cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

HUMNA JABAA

Chanalii kanaan waantota fayyadamaa taanu👇 KALLATTII WAANTOTA HEDDUU ARGACHUU DANDEESSA. @HUMNA_JABAA Na quunnamuu 👉 @HumnaJabaa SUBSCRIBE GODHAA 👇👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@JABAATUBE-mx2kn

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
21 282
Suscriptores
+1824 horas
+2877 días
+1 90930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Mul'ataaf malee mul'achuuf hin hojjatin Mul'anni kee bakka ati gahuu barbaaddu sitti mul'isa. Namni mul'ata qabu mul'ata isaa galmaan gahuuf jiraata. Namni mul'ata isaa galmaan gahuuf hojjatu galma ni ga'a. Namni mul'achuuf hojjatu galmi isaa mul'achuuf males mul'ata waan hin taanef galma gahu hin qabu. Namni mul'ata qabuu fi mul'ataaf hojjatu akka Ifaa bara baraan hin dhaamnetti mul'anni isaa ol baasee isa mul'isa. Namni mul'achuuf hojjatu immoo yeroo ta'eef akka Ifaa billic jedhee takka ifee deebi'ee dhaamuu mul'atee bada. Yoomiyyuu yoo ta'e mul'achuuf osoo hin taane, mul'ata kee galmaan gahuuf hojjadhu. Uffata feete uffadhu, konkolaataa feete qabadhu, barbaaddu xiyyaara feete qabaadhu, qabeenyi kee ittiin mul'achuuf osoo hin taane mul'ata kee galmaan ga'uuf hojjadhu. Waan mul'ata ittiin galmaan geessu malee waan ittiin mul"attu barbaadutti yeroo kee hin gubin. Addunyaa kan jijjiiran namoota mul'achuuf dhama'an osoo hin taane, namoota mul'ata galmaan ga'uuf dhama'aniidha.
Mostrar todo...
👍 26🔥 21 7
Meeshaan bakka isaa malee taa'e bakka taa'e sanaaf kosiidha👌 NAMNILLEE AKKASUMA!
Mostrar todo...
👍 6 2
Namoonni tokko tokko akkamitti  dubartiin Jalloodha! Jetta jechuun na komatu. Dhugaa qabu.Mirgaas qabu. Waa'ee jallina jaraa itti deebina. Yoo lubbuun jiraanne nama hubatuuf,Jallinni dubartii ilma dhiiraatif faayidaa guddaa qaba. Miidhama guddaas qaba.Waan lama qofa.Milkaa'uu yookaan Maraachuu.Garaagarummaa kana kan fidu ciminaa fi dadhabina dhiiraati.Yoo jallina ishee dandamachuu dandeesse dhiira jabaa taatee baata.Garuu Carraa xiqqoo qabda.Waaqni jabina siif haa laatu. Akkasuma yoo jallina ishee dadhabde,Sammuun kee nyaatameeti,maraatuu nuuf taata.Yoo jabaattee jalaa baate,jallinni Dubartii akka aduutti guddisee si muldhisa. Harka yoo kennite immoo kophaa haasawaa of argita.Kanaafuu jabaadhu.Afaan ishees baradhu.Adabas godhadhu.Ishee waliinis morkii hin galin. Jallina ishees amaniitii waliin jiraadhu.Sossobaa horadhuun. Dubartiin ati jalloo miti jettee quba natti qabdu,kan ishee uumeetu "Lafee jalloo" irraa uumamuu ishee siif hime. Anarraa bu'i.Dhugaa qeebali.Dubartiin akka Lafee jajalloo cinaachaati.Amma yaa'ii dhiisi.Naaf qajeelchi jettees hin kadhatin.Waan hin qajeelle hin gaafatin.Ati qajeeliif.Anas qajeelchiif jedhii kadhadhu.🏃🙆
Mostrar todo...
👍 17 4🔥 1
Repost from HUMNA JABAA
"#Namoonni cimoon waan hundumaa fi nama hunda irraa baratu, namoonni giddu galeessaa muuxannoo isaanii irraa baratu, gowwoonni deebii hunda durannu qabu". Sooqiraaxis
Mostrar todo...
11🥰 1
Repost from Kebar Gemechu
Empower yourself to be a catalyst for change
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Alagaan wal gargaaree waliin hojjetee rakkina keessaa wal baasa. Kan keenya garuu carraa argate maraan karaa sitti cufaa oola. Si deeggaree guddisee si waliin guddachuu irra gufuu sitti ta'ee rakkoo keessa si galchuuf waan humna isaa gochaa oola Dhugaa moo soba..?
Mostrar todo...
👍 39 19🔥 1
Carraa LOTTERY isiniif qopheessaan jira Maatiin HUMNA JABAA yaada keessa waan na barbaachisuuf yaada keessan naaf qoodaa. Leave a Comment kan jedhu kana tuquudhaan group jala jiru dursa join erga gootanii booda yaada keessan naaf ibsaa👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
👍 17 6
Yeroo tokko tokko qofaa kiyya dabarsuun barbaada.Mufadhee ykn gaddeen miti. Qofaa kiyya dabarsuun natti tola.Sababni isaa yommuu san sagalee naannoo kiyya jiran dhiiseen sagalee keessa koo jiru dhaggeeffadha. Ofii kee waliin dabarsuuf yeroo hin dhabin.
Mostrar todo...
🥰 15👍 7 6
👉 Dargaggoonni jijjiirama hiika qabu fiduu fi egeree fooyya’aa bocuuf gumaacha akka qaban Beekamadha 🤜🤛
Mostrar todo...
10👍 2
Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaana keessatti darbaniiyyuu, Qurxummii afanitti qabatee keessaa baha!
Mostrar todo...
👍 16
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.