cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DAANDII ABBOOTA

✝️ DAANDII ABBOOTA channel irraattii ✔️ Faaruu ☑️ Barnoota amantii ✔️ Walaaloo ☑️ Doo'ii amantii ✔️ Jechoota Abboota ✔️ Sinkisara Qulqulloottaa 👇✔️ Subscribe, follow https://youtube.com/@HadhaaguyyaaRakkooMaariyaam21 https://tiktok.com/@Abbaagaarii2c

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
313
Suscriptores
+624 horas
+207 días
+6530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
Dhiigasaani nu biteera,F/taa Galataa Waggaarii,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo,Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like Gochu hin dagatina.

Maqa aba kan ilam kan afura quluqul waqa toko AMEN AMEN AMEN Barumsa namatti tolu. Hangafoota Ergamoota Kan Jedhaman Torba Jiru. Isaanis: 1.Qulqulluu Mikaaeel 2.Qulqulluu Gabrieel 3.Qulqullu  Uraaeel 4.qulqulluu Raagueel   5.qulqulluu Rufaeel 6.Qulqulluu faanueel 7.Qulqulluu Saqueel Hangafoota Daaqonoota  Kan Jedhaman Torbatu Jiru. Isaanis: 1.D.n Isxifanos 2.D.n Filipooos 3.D.n Phirokorosii 4.D.n Niqaannoorra 5.D.n Ximoonaa 6.D.n Pharmeenaa 7.D.n  Niqoodimoos Iccitiin mana Kiristaana torbatu Jiru. Isaanis: 1. Iccitii Cuuphaa 2.Iccitii Qurbaanaa   3.Iccitii Lubummaa 4.Iccitii Gaabbii 5.Iccitii Qandiilii 6.Iccitti Meeroon 7.ccitii Taklilii Gooftaan Keenya Abdii Torba Nuuf Kenne 1 Anii Ifa Adduunyaati  (Yoh 8÷12) 2  Anii Biddeena Jireenyati (Yoh 6÷35) 3  Anii Teessoo Gaaridha (Yoh 10÷11) 4  Du'aa Ka'umsii fi Jireenyii Ana (Yoh11÷25) 5.Balballi hoolotaa ana (Yoh 10÷9 6  mukichi wayyin Inni dhugaa ana (Yoh 15÷1) 7.Karichi Dhugaa Jireenyaa Ana Yoh 14÷6 Gooftan Keenyaa Yeroo Fannifametti Fannoorratii  Jechaa Torba Dubbatte 1.Yaa Waaqayyoo Maalif Nadhiifte  Mat27÷46) 2  yaa Abbaa Koo Waan Godhan Hin Beekani'oo Isaanifi dhiisi  (Luq 23÷34) 3  Dhuguman siin  Jedha har'a ana wajjin jennata galta ( luq 23÷43) 4.Kunoo Haadha Kee (Yoh 19 ÷27) 5  Nan Dheebodhe   (Yoh 19÷28) 6  Yaa Abbaa Koo Afuura Koo harka Keettan Kennadha  (luq  23÷46) 7  fixaan Ba'eera( Yoh 19÷30) yeroo goftan keenya  fannifametti  raajiiwwan  torbatu ta'e 1  Biiftuun ifa dhorkatte 2  Adeessi dhiiga uffatte 3  urjiin ni harcaate 4  dhagoonni ykn kattaan adda addaa babaqaqan 5.Awwaalonni ni banaman 6   Du'an du'aan ka'an 7.Golgi mana amanta bakka lamatti tarsa'e Namnii Abbaa Torba  qaba. Isaanis: 1  Abbaa Jireenya Bara baraa Waaqayyoo Ser.Um 1÷26 2  Abbaa Foonii 3  Abbaa Gaabbii 4  Abbaa Kiristinnaa 5  Abbaa  Gonfoo Ykn Angoo 6   Abbaa Biddeena ykn Ormaa 7  Abba Barumsaa Ykn Barreeffamaa Mannni Amantaa Keenya Sooma Torbaa Labisitti Isanis 1  Sooma Abbiyi Sooma gudda Gooftan Soome 2.sooma duuka bu'oota 3.Sooma Filsaata 4.Sooma Raajotaa 5.Sooma Gaadii Ykn Ifatti Ba'uu 6.Sooma  Nanawee 7.Sooma Jimaatati  fi Roobii Sammiiwwan Torbatuu Jiraa 1.Samii Tsirha  Ariyaam 2.Samii manbera  Mangistii 3.Samii wududu 4.Iyerusaalemi Ykn Samayaawwit 5.Iyyoor 6.Raamaa  7.Erer Waaldawwan guba'ee Kiristana kan Jedhaman  Torbaa Jira Isaanis 1  Gubaa'ee Efesoon 2 Guba'ee Saarimiioosi 3  Guba'ee  Aergamoon 4  guba'ee  Taayixiroon 5  Guba'ee   Filipoos 6  Guba'ee   Sardiis 7  Gubaa'ee     Loodoqiya Akkataa Mana Amantaa Ortoodoksi Tewaahidootti  Kadhanaan Mana Kiristaanaa Guyyaatti Yeroo Torbaa. Isaanis: 1.ganama Keessa Sa'aatii 12:00 2.Ganama Kessaa Sa'aatii Saditti  3:00 3.Guyya Kessaa Sa'aatii  6:00 4.Guyyaa  Kessaa Sa'aatii  9: 00 5.Waaree Kessaa  Sa'aatii 11:00 6.halkan  Keessa Sa'aatii 3: 00 7.Halkan Keessaa Sa'aatii 6: 00 Waaqayyoo Abbaan Keenyaa  Addaam irra Kaasee Hanga Dhalachuu gooftaa Keenyatti Yeroo Torbaa Waadaa Ykn Kaakuu  Dubbatee Isaanis 1   Waadaa  Addaam 2  Waadaa Malka Tseediqi 3   Waadaa Abrahaam 4   Waadaa Musee 5   Waadaa  Dawwiitt 6    Waadaa   Noohii 7   Waadaa Kidaanamiratii Waaqayyoo Wantoota Torbani  inni Jibuuu Keessaa 1  Ofii Tulumaa ( Ija Wantaa Hamma Ilaluu Figduuu 2 Arbaa Sobuu 3 Harkaa Dhigaa Dhangalasuu 4  Namaa Hamaa Nama Irratti Yadduu 5 Milaa Garaa Hamaatti fiiguu 6 Nama soban Raga  Namarratti  Bahuu 7  Obbolllessa Isaa Kan Yaakkuu Galanni Waaqayyoof,Hadhaa Keenyaa qulqulletti Dubaroo Maariyaamifi Fanno Gooftaa Keenyaaf Haa Ta'uu https://t.me/teewahidoomedia
Mostrar todo...
DAANDII ABBOOTA

✝️ DAANDII ABBOOTA channel irraattii ✔️ Faaruu ☑️ Barnoota amantii ✔️ Walaaloo ☑️ Doo'ii amantii ✔️ Jechoota Abboota ✔️ Sinkisara Qulqulloottaa 👇✔️ Subscribe, follow

https://youtube.com/@HadhaaguyyaaRakkooMaariyaam21

https://tiktok.com/@Abbaagaarii2c

Mostrar todo...
Jaalala Kee,F/taa D/n Barsaan Abdiisaa,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo,Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like Gochu hin dagatina.

Laguu(Sooma) Duuka bu'ootaa INSTANT VIEW tuquun dubbisaa 👇Join👇 @Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksii Yoo isinitti tole Youtube keenya SUBSCRIBE, share gochuun nu Jajjabeessaa 👇 http://youtube.com/@Miidiyaa_Qaraaniyoo https://telegra.ph/Laguu-Sooma-Duuka-Buootaa-06-28
Mostrar todo...
Laguu (Sooma) Duuka Bu'ootaa

Soomii jechuun dhisuu, of dhorkuu, lagachuu, fedha foonii fedha lubbuuf bichisiisuu jechuu dha. Soomiin bara Kaakuu Moofaa irraa kaasee hangaa ammaati kan jiru, gara fulduraattis kan itti fufu dha. Raajootni Waaqayyoti kan dhiyaatan (Kessa Deebii 34:28), badii cuubuu jalaa kan ittin ba’amuu (R.Yona 3:5-10), Diinni kan ittiin mo’aamu (Maat 4:21; 17:21), tajaajilaaf kan qophoofnu (Yoha 13:3;4:25), kabajaa kan argannu (Duuka 10:20) ….Soomani. Soomiin wanta eegneefi kadhanne qofaa kan ittin argannuu osoo hin ta’iin…

Mostrar todo...
Kakuun Kee hin Moofa'u,F/ttuu Faveen Alamuu,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina

Mostrar todo...
Maariyaam Haati koo,F/taa Biraanuu Caalaa,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina.

Mostrar todo...
Akka Yaareed,F/ttuu Jituu Zawudee,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo,Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina.

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon Ameen. ..Oolmaa kee akkamiinan callisaa?... Soortuu lubbuu kootii manakoo galgalaa Daandiikoo dhugaa fayyiftuu lubbuu nama Dacheerra dhaabadhee si keessattin of ilaalaa Ati daawwitii kooti agartuu mootummaa Sillaasee Olmaakeetu na tuttuqaa akkamiinan darba callisee Jireenyakootu badee ifa biyya lafaatti dukkanaa'ee Anoo sin abdadhaa akkuma koo duriittin si abda'ee Anoo sirraa fagaadhus oolmaakee hin dagadhuu Oolmaankee na dirqisiisa jaalalli ati naaf qabduu Maaluma gootee laata maaf sitti ga'isani jarrii Onnee kootu na dhiigee garaakootu boo'aa barrii Hundumaa sirraa baradhee sii keessatti of argee Jaalala keef jedhee dhugaa siif nan wareegama Ati miidhamtee rakkatte gaafa akkas gadditee Cubbuunkee na qaba yoon sirraa callisee amma Jechan dhabee oolmaakee ibsuuf jedhee gumaake Yaa Gihoorgisii maaf Calliftee  dhiiftee godookee Muuziyeemii keenya barsiiftuu Jennataa mannikee Egaa atii hin ariifattuu lafa hin buusiin gumaa manakee
Mostrar todo...
Baga Ittiin isin gahe baga ittiin nu gahe🙏 Ayyaana Guyyaa Shantammaffaa (Pharaaqlixoos) 👇INSTANT VIEW 👇tuquun dubbisaa https://telegra.ph/Ayyaana-Guyyaa-Shantammaffaa-Pharaaqlixoos-06-22 👇join👇 @Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksii 👉Yoo isinitti tole Youtube keenya SUBSCRIBE Gochuun nu jajjabeessaa 👇 http://youtube.com/@Miidiyaa_Qaraaniyoo
Mostrar todo...
Ayyaana Guyyaa Shantammaffaa (Pharaaqlixoos)

Waxabajjii 16👇👀 AYYAANA PHARAAQLIIXOOS Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Sadan Waaqa Tokko Ameen! Ayyaanoota Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos isaan gurguddoo salgan keessaa ayyaanni Pharaaqliixoos isa tokkodha.Ayyaanni Pharaaqliixoos du’aa ka’umsa isaan booda gaafa guyyaa shantamaffaa ni kabajama. Akkuma beekamu yeroon ayyaanni du’aa ka’umsi Gooftaa kan dhumatu guyyaa kanatti. Pharaaqliixoos Qaama sadan keessaa isa tokko kan ta’e itti waamama maqaa Afuura Qulqulluuti. Hiikaan isaas kan…

Dhugaadha Gurguramaa jira ammuma Eegalaa Coin akka addaatti Mi'aawaa jira akkasumas Game ichi cufamuufi ammuma Eegalaa Tapadhaa Gurguradhaa Guyyaatti 6M argatru Seenaa ilaalaa 1M $ hedduutti gurgurama👀 https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId5790320823 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Mostrar todo...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.