cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Naa'olii Jemaal Official

Channela keenya kana irraa waantota isin argattan kan akka:- ๐Ÿ‘‰Madda Beekumsaa ๐Ÿ‘‰Dhugaa Addunyaa ๐Ÿ‘‰Jechoota humna qabu ๐Ÿ‘‰ seenaa fi Aadaa ๐Ÿ‘‰Barreeyfama Hubannoo islaamaa gabbisan asirraa argattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/@NaoliiTube?si=mYZ3s5qdTrpjB_W8

Mostrar mรกs
Finlandia3 716El idioma no estรก especificadoReligiรณn y espiritualidad137 686
Publicaciones publicitarias
198
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 dรญas
-530 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Namni Tokkollee nama jirjiiruu dandahu Garuu, Namni jirjiirama nama tokkootiif sababa tahuu dandaha!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ https://t.me/Hiree_Naolii_Group
Mostrar todo...
Rabbiin Danda'aadha.... Rabbiin danda'aadhaa Silas maal dadhabee Kan Aadam kalaqee Biyyee waliqqabee Eega rabbiin bishaan Walitti itichee Lubbuu nutti godhee Uumee nu biqilchee Hangam barattanis Hangam yoo beektanii Hammam guddattanis Hammam yoo geessaanii Yeroodhuma xiqqoof Dachiirra teessaanii Biyyeetti deebituu Hundumti keessanii Jireenya fooyyessuuf Oliif gad dhamaanaa Laga meeqa bu'aa Taabba meeqa baanaa Biyyerraa uumamnee Ganaa biyyee taanaa Zalaalam dachiirra Waan jiraannu seenee Maaf badii dalagna  Daangaa rabbii ceenee Jireenya gabaabduuf Wal jibbinee argaa Maqaa walibbaafnee Wal ilaalla dalgaa Maalif wal jibbina Maalif wal hamannaa Keeyrii gurgurannee Maaf sharrii shamannaa Bareeddee uffattee Gaaf manaa gad ceetuu Bareennis si malee Waan uumame hin seetuu Osoo boonaa kaattuu Morma kee dabsitee Daangaa rabbiin kaaye Harka keen cabsitee Isa kaan arrabsaa Isa kaan tuffataa Kabajaa mulqattee Salphina uffataa Kan rabbiin si uumef Kaayyoo kee dagattee Daandii nabsiyaan tee Siin jette qabattee Qaamaaf qalbii keetin  Haraama dalagaa Saahiba godhattee Sheyxaana alagaa Guyyaan tokko dhufaa.. Guyyaa qabeenyi kee Wabii siif hin taanee Guyyaa jabeenyi kees Wabii siif hin taanee Guyyaa maatin kan kees Wabii siif hin taanee Hangam si jaalatus Hangam sitti aanee Guyyaan sun siif jiraa Hin dagatin lakkii Dhugaa lafa jiruu Homaa hin qabu shakkii Aanaaf aalin keenya Akkoof akaakiyyeen Eenyu dheessee bahe Osoo hinyaatin biyyeen Biyyeerraa uumamnee Biyyee ta'uuf jirraa Akkanaan hin hafnuu Duunee ka'uuf jirraa Gaaf guyyaa qiyaamaa Guyyaa dhaabbiin jabduu Haatis ilmoo ofii Gaafas quba hin qabduu - Wal arguun hin jiruu Qullaa dhaabatanii Nabsee nabsee jedha Hunduu gaafa sanii Waan har'a dalagneen Miizaanni dhaabataa Yoo Kan ofii malee Eenyu wal yaadataa Rabbii kee sodaadhu Kan tolchee si uumee Isa bareechisee Dachiirra si shuumee Gaariif gadhee maraa Waa meeqa raawwattee Nabsii kee gaafadhu Waan boruuf kaawwattee Kan afaanin jetteef Kan ijaan ilaaltee Kan dalagdes ta'ee Kan dalaguuf yaaltee Waakkachuu hin jiruu Hin dandeessu haaltee Dalagaan kee hundi Gaafas mazzanamtee Karra lamaan keessaa Tokko siif banamtee Milkoofnan jaannataa Kasaarran ibiddaa Fudhachuun dirqamaa Akkam gootee diddaa Jaalalli osoo jiruu Jibba waliif qoodaa Argaa wal jibbinee Fayyaa waliin oodaa Mee of haa gaafannuu Wanta dabarsinee Obboleessa meeqa kan qalbii cabsinee Isa kaan hamachaa Kaanis arrabsinee Yaadachuun dirqamaa Waan bira dabarree Kan gurraan dhageenyef Kan ijaan agarree Dhufuuf jira guyyaan Dabaree eeggataa Gaafas eenyu kolfa Eenyutu seeqqataa Wanti balleessine..... Ifattis yoo ta'e  Kan dukkana keessaa Gaafas akkamitti Dhokfachuu dandeessaa Nama maaltu galche Jennee wal tuffannee Yoo dalagnu badii Dukkana uffannee Dukkanaa'ee hin hafuu Gaaf tokko ifaa ta'aa Hojiin keenya hunduu Nutti ifa ba'aa...... Kophaas gaafa jirtu Gaaf nama wajjiinii Eessas yoo jiraatte Si arga rabbiinii Ifattis haa ta'uu Dukkana keessattis Jalaa miliqtellee Hin baatu eessattis Rabbii samii uumee Kan dachii diriirsee Kan halkaniif guyyaa Wal faana hiriirsee Fedhii lubbuu keenyaa Too'achuu dadhabnee Daandii qajeelarraa Gara moggaa dabnee Waa ka dhiisu hin taanee Ibliis hojii isaa Takkaa siin wal barraan Of si wallaalchisaa Jaannanni osoo jiruu Jahaannam si dhaalchisaa Dhara waliqqabee Dhugaa siffakeessaa Qabee gad si hin dhiisu Darbaa sifageessaa Oduu sobaa fuudhee Dalgaan sitti hasaasaa Hamilee siif kennee Duubaa si kakaasaa Harkaa baatee hin toltu Mallisaa gabaabaa Gaaf tokkotuu oofee Bag taraa si dhaabaa โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ— Gara Channel Telegram Keenyaa Makamuu Yoo Feetan, JOIN Godhaa, Ykn As XUQAA, Gara Channel keenyaa Dabalamaa.  https://t.me/Hiree_Naolii_Group
Mostrar todo...
#repost SALAATA Gurbaa tokkootu sheekhatti dhaqee akkana jachuun sheekha gaafii gaafate. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Gurbaa:- salaata yoom ha jalqabu yaa sheekha. Sheeka:- yeroo du'uuf guyyaan tokko siif hafu Gurbaa:- guyyaan du'u hin beekhu yaa sheekha Sheekha:- akkas taanaan salaataatuma eegi. ๐Ÿ‘‰Atiis Guyyaa duutu hin beeytu salaatatuma eegi.  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my Channel https://t.me/Hiree_Naolii_Group https://t.me/Hiree_Naolii_Group
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gammachiisaa!!! "DARUL ULUM SCHOOL" ย ย ย ย ย ย ย  "GREAT IFTAR " ย ย ย ย ย ย  RAMADAANA 17 "Daarul uluum 'school' wirtuu Qaroomaati ย  Hojmaanni saa hogguu waan Ajaa'ibaati!" โ€ข Manni Barnootaa Khan Ummataa "Darul Ulum" Mata duree "Ramadaanni Tokkumaaf" ja'uun sagantaa Ifxaaraa Guddicha Qopheysuun bakka Barattoota, Barsiisoota, Hoggansa Mana Barnootaa fi kheysummoonni khabajaa arkamanitti Khan gaggeysu taha. ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Darul Ulum ย ย ย  Wirtuu Qaroominaa!
Mostrar todo...
Repost fromย Naa'olii Jemaal Official
Nashida Afaan oromoo sinbobbaatee galti garee ulul azmiitiin hojjatamte kunoo daawwadhaaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/watch?v=4q9YCjc4twg&feature=shared Subscribe &like share godhaa
Mostrar todo...
Nashida Afaan oromoo sinbobbaatee galti garee ulul azmi

Mostrar todo...
Let's connect on Facebook Lite!

It's small, fast and saves data. Download the app here:

โค๏ธJaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamooโ“โ“ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!๐Ÿ‘‡ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐Ÿงก๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐Ÿ’›๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐Ÿ’›๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐Ÿ’›๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† Go Click the Heart
Mostrar todo...
#Walloo_Tiyya ๐Ÿ˜ญ ::::::::::::::::::::::::: ummata nagayaa jiraachuuf dhama'u Jireenya moo'achuuf hojiidhaan laffa'u Kaanis lafa qotaa kaan horii horsiisa akkanaan jiraachaa ilmaanis barsiisaa nama isaan hin xuqan nagaya jaalatuu diina firoomfachuun bar waliin jiraatuu garuu diinni isaanii halkan guyyaa yaada lafarraa balleessuuf isaan taa'ee gaada tanaaf guyya guyyaan dhiiga dhangalasaa mana jalaa gubee qollaatti hambisaa Nama hanga hin qabne qaamaa madeessanii ilmoo haadha durratti Meeqa rashananii Humaa hin hambisne Qabeenyaas saamanii horiin jala hin hafne Nyaatan qalatanii Akkanaan jiraatti laala #Walloon tiyyaa Meeqa biyyeen nyaattee kaanis bahee biyyaa ๐Ÿฅฒ https://t.me/Hiree_Naolii_Group Join godhaa !!!
Mostrar todo...
Channela keenya kana irraa waantota isin argattan kan akka:- ๐Ÿ‘‰Madda Beekumsaa ๐Ÿ‘‰Dhugaa Addunyaa ๐Ÿ‘‰Jechoota humna qabu ๐Ÿ‘‰ seenaa fi Aadaa ๐Ÿ‘‰Barreeyfama Hubannoo islaamaa gabbisan asirraa argattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/@NaoliiTube?si=mYZ3s5qdTrpjB_W8 https://t.me/Hiree_Naolii_Group
Mostrar todo...

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sรณlo permite el anรกlisis de 5 canales. Para obtener mรกs, elige otro plan.