin qabxii hiratte. Suuraa: EFF โ†ช๏ธ https://bbc.in/4cd5sbf
Mostrar todo...
Itoophiyaan Waancaa Addunyaaf darbuuf carraa qabdii?

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa harโ€™aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti.

๐Ÿ‘ 3
Mostrar todo...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

โค 2
Tibba kana Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa waggoota dheeraa biyyattii keessatti al-shabaabiin irraa eegaa turan akka ba'aniif gaafatte. Akkuma mootummaan Somaaliyaa hawweefi gaafateen loltoonni Itoophiyaa ni bahuu? Loltoonni Itoophiyaa yoom, akkamiin akka seenan, akkasumas meeqa akka achi jiran hubachuuf waan qindeessina kana dubbisaa. Loltoonni Itoophiyaa ba'uun ammoo qaawwa akkamii uuma?
Mostrar todo...
Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaatii ba'uun al-Shabaab akka cimuuf carraa uumaa?

Oduun Amajji 1, 2024 waajjira Ministira Mummee Abiy Ahimad keessaa bahe walitti dhufeenya Itoophiyaafi Somaaliyaarratti jijjirama olaanaa hordrofsiisee ture.

Mostrar todo...
Abse show ๐Ÿ‘‘๐Ÿ’Ž (@Abseshow11) on X

#highlights #Amazing #Viralvideo #OMG #baskatball #foryou #fyp #fypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท #fyppromotion #X #share

๐Ÿ‘ 3
Mostrar todo...
Hi guys my friends ๐Ÿงก

Visit the post for more.

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sรณlo permite el anรกlisis de 5 canales. Para obtener mรกs, elige otro plan.