es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete 👈

Quick Mobile Solution

Quick Mobile Solution

Canal cerrado

🚩 Channel was restricted by Telegram

Mostrar más
Sin datos
Suscriptores
-324 horas
-157 días
-6130 días
Archivo de publicaciones
❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️
❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️

❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️
❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️

❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️
❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️

❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️
❤️❤️ለእዚች እናት ❤️❤️ 10.000 Like ያንሳታል❤️❤️

ፍቅር ይዟቹ ያውቃል?
ፍቅር ይዟቹ ያውቃል?

ፍቅር ይዟቹ ያውቃል?
ፍቅር ይዟቹ ያውቃል?

Haa ta'uutii garuu yaa mootummoota biyyoota Arabaa akkamitti konkolaattota nyaataafi huccuulee fe'an obboleewwan keessaniin ga'uu dadhabdan? Gargaarsa namoomaa akkamitti obboleewwan keessan muslimaatiif qaqqabsiisuu dadhabdan? Wanni yaadnee bira qaqqabuu dadhane isa kana. Gulaallii Geeba Adduniyaaf qophii irra kan jiran taphattoonni kubbaa miillaa Fikisxeen heddu ajjeefamuun isaaniis gabaafamaa jira. Booji'amtoota Israa'eel harka Haamaasitti argamanu keessaa jaartii umurii dheertuu tokko Meenshaa kilaashii qabatanii humna woraanaa Haamaas waliin suuraa ka'uun gadi lakkifame adduniyaa ajaa'ibsiiseera. Su'udii Arabiyaatti dorgommiin cimaan Booksii adeemsifameera. Kun immoo utuu Gazzaan haleellaa cimaa keessa jirtuuti. Utuu daa'immaan miisaa'elaan reebamaa jiranuuti. Kanaaf namoonni heddu kuni maali jechuun Su'udii ija taajjabbii keessa galcahaniiru. Hamiltan'tu Aljeziiraa,BBC,New time fi kan biroo wabeeffachuun gabaase. https://t.me/BIIFTUU_SABAA

Gaazaatti maaltu ta'aa jira? Biiftuu Sabaa Media : Onkoloolessa 19/2016 Waraanni Hamaasiifi Israa'el gidduutti eegale guyyoota 23 ol lakkoofsiseera. Hanguma oolee buluun wantoota ajaa'ibsiisaafi adduniyaas wal taajjabsiiseera. Tibbana ammoo taateen muldhataa jiru daangaa gara jabummaafi bikisummaaf falmuun maal akka ta'e calaqqisiisaa bubbisaa jira. Haasaan Perezdaantiin Turkii Ordogaan wal tajjii deeggarsa Gazzaaf Istaabulitti taasisan ammas miidiyaaleen wal harkaa fuuchuu itti fufaniiru. Jireenya koo keessatti wanni gaabbiin garaa na gubu namicha Beenjaamiin Neetaaniyaahoo jedhamu sana harka fuuchuu koodha kan jedhan Perezdaantichi, Haamaas loltuu bilisummaati shotorkeessaan Israa'eeli jechuunis ifatti dubbataniiru. Weerartuu yakka waoraanaa raawwatte Israa'eel irratti duuluuf murteessineerra kan jedhan, Filisxeemonni bilisummaa isaaniitiif kufaa jiru nutihoo jechuunis gaaffii dhiyeessaniiru. Miidiyaaleen gurguddoon dubbii kana wal harkaa fuuchuun maaltu uumamuu mala kan jedhu yaada rarra'ee guyyoonni as adeeman deebii kennan ta'ee hafeera. Lola kaleessa Israa'eliif Haamaas gidduutti gaggeeffameen Haamaas Injifannoon guddaan aragmuun himamaa jira. Kaleessa weerartuun Israa'eel Gazzaa seenuuf humna guddaan kan duulte yoo ta'u,Haamaas kana qolatee deebisuuf falmii guddaa adeemsiseera. Lola kaleessa kaaba Gazzaatti gaggeeffame kanaan Haamaas loltoota Israa'eel heddu haleeluun,taankiilee woraanaa heddu barbadeessuu isaa ragaalee adda addaa suur sgaaleen qindeessee raabsee jira. Israa'eelis gama isheetiin hogganaan woraanaa tokko jalaa dhahamuu ibsuun Gazzaa seenuun gonkumaa salphaa akka hin taane kallattii Perezdaantii biyyattii Neetaniyaahootiin ifoomsiteetti. "Kisaaraan Injifatamuu waraanaa harra kaaba Gazzaatti Israa'eeliin mudate kun injifannoo Haamaas lola jalqabaatti aansee aragte isa lammaffaadha" kan jedhan Perezdaantii Ripaabilika Islaamaa Iraan Raa'iisi. Iraan kisaaraa ishee irra qaqqabeef Iraaniin komateetti. Deeggarsa Meenshaalee waraaniifi tooftaa bobbaa waraanaa akksumas akkaataa qolannaa Haamaas fayyadame kan tolche iraani jechuun quba itti injifatamuu isheetiif quba nyaatteetti. Humni lafoo waraana Israa'eel Gazzaa galuun qormaata guddaa itti ta'eera. Hanga yowwanaa yaaliin godhan hunda kisaaraadhaan yoo galan dhandhamni isaa hadhaa'eera. Kana irraa ka'uudhaan aanga'oota israa'eel gidduutti wal dhabbii uumaa akka deemaa jiru oduuleen ba'an ni addeessu. Keessattuu rogeeleen miidiyaa ammoo kisaaraa Israa'eel irra qaqqabaa jiruuf "Salphina waraanaa Israa'eel irra qaqqabaa jiruuf Neetaaniyaahoon itti gaafatamummaa jalaa hin ba'u" hin ba'u jechuun duulaa jiru. Humni Hisbullaah akkuma dhaaddate gama isaatiin Misaa'iloota Israa'eel irratti roobsuu itti fufeera. Hanga Israa'eel Gazzaa haleeluu dhiistutti harka marannee hin teenyu jechuun isaa kan yaadatamu yoo ta'u akkuma jedhetti cimsee itti fufeera. Hizbullaan kaleessa Misaa'iloota 10 kan furguuggate yoo ta'u buufata Woraanaa Israa'eel haleeleera. Kana males iddoolee Gaalilee Nahraya fi kirayiti shimona jedhaman irratti xiyyeefachuun kan furguggisaa ture ta'uun ibasameera. Haleellaa Hizbullaa kanaan dubbi himaan Ministeera waraanaa Israa'eel akka jedhetti "Hizbullaan gocha isaa kana irraa of hin qusatu yoo ta'e tarkaanfii haalo ba'annaa keenya jalaa hin miliqu" jechuun dhaadateera. Dubbiin himaan Haamaas Abuu Uabyadaan dubbii jabduu biyyoota Arabatiif dhiyeesseera."Gaazaa marfamtee jirtu fuula iskiriiniitiin kan ilaalta,Akkasumas weeraramuu Masjida Aqsaa kan ilaalaa jirtan Mootummoonni Biyyoota Arabaa,Nuti humna waraanaa keessanii nuuf ergitanii akka duultan isin irraa hin barbaannu. Dachiin Nabiyyiin keenya (SAW) irraa samii gubbaa ba'an dhiigaan yoo bukooftu himna keessan qabattanii dhuftanii akka loltan hin barbaannu. Kana nu'iif dhiisa!! Waa'ee masjidaa Aqsaa,waa'ee Islaamummaa keenyaa,Waa'ee biyya keenyaa meenshaalee caccabaa walitti suphinnee ijibbaata falmachuuf murteessinee daandii isaa eegallee jirra. https://t.me/BIIFTUU_SABAA

Gaazaatti maaltu ta'aa jira? 👇👇👇👇👇
+7
Gaazaatti maaltu ta'aa jira? 👇👇👇👇👇

Keeniyaan lammiileen Afrikaa hundi viizaa malee akka biyyatti seenan hayyamuuf jirti. Keeniyaan uggura viizaa kaasuun lammiileen Afrikaa hundi viizaa malee gara biyyaatti akka seenan akka hayyamtu Pireezidaanti Wiliyaam Ruutoon beeksisaniiru. Pireezidaanti Wiliyaam Ruutoon karoorri lammiileen Afrikaa viizaa malee gara biyyaatti akka seenan kan hayyamu kun barri moofaan faranjoota kun erga xumuramee ji’a lama booda hojiirra akka oolu ibsaniiru. Keeniyaan lammiileen Afrikaa viizaa malee akka biyyatti seenan hayyamuun ishee maaliif fayyada? Uggurri viizaa hojii fi daldala lammiilee Afrikaa irratti dhiibbaa hamaa geessisaa akka jiru kan eeru Pireezidaanti Ruutoon konfiraansii idil-addunyaa Koongoo Biraazaaviil keessatti geggeeffame irratti argamuun sochiin namoota daldalaa ardii Afrikaa barbaachisaa ta’uu himuun, Afrikaa keessatti sirni viizaa irraa bilisa ta’e jiraachuu qaba jechuun hubachiisaniiru. Pirezidaantichi barbaachisummaa daldala Afrikaanota gidduu jiruuf barbaachisaa akka ta'e ibsuun, "meeshaaleen fi tajaajiloonni ardii kana irratti bilisaan akka socho'an hayyamuu fi namoonni yaada isaanii akka ibsan hayyamuun yeroon isaa amma" jedhaniiru. https://t.me/BIIFTUU_SABAA

photo content

Quick Mobile Solution - Estadísticas y analítica del canal de Telegram