cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Marriage Counseling

https://t.me/+2sIf4y2UL1I1MGU0 Gorsa gaa'ela duraa fi gaa'ela boodaa ni argattu

Mostrar más
Finlandia1 876El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad33 591
Publicaciones publicitarias
2 590
Suscriptores
+124 horas
-107 días
-630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6380763518 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftanii namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaarii🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6380763518
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Carraan_Kun_Si_Darbuuf_Guyyaa_Afur_Qofatu_Hafte Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_385137790 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftanii namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaarii🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_385137790
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
TapSwap xummuramuuf jedha 🏃‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️ Guyyaa mraasa qabna, stock irra erga galee hin gaabbinaa https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_385137790
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
Mostrar todo...
Barattoota Oromoo
Gaaffilee Qormaataaf Deebii
Exam Books
Dargaggoonni Jaaladhaa! Garuu,...✍ ❏ Nama tokko yommuu jaalattan fedhii sana keessa taa'uudhaan fageenya dheeraa utuu hin adeemin jaalala isin nama sana jaalattaniin innis akkasuma akka isin jaalatu mirkaneeffachuu keessan hin dagatinaa! Jaalala guddaa qabdaniifin jaalala wal madaale nama hin qabne, madaa inni isin madeessuun jaalala hammamii akka isiniif qabu hammas akka ta'e hin dagatinaa! • Jaaladhaa! Garuu fedhii jaalalaa qabdan fudhachuuf ariitii barbaaddan sanatti, namni sunis fudhachuu barbaaduu isaa mirkaneeffadhaa! • Jaaladhaa! Garuu onnee keessan dabarsitanii kennuun dura, isinis jaalatamuu keessan mirkaneeffadhaa! • Jaaladhaa! Garuu jaalalli dhugaa akka ta'e beekaa! Jaalalli jaamaa akka hin taane hin dagatinaa!   ⁃ Jaalalli ni yaada!   ⁃ Ni ilaala!   ⁃ Ni Madaala!   ⁃ Deebii ni eega!   ⁃ Dhumarrattis wanta sirrii irratti dhaabbata. 1Qor. 13 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁴ Jaalalli danda'aa dha, gaarummaas in argisiisa; jaalalli hin hinaafu, of hin jaju, of hin bokoksu! ⁵ jaalalli, lafa salphinaa hin ijaajju, waan isatti tolu duwwaas hin barbaadu, hin dallanu, waan hamaas nama irratti hin lakkaa'u. ⁶ Jaalalli qajeelina dhugaatti gammada malee, jal'inatti hin gammadu. ⁷ Jaalalli karaa tokko illee nama hin lafafu, hunduma isaa in amana, hunduma isaa abdata, hunduma isaas obsa. ⁸ Jaalalli yoom iyyuu hin badu; kennaa raajii dubbachuu yoo ta'e, hafuuf jira; afaan hin beekamneen dubbachuu yoo ta'e, dhaabachuuf jira, beekumsas yoo ta'e, hafuuf jira. @Kakuu_Studio @Gaaela_Gaarii @Marriage_Counseling
Mostrar todo...
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
Mostrar todo...
As tuqaa
Hojii Online