cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

BURQAA EDUCATION

Baga nagaadhaan gara Channel keenyaatti dhuftan! Channel keenya join taasifadhaa!

Mostrar más
Finlandia774El idioma no está especificadoEducación18 110
Publicaciones publicitarias
8 118
Suscriptores
+3324 horas
+1497 días
+79830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 1🥰 1
DAAMUU Fi TITIISA ▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Daamuu fi Titiisni obbolaadha. Daamuun angafa yoo ta'u, Titiisni immoo quxisuudha. Haa ta'u malee jireenya mataa isaanii jiraachuuf waan baay'ee hojjetu. Lamaan isaanii iyyuu baal'ee qabu; ni balali'u; hojii hojjetanii fi jireenya jiraatan irratti hundaa'uun ilaalchi isaan nama biratti qaban gargari! ⫸ TITIISA (TISIISA): Titiisni dhaloota isaa irraa kaasee hanga gaafa du'uutti jiruuf jireenya isaa waan faayidaa hin qabne irratti dabarsa. Ofii isaafis ta'ee namaaf waan bu'aa qabu hin hojjetu. Naannoo lafa kosii, waan xuraawaa, waan ajaa'aa, waan tortore, waan gatame, waan du'ee fi kan kana fakkaatan irra naanna'uun jireenya dhukkuba hamaa isatti fidu keessa jiraata. Yaa jarana mee ilaalaa! 🤧🤧🤧 kan isaayyuu hin tollee, qaaniin mana isaa hin jiruu dhufee nama irra qubata. "Kan taa'umsatti jibban kaatee namatti sirbiti" akkuma Oromoon jedhu sana jechuudha. Egaa titiisni kun erga dachee kana irratti uumamee jalqabee osoo ofis, namas hin fayyadin deebi'ee du'a jechuudha. Uuggum!! Kana rabbi nama haa oolchu! ⫸ DAAMUU: Daamuun dhaloota isaatii jalqabee jireenya ajaa'ibaa jiraata; ofii isaafis gammadee namaaf immoo bu'aa buusee darba. Daamuun abshaala gita hin qabnedha. Injinara beekamaa /cimaadha/. Mana inni lafa jalatti ijaaree keessa jiraatu injiinarootni si'anaayyuu meeshaalee teekinoolojii ammayyaa fayyadamanii ijaaruu hin danda'ani. Raajiidha kan ogummaa isaa! Ogummaa Daamuu beektuu isin??? Kan inni ittiin beekamu keessaa muraasni: ༄ Mana ijaaruu/construction engineer/. Maaloo yaa 'L-shape' inni ijaaru!! Raajiidha! ༄ Nyaata addaa qopheessuu/Food engineer/ Yaa Damma Daamuu! ༄ Ogeessa nageenyaati/Master of security/ ༄ Ogeessa fayyaati/Doctor of medicine/ Dammi daamuu dhibee adda addaa irraa nama fayyisuu fi akka dhibeef hin saaxilamneef nama gargaara. ⫸ Daamuun waan kana hundumaa hojjeta jechuudha. Ofii isaa qofaaf hin jiraatu. Akka titiisaa balaa namatti fida osoo hin taane, balaa nama irraa hambisa. Titiisi erga dhalattee jireenya gadadoo jiraatti waan ta'eef Daamuu booda dhalattee dura duuti. ༄ Kana irraa kan nuti barachuu/hubachuu/ qabnu: Namni lafa hin taane oolu, waan hin taane tuttuqaa oolu, waan Waaqnii fi Namni hin jaalanne hojjetaa oolu umuriin isaa akkuma kan titiisaa yartuudha/gabaabduudha/. ༄ Garuu, namni waan qajeelaa hojjetu akkuma Daamuu umurii dheeraa jiraata. Daamuu iddoon jireenya isaa baay'ee dhokataa waan ta'eef diinni akka salphaatti isa argachuu hin danda'u. ༄ Ergaan koo inni guddaan: akka Titiisaa waan xuraawaa tuttuquu haa dhiisnu, akka Daamuu waan hurgaa'u malee. ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ! Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu! ♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲ ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Mostrar todo...
👍 13 2
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 11 3
Waa'ee kee 'Nan danda'a!' Jedhi Eeyyen ni dandeessaa... Humni jabaan tokko Maddisaa si keessaa! Yoomiyyuu, eessattuu.. Qalbii ofin cabsiin! Namni godheef jettee... Galma kees hin maqsiin! Of ijaari malee Maaf cabda haamilee... Qabeenyi hin jiru Kan sammuu kee caalee! Waa'ee kee si caala Namni beekun' jiruu... Ofiin of gaggeessi @BURQAA_EDUCATION
Mostrar todo...
2👍 1🥰 1
Anistaayiniif deemsi waan barbaachisaa fi hafuu hin qabnee dha. Yeroo Yuunivarsiitii Niwu Jeersii ture dhaqaa galatti maayilii tokkoof walakkaa guyya guyyaan deema ture. Kana gochuun namoota akka Daarwiin kan yeroo hundumaa utuu hin nuffiin guyyaa guyyaan daqiiqaa 45 ala 3 deeman hordoofusaati.Kanas kan godhaniif, fayyaa isaanitiif yookan jabina qaamaaf jedhanii hin turre. Deemsi miila diriirfannaa dandeettii waa yaadachuu, waa uumuu keessa namaatti waan gabbisuu fi namoota rakkoo furuuf dandeettii qaban waan taasisuuf ture. Paastaa yookin Ispaageetti nyaachuu Namoonni qaroon maal nyaatu? Sammuu namaa haalaan gabbisa jedhamee nyaati himamu yoo hin jiraanneyyuu, sammuu ajaa'ibsiisaa kan Anistaayin kan akkas godhe paastaa nyaachuu dha jedhama. Anistaayin yeroo tokko akka qoosaatti, waa'ee Italii wantan jaaladhu yoo jiraate 'Ispaageetii fi hayyuu herregaa Leevii-Siviitaa jedhamu jechuun dubateera. Nutis egaa kanuma fudhanna jechuudha. Sammuun namaa qaama namaa guutuu keessaa dhibbeentaa 2 qofa yeroo ta'u, nyaata humnaa kennu kaalorii qaamni namaa fayyadamu keessaa hanga dhibbeenta 20 fudhachuun immoo tokkoffaa ta'uunsaa beekamaa dha. Ulfinni sammuu namaa giddugaleessaan giraamii 1,400 yeroo ta'u kan Anistaayin garuu giraamii 1,230 qofa. "Nyaati shukkaara yookan kaarboohayidireetii of keessaa qabu sammuu ni gabbisa. Kaarboohayidireetii hanga giraamii 25tti argachuun qaamni keenya sirriitti akka hojjatu kan gargaaru yeroo ta'u, yoo kun dachaa ta'e garuu dandeettii yaaduu sammuu nama ni hir'isa" jedha Leey Giibsoon, Yuunivarsiitii Rohamptoonitti, barsiisaa qor-sammuu kan ta'e. Gaayyaa xuuxuu Albart Anistaayin nama tamboo xuuxuudhaan baay'ee bekamuu dha. Balaa tamboo aarsuun fayyaa nama irratti fidu heddumminaan yeroo bekameetti, waan namni kun amaleeffate hordofuun waan gorfamu miti. Tamboo aarsuu kan jaalatu Anistaayin 'sabrii sammuu namaaf kennuun, namni murtee loogii hin qabne akka murteessu gargaara' jechuun ilaalcha qabu dubbateera.Bara 1940-1962tti, hanga Anistaayin du'ee waggaa torba ta'uutti, tamboon kaansarii sombaa waliin hidhata akka qabuu ifatti hin beekamne ture. Yeroo ammaa kanatti garuu kun iccitii miti. Tamboo aarsuun seeliin sammuu akka hin oomishamne godha, kuufama selebraal koorteeks jedhamuu kan dandeetti yaaduu sammuu keenyaa to'atuu haphisa, akkasumas sammuun keenya qilleensa qulqulluu ykn oksijiinii akka dheebotu godha. Kanaafu Anistaayin sammuu qaroo qabaachuun isaa sababa xuuxuufi jechuun hin danda'amu. Kaalsii keewwachuu dhiisuu Barmaata Anistaayiniin adda isa taasisu yeroo tarreefamu, jibba inni kaalsiif qabu utuu hin xuqiin darbuun hin danda'amu. Xalayaa durbii isaaf boodammoo haadha manaa isaa Elsaaf barresse keessatti, "ijoollumaatti kaalsii gaafan keewwadhu yeroo hundumaa qubni abbudduu kalsii kutee keessa ol baheen arga. Kanaafan keewwachuu dhaabee" jedheera.Kaalsii keewwachuu dhiisuun Anistaayin, jijjiirama jireenya isaa irratti fide qorannoon mirkaneessu hin jiru, haa ta'u malee amalli wayyaa kittii uffachuu caalaa wayya lafoo filachuu yeroo qoratamu, rakkina xiinxaluu dadhabuu sammuu wajjiin hidhata qaba jedhame amanama.Kanas hambisuuf Anistaayin yeroo gorsa kennu 'wantii guddaan yeroo hundumaa gaafachuu dhaabuu dhiisuu dha jedha. Waa baruuf carraaquun jiraachuuf sababa gahaadha' jechuun barruu Laayif jedhamutti himeera.Kana gochuu dadhabuun, akka ati waan biraa shaakaltu si godha. Maaltu beeka innis hojjechu ni mala ta'as jedheera.
Mostrar todo...
Amaloota addaa Albart Anistaayin irraa maal barannaa Namoota sammuu qaroo bu'aa olaanoo argamsiisan keessaa, qaroomina sammuu guddaa kan qabu fi amaloota adda qabuun kan beekamu tokko Albart Anistaayiin dha. Amaloota nama kanaa baruun sammuu keenya akkamiin qaruu akka dandeenyu hubannaa nuuf kennaa laata? Anistaayiin akkamitti anniisaa atoomii keessaa cuunfuu akka dandeenyu nu barsiiseera. Tarii namni kun samuu xiqqoo qabnu kana keessaa akkamitti waan bu'aa fidu tokko yookan lama baasuu akka dandeenyu nu barsiisu danda'a ta'a. Kanaaf ammoo haala rafiitii, nyaataa fi filannoo uffannaa isaa beekuun nu gargaaruu malaa. Hirriba sa'aatii 10 fi sillimii sakoondii tokko Rafuun sammuu namaaf gaarii ta'uu isaa hundumti keenyayyuu ni beekna. Anistaayiin guyyaatti yoo xiqqaate sa'aatii 10'nif rafuun namoota hedduu caalaatti gorsa fayyaa kana hojii irra nama oolche dha.Seenaa dhala namaa keessatti kalaqaalee Albart Anistaayin jijjiirama gurguddoo fidan kan akka Gabatee Pereedikii, caasaa DNA fi yaad-rimee Ispeeshaal rileetiivitii (Special relativity theory) yoo fudhanne, hundi isaanii iyyu kan argaman yeroo namnni kun rafu ta'uun isaa beekameera.Keesattuu dhuma irra kan jiru kan yaad-rimee abjuu keessaa loon elektrikiidhaan yeroo ajjefaman arge ture. Haa ta'u male kun dhugaa ta'u ni danda'aa laata? Bara 2004 keessa, hayyoonni saayinsii kan Yuniversitii Luubeek biyya Jarmanii yaada kana qorachuun, namoonni sirriitti rafan namoota rafiitii gaha hin arganne harka lama caalaa yaada gurguddaa burqisiisuu akka danda'an eeraniiru.Iccitii biroo hirribni qabu Yeroo rafnu sammuun keenya turtii daqiiqaa 90 hanga 120 keessatti hirriba salphaa, hirriba cimaa fi hirriba abjuu afaan saayinsiin 'Rapid Eye Movement/REM/' jedhamu gidduu jijjiirama. REM kun dandeetti waa baruu fi yaadachuu sammuutiif gumaacha guddaa qaba jedhamee yaadama.Wayita hirriba REM hin taane rafnu sammuun sochii baay'ee ariifata Ispiindil Iventis (spindle events) jedhamu keessa seena. Sochiin sammuu kun qarooma sammuu kan rakkolee furuu nama dandeessisu, waan haaraa ta'e tokko bira gahuuf yaada qajeelaa akka qabaannu nu gargaaruu fi waan tokko dafnee akka barru nu taasisa. Waan akkana kana Anistaayin baay'ee akka qabu beekama dha. Ispiindil Ivantiin tokko umurii sakondii murasaa kan qabu yoo ta'u rafiitiin halkan tokkoa sochiiwwan akkanaa kumaatamaan lakkaa'aman of qaba.Kana jechuun hammuma sa'aatii dheeraaf rafnu sammuun sochii Ispiindil Ivantis kana hedduu raawwata jechuu dha. Kun garuu namoonni Ispindil Ivantii baay'ee qaban hundi qarooma sammuu guddaa qabu jechu miti. Dubbichi dubbii lukkuu fi killeeti.Waan Ispiindil ivantii baay'ee qabaataniif qaroomu ammoo waan qaroomaniif Ispiindil ivantii baay'ee qabaatu adda hin baane. Kun qarooma sammuu gosa biraa kan akka dandeetti waa yaadachuu, herreegaa fi odeeffanno addaa addaa beekuu waliin hidhata hin qabu. Kun kallattiidhaan kan inni irratti xiyyeeffatu dandeetti waa tokko qajeeltoon xiinxaluu irratti qofa jedha Foogel, Yuunivarsiitii Otaawaatti ogeessa niiwuroosaayinsii kan ta'e. Kunis ilaalcha Anistaayin barnoota idileef qabu fi gorsa inni namaaf kennu waliin baay'ee wal simata. Gorsi Anistaayin kunis 'waan deebitee dubbiftee hubachuu dandeessu sammuutti qabachuuf of hin dhiphisiin' kan jedhuudha.Qaroomni sammuu kallattiin Ispiindil Ivantiin wal haa qabatu malee, dubartootaaf rafiitiin halkanii, dhiirotaaf ammoo sillimiin guyyaa sammuun akka gabbatu gumaacha akka qabus qorannoon tokko mul'iseera. Anistaayin ammoo dhaabataan sekondii tokkoof qofa sillimii fudhachuu jaallata. Kanaafis fal'aana sibiilaa harka isaatti qabatee barcuma isaarra gar tokkotti hirkatee taa'a. Kallatti harkasaa fal'aana qabatee jiruun lafa irra shaanii sibiila kaa'uun yeroo inni sillim jedhee fallanni shaanii irratti kufu, sagalee uumamuun akka damaquu danda'uuf jecha. Deemsi miila dheereffannaa sammuu ni qaroomsa, qajeeltootti akka yaadnus nu godhaa, jedha Anistaayin Deemsa miilaa guyya guyyaa gochuu
Mostrar todo...
👍 2
"Hin beektu" jedhamuu kee jaaladhu. "Hin beektu" yeroo jedhamtu jireenya kee keessatti wanta hin qabne qabaachuun kan siif tahu tokko akka jiru sitti himamaa jiraatii. "Hin beektu" yeroo jedhamtu wallalluun kee nama hanqoo akka taate sitti himuuf utuu hin taane waan hin qabneef iddoo qullaan tokko akka jiru dha. "Hin beektu" yeroo jedhamtu beekuun daangaa akka hin qabne sitti himuufi dha. "Hin beektu" yeroo jedhamtu yeroo maraa Jireenyi akka si barsiistuuf itti qophaa'uu akka qabdu dha. "Hin beektu" jechuun utuu hin beeki, utuu hin barin hafta jechuu miti. "Hin beektu" yeroo jedhamtu kallattii waa sana itti beektu soquu akka qabdu siif himamaa jira. Waa beekuun waa wallaaluu irraa madda. Waa wallaaluun fedhii waan tokko beekuuf qabnuun uumamu dha. Waa beekuu dhabuun cancala waa beekuu dura ta'u dha. @BURQAA_EDUCATION
Mostrar todo...
Repost from N/a
⇣ ⇣ ⇣  𝗚𝗔𝗠𝗠𝗔𝗖𝗛𝗜𝗜𝗦𝗔𝗔! 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗻𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗿𝗮𝗮𝗳: Congratulation🎊 all of you🎊🎉 We are bringing new possibilities to help you here. Trusted group which is giving money & package 👇👇 join it fastly add member 👇👇👇👇 Sponsor @Coop_Bank_Of_Oromia_Official ✨Group armaan gadii kana join gochuun hiriyoota kee yoo add goote badhaasa amanuuf nama rakkisu argatta. 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗰𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮!✨💸🎁 1. @Safaricom_Afaan_Oromoo_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 2 @Coop_Bank_Of_Oromia_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 3 @Oromia_Bank_Gift 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 4 @USAfundforOromia 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 5 @Oromo_Germany_Association 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 6 @GADAA_BANK_BONUS 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 7 @Commercial_Bank_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶𝗻𝗶" Hirmaadhaa badhaafamaa! Carraa Gaarii isiniif haa ta'u! Affeerraa Gaarii 🌄 Hubadhaa; chaanaalii kana irratti kan maxxanfamu odeeffannoo mirkanaa'e qofaadha👆👆👆👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 1
Ganama tokko guyyaa hojii ture, guyyaa sana biiroon akkuma banameen hojjettoonni hojii seenuuf yaa'uu eegalan. Akkuma seenaniin garuu haala kana dura hin baratamneen barreeffamni gurguddifamee barreeffame tokko seensa biiroo lafa hojii sanaarratti barreeffamee ol maxxanfamee kaa'amee argu. Yommuu dubbisan "hojii kee keessatti gufuu sitti ta'ee, namichi akka ati guddina sadarkaa hojii fi guddina mindaa hin arganne gochaa ture boqoteera." Jedha barreeffamichi. ▪ itti aansee immoo "namichi eenyu akka ta'e ilaaluu barbaannaan kutaa kanatti koottuu ilaali".. jedhee lakkoofsa kutaa gamoo mana hojii sanaa irratti argaman keessaa tokko barreesseera. ▪ yeroo kana hojjetaan tokko tokkoon isaa barreeffama kana ilaalee "raajiidha" jechuu eegale. Akkuma waraqaa sana dubbisaniinis kutaa namichi gufuu guddina isaanii kun jiru dhaqanii eenyummaa isaa ilaaluuf murteessan. Dhaqeen nama hamaa kana ilaaluun qaba jedhe hunduu. ▪ yaa'anii dhaqanii akkuma achi ga'aniin nafa nafa kofinii banaa keessaa namicha hamaa jedhame sana barbaaduu eegalan. Garuu waanti argan raajii itti ta'e. Baay'ee rifatanii jecha tokko otoo hin dubbatiin bakkuma jiranitti na'anii dhaabbatan. ▪ kofinii sana keessa namuu hin turre. Daawwitii/ of ilaallee (mastaawotii) qofaatu ture. Daawwitii sana keessa hundumtuu fuula ofii of arge. Yeroo kana baay'ee rifatan. Daawwitii sana gara cinaadhaan barreeffamni tokko barreeffamee mul'ata. Akkas jedha.. "Siin gufuu kan sitti ta'es, akka garaa kee akka hin hojjenne kan si godhes suma mataa keeti malee, nama biraa miti. Ati jijjiiramnaan guddinni kees ni dabala. Kanaafuu eenyummaa kee duubatti si harkisu, guddina keef gufuu ta'u kana asumatti daawwitii kana keessatti dhiisiitii eenyummaa kee isa murataa fi jabaa guddina kee tumsuu fi hawwuu qabadhuu hojii keetti jabaadhu" jedha. ▪ taateen kun ergaan isaa warra biiroo keessaa hojjetuuf qofa ta'ee natti hin mul'atu. Kaaniifis ergaa qaba jedheen abdadha; kanaafuu jabaadhaa wal jabeessaa qomoo koo. Akkuma barreeffama olii dubbistan kaayyoo, guddina, jijjiiramaa, hojii fi jireenya keessan irratti gufuu waan ta'u ammumaa kaasee ofirraa ittisaa. Ofii keessan of murteessaa.
Mostrar todo...
👍 10 3
Namaaf gatii kafali: Bara kana keessaa wanti anis/atis/nutis dhabneefi keessaa ofdhabne keessaa tokko nama gatii nama kanfalchiisu osoo intaane nama gatii namaaf kanfaludha. Michuun harki caalaan bu'aa irratti xiyyeeffatee nama wajjin deema. Kan nama wajjin rakkachuu barbaadu, ba'aa namaa nama wajjin baachuu barbaadu, nama wajjin daaruu barbaadu, rakkina isa tokkoo rakkina mataa isaa godhatee kan baatuu barbaadu lakkoofsaan yaraadha. Ekeleen maal naaf godhaa/ekeleen maal na affeeraa/ekeleen maal naaf kenna jechuurra kan darbe miti. Barri nuti keessa jirru kun bara lakkoofsa bilbilaa nama tokkoo waan namaaf laataniif gatiin shaayii itti gaafatamaa jirudha.Mana fincaanii nama geessee bara namni bu'aa nama irraa eeggatu. Bara namni harki caalu garaa isaa malee, garaa obboleessa isaa inilaalle. Bara fokkuu wayiiti. Garuumee namatu bara balleessemoo baratu nama balleessee? Ana dabalatee baay'een keenya bara komataa oollahoo. Lamaaniifuu sababa akkamii qabna? Barri barruu inqabne riimootii ittiin nama jijjiirtu maal irratti baattii? Namni waan baay'ee jijjiiruu danda'u. Barri lakkoofsa rabbiiti. Bara wajjin yoo jijjiirame waan baay'ee jijjiiruuf humna guddaa qaba. Duratti wal yaaduunis, waliif yaaduunis nijira. Amma kun marti injiran jechuurra gaaddidduu isa kaleessaatu mul'ata yoo jenne wayya. Oromoon kara deemaa kadhatee, adaree olseensisee laateefii quubsee gadhiisa. Guyyaa tokko nan yaadadhaa akaakaa kootu daboo/jigii hojjachiifataniitu hojjattoonni erga galanii, gara karra duubaatti gadi bahan. Alaa/Bakkeerraa taphataa osoo jirruu namichi eenyummaa isaafi eessumtaa isaa inbeekne tokko nu bira gahee Nooruu! jedha. Nooruun ciree, nagaafi irbaata nama guddaati. Waayyuutu nooreffatama. Hayyuutu nooreffatama. Jaarsaafi jaartiitu, karratu/loon/ nooruu fudhata. Waaqatu nooruu fudhata. Sana booda Nibaruu guddadhu!" jedhama. Nagaa kee fudhadheeraa, ulfina indhabiin akka jechuuti. Akaakaan koos, "Nibaruu guddadhu! Mee asgori" jedhuun. Namichichis ulfaadhaa ingoru; nan ariifadha‟ jedhaan. „Waa'uu inqaqqabdaa gori; biqiluma cabsitee deemtaa/farsoo dhugda/‟ jedhuun. Namichichis „dhuguma nan ariifadha rabbi isiniif haakennu‟ jedhaan. „Sittin dubbadha bar; maal najalaa didda‟ jedhu sagalee dheekkamsaan. Ammanumaan namichi olseenee nyaatee, dhugee eebbisaa gale. Aniifi obboleessi koos galgala "Abbaa namichi ennaa duraa fira keenyaa?" jennaan. “Waa'uu an inbeeku, gara Gibee kanaan dhufa jedhe” nuun jedhu. Nus kolfineetu maarree namuma inbeekne akkasitti kadhattuu?" jennaan. Isaanimmoo deebisanii Abbaan Oromoo kan dhufeef inuma laata; kan dhufes baata. Namichi kun yeroo karaa deemu yookaan nyaateetuu, yookaan beela'aa deemaa jira; Waaqnis isa akkanaa jaallata. Durattumaa kaaseehoo qe'ee abbaa koo quufa malee beelli injiruu, ani maaliifan sassadha? nuun jedhu. Nus isinuma qofamoo warri kaanis akkana godha? jenneenii gaafanna. Isaanis Oromoodhumatu ilmoo gandaa/ormaa akka ilmoo ofiitti ilaala; midhaan sareen nyaattu ilma namaaf insassatu nuun jedhan. Baay'ee nu ajaa'ibees akka kolfuu taane. Dubbiin sun ergan guddadhee naaf hubatame. Edaa Oromootu jaalala addunyaa barsiisee? Na jechisiise. Ofirra namaaf yaaduun, godaanaa iddoo biraatiif fuudhee lafa kenneefii mana ijaaree kennuufiin, tooftaa jireenyaa barsiisuun, kan qarshii rakkate qarshiin, kan waan biraa rakkate waan biraan gargaaraa turuunsaa sana ibsa. Erga Oromoon durii kanaafi kan kana fakkaatan ibsamanii Oromoonni har'ahoo bifa kamirra jiru isa jedhu tilmaamuun gaariidha. Har'ayyuu akkuma sana kan jedhu jiraatuu mala. Garuu, dubbiin kun qorannaa gadi fagoo kan barbaadu yoo ta'ellee, anummaan, ofjaallattummaan, waliif yaaduu dhabuun mul'ataa nijira. Kana beekuu yoo barbaadne yaadaan ollaa keessaa dhalanneefi maatii keenya duriifi har'a wal bira qabnee ilaaluun dansa. Sana deebisuuf, namuu iddoo jirutti akka mataa isaatti kan biraa ilaaluu qaba. @BURQAA_EDUCATION
Mostrar todo...
👍 4 3