cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qaroo Qaroome

✍️Qaroo Qaroome♧qabaachun isa agarre murteessun dura isa agarre hubachuuf nu fayyada❣️🙏

Mostrar más
Finlandia3 465El idioma no está especificadoMotivación y presupuesto43 316
Publicaciones publicitarias
287
Suscriptores
Sin datos24 horas
+37 días
+2230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Gaaffii Xiinsamuu🧏‍♂️(1) Nama torbatu biiroo keessa jira. Atii fi haati manaa kee qawwee qabattanii seentan, haati manaa kee namoota jaha ajjeestee baate. Biiroo keessatti nama meeqatu hafe❓️❓️ deebii kee comment godhi👇
Mostrar todo...
👍 2
🔁Hiriyoota keessaniif ♻️Share gochuu hin dagatinaa🙏
Mostrar todo...
Mucuca kufaatii 18.pdf6.94 KB
SEENA OROMOO.pdf2.93 MB
seenaa Jeneraal waaqoo guutuu.apk0.80 KB
👍 2 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
❣️BARSIISAN !!! Barsiisaan Abbaadha Abbaa nu guddise Hiree jiruu teenyaa Isa nuuf bal'isee Wallaala sakaalee Kan nurraa hanbise Carraa Biddeen keenya Isa nuuf furdise Barsiisan Abbaadha Abbaa nu guddise. ❣️ Goota qubee bocee Addunyaa barsiisu Daawwitii Addunyaa Nutti Agarsiisu Doonii dhala namaa Garbarra ceesisu Barsiisaan karaadha kan galmatti geessu Wiirtuu qaroominaaf ❣️ Addunyaa mijeessu Kan dhaloota qaree Hundaa qabbaneessu Ammas Aayyoon  teenya Barsiisaa yaa deessu. ❣️ Goota Teeknolojiin Addunyaa jijjiiru Haayyuu Industuriif Sibiila micciiru Kennaa Addunyaadhaf jalqaba hiriiru Barsiisan Ifaadha kan fuula diriiru*2 Barsiisaf Xiyyeeffannon Haa laatamu! Meeqa keenyatu iddo Ka'umsa keenya beeka!! ✍𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲🌳@Qarooqaroome ✍𝗝𝗼𝗶𝗻🌳@Qarooqaroome
Mostrar todo...
👍 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2 1
#Ana:-helloo #Ishii:-maal taate lammataa silkii koorratti hin bilbilin #Ana :-anis isuma sitti himuufi caaltuu amansiifadheera chew #Ishii:-jechuun Ani ati bilbiltee kaardii of jalaa hin fixin anuu siifan bilbilaa jechuu kootim saruukoo #Ana:-kkkk ishii dafii koottu #Ishii:-ba bajaji kach😁😁 #Tana_Dubbin_Qarri_Qaran_muru
Mostrar todo...
👍 1😁 1
     FEETAN KOLFAA😁 #NA BAQANNAANIN😁👇 Konkolaachisaatu lubbuu namoota baay'ee fixee gara waajjira poolisiitti galfame. Poolisiinis gaaffiin isa sarde. #Poolisii: Ati akkamitti lubbuu namoota amma kanaa fixxe. Seexana akkamiiti ati? #Shufeera: Poolis! Daandii kiyyarra saffisa 80 km/hr ta'eenin hoofaa jira. Battalumatti sanatti namoonni lama daandii koo qaxxaamuraa osuu jiraniin arge. Karaa harka biraa immoo namoota baay'atanii cidhaaf deemantu ture. Bireekarii irra ejjechuuf hamman danda'e yaalus, fireeniin konkolaataa kootii hojjechuu dide. Murtoo mataa kiyyaa qabaachuun akka narra jiraatun hubadhe. Namoota lamaan sana rukutuu yookaan immoo gara cidhaatti irraa fiiguu. #Poolisii: Maarree namoota lamaan sana rukuchuu filachuu qabda turte jedheen #Shufeera: Anis akkasuman godhe. Haa ta'u malee yeroon namicha isa jalqabaa rukutu inni lammaffaa gara namoota cidhaaf bahan sanaatti na baqate. Anis achumaanin namichicha ari'ee rukuchuutti namoota sana fixe hin jedhuun seetanii dhalli gidiraa🤣🏋    😁FEETAN KOLFAA😁
Mostrar todo...
👍 1😁 1
𝑊𝑎𝑛𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎_𝑀𝑎𝑎𝑙𝑙𝑎𝑞ni_𝐵𝑖𝑡𝑢𝑢_𝐻𝑖𝑛_𝐷𝑎𝑛𝑑𝑒𝑛ye Miliyeenara taatus isaan kanaa gadii goonkumaa bituu gurgurus hin dandeessu 1 𝐽𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎 (𝑙𝑜𝑣𝑒) 2 𝑁𝑎𝑔𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 (𝑝𝑒𝑎𝑐𝑒) 3𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 (𝑇𝑖𝑚𝑒) 4 𝐷ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎 (𝑇𝑟𝑢𝑡ℎ) 5 𝐷𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑡𝑡𝑖𝑖/ 𝐾𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑈𝑢𝑚𝑎𝑚𝑎𝑎 (𝑇𝑎𝑙𝑒𝑛𝑡)  6 𝐹𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎 (𝐻𝑒𝑎𝑙𝑡ℎ) 7 𝐴𝑚𝑎𝑙𝑎 (𝑀𝑎𝑛𝑛𝑒𝑟) 8 𝐻𝑖𝑟𝑖𝑦𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎 (𝑇𝑟𝑢𝑒 𝐹𝑟𝑖𝑒𝑛𝑑) 9 𝐵𝑒𝑒𝑘𝑢𝑚𝑠𝑎 (𝐾𝑛𝑜𝑤𝑙𝑒𝑛𝑑𝑔𝑒) 10 𝐵𝑖𝑙𝑖𝑠𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 (𝐹𝑟𝑒𝑒𝑑𝑜𝑚)    11 𝐹𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 /𝑆𝑖𝑚𝑏𝑜𝑜 (𝐴𝑐𝑐𝑒𝑝𝑡𝑎𝑛𝑐𝑒) 12 𝐺𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 (𝐻𝑎𝑝𝑝𝑖𝑛𝑒𝑠𝑠) 13 𝑈𝑚𝑢𝑟𝑖𝑖 (𝐴𝑔𝑒) 14 𝑄𝑎𝑗𝑒𝑒𝑙𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 (𝑅𝑖𝑔ℎ𝑡𝑒 𝑜𝑢𝑠𝑛𝑒𝑠𝑠) 15 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑏𝑎𝑟𝑎𝑎 (𝐸𝑡𝑒𝑟𝑛𝑎𝑙 𝑙𝑖𝑓𝑒)♥︎        Sobamoo? Yeroo_gaarii_qabaadhaa🙏
Mostrar todo...
👍 2 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Kolfaaf Mucaa abba hin qabne tokkotu ture. Guyya tokko haatisa dhukkubsannan Harmesaa mana yalaa gessuf qarshii waan hin qabneef waaqatti xalayya barresse mana poosta galche Mana poostatii yeroo xalayicha argan waqayyof waan jedhuuf eessatti akka ergan wallaalan sana booda xalayyicha bananii dubbisuu eegalan. xalayichis akkas jedha ture...... "Yaa waaq maaloo qarshii dhibba shan (500)qofa naaf ergi haadhakon ittin yaalchisa kan jedhu ture Sana booda hojjettoti mana postaa mallaqa walitti qabanii erguuf walii galan qarshii dhibba afurii ol walitti qabuu waan hin dandeenyeef isuma erganiif .... Namtichis gammachun gaafa xalayya banu qarshii dhibba afur keessatti argee akkas jedhe "Waaqa koo qarshii naaf ergiteef galatoomi ....garuu kana booda yeroo naa ergitu kara mana postaa naaf hin ergin kuno ammayyu qarshii dhibba tokko keessa fudhatanii "Hin jedhu seetani🙉🙉 @QarooQaroome @QarooQaroome
Mostrar todo...
👍 2 2🤣 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.