cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

I'm happy to be me

Jiruun jiruu caaltu nama mu'uminaatif jiruu Aakhiraati🥰 yaadaf 👇 https://t.me/Anwartop123

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
228
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Akkamitti jirtan Ramadaana wajji. *|[ yerooleen Ramadaanaa Fiigaa jirti. Dhaabbatees ta'u teeysee,ciistee fii deemaa ,bakka hojiittiis ta'ee bakka boqonnaatti arrabni kee zikriileerraa hafuura hin fudhatin. Yeroo haalaa fii bakka mijataa argatte kamuu Qur'aana qara'uurraa of booda hin mil'atin. Irra guddaa wanta ati Ramadaana keessa itti ta'aabuu qabduutirraa Salaata kee tolchitee sirreeysitee khusuuaan salaatuudha. yerooleen duaaiin keessa qeebalamtu kan akka azaana fii iqaamaa jidduu ,sujuuda keessaa,halkan gara boodaa,yeroo suhuuraa,salaata boodarra osoo salaamtaa hin baaneen durattii fii guyyaa yeroo afaanii soomana qabdu kunneen akka dhuftee sirra hin dabarre. Qabeenyi kee Qabeenya ji'a kana irraa hin sadaqanne kan irraa namoota hin nyaachisne hin ta'in. ]|*. Yaarrabi nuuf ta'i hunda keessatti.
Mostrar todo...
2
Ramadàana gaarii isiniif hawwa Baatii ibaadaan keessatti dachaa nuuf taatu Baga nuun gahe Ka nabeekuu fi ka na hin beeknees
Mostrar todo...
🥰 4
00:38
Video unavailableShow in Telegram
7ee90c9fefa41af78b3c7262a359331a.mp44.02 MB
2
🫵 4n kana furadhu!🌹 ●Kanni garuu namni karaa maleen akka sitti hin fayyadamne eegadhu. ●jaaladhu garu namni jaalatte ka kolfaa akka si hin godhanne eegadhu. ●nama amani garu namni beekumsa hin qabne akka sirratti hin haqqifne eegadhu. ●nama dhagayi garu namni yaada Ofii akka sirratti hin feene eegdhu.
Mostrar todo...
4
Sirrumatti! jaalalli 👇👇👇 nama bareedaa jaalachuu miti Nama guutuu ta'e barbaadus miti Uuman ala namni guutun hin jiruuti. Dureessa barbaadus miti jaalalli qarshiidhan hin hojjatamu. Jaalalli nama si kabaju nama siif yaadu nama si hubatu si jaalachuu isaatti/isheetti kan gammadu/ddu Eenyummaa ati qabdu waliin kan si jaalatu haala kam keessattuu nama si jaalatu argachuudha.💯🫡
Mostrar todo...
👍 1
Of Eeggannoo barbaada! 😔Filannoowwaan Aariidhaan goonu jeereenya keenya balleessuu dandaya. 💔
Mostrar todo...
👍 2🥰 1
Hubadhu isa kana. 🥀Eenyummaan namaa khan dhugaa gaafa wal dhabdan as baha.😌 Wal dhabdee irratti namni si qusate dhugaan bootaa guddaa sii qaba nama san jabeefadhu.❤
Mostrar todo...
5👍 2
🥀Nama gorsuun gaariidha Of gorsuun ogummaadha.🫡
Mostrar todo...
👍 3
🥰Irra caalaan waan jannata nama naquu sodaa rabbiitii fi akhlaaqa toluudha.🥀 (S.A.W)
Mostrar todo...
4
Jireenya "Jiruu jireenyaan tuffatan du'aan sanuu dhaban" Jatte oromon. Jireenyi kanuma jiraachaa jirtuutu jireenya kanaaf jireenya ke hin tuffatin gammadii jiraadhu addunyaa kana irra yeroo lama hin jiraattu yaadadhu.🥰
Mostrar todo...
6
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.