cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Waldaa misooma Oromiya

https://t.me/Ambo_Students_Group_New_2016

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoEducación98 262
Publicaciones publicitarias
501
Suscriptores
+324 horas
+247 días
+8730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

sticker.webp0.16 KB
1🥰 1
sticker.webp0.15 KB
sticker.webp0.15 KB
NAAF KAKACHIISAA! Tarii jaalalakootu Qabaatemoo xurii Ishiitu jijjiirrate Ilaalcha ishii durii? Osoo anaan oodduu Gabaatti haasofti Waayee jiraachuukoo Yoo yaaddu ni qaanofti Ollaatti wacuudhaaf Tasa yeroo hin dhabdu Anatti hasaasuuf garuu Sakoondii tokko hin qabdu Ani osoon hin qabne Badiin ishii hale Waanuman jibbamuuf Garuu nan wallaale Badii ishiin agartee Ittiin na jibbitu Mee naaf gaafadhaa Sinitti haa himtuu Jedhaa naaf gaafadhaa “Maali badiin isaa?” Yoon badii qabaadhe Jiraachuufaan dhiisa! Waanta ishiin jettemmoo Naaf kakachiisaa! #Bilisummaa_Shibbiruu✍🏻 Join @BarruuWalaabu
Mostrar todo...
👍 4 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 4 2🥰 2
Channel W
Group W
Channel A
Group A
sticker.webp0.16 KB
👍 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 4🔥 3 1
Oromo
Tigre
Amhara
Tokko Filadhu Darbi
12 Amala Namoota D Dhugaan beekumsa Qabanii. 1. Hammam akka qaroo ta'an hin dubbatan. Sammuu isaanii guddisuu irratti bobba'anii jiraatu. 2. Waan hojjetan qoratanii yaaluun caalaatti baratu. 3. Ofii isaanii waan tokko adda baasuuf yaalu. Wantoota adda baasuuf yaalii fi mala rakkoo furuu baay’ee fayyadamu. 4. Yeroo hunda beekumsa adamsaa jiraatu. Waan duraan beekan osoo hin taane waan beekuu barbaadan irratti xiyyeeffatu. 5. Waan beekaniin hin dhaadatan. Inumaayyuu beekumsa isaanii hojii irra oolchu. 6. Tuqaawwan walitti hidhu. Wantoota wal hin fakkaanne gidduutti walitti dhufeenya barbaadu, dirree fi gosa barumsaa hunda keessatti ni dubbisu. 7. Fedhii baruu guddaa waan qabaniif gaaffii ciccimoo hedduu gaafatu. 8. Muuxannoo isaanii irraa mudaa hin qaban. 9. Hibboo adda addaa hiikuu barbaadu. 10. Kufaatii irratti rakkoo hin qaban. 11. Hayyuu of fakkeessuuf hin yaalan. 12. Yeroo hunda jechoota gurguddaa hin fayyadaman. Jechoota sirrii ta’an fayyadamu, yeroo barbaachisaa ta’etti guddaas ta’e salphaa garuu ifaafi salphaa ta’uu irratti xiyyeeffatu. 📲 Share godhaa! ━━━━━━━━━━━ 🖋️. https://t.me/Ambo_Ifa_Boru_New_2016 🖌️
Mostrar todo...
👍 4🥰 2
Gaaffii Sammuu🤔 8. Yeroo hunda halluu dhaabbataa ta'e qaba garuu dheerina dhaabbataa hin qabu. Yeroo aduu ni argama garuu yeroo roobaa hin argamu. hin nyaatu hin dhugus, miidhaas hin qabu. Wanti kun maal ta'uu danda'a?
Mostrar todo...
👍 3🥰 2
🇦. Duumessa
🇧. Samii
🇨. Gaaddidduu
🇩. Fixeensa
🇪. Deebii hin qabu
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.