cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Naziif 🌹

Gargaarsa Rabbiitiin Jiraanna!!! Namni Gargaarsa Rabbii Qabummo Galma Qaba Galmisaas Milkaayina

Mostrar más
Finlandia3 728El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad137 639
Publicaciones publicitarias
189
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-1330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Jannata Eenyutu Seena? Jannata kan San Nama Rabbi Sodaatutu Seena Rabbiin Gabroottan isaa irraa Worri Jannata dhaalu warra Rabbiin Sodaatu nuun jedhe. Maryam مريم 19:63 تِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي نُورِثُ مِنْ عَِؚادِنَا مَن كَانَ تَقِيًّا Jannatni sun ishee gabroota keenya irraa namoota Rabbiin sodaatan dhaalchifnuudha. Ummata Pheenxeettu Waan jedhu nut Warra Jannataati jettee lafa uf keetti waan akka Boru waan dalagan beekaanii. kkkk Nut Ummanni Islaamaa immo wanti jennu Muslima taanee yoo Duune jannata Ni Seenna Jenna. Maaliif Muslima taanee yoo Duune jannata Seenna Jenna Sababni isaa Lubbuun takka boru waan carraaqatu hin beektu kafartee du'utu Mala kanaaf Muslima tahee Duunaan kan jannataat jenna Malee Waadaa Rabbiin Jannata Muslmtootaaf Qopheesse Shakkineetii miti. Luqmān لقمان 31:34 إِنَّ اللَّهَ عِندَهُ عِلْمُ السَّاعَةِ وَيُنَزِّلُ الْغَيْثَ وَيَعْلَمُ مَا فِي الْأَرْحَامِ ۖ وَمَا تَدْرِي نَفْسٌ مَّاذَا تَكْسُِؚ غَدًا ۖ وَمَا تَدْرِي نَفْسٌ ؚِأَيِّ أَرْضٍ تَمُوتُ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ خَؚِيرٌ Dhugumatti, Rabbiin beekumsi Qiyaamaa Isuma bira jiraRoobas ni buusa; waan gadaamessa keessa jirus ni beeka Lubbuun tokko waan boru carraaqqattu hin beektu Lubbuun tokko dachii kamitti akka duutus hin beektu Dhugumatti, Rabbiin beekaa, keessa hubataadha. Ebalu kan jannataat ebalu kan Ibiddaatii kan Beeku Rabbii tokkicha waan ta'eef itti yaadaa Dubbadhaa. Nut Muslimtoonni Osoo Allaah gabbaru yoo Duune yoo isatti waa hin qindeessin Muslima taanee yoo Duune kan Jannataat kan kan Jedhe Rabbitu nuun jedhe. Fussilat فصلت 41:30 إِنَّ الَّذِينَ قَالُوا رَُؚّنَا اللَّهُ ثُمَّ اسْتَقَامُوا تَتَنَزَّلُ عَلَيْهِمُ الْمَلَا؊ِكَةُ أَلَّا تَخَافُوا وَلَا تَحْزَنُوا وَأَؚْ؎ِرُوا ؚِالْجَنَّةِ الَّتِي كُنتُمْ تُوعَدُونَ Dhugumatti, isaan “gabbaramaan keenya Allaahdha” jedhanii, ergasii achirratti gadi dhaabbatan, (yeroo isaan du’an) malaykonni isaan irratti bubu’aniiti, “hin sodaatinaa; hin gaddinaas; jannata waadaa isiniif galameen gammadaa. نَحْنُ أَوْلِيَا؀ُكُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۖ وَلَكُمْ فِيهَا مَا تَ؎ْتَهِي أَنفُسُكُمْ وَلَكُمْ فِيهَا مَا تَدَّعُونَ Nuti jiruu addunyaa keessatti jaalalloo keessan turre; Aakhirattis akkasuma. Isiniif ishee (jannata) keessa waan lubbuun keessan feetutu jiraIsiniif ishee keessa waan barbaaddantu jira. نُزُلًا مِّنْ غَفُورٍ رَّحِي Afeerraa (Rabbii) araaramaa, rahmata godhaa irraa ta’eedha” (isaaniin jedhu). Fussilat فصلت 41:33 وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِّمَّن دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ Nama gara Rabbiitti waameefi hojii gaggaarii hojjatee “ani Muslimoota irraayi” jedhe caalaa namni jecha bareedu eenyu? Kanaaf Rabbiin Waadaa nuuf Seeneera Waadaan Rabbii haqa Az-Zukhruf الزخرف 43:68 يَا عَِؚادِ لَا خَوْفٌ عَلَيْكُمُ الْيَوْمَ وَلَا أَنتُمْ تَحْزَنُونَ Yaa gabroota kiyya! Har’a sodaan isin irra hin jiru; isin hin gadditanus. Az-Zukhruf الزخرف 43:69 الَّذِينَ آمَنُوا ؚِآيَاتِنَا وَكَانُوا مُسْلِمِينَ Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an; Az-Zukhruf الزخرف 43:70 ادْخُلُوا الْجَنَّةَ أَنتُمْ وَأَزْوَاجُكُمْ تُحَؚْرُونَ Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama). يُطَافُ عَلَيْهِم ؚِصِحَافٍ مِّن ذَهٍَؚ وَأَكْوَاٍؚ ۖ وَفِيهَا مَا تَ؎ْتَهِيهِ الْأَنفُسُ وَتَلَذُّ الْأَعْيُنُ ۖ وَأَنتُمْ فِيهَا خَالِدُونَ Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaan isaan irra naanna’ama. Ishee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani). Az-Zukhruf الزخرف 43:72 وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا ؚِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini. لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira. Kanaaf Rabbiin Muslima osoo hin taane hin du'inaa nuun jedhe Jannata nuuf kennuuf. @KaraandhugaaIslaamummaaqofa https://t.me/NaziifTakkaliny https://t.me/NaziifTakkaliny
Mostrar todo...
٢ـ- الدعاء عند الإفطار: ((إن للصا؊م عند فِطره دعوة لا تُرَد)) رواه اؚن ماجه 24- Yeroo soomana furan Rabbi kadhachu. Hadiisatti "nama soomanuuf yeroo soomana isaa furu kadhaa hindeeffamneetu isaaf jira" ibnumaajahtu odeesse. ٢٥- الدعاء مُطلقًا: ((إن الله يقول: أنا عند ؞نِّ عؚدي ØšÙŠØŒ وأنا معه إذا دعاني)) رواه الؚخاري ومسلم 25- Kadhaa rabbi akka walii galaatti bayyisuu hadiisatti "Rabbiin akkana jedha, ani abdii gabrichi kiyyaa narraa qabu birattin isaaf taha, yeroo inni nakadhate isa birattin taha (isaafin qeebala)" bukhaariif muslimtu odeesse. ٢ي- السحور: ((تَسحَّروا، فإن في السحور َؚركة)) رواه الؚخاري ومسلم 26- Hiraabbachuu: hadiisatti "hiraabbadhaa nyaata hiraabaa (ohboroo) nyaadhaa nyaanni hiraabaa barakaa qabaa" bukhaariif muslimtu baase. ٢٧- الزكاة: قال تعالى:  وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعُؚْدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُ؀ْتُوا الزَّكَاةَ وَذَلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ  الؚينة: 5 27- Zakaa baafachuu –qur'aanatti " isaan waa hin ajajamne Rabbi gabbarutti malee amantii isaaf qulqulleessoo haalatahaniin qaqqajeeloo, salaata dhaabuttii fii zakaa baasutti (ajajaman) kun amantii sirraawaadha." Suuraa bayyinaa 5 Ù¢Ùš- زكاة الفِطْر: "فرض رسول الله - صلى الله عليه وسلم - زكاة الفطر؛ طُهْرةً للصا؊م من اللغو والرَّفث، وطُعْمة للمساكين، مَن أدَّاها Ù‚ØšÙ„ الصلاة، فهي زكاة مقؚولة، ومَن أداها ؚعد الصلاة، فهي صدقة من الصدقات)) رواه أؚو داود 28- Zakaa fixrii baasuu – hadiisatti "Rasuulli Rabbi zakaa fixrii murteesse akka badiifii dogoggorarraa nama soomanaa qulqulleessituuf, dhihana hiyyeeyyii akka taatuuf, namni salaata (iidaa) dura baase zakaa qeebalamtuudha , namni salaata booda baase ammo isiin sadaquma sadaqarraa taate isaaf taati." Abuu daawuud odeesse. ٢٩- الإنفاق في سؚيل الله:  وَمَا تُقَدِّمُوا لِأَنْفُسِكُمْ مِنْ خَيْرٍ تَجِدُوهُ عِنْدَ اللَّهِ إِنَّ اللَّهَ ؚِمَا تَعْمَلُونَ َؚصِيرٌ  الؚقرة: 110 29- Karaa Rabbii keessatti kennachuu- Rabbiin s.w akkana jedha "waan tolturraa lubbuu teysaniif dursattan Rabbi biratti ni argattan, Rabbiin waan isin dalaydan ni arga." Suuraa baqaraa 110 ٣٠- الصدقة: ((الصدقة تُطف؊ الخطي؊ةَ كما يُطف؊ الماءُ النارَ)) رواه الترمذي 30- Hadiisa keessatti – akka bishaan ibidda dhaamsutti sadaqaan maaseta dhaamsiti" tirmiziyyiitu odeesse. https://t.me/NaziifTakkaliny https://t.me/NaziifTakkaliny
Mostrar todo...
isinii himuu? "Ee nuu himaa jedhaniin." Rabbi faarsuu (zikrii Rabbiiti)" jedhaniin. Tirmiziyyitu odeesse. ١٣- الاستغفار: ((مَن لزَم الاستغفار، جعل الله له من كلِّ همٍّ فرجًا، ومن كل ضيق مخرجًا، ورزَقه من حيث لا يَحتسِؚ)) رواه أؚو داود والنسا؊ي 13- Rabbiin araaramu kadhachuu (istigfaara) - Hadiisatti "Namni istigfaara heddummeessuu qabate rabbiin yaaddoo hundarraa furmaata isaaf godha, rakkoo hundarraa hiikkaa isaaf godha, bakka inni hin herreginirraa isaaf hiree hira." Abbaa dawudiif Nasaa'iyyitu odeesse. ١ـ- السواك: ((لولا أن أ؎قَّ على أمتي، لأمرتهم ؚالسواكِ مع كل صلاة)) رواه الؚخاري ومسلم 14- Siwaaka. Hadiisatti "osoo ummata kiyyarratti jabaataaf sodaachuu baadhee silaa salaataa hundarratti siwaakattin isaan ajaja." Bukhaariif muslimtu odeesse. ١٥- المحاف؞ة على الصلوات الخمس: ((ما من امر؊ مسلم تحضُره صلاة مكتوؚة فيُحسِن وضوءها وخ؎وعها وركوعها، إلا كانت كفَّارة لما قؚلها من الذنوؚ ما لم ت؀تَ كؚيرة، وذلك الدهر كله)) رواه مسلم س؊ل الرسول -صلى الله عليه وسلم-: أي العمل أفضل؟ قال: ((الصلاة لوقتها)) رواه الؚخاري ومسلم 15- Salaatoowwan shanan irratti uf eeguu – Hadiisatti :"namummaan muslimaa tokko kama tahee haa tahuu salaanni fardii isatti geessee kan wuduu'a isii tolchee, kushuu'a isii tolchee, rukuu'a isii tolchee salaate badiilee achi duraatiif araarsituu isaaf taati waan badiin gurguddoon hin dalagaminiin, kuni umrii guutuudha." Muslimtu odeesse. Hadiisatti:- hojiin kamti irra caala jechuun gafatame nabiin s.a.w akkana jedheeti deebise yeroo isiitti salaata "salaatuudha". ١ي- المحاف؞ة على صلاة الجمعة: ((الصلوات الخمس، والجمعة إلى الجمعة، ورمضان إلى رمضان، مُكفِّرات ما ؚينهن إذا اجتُنؚت الكؚا؊ر)) رواه مسلم 16- Salaata jum'aa irratti tiiyfafu. Hadiisatti "salaanni shanan , jum'aan hanga jum'aatti, ramadaanni hanga ramadaanaatti, hayxuu waan isaan jiddutti taheeti yoo gurguddoon irraa fagaatamte" Muslimtu odeesse. ١٧- الذَّهاؚ إلى المساجد: ((مَن غدا إلى مسجد أو راح، أعدَّ الله له نُزلاً في الجنة كلما غدا أو راح)) رواه الؚخاري ومسلم 17- Masgiidatti ganamfatanii deemuu..hadiisatti " namni ganamaanر masgiidatti deeme takkii waaree booda masgiidatti deeme hanguma inni gama masgiidaa jannatatti deemeen rabbiin mana isaaf qopheessa" bukhaariif muslimtu baase. Ù¡Ùš- المحاف؞ة على صلاة الجماعة: ((صلاة الجماعة أفضل من صلاة الفذ ؚسؚع وع؎رين درجة)) رواه الؚخاري ومسلم 18- Salaata jamaa'ah irratti uf eeguu..hadiisatti "salaanni gamtaa (jamaa'aa) salaata kophaarra sadarkaa diydamii torbaan caalti" Bukhaariifi muslim. ١٩- الحرص على الصّفِّ الأول: ((لو يعلم الناس ما في النداء والصف الأول ثم لم يجدوا إلا أن يَستَهِموا عليه لاستَهموا)) رواه الؚخاري ومسلم 19- Saffii duraa irratti bololuu..hadiisatti "namni osoo waan azaanaafii saffii duraa keessa jiru beekee eegsasii hixaa itti muratan malee kan hin argannee osoo tahanii silaa hixaa itti muratan." Bukhaarii fi muslimtu baase. ٢٠- المحاف؞ة على السُّنن الراتؚة: ((ما مَن عؚد مسلم يُصلِّي لله تعالى كل يوم اثنتي ع؎رة ركعة تطوُّعًا غير الفريضة، إلا ؚنى الله له ؚيتًا في الجنة)) رواه مسلم 20- Sunnaalee Raatibaa irratti tiifamuu.. hadiisatti "kama tahee haa tahuu gabrichi Rabbii kan muslimaa tokko kan guyyarraa rabbiif raka'aa kudhanii lama salaatu sunnaawanirraa kan fardii hintahin Rabbiin jannata keessatti mana isaa jaaru malee hin hafu." Muslimtu odeesse. ٢١- تعجيل الفِطْر: ((لا يزال الناس ؚخير ما عجَّلوا الفطرَ)) رواه الؚخاري 21- Furiinsa jarjarsuu hadiisatti "namni hanga furiinsa soomanaa jarjarsiisu toltuma keessatti jira" Bukaariitu odeesse. ٢٢- لإفطار على التمر إن وُجِد: ((مَن وجد التمر، فليُفطِر عليه، ومن لم يجد التمر، فليُفطِر على الماء؛ فإن الماء طهور)) رواه أحمد وأؚو داود والترمذي 22- Yoo mijaaye timirarratti furuu hadiisatti "Namni timira argatee isatti haa furuu, namni timira hin argatin bishaanirratti haa furuu, bishaan qulqulleessaadha waan taheef." Ahmadiifi abuudaawuud odeesse. ٢٣- المحاف؞ة على دعاء الإفطار: ((ذهؚ ال؞مأ، واؚتلَّت العروق، وثَؚت الأجر إن ؎اء الله تعالى)) رواه أؚو داود والدارقطني والحاكم 23- Du'aa'ii yeroo furanii qara'uu, isiniis tana "zahaba zzama'u, wabtallatil uruuqu, wasabatal ajru inshaa'Allaah." Abuu daawudii fi daaraquxniitu baase.
Mostrar todo...
ؚاؚ من اؚواؚ الخير في رمضان Hulaa toltuu (kheyrii) 30 tan Ramadaanaa keessaa Ù¡- الإخلاص: قال الله تعالى:  وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعُؚْدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُ؀ْتُوا الزَّكَاةَ وَذَلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ  الؚينة: 5 1- Rabbiif qulqulleessuu.waan dalagan hundaa. Rabbiin s.w. akkana jedha "isaan waa hin ajajamne Rabbiif ibaadaa qulqulleessanii rabbi gabbarutti malee, qajeelloo qabatutti malee, salaata dhaabuu fii zakaa kennutti malee, kuni amantii diriiraadha." Bayyinaa 5 Ù¢- تجريد التوؚة لله تعالى: ((إن الله يقؚل توؚةَ العؚد ما لم يُغرغِر))؛ رواه الترمذي إن الله يقؚل توؚة العؚد ما لم يغرغر. رواه الترمذي 2- Towbaa Rabbiif qulqulleessuu. hadiisatti "namni osoo aduun dhiha isiitiin oldeebitee hinbaane towbate Rabbiin irraa qeebala."muslimtu odeesse. Hadiisa birootti "Rabbiin towbaa gabrichaa ni qeebala waan hin shakaraatiniin." Tirmiziyyiitu odeesse. Ù£- صيام رمضان إيمانًا واحتساًؚا: ((مَن صام رمضان إيمانًا واحتساًؚا، غُفِر لهما تقدَّم من ذنؚه)) رواه أحمد والترمذي 3- Dhuga'oomsaa abdachaa Ramadaana soomanuu. Nabiin s.a.w. akkana jedhan "namni dhuga'oomsaa abdachaa Ramadaana soomane badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramame." Ahmadiifi tirmiziitu odeesse. Ù€- قيام رمضان إيمانًا واحتساًؚا: ((مَن قام رمضان إيمانًا واحتساًؚا، غُفِر له ما تقدَّم من ذنؚه)) رواه الؚخاري ومسلم 4- Amanaa abdachaa Ramadaana dhaabbachuu (salaatuu): Hadiisatti "Namni dhuga'oomsaa abdachaa Ramdaana dhaabbate (salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramama." Bukhaariif muslimtu odeesse. Ù¥- قيام ليلة القدر إيمانًا واحتساًؚا: ((مَن قام ليلة القدر إيمانًا واحتساًؚا، غُفِر له ما تَقدَّم من ذنؚه)) رواه الؚخاري ومسلم. 5- Amanaa abdachaa leylatul qadri (halkan murtii) dhaabbachuu (salaatuu): "Namni dhuga'oomsaa abdachaa halkan murtii dhaabbate (salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramama." Bukhaariif muslimtu odeesse. ÙŠ- الاجتهاد في الع؎ر الأواخر: "كان رسول الله -صلى الله عليه وسلم- إذا دخل الع؎ر، أحيا الليل، وأيق؞َ أهله، و؎دَّ م؊زره" رواه الؚخاري ومسلم 6- Kurnan ramadaanaa kan boodaa keessatti ibaadarratti jajjabaachuu. Hadiisa keessatti Nabiin s.a.w. yeroo kurnan boodaa seene halkan nijiraachisa, maatii isaa nidammaysa, marxoo isaa nijabeysa." Bukhaariif muslimtu baase. Ù§- العمرة: ((العمرة في رمضان تَعدِل حجَّة - أو حجة معي)) رواه الؚخاري ومسلم 7- Umraa godhuu. Hadiisatti "umraan ramadaana keessaa hajjitti qixxooyti, yookan hajji nawajji taatetti qixxooyti" Bukhaariifi muslimtu baase. Ùš- الاعتكاف: "كان رسول الله -صلى الله عليه وسلم- يَعتكِف في الع؎ر الأواخر من رمضان" رواه الترمذي وقال: حسن صحيح 8- Teessoo masgiidaa (i'itikaafa) "nabiin s.a.w. kurnan ramadaanaa kan boodaa keessatti masgiida taa'aa ture" Tirmiziyyii odeesse. Ù©- إفطار الصا؊م: ((مَن فطَّر صا؊مًا، كان له مِثل أجره، غير أنه لا يَنقُص من أجر الصا؊م ؎ي؊ًا)) رواه الترمذي وقال: حسن صحيح 9- Nama soomanaa fursiisuu-hadiisatti "Namni nama soomane fursiise isaafis sawaabuma akka nama inni fursiisee santu taha,akkasumaan wajji galata nama soomaneerraa waa takka hin ir'ifamu" Tirmiiziyyitu odeesse. ١٠- قراءة القرآن وتلاوته: ((اقر؀وا القرآن؛ فإنه يأتي يوم القيامة ؎فيعًا لأصحاؚه)) رواه مسلم 10- Qur'aana qara'uu fii dubbisuu –Nabiin s.a.w. akki jedhe "qur'aana qara'aa inni guyyaa qiyaamaa warren isaatiif araarsaa taheeti dhufaa" muslimtu odeesse. ١١- تعلُّم القرآن وتعليمه: ((خيركم مَن تعلَّم القرآن وعلَّمه)) رواه الؚخاري 11- Qur'aana barachuufii barsiisuu. Hdiisatti "irra caalaan keessan nam qur'aana baratee barsiise" Bukhaariitu odeesse. ١٢- ذِكر الله تعالى: ((ألا أنؚِّ؊كم ؚخير أعمالكم، وأزكاها عند مليككم، وأرفعها في درجاتكم، وخير لكم من إنفاق الذهؚ والفضة، وخير لكم من أن تَلقَوا عدوَّكم فتضرؚوا أعناقهم، ويضرؚوا أعناقكم؟))، قالوا: ؚلي، قال: ((ذِكر الله تعالى)) رواه الترمذي 12- Faaruu rabbi (zikrii) godhuu— Nabiin s.a.w. akki jedhe "si isiniinhimuu hrra caalaa hojii keessanii, irra qulqulluu isii gooytaa keessan biratti, tan irra sadarkaa keessan ol isin fuutu, meetaa fi ziqaya sadaqachurra tan isinii caaltu, tan adawwii keessanitti duultanii morrma isaanii dhooytanii isaanis morma keessan dhawuu isiniicaaltu mee
Mostrar todo...
“ዝምድና በአርሜ ላይ ተንጠልጥላለቜ። እኔን ዹቀጠለ አላህ ይቀጥለው እኔን ዹቆሹጠኝን አላህ ይቁሹጠው ትላለቜ።” ሚሱል (ï·º)
Mostrar todo...
“Wallaahi warrii qabrii keessa jiran hawwaa osoo jedhamani guyyaa ramadaanaa tokkoma hawwan ture‟ Ibnu Al-Jawzii
Mostrar todo...
Hello, Arkadiy , Welcome! Nice to see you.
Mostrar todo...
Hi رودي , Thank you for joining us!
Mostrar todo...
Howdy Bezawit , Thank you for joining us!
Mostrar todo...
Hello Gutu B., there! We’re happy to see you.
Mostrar todo...