cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromo - Positive

We give you the best positive quote and life advice's every single day. Stay with us and benefit alot.

Mostrar más
Finlandia388El idioma no está especificadoNegocios5 209
Publicaciones publicitarias
15 167
Suscriptores
+4824 horas
+3407 días
+1 18530 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Abdii hin kutin Namichi guyyaa guutuu hojii barbaacha oolee gara galgalaa akka tasaa dhaabbata tokko keessa akka hojjatu heyyamaniif. Gaheen hojii isaa qulqulleessadha. Guyyaa inni hojii eegalu itti himuuf e-mail kee nutti himi jedhaniin. Namichis technology irraa fagoo waan ta'eef e-mail hin qabu jedheen. Kun seera dhaabbatichaati si qacaruu hin dandeenyu jechuun isa gaggeessan. Innis ofitti gaddee hojii dhabuu isaatin abdii kutee gara mana isaa qajeele. Akka tasaa qarshii muraasa waan harkaa qabuuf qarshii sanaan timaatima🍎bitee mana manarra deemee gurguruu eegale, bu'aa waan argateef osuma akkas jedhuu gaaridhaan gurguruu eegale, itti fufee konkolaatadhaan🚚 gurguruu eegale. Dhumarra supermarket ofii banachuun magaalaa keessa jiraatu keessatti abbaa dhaabbata guddaa ta'uu danda'e. Yeroo kana maatii fi dhaabbata isaaf inshuraansi bituu barbaadee, gara dhaabbata inshuraansi tokkoo bilbile. Barreessan dhaabbatichaas odeeffannoo guutuu e-mail kee irrattan siif erga e-mail kee natti himi jedheen. Namichis e-mail hin qabu jedheen. Barreessan dhaabbatichaas rifatee osoo e-mail hin qabaatin kan akkas dureessa taate osoo qabaattee hoo akkam akka taatu yaaddee jedheen. Namichis yaadan gara duubaa deebi'ee EEYYEE dhaabbata guddaa tokko keessatti qulqulleessaa cimaan ta'a ture jedheen. Michuuwwan koo karaalee gara garaatin yeroo balballi isinitti cufamu tasallee ofitti hin gaddinaa. Sababni guddaan uuman keessan hojii tokko akka isin hin hojjanne isin milkeessuu dhiisuf hojiin suni wanta isin hin madaallefi. Maaltu beeka gara fulduraa bilballi baay'en isiniin qofa banamuu danda'u isin eeggachaa jira ta'a. 🔑Join🔑   @Oromo_Positive  ♻️share
2 21013Loading...

Mostrar todo...
👍 23👌 18 10🥰 1
Archivo de publicaciones