jechoota jalaala(love qoute)
love qoute jechoota jalalaa By 3 language
Mostrar más696
Suscriptores
+624 horas
+267 días
+12430 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
haangam faggattullle
narratii haalala
midhamaa onne kooti
si qoftuu yaala
❤ 8
Jalaalli akka qillensati ,arguu hin dandessuu garuu sitti dhagahama.
❤ 6
Repost from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Abdii sobaan na guuttee
Daandirraa na dabsitee
Kan na caalu argannaan
Anaaf du'a labsitee...!!
❤ 4👍 1
Mostrar todo...
jechoota jalaala(love qoute)
love qoute jechoota jalalaa By 3 language
Photo unavailableShow in Telegram
Dhirri umuri isaa guutuu akka sii jallattu yoo barbaddee maallaqa isaa osoo hin taanee onnee isaa jalladhu.Dubbartin akka isiin umurii gutuu si jallattu yoo barbadde qama ishee osoo hin taanee lubbu ishee jalladhuu
❤ 10👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Suuraa kee,barreffama kee fi lakkofsaa kee ballessu nan danda,a .garuu sagalee kee fuula kee fi yaadannoo kenyaa akkamittin haqa.❤️❤️❤️
👍 5❤ 3🥰 1