cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Remedial Program 2016

Baga nagaadhaan gara Channel keenyaatti dhuftan! Channel keenya join taasifadhaa!

Mostrar más
Finlandia1 721El idioma no está especificadoEducación38 384
Publicaciones publicitarias
3 140
Suscriptores
+224 horas
+137 días
+16330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from QUBEE MEDIA
#Sagantaa_Reemiidiyaalii Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii oolmaa isaa guyyaa sadaffaa har'aatiin kennamaa jira. Qormaanni kun karaa online kan kennamu yoo ta'u, guyyaa har'aa barattoonni Saayinsii Hawaasaa barnoota History ni qoromu. Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii kan barattoota Saayinsii Hawaasaa guyyaa boruu qormaata Afaan Ingiliffaa kennamuun kan xumuramu yoo ta'u, barattoonni Saayinsii Uumamaa ammoo qormaata Afaan Ingiliffaa guyyaa boruu kennamuun jalqabu. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Mostrar todo...
👍 13😭 4 2🥰 1
#Sagantaa_Reemeediyaalii Qormaata Mathematics barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2015 Kanneen biroos argachuuf channel keenya share fi join taasisaa! Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! Moojuloota fi work sheet akkasumas odeeffannoo qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii argachuuf channel keenya join taasisaa! @Qubee_Media_1 @Qubee_Media_1
Mostrar todo...
👍 33👏 6 1🤔 1
Repost from QUBEE MEDIA
Photo unavailableShow in Telegram
#Update #Sagantaa_Reemiidiyaalii Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 tiif guyyaan qormaata walii galaa Waxabajjii 3-10 bara 2016 akka ta'e ni beekama. Ta'us garuu Waxabajjii 9 bara 2016 Ayyaana Id Al Adahaa ykn Arafaa waan ta'eef, guyyaa sanatti qormaanni kennamuuf ture Waxabajjii 11 bara 2016 akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Mostrar todo...
👍 18 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Sagantaa_Reemiidiyaalii Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 Wiixata dhufu irraa kaasee akka kennamu ni eeggama. Tikvah University akka gabaasa sagantaa qormaata barattoota reemeediyaalii ilaaleen qormaatichi Waxabajjii 3-10 bara 2016 akka kennamu agarsiisa. Bu'uuruma kanaanis barattoonni Saayinsii Hawaasaa Waxabajjii 3-6 bara 2016 tti akkasumas barattoonni Saayinsii Uumamaa ammoo Waxabajjii 6-10 bara 2016 akka fudhatan ni eeggama. Wanti haaraa yoo jiraate kan isin beeksifnu yoo ta'u, qormaatichi Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa keessatti qofaa kan kennamu yoo ta'u, dhaabbileen waa'ee qormaatichaa qoromtootaaf ibsa kennuu jalqabaniiru. Bara kana barattoonni kuma 78 ol Ji'a Mudde irraa kaasee Sagantaa Reemiidiyaaliitiin barnoota isaanii hordofaa jiru. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! Moojuloota fi work sheet akkasumas odeeffannoo qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii argachuuf channel keenya join taasisaa! @Qubee_Media_1 @Qubee_Media_1
Mostrar todo...
👍 38👏 8 7
Photo unavailableShow in Telegram
Ariifadhaa guyyaa 3 qofaatu hafe! Namoota Hojii Online bilisaan hojjechuu barbaaddaniifi kan dura Notcoin kan isin darbeef amma kunoo Tapswap waan gaarii qabatee dhiyaateera. Akkuma Notcoin dha, link kanaa gadi jiru tuquun tap tap taasisaa akkasumas task achirra jiran guutuun fi namoota affeeruun coin walitti qabadhaa. Yeroo hedduun hin jiru waan ta'eef ariifadhaa, kana duras Notcoin shakkuudhaan namoonni hedduun hin hojjenne amma garuu Notcoin gurguramaa jira, kunis akkasumas kanaafuu carraa kana of hin dabarsiinaa, link kanaan seenaa! Coin hedduu argachuuf VPN USA, UK, Ukraine, Russia, Germany fayyadamuun ammuma coin Miiliyoona 2 ol argadhaa! https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1238428618 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1238428618
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Namoota Hojii Online bilisaan hojjechuu barbaaddaniifi kan dura Notcoin kan isin darbeef amma kunoo Tapswap waan gaarii qabatee dhiyaateera. Akkuma Notcoin dha, link kanaa gadi jiru tuquun tap tap taasisaa akkasumas task achirra jiran guutuun fi namoota affeeruun coin walitti qabadhaa. Yeroo hedduun hin jiru waan ta'eef ariifadhaa, kana duras Notcoin shakkuudhaan namoonni hedduun hin hojjenne amma garuu Notcoin gurguramaa jira, kunis akkasumas kanaafuu carraa kana of hin dabarsiinaa, link kanaan seenaa! https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1238428618
Mostrar todo...
👍 1
Repost from Quiz Time
Which word is a synonym for 'happy'?Anonymous voting
  • A. Sad
  • B. Joyful
  • C. Tired
  • D. Quiet
0 votes
👍 67 18
#Reemiidiyaalii Qormaanni Barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 yoom kennama? Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 Jalqaba Ji'a Waxabajjiitti Yuunivarsiitiiwwan Mootummaa keessatti qofaa akka kennamu Ministeerri Barnootaa kana dura ibsuun isaa ni yaadatama. Tikvah University'n akka odeeffannoo argatetti qormaanni Reemiidiyaalii kun Waxabajjii 1-7 bara 2016 ykn Waxabajjii 8-15 bara 2016 ni kennama. Bara kana barattoonni kuma 78 ol Yuunivarsiitiiwwan Mootummaatti barnoota isaanii sagantaa Reemiidiyaalii Ji'a Mudde darbe irraa kaasee hordofaa jiru. Ta'us garuu barattoonni Sagantaa Reemiidiyaalii Yuunivarsiitii Baahir Daaritti ramadaman hanga ammaatti waamichi hin taasifamneef. Barattoonni kunneen akka gara Yuunivarsiitiiwwan birootti ramadamanii baratan ykn akka yeroon qormaataa kan biraa isaaniif mijatu karaa Yuunivarsiitichaas ta'e karaa Ministeera Barnootaa wanti jedhame hin jiru. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! Moojuloota fi work sheet akkasumas odeeffannoo qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii argachuuf channel keenya join taasisaa! @Qubee_Media_1 @Qubee_Media_1
Mostrar todo...
👍 28🥰 8 5
Qormaanni Sagantaa Fooyya'iinsaa (Remedial)bara 2016 yoom kennamaa? Akka Ministeerri Barnootaa beeksisetti; Qormaanni barattoota sirreeffamaa(Remedial)bara 2016 jalqaba baatii Waxabajjii keessa ni kennama. Qormaanni kun guyyoota 15f yunivarsiitiiwwan mootummaa qofa keessatti gaggeeffamaa jira. Qormaata kana keessaa dhibbeentaan 70 toora interneetii fi waraqaa irratti kan qophaa’u ykn waraqaa irratti ciminaan kan to’atamu ta’uu himama. Rakkoo bara darbe mudate hiikuuf qorumsa sirreeffamaa yunivarsiitiiwwan mootummaa hunda keessatti kennuuf karoorfamee jira. Bara kana barattoonni 32,500 qabxii %50 ol qaban kallattiin yunivarsiiticha seenuun barnoota idilee barachaa kan jiran yoo ta’u, barattoonni 78,000 ol ammoo yunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti barnoota sirreeffamaa fudhachaa akka jiran odeeffannoo ministeerichi EPDf kenne irraa hubanneerra. gama biraatiin ; Barattoonni sirreeffamaa yuunivarsiitii adda addaatti ramadaman Muddee irraa eegalee barnoota isaanii irratti hirmaataa kan turan yoo ta’u, barattoonni Yunivarsiitii Bahardar keessatti barnoota sirreeffamaa isaanii akka hirmaatan ramadaman hanga ammaatti Waamichi Hin godhamneef.
Mostrar todo...
👍 28 8👎 7
Photo unavailableShow in Telegram