cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ABDII SABAA STUDENT'S MEDIA

Advertisement For students at all levels via Telegram; ✓ Different University remedial points ✓ Model exit exam ✓ 12th grade examination ✓ University exams and modules ✓ Textbooks and Fiction https://t.me/+EsvpXtCHSFMzOTE0 T.me//abdii_sabaa_media

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
1 721
Suscriptores
+524 horas
+237 días
+6230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ministeerri Barnootaa galmeen Qoramtoota qormaata ba’uu Waxabajjii 2016 irra deebiin fudhatan hanga Caamsaa 25, 2016tti dheerachuu beeksise. ➧ Warra #Waxabajjii 2015 fi #Guraandhala 2016 qoramtan ammas irra deebiin qoramuuf iyyachuu barbaaddanii, akkasumas #Iyyattoonni qormaata #seeraa ba’uu waxabajjii 2015 dura fudhatanii qabxii darbiinsaa hin arganne amma irra deebitanii fudhachuu barbaaddanii fi tarreen maqaan keessan yuunivarsiitii keessan duraanii irraa gara Ministeera Barnootaatti ergame, yeroo murtaa’e keessatti galmee akka xumurtan itti himameera . Gaaffiin galmee yeroo armaan olitti ibsameen alatti dhiyaate fudhatama akka hin arganne Ministeerichi cimsee ibseera. Iyyattoonni ji’a Waxabajjii 2015 fi Guraandhala 2016 qormaata kana hin darbinee fi amma qormaata kana irra deebi’anii fudhachuu barbaadan kaffaltii tajaajilaa barbaachisu karaa Teelee birrii qofa kaffaluu qabu. herrega baankii daldalaa lakkoofsa 1000553176097 baname irratti akka galchitan ministeerri kun isin gaafatee jira dhimma kanaaf ta’uu fi nagahee sanaa kan ifatti mul’atu kan iskaan ta’e gara [email protected] tti erguu hin dagatiinaa. http://t.me/ABDII_SABAA_MEDIA
Mostrar todo...
ABDII SABAA MEDIA

👉

https://youtube.com/@abdiisabaatube

Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉

https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

😁 4 2👍 1
Repost from ABDII SABAA MEDIA
Jalqabuudhaaf STEP 1:-dura link armaan gadii tuquun START gootu https://t.me/Fetabet_bot?start=7200093386655666176 Namoota karaa telegram karaa salphaa hojii online hojjechuu barbaaddaniif.... FETA BOT jedhama Bot Kun yoo nama tokko(1) bootii sana keessatti affeertan qarshii 5 isiniif kenna. Akkasumas Gaafa jalqaba start gootan qarshii 15 isiniif kenna. Jalqabuudhaaf STEP 1:-dura link armaan gadii tuquun START gootu STEP 2:- Gara jalaa barreeffamni "SHARE CONTACT" jedhu jira Isa tuqxu. STEP 3:- afaan English ykn Amharic filchuun "INVITE LINK" kan jedhu tuquun liinkii affeerraa keessanii namatti erguun karaa salphaa qarshii hedduu hojjechuu dandeessu. http://t.me/ABDII_SABAA_MEDIA https://t.me/Fetabet_bot?start=7200093386655666176
Mostrar todo...
ABDII SABAA MEDIA

👉

https://youtube.com/@abdiisabaatube

Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉

https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

👍 1
Repost from ABDII SABAA MEDIA
Oduu Addaa Nuh Sheyik Muhaammad Hamiddiin rokkeettii meetira 500 ol furguuggifamu kalaqe Ilma Doktar Sheyik Muhaammad Hamiddiin kan ta'e Nuuh Muhaammad rokkeettii meetira 500 ol furguugga'u kalaquun ibsame. Barataa kutaa 12ffaa kan ta'e Nuuh rookkeettii meetira 2000 furguuggifamuu danda'u kalaquu kan ibse yoo ta'u ammaaf m 500'tti kan gadi buusne agarsiisichi mana barnootaa keessatti waan ta'eef ittigaafatamummaa waan qabaatuufi jedhe. MIIDIYAA t.me/ABDII_SABAA_MEDIA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T T.me/MEDIA_OMN
Mostrar todo...
2.73 MB
👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
Hey, @Oromia1104! Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
Mostrar todo...
#Qormaata_biyyoolessaa Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu sana ittisuuf qophiin taasifameera". Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksise. Daarektarri olaanaa tajaajila kanaa Dr. Eshetuu Kebede ibsa ABCf kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana gamaa gamana ittisuu ijaaruudha," jedhan. "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin Eegnu," jedhan Daarektarri Olaanaa, "Operaashiniin Nageenya Saayibarii: ° Warra ogummaa kana qaban, . ° Warra meeshaa qaban "Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru. "Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu. Qormaata onlaayinii waliin walqabatee, namni kamiyyuu warra ijoollee"kompitara dhiyeessaa" jedhe hin jiru; Gaafatamuu hin qaban, yoo gaafataman immoo dogongora jedhama. Qormaanni kun dhiyeessii / kompiitara mootummaan kenne waliin akka kennamu hubachiifamee jira. Kana jechuun lammiileen dandeettii kompiitaraa qabaniifi manneen barnootaa isaanii gargaaruu barbaadan hin danda’an jechuu miti. Qormaata Waraqaan kennamu ilaalchisee amma maxxansichi xumuramee, qormaannichi akkuma qormaata kanaan duraa nageenya akka ta’uuf qophiin gahaan akka taasifamuu fi daree keessatti gowwoomsaan akka hin jiraannee fi barattoonni akka jabatanii Qormaata isaani hojjatan ibsameera http://t.me/ABDII_SABAA_MEDIA
Mostrar todo...
ABDII SABAA MEDIA

👉

https://youtube.com/@abdiisabaatube

Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉

https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Pireezidaantiin #Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darban Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis, Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiir Abdoolaahiyaan, Imaama Masjiida Ayaatoolahii Al Raashiimii fi Bulchaa Baha #Azaarbaajaan Maaleek Raaahi Saayisaafaruu balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera. Balaa guyyaa kaleessaa Heliikoptara waraanaa aanga'oota kanneen feetee imala turterra mudateen lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'uu miidiyaan mootummaa biyyattii gabaaseera. Akkasumas namoonni biraa isaan waliin turan balaa helikooptaraa Kaaba Dhiha Iraan keessatti mudateen du’uun isaanii mirkanaa’eera. Sababni balaa helikooptara Iraan ammallee sirriitti hin baramne. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA @MEDIA_OMN
Mostrar todo...
👍 3
#Bagaa_Gammadaan Badhaasni kun sii darbin @abdii_sabaa_media median abdii sabaa #link gaaffii qoofa deebisuun biir argatan isaaniif qabatee Dhufeeraa ammuma itti fayyadama Galatoma jalqabaa iratti #maqaa keessa akkasuma #email keessan fi #paswardii Email keessan galchaa ichin bodaa hojjii itti fufaa #Hiriyoonni akka galmaa'an afeeruun akka badhaasaatti saantima biir 4000 argata, yeroo wal fakkaatutti galii hiriyoota keessaa %40 argata. Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.#share #Share walliif godhaa 👇👇👇👇👇👇👇💯 https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg 🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕💯 Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

#Bagaa_Gammadaan hordofitota #waliin haa gudanuu3 @abdii_sabaa_media median abdii sabaa #link gaaffii qoofa deebisuun biir argatan isaaniif qabatee Dhufeeraa ammuma itti fayyadama Galatoma jalqabaa iratti #maqaa keessa akkasuma #email keessan fi #paswardii Email keessan galchaa ichin bodaa hojjii itti fufaa #Hiriyoonni akka galmaa'an afeeruun akka badhaasaatti saantima biir 4000 argata, yeroo wal fakkaatutti galii hiriyoota keessaa %40 argata. Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.#share #Share walliif godhaa #Yaadaafiqeeqaa yoo qabaatan @Oromia1104 👇👇👇👇 https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

#Bagaa_Gammadaan hordofitota @abdii_sabaa_media median abdii sabaa #link gaaffii qoofa deebisuun biir argatan isaaniif qabatee Dhufeeraa ammuma itti fayyadama Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.share#Share walliif godhaa 👇👇👇👇🖕🖕 https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.