Nuti Eenyu?
Of ta'uun ofiif ta'u dursa kan of ta'etu ofiif ta'a. ✍️asirraa kanneen argattu 👉Walaloo 👉Jechoota garaagaraa 👉Gors mimmiidhagoo 👉Seenaafi K.K.F.Argattu
Mostrar más1 225
Suscriptores
+324 horas
+87 días
+8430 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
hin dagadhu
Nama yeroo rakkoo
Nabira dhaabbatee
Nama gaafa rakkoo
darbatee Nagatee
akkan rakkadhuuf
sababa kan ta'ee
Tasa hin dagadhu
yoomillee yoo ta'ee
♡ ❍ㅤ ⎙ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
❤ 5
Mostrar todo...
walaloo guutuu isaa yeroo dhihoottii
gaafa milkaa'uu jalqabde wantoota kanneen hin dagatin. 🌹🥀🍁
A. Ka’umsaa Fi Bakka irraa kaate.
B. Aarsa namoonni biroo asiin sigahuuf kafalan.
C. As gahuudhaaf xaarii ykn ifaajee dabarsite.
D. Galata galfachuu.
E. Wanti argatte hundi gatiin Kan itti kafalame ta’uu.
F. Eenyummaan kee waan Ati qabdu caala guddaa Akka ta’e.
G. Namoota Haqa sirraa qabaniif, Haqa isaanii kafaluu.
H. Bakki Ati jirtu, wanti Qabduu Fi Atis harka Rabbii Jiraachuu.
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
❤ 6👍 3
If you want to change for the better, work on yourself quietly. Growth is usually quiet. You don’t have to explain yourself to anyone. Let them wonder what’s going on. It’s not their business anyway. The Almighty knows and that’s enough.
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
👍 3❤ 2
@Cabakoo_hawwita
👍👍👍👍👍👍👍
ati guutuu taatee dhalattee
ani hin taane hirruu namaa
ofii keetiif gaarii barbaadaa
anaaf hin hawwin waan hamaa
anas natti tola akkuma kee
osoon waan gaarii argadheetii
wanti hundumtuu naaf guutee
osoon gammadee jiraadheetii
goojjoo rakkinaa jigsee diigee
waan hunda harkatti galfadhee
anis dhugaadha nan barbaada
rakkoo mara osoon injifadhee
akka waan ani argachuun
jireenya keerraa hirrisuu
akka waan an guddachuun
guuddina kee gad_deebisuu
akka waan ani dhabuun
sadarkaa kee dabaluu
akka waan an okkoluun
caba kan kee siif yaaluu
ati Caba koo hawwita teessee
kufaatii koo eegda yeroo maraa
akka ani galma hin geenyeef
daandii kootti guurta danqaraa
kankee dagattee kiyya afarsitaa
shiraan na gaadda daba footee
waa'ee koo tumtee bulleessitaa
gaarummaa koo hamaa gootee
mufannaan kee na hanqisee
namummaa koo hin hirrisuu
jirma yoo narratti guurtees
kaayyoo koorra nan hambisuu
ilaalcha ke dogoggora sanaan
ani daandii koorraa hin maquu
kaayyoo kee dabaa baadhee
galma dhugaa sana hin dhaquu
haada ati footeen of gaaguree
hamilee kiyyasan hin fannisuu
abdii dhabee garaa koo muree
galma kaayyoo hin hanqisuu
Gufuu ati keesseen Rukutamus
mogoleen kan koo hin laaffatuu
adeemsa jalqabe sana dhiisee
abadan yoomuu hin dhaabbatu
akka inni na waraanuuf jecha
bar Qoree ati na jala keessee
tasa gonkumaa hin sodaadhu
irran darbaa beeki hurreessee
waan barbaadde yo gootellee
nan dhaabdu kaayyoo koorraa
hanga lubbuun kan koo jiruu
milkeessuudhaaf nan jooraa
kanaaf atis waa'ee kiyya dhiisii
itti yaadi waa'ee mataa keetii
anis bar uumama biraa mitii
Hubadhu namuma akka ketii
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
👏 5❤ 2👍 1🥰 1
usmaan bin affaan gaafa wareegame umriin isaa meeqa?Anonymous voting
- A.75
- B.80
- C.78
- D.82
❤ 5👏 2🥰 1
@Haa_galatooman
haa galatooman
jarri of ibsanii
osoo hin qoratin
nuti waa'ee isaanii
sadarkaa isaanii
warri gad_buusanii
kabajaa isaanii
ofiif balleessanii
osoo nuti miinee
gaabbi keessa-n gallee
osoo gaarii yaadnuu
jarri warri haalee
🔔
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
👍 2❤ 1👏 1😍 1
@Amanamaa_Ta'iNamoota yeroo gaarii waliin dabarsite hundaaf amanamaa ta’i Miirri gadaantummaa fi galata dhabuu yoomuu hin dagatamu. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
👍 4❤ 2🥰 1👏 1
Obboleewwan kiyya qaqqaalii channel youtube kiyya kana seenaa
subscribe godhaa
nu jabeessaa
https://youtube.com/shorts/kmT7tomRkgE?si=4AcxiYahEAdbf408
❤ 8🔥 2
💧amantaa koo💧
anaaf amantaan koo
amantaa guddinaa
diinii diinii caaluu
daandii qaroominaa
Uummati saalphataan
jarri himmaan kufee
hin beeku ormi kun
Eessaa akka dhufee
yaada boodatti hafaan
Wallaalaan dhufanii
faaruun dagamanii
bar diinii dhiisanii
warra akkanaatiif
jiruun hin mijatin
duniyaatti qananiin
isaan hin mudatin
🔔
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
╔════════════╗
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪
╚════════════╝
👍 5❤ 5🥰 1👏 1
Elige un Plan Diferente
Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.