cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

@BIRHANU FANTA

✍️Obsii Kaayyoo Kooti ✍️Hamman Galma koo gahuti ✍️Jechoota_Haayyoota ✍️Kitaboota_Xiin_Sammuu ✍️Walaloo,_Asoosama ✍️Yaadoota_Haaraa macaafa_Qulqulluu Join as👇👇https.//t.me/Birhanu_Fanta Facbook Birhanu Fanta Dambi Tictok @Birhanu Fanta

Mostrar más
Finlandia3 580Javanés734La categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
207
Suscriptores
+124 horas
+17 días
+830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

🔥Today’s Hamster Kombat Daily Cipher Morse code The code: STABLE S: ••• (dot dot dot) T: - (dash) A: •- (dot dash) B: -••• (dash dot dot dot) L: •-•• (dot dash dot dot) E: • (dot) When you hold down the circle with the hamster, a dash appears. When you tap quickly, a dot appears.
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Today's Hamster Kombat Daily Combo 1. PR&Team tab Under Security Audition 2. Specials tab Under X Network 10 million 3. Specials tab UNDER USDT on TON #Hamsterkombat #Blum #tapswap
Mostrar todo...
#Faayidaa Telegiraamii #Yeroo ammaa kana Telegram(Telegiraamiin) Midiyaa hawaasaa baay'ee filatamaa fi dorgomaa akkasumas Madda barnootaa ta'uu irra darbee madda galii ta'ee jira.       #Kana malees Telegiraamii Faayidaa heddu qaba 1. Kuusaa servarii daangaa hin qabne qaba #Kuusaa sarvarii dangaa hin qabne(Telegram unlimited storage) siif kenna kana jechuun ergaawwan barreeffamaa, suuraan, suur_sagalee Faayiloota garaagaraa ittiin walii daddabarsuu fi olkaa'uu dandeenya.  #Fulbaana 2021 irraa eegalee hanga faayila tokkoo hanga 2GB olkaa'uu kan dandeessu yoo ta'u, lakkoofsa waliigalaa faayiloota olkaa'amuu danda'an irrattis daangaa hin jiru. 2. Dhiibbaa miidiyaa #Fayyadamtoonni suuraa fi viidiyoo dhiphisuu ykn kan hin dhiibamin erguu filachuu danda'u. 3. Dandeettii lakkoofsa miseensa garee #Fulbaana 2021 irraa eegalee gareen telegiraamii tokko miseensota kuma 200 dhiyeessuu danda'a. 4. Amala maqaa fayyadamaa #Lakkoofsa quunnamtii isaa yoo hin qabaannellee telegramiin nama kamiinuu waliin wal qunnamuu dandeessu.  (Icciitii lakkoofsa quunnamtii fayyadamaa mirkaneessuuf guddaadha).  #Lakkoofsa bilbilaa keessan osoo hin mul'isin gareedhaan ergaa erguu illee itti fufuu dandeessu. 5. Chaanaalii #Chaanaalii tokko garee wajjin wal fakkaata, kunis miseensota lakkoofsa hin daangeffamne keessummeessuu danda'a.  #Uumaan chaanaalii kanaa eenyu maxxansuu akka danda'uu fi eenyu maxxansa sana ilaaluu akka danda'u murteessa. 6. Deeggarsa waltajjii hedduu #Telegram Android, iOs, Windows, Mac OS, fi karaa browser kamiinuu ni argama.  7. Chat dhoksaa #Chaat dhuma irraa gara dhumaatti icciitii qabu kan ergaawwan yeroo sa'aatiin rukutu ofumaan haqaman.  Karaa kamiinuu hack gochuu hin danda'u ta'a. 8. Bots #Sagantaa kutaa xiqqaa AI fi barumsa maashinii irratti hundaa'eedha.  Hojii adda addaa raawwachuu ni danda’a.  Fakkeenyaaf, botiin fakkii maqaa irraa fakkiiwwan fiduu danda'a. #Bot gosa hedduu qaba.  Botwwan beekamoo ta’an Image bot, sticker bot, gif bot dha. 9. Bilbila sagalee & Bilbila viidiyoo #Telegram version haaraan kun bilbila sagalee & viidiyoo lamaan kan deeggaru yoo ta'u kunis yeroo dheeraaf WhatsApp waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu dhabame.  Muuxannoon fayyadamaa amala kanaa waltajjiiwwan lamaan keessatti wal fakkaata jechuun ni danda'ama.  Garaagarummaan guddaan hin jiru. 10. Faayila gosa kamiyyuu ni erga #Fayyadamtoonni faayila gosa kamiyyuu karaa Telegram erguu ni danda'u. 11. Kutaa dachaa #Fayyadamtoonni telegiraamii yeroo tokkotti meeshaalee hedduu irratti seenuu kan danda’an yoo ta’u, meeshaalee hunda irratti ergaa fudhachuu danda’u. #Ergaawwan wixinee keessattis kaa'uu dandeessu.  Mee fayyadamaa biraatiif ergaa erguuf yaalaa jirta haa jennu.  Keeyyata dheeraa barreessitee booda erguuf murteessitee olkaawwachuu dandeessa. 12. Bilisaa dha! #Guutummaatti bilisa waan ta'eef ergaa meeqa ergitan ykn fudhattan malee daangaa hin qabu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
Mostrar todo...
2
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Dorgomaa kee yoomiyyuu hin jibbin. Jibbi kufaatii Dhala. Jibbi jibba Dhala. Jibbi ciminni kee akka laafu taasisa. Jibbi dadhabinni kee akka heddumatee mulatuuf si affeeraa. Ati garuu, deebii sirrii tokko taasisi. Dorgomaa kee, kabaji. Irraas baradhu. Daldalaa, barataa, barsiisaa, qotebulaa, barreessaa, weellisaa, abbaa qabeenyaa, hoogganaa, oogummaa kamiiniyyuu haa ta'u, maalumaanuu caali, isaa gadis ta'i, qaama siin dorgomaa jiru, qaama ittiin dorgomaa jirtu kamiyyuu hin jibbin. Kabaji. Irraas baradhu. Eeyyeen, jibbi kee har'aa milkaa'ina kee boruutti gufuu ta'a. Boru milkaa'uuf guyyaan addatti siif kenname guyyaa har'aa ti. Ati kabajuun kee si kabachiisa. Ati kabajuun kee karaa milkaa'ina kee gabaabsa. Irraas baradhu. Karaa gara milkaa'inaatti si geessu siif qara. Dhalli namaa waan Mara hin beeku, kan ati hin beekne dorgomaan kee ni beeka ta'a irraa baradhu. Abshaalummaan irraa baradhu. Dorgomaa kee kabaji. Irraas baradhu.@milkaainajireenyaa
Mostrar todo...
1
Photo unavailableShow in Telegram
DUBBII KANA HUBADHAA! ▬▬▬▬▬▬▬▬ ◉ ‍Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti; kuftee ka'uu danda'uu qabda jechuu dha malee. ◉ Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuu dha malee. ◉ Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaarii dha jechuu miti; jibba caalaa jaalalli hunda caala jechuu dha malee. ◉ Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti; Garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee. ◉ Hojii jaaladhu jechuun hojiin ati amma hojjataa jirtu gaarii dha jechuu miti; Boru akka hojiin gaariin si eeggatu hojii har’a hojjataa jirtu jaaladhu jechuu dha malee. ◉ Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti; kan biraas dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuu dha malee. ◉ Abbaa garaa hin ta'in jechuun hin nyaatin jechuu miti; Haqa nama biraa hin nyaatin jechuu dha malee. ◉ Hin dallanin jechuun ati miira hin qabdu jechuu miti; dallansuu kee irraa dafii deebi'i jechuudha malee. Ooltii miidhagaa qabadhaa!!!!
Mostrar todo...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Today's Combo
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Tap Swap dhibbeentaa 100 mirkana'ee jira warri hin eegallee eegala warri hojechaa jirtan jabeessaa. https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5451875647
Mostrar todo...
Yeroo hundaa waan haarawa yoo baran mul’atu. Mudannoo fi oolmaa guyyaa guyyaa keessatti muuxxannoo haaraa baruu fi yeroo hunda waa dubbisuun nama guddisa, dirree hiree fi milkaa'ina namaaf bal'isa. Hir’inaa fi cimina isaanii addaan baafatu yookiin bareechanii beeku. Namoota jireenyatti milkaa'anii sadarkaa guddaa irra gahan, CIMINAA fi DADHABINA isaanii qajeelchanii beekuu isaaniiti. Waakkachuu irra, namoonni kunniin, hir’ina qaban hubatu yoo itti himames gammachuudhaan simatu. Dhimmoota kamiif dursi akka laatamuu qabu hubatu. Jireenya bu'aa bahiin itti heddummate kana keessatti, wanti hojjetamuu qabu yookiin rakkoon furamuu qabu hedduu dha. Dhugaan jiru garuu, hangamuu cimaa taanu, rakkoo nama mudatu hundaaf yeroo tokkotti deebii kennuun tasa waan hin danda’amneedha. Isa hunda irra xiyyeeffannaan guddaan kan barbaachisuuf dursi laatamuu qaba. Namoonni ciccimoon jireenya isaanii keessatti milkaa'ina guddaa galmeessisan kan godhan kanuma. Hedduun keenya garuu, waan cufa al tokko raawwachuuf carraaqna; akkas gochuu keenyaan dhoqqee keessaa hin baaneen qabamna. Al tokko waan dursi laatamuuf tokko! Maallaqa isaaniitti sirnaan fayyadamu. Waa’ee mallaqaan walqabatee dhugaan yeroo hunda ka’u tokko hanga argattu qofa osoo hin taane waan argattu akka itti qabattuudha kan si duroomsu. Hangamuu haa baay’atuu, maallaqa argattu faffacaasta, bubbeef kennita taanaan ati yoomuu rakkataa fi liqii kadhataadha. Yeroodhaan hirribaa ka’u Amalli namoonni barnootaan, daldalaanis ta’ee waan biraatiin cimina yookiin milkii guddaa argisiisan ittiin beekaman tokko yoo jiraate simbira ganamaa ta’uu isaaniiti. Kaayyoo fi Galmi isaanii Ifa Maaliidhaaf jiraatta? Essa ga'uudhaaf tiratta jettanii yoo gaafattan namoota kanniin irraa kan argattan deebii gabaabaa fi ifa ta’e tokko. Maaliidhaaf akka hojjatan, eessa ga'uudhaaf akka tarkaanfatan yoo gaafataman bifa wal hin dhoofneen deebii isaanii lafa kaa'u. Hawaasaa fi hiriyyoota wajjin hariiroo cimaa uummatu. Milkaa'inni, kallattii kamiinuu ta’uu danda’a, jireenya hawaasummaatiin hedduu walitti hidhata qaba. Kophaatti ba'anii jiraachuunis ta’ee milkiin kophaatti galmeessisan waan hin yaadamne ta’uu waan beekaniif hawaasummaa fi hariiroo gaariidhaaf iddoo guddaa laatu. Amala gaariidhaan ummata biratti mul’atu. Ummata biraa jibbaa fi tuffii horachuun gufuu imala gara milkiitti godhamu gatantarsan keessaa isa tokko. Hawwuu qofa miti jireenyi. Kanniin milkaa'an irraa barachuudhaan nutis waan hawwinu harkatti galfachuu ni dandeenya. Gufuuleen hawwii keenya bira akka hin geenyeef danqaa ta’an hedduutu jira. Gufuun guddaan garuu nuti ofii keenyaa amalaa fi aadaa milkiitti nu geessu dhabuu keenya. Ammuma irraa eegaluun amalaa fi aadaa gara milkaa'inaatti nu geessu simachuudhaan hawwii milkaa'inaaf qabnu haa dhugoomsinu. JOIN👇 https://t.me/+XeB7M1P2wmUyNWZk
Mostrar todo...
2
Photo unavailableShow in Telegram
QOPHII TORBAN JECHOOTAA Qophiin Torban jechootaa jechoota akka misaa'elaa torba qindeeffannee kan isin biraan geenyu ta'a! 1, Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf mirga guutuu qaba. 2,Dhalli namaa guyyaata hedduu bira dhaabachuu kee nii dagatu, garuu guyyaa tokkittii irraa hafuukeen si komatu. 3, Hamma rakkinni dhuftee si rakkiftutti ati rakkinaaf hin rakkatiin. 4, Saree kaattee dhuftee sitti duttu hundatti imala dhaabdee dhagaa itti hin darbatiin, Lafa imalaa jirtu hanqatta. 5, Gaaffii hundumaaf dhaabattee deebii hin kenniin gaaffiin imala kee gufachiisuuf dhufu baay'eedha. 6, Yoo ati ofiikee of kenniteef malee namni kamiyyuu ofiin ka'ee abdiif haamilee kee cabsuu hin danda'u. 7, Namoota abdii si kutachiisuu barbaadaniif harkas fuulas hin kenniin mul'ata keetti cimaa jecha isaanii tuffadhu. #Qaroo_Waamaraa Qophii Torban jechootaa 7 Asgoraa👇 https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.