cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

🪷Řihu ORO ISLAMIC POST🪷

Sagantaalee keenya √ afeeraa qur'ana √ hadisa sahih √Seenaa gara garaa √Gorsa gabaabaa fi √ Baacoowan islaamaa √fataawaa ulamaa'ii fikkf as irraa argattu. Yaadaaf. @Nagaaditti

Mostrar más
Etiopía4 915El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad25 847
Publicaciones publicitarias
3 562
Suscriptores
-124 horas
-267 días
-10330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Beeku fi gad fageenyaan hubachuun garaagarummaa guddaa qaba. Wantii "du'a" jedhamu akka jiru daa'ima irraa kaase hundu beeka. Oso duutii jiraachu beeku... - ni kijiba - ni haata - zinaa hojjata - Obboleewwan isaa hamata.. jiruu akhiraa dunyaa caccabdu kanaan gurgurata. Duutii jiraachuun beekun isaa isa hinfayyanneen. Garu namni "du’a" gad fageenyaan hubate... jiruu du'a booda jiruuf hojjata. Du’aan booda mindaa male hojiin akka hinjirree waan hubateef ibaadaawwan bor bilisa bahu isaatiif sababa tahan halkan dhaabbachu irraa kaase haga  karaa Rabbii kessatti qabsaa’u hunda hojjata. Yaaddoon isaa hundii jiruu du'aan booda jiruuf taha.
Mostrar todo...
°|[ إنَّ رَبِّي قَرِيْبٌ مُجِيْبٌ ]|°. ★. Rabbiin ﷻ -: Warra Sii jaalatan hunda Caalaa sitti Dhihaataadha. -: Warra ati jaalattu hunda Caalaas sitti dhihaataadha. 💜 ★. Aaytaa Na ajaa'bdu!
Mostrar todo...
00:28
Video unavailableShow in Telegram
Keeyyata Rabbiitiin onnee kessan jiisaa!
Mostrar todo...
C6Mxlcr5Jic72IXm.mp42.43 MB
🌷🌷Afif Taj 🌷🌷 🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍 Guyyaa hardhaa guyyaa jum'aati waan taheef salawaata ergamaa rabbitti haa busnu iSiin jedha صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم Akkasuma guyyaa hardhaa suuraan kaafiin haaqaranuu isiniin jedha @Rihu_islamic_posts
Mostrar todo...
ሱረቱል ከህፍ ሙሉውን አፊፍ ታጅ.m4a24.02 MB
Gorsa jahan kanatti fayyadamii... - Salaata kessa hennaa taatu lubbuu kee tikfadhu. - namootaa waliin hennaa taatu arraba kee tikfadhu. - yoo mana namaa kessa taate ija kee tikfadhu. - nyaatarra yoo taate garaa kee tikfadhu. Wantoota lamaan kana gonkumaa hin dagatiin - Rabbiin fi... - guyyaa Rabbiin fuldaratti dhaabbattu @Rihu_islamic_post
Mostrar todo...
ጊዜ ከ አልማዝ(💎) በላይ ነው ‼️ አንድ ዓሣ አጥማጅ ገና ሳይነጋ በጠዋቱ ወደባህር ዳርቻ ሄደ ነገርግን ይህ ሰው የደረሰበት ሰዓት ጨለማ ነበር በወቅቱም ለሥራው ስላልተመቸው እስኪነጋ ቁጭ ብሎ መጠበቅ ጀመረ ከባህር ዳርቻውም አጠገብ በድንጋይ ጠጠሮች የተሞላ ጆንያ አጋጠመው። 🌚ዓሣ አጥማጁም ከጆንያው ውስጥ ያለውን አንድ ጠጠር አውጥቶ ወደባህሩ ሲወረውረው እንቦጭ የሚል ድምፅ ሰማ። ይህም ድምፅ ስላስደስተው ወድያውኑ ሌሎች ጠጠሮች በየተራ እየወረወረ እንቦጭ እንቦጭ እየደረገ እየተደሰተ መወርወሩን ቀጠለ… ይህ ዓሣ አጥማጅ በጆንያ ውስጥ የነበሩትን ጠጠሮች ወርውሮ አንዲት ጠጠር ብቻ በቀረው ሰዓት የብርሃን ወገግታ መምጣቱን አስተዋለ። አጥማጁም የያዛውን ጠጠር ለመወርወር ከመቀመጫው ብድግ ሲል በእጁ የያዛውን ጠጠር በደንብ አገላብጡ ተመለከተ በድንጋጤም ሲያስተውለው ጠጠር ሳይሆን አልማዝ(💎) መሆኑን ተረዳ። ዓሣ አጥማጁም በንዴት ሲቃ ተናነቀው ምክንያቱም እስኪነጋ ድረስ ሲወረውር የነበረው በጆንያ ሙሉ ጠጠር ሳይሆን አልማዝ መሆኑን አስተዋል። ብዙ ሰዎች በህይወታቸው እንዲህ ናቸው። በእጃቸው ያለው ጊዜ አልማዝ መሆኑን ሳይረዱ እንቦጭ እንቦጭ የሚል ድምፅ ለመስማት ሲሉ ጊዜያቸውን በእንቅልፍ፣ በምንም፣ በፊልም፣ በማህበራዊ ድህረ-ገፅ፣ በወሬ፣ በክርክር እና በብስጭት ወደ ማይመልሰው ባህር ይወረውሩታል ጥቂቶች እንደ ዓሣ አጥማጁ በመጨረሻ ሰዓት ጊዜያቸው አልማዝ እንደሆነ ሲረዱ አብዛኞቹ ግን ጊዜ ምንም እንዳልሆነ ሳያውቁ በዚያው ይበቃል። የሰው ልጅ በምድር ላይ የተሰጠው ጊዜ ውስን ነው። ይህን ውስን ጊዜ በወቅቱና በሰዓቱ ካልተጠቀመበት እድሉ ላይመለስ ይወሰድበታል። ምንም ቢለፋ፣ ቢያለቅስ እና ቢፀፀት ተመልሶ አያገኘውም። ይልቁንም በጊዜው የዘራውን መልካም ይሁን ክፉ በጊዜው ያጭዳል። @Rihu_islamic_post @Rihu_islamic_post
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Muslimoonnii hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
Mostrar todo...
👍 2
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيدكم مبارك وكل عام وانتم بخير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال 🌹 ✍️ʀɪʜᴜ
Mostrar todo...
Seenaa akkaan gaddisiisaa kana argee  isinitti himuu male bira darbu hindandeenye... mee sirnaan dubbisaa. - nitiin Da'umsaaf kutaa baqaqsanii itti yaalan galchaniin. Dhira bareedaa deesse isin garuu adunyaa kanarraa boqatte. Abbaan mana baay'ee gaddee. Daa'ima kana ofiin kunuunsee guddisuu waan hindandeenyeef adaadaa isaatiitti kennee erga ji’oota hadhaawo torba dabarsee booda haadha manaa biraa fudhe. Haadha mana haaraa kanarraas Rabbiin daa'ima dhira tokko fi durba tokko kenneef. ilma isaa waggaa sadiin dura adaadaa isaatiif kenne of bira guddisuuf fideen. Yeroo kana haalli haadha manaan isaa jijjirame. Daa'ima ganna afuur hingeenye kana midhu eegalte. Irra deddeebiin badii male daa'ima kana tumti. Yaaddoon isi hundu ilmaan isi lamaaniif male daa'ima haati irraa dute kanaaf dhimma hinqabdu. Nyaata ilmaan isirraa adda baaftr qophaatti kennitif. Gaaf tokko nitiin kun maatiiwwan isi irbaata affeerte. Nyaanni addaddaa dhihaate ture. Daa'imni ganna afuur hingeenye kun nyaata kanarraa dhandhamuuf harka isaa hennaa hiixatu... baay'ee itti iyyitee lolaanii manaa fudhatte baate.  Ala baafate haga keessummoonni bahaanitti akka mana hinseenne akeekkachifte daabboo muraa harka keesse alatti dhifteeni mana seente. Halkan baay'ee qorraa tahe ture. Daa'immaniif miti nama guddaatifillee ni ulfaata. Qorrii itti haammaate mana seene akka hin rafneef haati manaa abbaa isaa akekkachifteeni jirti. Daa'imichis mana isaa kessatti alagaa tahe daabboo muraa keenniteef nyaataa achuumatti marfatee hirribni fudhateen. Yeroon deeme keessummoonnis bahan. Nitiinis daa'ima ala jiru dagatte  ilmaan isi qabatte kutaa ciisichaa isitti seente. Yeroon deemera  abbaan hojii irraa barfate dhufe. Irbaata sif dhiheessu jennaan... alaa akka nyaate itti himee  mucaan isaa essa akka jiru gaafateen. "Kutaa ciisichaa kessa rafeera" jetteen. ala Qorra sana kessa akka dhifteen dagatteetti. Namichis ni rafe. Battalumatti haatii manaa isaa duraanii manaamaan (Abjuudhaan) itti dhufte..." ilma keetif dhaqqabi" jetten.  Namichis hirriba irraa rifate ka’e "mucaan koo essa jira?" jedhe gaafannaan... " siree irra ciiseera sin jedhe miti?!" Jetten. Namichis deebi'ee ciise. Haatii manaa isaa duraani amma yeroo lammaffaaf abjuudhaan deebite dhufte. " ilma keetiif dhaqqabi" jetten. Namichis isa duraa caalaa hirriba isaarraa rifate ka’e. "mucaan koo essa jira?" Ammas gaafateen. Nitiinis  "maaliinni aati Calliftee kan rifattu!? Mucaan rafeera sinjedhe miti.calliisi rafii" jetteen. Namichis yeroo sadaffaaf deebi'ee rafe. Akkuma xiqqoo hirribni fudhaten haati manaa isaa duraani haala adda taheen fulli isi jijjirame abjuudhaan deebite dhufte " dhisii baqqaa mucaan na bira dhufeera" hennaa jeettun baay’ee rifate hirriba irraa dammaqe. ariitidhaan Kutaa mucaan kessa rafu sana hennaa dhaqee argu mucaan hinjiru. Rifate mucaa barbaadu eegale. Kutaa hunda kessa barbaade dhabe. Balbala bane gama alaa hennaa bahuu... mucaan qorra diilallaa'aa kessa qorri gogseeni argateen.  Mataa isaa mila lamaan isaa gidduu galche maratee...daabboo muraa nitiin itti kennite garii irraa nyaate gariin cinaa isaatti kufe lafarratti argateen. Abbaan naasuudhaan hennaa sochosuun homaa hinjiru. Hennaa ol qabuun mucaan dunyaa kana kessaa godaanera. Mucaan jaalala haadhaan male guddate kun harme isaatiin walgahuuf gara isitti godaane. Nutii kan Rabbiiti gara isaattis deebitoota! Waan ilmaan kessan irratti akka gahu hinfeene tokko ilmaan namoota biroo irratti akka gahu hin heyyaminaa. Join & Share 👇 @Rihu_islamic_posts @Rihu_islamic_posts
Mostrar todo...
🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
ያማል‼ ====== ✍ አንድ ፍልስጤማዊ ህፃን እንዲህ ይላል፦ «በቀን 6 ሶላቶችን እንሰግዳለን። ①) ፈጅር፣ ②) ዙህር፣ ③) ዐስር፣ ④) መጝሪብ፣ ⑤) ዒሻእ፣ ⑥) የጀናዛ ሶላት!» ♠ አላህ ሆይ! እርዳታህን አቅርብላቸው። በጠላቶቻቸው ድልን አቀዳጃቸው! || @ibnu_misbah0
Mostrar todo...
👍 4
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.