cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Maalif Hin Taane⁉️

Everything is possible!!!

Mostrar más
Finlandia1 289El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad19 609
Publicaciones publicitarias
4 836
Suscriptores
+3224 horas
+1167 días
+1 88930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
#Yaadota_Baay'ee_Barsiisoo_kana_dubbisi!! 1.#Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari! 2. #Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in! 3. #Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu! 4. #Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha! 5. #Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef. 6. #Borii keef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu! 7. #Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali. #Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin! #Like and #Share hin dagatinaa🙏 #Join 👇👇👇👇👇👇 https://Abbaskedir76
Mostrar todo...
👍 4🔥 2🥰 2 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namoota ofii isaanii irrattis ta'ee hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada yookiin miira isaanii ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneef 😭👇🏾👇🏾 tarkaanfiin jalqabaa isaan hordofuu qaban,... See More 👉 See more 👈    👉 See more 👈
Mostrar todo...
Gaaffii amma jalqabnee waan jirruuf badhaasa guddaa waan qabduuf ammuma hiriyoota keessaniif share godhaa Iddoon gaaffii 👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA ti @ABDII_SABHAA ti React godhaa warreen keessa jirtan
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
Mostrar todo...
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Repost from N/a
Mostrar todo...
🅰️ Join All Channels 🅰️
Gaggeessummaa
Reading PDF
💍 Gaaela Gaarii 💍
Ergaa Guyyaa
Bilchina Sammuu
Power Of Thought
Kakuu Studio
Singer Megertu Official
Getu Official
Barruu Beektotaa
Student Library
Top Books
Books Wallpapers
Spiritual Books
English books
Coba Yaadaa
💭 Daily Quotes 💭
Kutannoo
ARARA TV WORLD WIDE
Truth For All
Naardos Official
Kiisii Tube
Best Classicals
Dirree Entertainment
Dhaloota Dhugaa
Dhaloota Qaroo
Coba Qalamaa
Walaloofi Asoosama
Walaloo Jaalalaa
Miira Jaalalaa
Godaannisa Sammuu
Students Book
🎗️ Learn English 🎗️
Dhimma Fayyaa
Research Paper
💥 OIC 💥
😁 Kottaa Kolfaa
Dawit (Gurree) Poem
Dubbiilee Hayyootaa
Moo'amee Hin Galu
Motivational Tips
Grow In Christ
Walaloo Faaruu
Hambisaa Motivation
Mammaaksa Oromoo
አማርኛ አባባሎች
Hojii Online 💰
GabaaChannel
🔔 HopePromo
🅰️ Join All Channels 🅰️
Contact Us for Promo
Photo unavailableShow in Telegram
#Ilimi_Namaa........!!!!!!!😢😢😢 Foon irraa dhumuuf hanguma kaameraan itti fayyadamaa ture sun harkaa bu’uyyuu eeguu hin dandeenye. Namni qabeenyaan (meeshaan) of-dhaadu, kan of-tuulummaan onnee iitesse, kan Aangoo fi humni isaa biyya lafaa kana irratti dhuma hinqabne se’us tana ni dhandhama. Gaarii hojjattus, gaarii dubbattus, hamaa taatus, hamaa dubbattus, beekaa fi qabaataa taatus siif hin haftu. Dhumni ilma namaa tanuma! #Eeni_dhumni_keenya_hanganuma😢😢😢😢😢😢😢😢 #Galatoomaa!! 👇👇👇 @Abbaskedir76
Mostrar todo...
👍 5 3🥰 1😁 1
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Telegram irraa Qarshii argachuu dandeessu, kunis karaa Telega.IO yoo ta'u tartiibni isaa,... See More     👉 See More 👈     👉 See More 👈
Mostrar todo...
Telega IO
Ads
Join Us
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.