cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

IQRAA ISLAMIC MEDIA💥

CHANNEL KANA JELATTI✓ ✓Hadiisota ✓ሀዲሶች ✓Islamic video ✓Seenaa. ✓ታሪክ. √daily Islamic quiz ✓Information haala yeroo ️ ✓ወቅታዊ መረጃ ✓Kitaabota garaa garaa. ✓የተለያዩ መጻሕፍት fii kkf ni argattu ===================== https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
388
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
+330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

وَلَا يَظْلِمُ رَبُّكَ أَحَدًۭا And your Lord does injustice to no one.{18:49} https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
Mostrar todo...
IQRAA ISLAMIC MEDIA💥

CHANNEL KANA JELATTI✓ ✓Hadiisota ✓ሀዲሶች ✓Islamic video ✓Seenaa. ✓ታሪክ. √daily Islamic quiz ✓Information haala yeroo ️ ✓ወቅታዊ መረጃ ✓Kitaabota garaa garaa. ✓የተለያዩ መጻሕፍት fii kkf ni argattu =====================

https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA

#Update #Kutaa_12ffaa Qormaanni Kutaa 12ffaa guyyaan itti kennamu ifa ta'e Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Hawaasaatiif Adoolessa 3-5 bara 2016 tti, barattoota Saayinsii Uumamaatiif ammoo Adoolessa 9-11 bara 2016 karaa online fi Yuunivarsiitii keessatti waraqaa dhaan ni kennama. Barattoonni Saayinsii Hawaasaa waraqaa irratti qoroman Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1 bara 2016 tti, akkasumas warreen Saayinsii Uumamaa ammoo Adoolessa 6-7 bara 2016 tti gara Yuunivarsiitiitti kan seenan ta'a. Qormaata Model fi Exit Exam kan Department biroo argachuu link kana tuquun channel keenya Join taasisaa https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
Mostrar todo...
IQRAA ISLAMIC MEDIA💥

CHANNEL KANA JELATTI✓ ✓Hadiisota ✓ሀዲሶች ✓Islamic video ✓Seenaa. ✓ታሪክ. √daily Islamic quiz ✓Information haala yeroo ️ ✓ወቅታዊ መረጃ ✓Kitaabota garaa garaa. ✓የተለያዩ መጻሕፍት fii kkf ni argattu =====================

https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA

🙏 1
✅Oduu gammachiisaa🙏 Tuqi seeni👇👇 👉 HIRIYOOTA KEESSANIIF SHARE GODHAA ✍Jia tokkotti birr 1000 haga 6000ittin hojjaachuu dandeessu #share godhaa👌👌 ✍️Hubachiisa nam tokko invite yoo goota qarshii 3 ni argattu ammuma dafaa seena ✅ Bot 100% kaffalu kan ani hojjedhee mirkaneessedha. Link isaa "Hulepaybot" dha.👇 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510 👆👆👆👆👆👆 ✍Erga seentanii booda #Channel lamaan sinii dhufu join godha #linkii keessaan namaaf ergaa✍️ Linkii kana seenaa AMMUMA seenaa ✅ ዛሬውኑ ጀምሮ ገንዘብ ያካማቹ እና በቴሌብር ይቀበሉ ።
Mostrar todo...
👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
‏🌺الباقيات الصالحات🌺 ‏رطّب بها لسانك، ‏وعمّر بها جنانك، ‏وثقّل بها ميزانك، ‏واملأ بها زمانك.
Mostrar todo...
sticker.webp0.53 KB
sticker.webp0.31 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Imam Schedule for Masjid Al Haram, Makkah for the coming week: Fajr and Asr: Sheikh Yasir Ad Dawsary Dhur: Sheikh Usaamah Khayyat Maghreb & Isha: Sheikh Maher Al Muaiqly
Mostrar todo...
Gaaffilee Ustaaz Ahmaddiin Jabal kaase kanneen xiyyeeffannaa gaafatan, ummanniifi mootummaan itti xiyyeeffatanii furuu qaban keessaa: 1. Dhimma salaata Jumu'aa ilaalchisee barattootaafi hojjattoota mootummaatiif furmaata ifaa barbaachisa. Namni mana barumsaa keessa ture rakkoo isaa sirriitti beeka. 2. Hijaabni barattoota Muslimaa Itoophiyaa keessatti gaaffii seeraan deebii argachuu qabuudha. Sababa hijaabaa qofaaf elemantarii jalqabee hanga Yuunivarsitii shamarran Muslimaa rakkoo isaan irra ga'u himamee hin dhumu. Ni yaadattu yeroo barsiisonni baalageen hijaaba ijoolleetiin gabatee gurraacha haxooftu. 3. Rakkoon salaataa kan manneen barnootaafi yuunivarsitii keessaa furmaata argachuun dirqama. Hanga qormaanni ga'uun ijoollee Muslimaa irratti hagam burjaajiin akka uumamu walumaan beekna. 4. Dhaabbilee mootummaa adda addaa kanneen akka daandii xiyyaaraa dabalatee dambiilee Muslima dhiibu baasanii akka Muslimni carraa dhaabbaticha keessa hojjachuu hin arganne gochuun sirreeffamuun dirqama. Gaaffileen kana fakkaatan baay'eedha. Isa amma Ahmaddiin kaase mootummaan sirriitti ilaalcha keessa galchuudhaan furmaata itti kennuu qaba. Miidiyaaleen keenyas kanarratti osoo xiyyeeffatee gaariidha. Rakkoo barattoota keenya irra ga'aa ture kana ni yaadattu mitii? https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
Mostrar todo...
IQRAA ISLAMIC MEDIA💥

CHANNEL KANA JELATTI✓ ✓Hadiisota ✓ሀዲሶች ✓Islamic video ✓Seenaa. ✓ታሪክ. √daily Islamic quiz ✓Information haala yeroo ️ ✓ወቅታዊ መረጃ ✓Kitaabota garaa garaa. ✓የተለያዩ መጻሕፍት fii kkf ni argattu =====================

https://t.me/IQRAA_ISLAMIC_MEDIA

Photo unavailableShow in Telegram
اللهم اجعل قبورنا بعد فراق الدنيا خير منازلنا وافسح فيها ضيق ملاحدنا اللهم يمن كتابنا وبيض وجوهنا وثبت أقدامناويسر حسابنا وارزقنا جوار نبيكﷺ🤲🤲
Mostrar todo...
😢 2
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 ✅Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaa🙏🙏🙏 1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeni👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/17 2 Telegram  #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeni👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/23 3 Hattoota Telegram  akkamitti ofirraa ittisna🤔 Kinoo seenii laali👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/39 4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf Kinoo seeni👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/135 5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???👇👇👇 seeni https://t.me/Library_Islaamaa/262 6 Telegram  keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinoo👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/314 7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta 👇👇👇👇 Seenii laali https://t.me/Library_Islaamaa/322 8 Application  Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf Kinoo👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/351 9 guutummaa Telegram  keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? 👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/373 10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/378 11 link Telegram  Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni 👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/427 12 Website toora internet background  suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeni👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/442 13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu?? https://t.me/Library_Islaamaa/442 14 Application  Keyboard  kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuuf👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/450 15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudha🤔🤔 argachuuf👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/481 16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuuf👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/488?single 19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram  irraa buufanna ??? Kinoo 👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/492?single 20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ?? 👇👇👇👇 https://t.me/Library_Islaamaa/508?single ✅ Maashallah seenaa baradhaa 🤙 ♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Mostrar todo...
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??

𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐟𝐢𝐱𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚? 𝐅𝐮𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐡𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐫𝐞𝐞? Fayyadamtoota Telegram qofaaf. Stepi gadii kana hordofaa.👇 ① #Telegram: banattu. 👇 ② #setting: kan jedhu tuqxu. 👇 ③ #data_and_storage : kan jedhu tuqaa 👇 ④ #when_using_mobile_data: kan jedhu tuqaa. 👇 ⑤ mallattolee [ ✔ ] jiran kanniin hundaa haqaa. ✳️ garuu xumuura irratti save gochuu akka hin irraanfanne. ✅xumuurame✅ 📲bifa olii kanaan wantoota hayyama keessan malee download ta'an hayyam dhoorkitu jechuudha. Kan barbaaddan qofa filattanii buufachuu dandeessu. 📚📚📚📚📚📚📚 📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📖📖📖📖📖📖📖📖 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐟 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢𝐟 @Library_Islaamaabot Join godhuuf 👇👇👇👇

https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.