cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromoo Quotes

Mostrar más
Finlandia777El idioma no está especificadoMotivación y presupuesto5 107
Publicaciones publicitarias
8 152
Suscriptores
+3124 horas
+1927 días
+79030 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
Wantoota Gurguddoo Shanan (5) Jireenyaaf Yeroo Hunda Yaadachuun Nu Irra Jiraatu (Five Major Things About Life Always to Remember): ▬▬▬▬▬▬▬▬ ①: Jireenyi tilmaamuun kan hin danda’amnedha (Life is unpredictable) ❏ Hammam karoorfannee fi qopheessinus jireenya keessatti wanti hin eegamne ni raawwatama. Haala jijjiiramaa wajjin walsimsiisuuf dandamachuu fi dadhabbii horachuun barbaachisaa dha. ②: Yeroon gatii guddaa qaba! (Time is precious) ❏ Yeroon lubbuudha (life) wanti jedhameef (erga badee irra deebi'anii argachuun kan hin danda'amne waan ta'eef!Yeroon qabeenya daangaa qabudha; erga badee booda deebifnee argachuu hin dandeenyu. Yeroo keenya waliin deemuuf ogummaa guddaa nu gaafata! ③: Hariiroon furtuudha (Relationships are key) ❏ Namoota biroo wajjin hariiroo hiika qabu ijaaruu fi eeguun jireenya keenyatti gammachuu, deeggarsaa fi miira kaayyoo fiduu danda’a. ④: Kufaatiin qaama guddinaati (Failure is a part of growth) ❏ Kufaatiin waan sodaachuu yookin irraa fagaachuu qabnu miti; adeemsa barumsaa keessatti qaama uumamaa waan ta'eef guddinaa fi fooyya'iinsa fiduu danda'a. ⑤: Galateeffannaan gammachuu argamsiisa (Gratitude leads to happiness) ❏ Galateeffannaa horachuu fi wantoota gaarii jireenya keenyaa irratti xiyyeeffachuun gammachuu fi gammachuu akka argannu nu gargaaruu dandaʼa. ♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲ ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Mostrar todo...
👍 18🙏 1
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
🙏 8
"Hireen dhimma carraa osoo hin taane, dhimma filannooti."        — (Wiiliyam Jeenings Biraayiin) @Oromoo_Quotes
Mostrar todo...
4🥰 3
Photo unavailableShow in Telegram
Barumsi sammuun keenya sirriitti akka yaaduu godha malee, waan haaraa waan itti nuuf dabalu hin qabu.kanaaf addunyaa kana jijjiiruu kan danda'u sammuu kee keessa waan jiruuf itti fayyadami. #Albert_inistaayiin
Mostrar todo...
👍 7
"Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha." — Maaksim Troobey @Oromoo_Quotes
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
"Don't try to be the best...Be the first. Be the first to change, Be the first to take the challenge, Be the first one to overcome the difficulties. Because to be the best person...there's only one Olympic Champion! I don't think I'm lucky enough to be that. But I can always try new things, And don't give up, believe it...because you're so unique. Being yourself is always the key." - Jack Ma
Mostrar todo...
👍 1
Repost from N/a
⇣ ⇣ ⇣  𝗚𝗔𝗠𝗠𝗔𝗖𝗛𝗜𝗜𝗦𝗔𝗔! 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗻𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗿𝗮𝗮𝗳: Congratulation🎊 all of you🎊🎉 We are bringing new possibilities to help you here. Trusted group which is giving money & package 👇👇 join it fastly add member 👇👇👇👇 Sponsor @Coop_Bank_Of_Oromia_Official ✨Group armaan gadii kana join gochuun hiriyoota kee yoo add goote badhaasa amanuuf nama rakkisu argatta. 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗰𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮!✨💸🎁 1. @Safaricom_Afaan_Oromoo_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 2 @Coop_Bank_Of_Oromia_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 3 @Oromia_Bank_Gift 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 4 @USAfundforOromia 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 5 @Oromo_Germany_Association 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 6 @GADAA_BANK_BONUS 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 7 @Commercial_Bank_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶𝗻𝗶" Hirmaadhaa badhaafamaa! Carraa Gaarii isiniif haa ta'u! Affeerraa Gaarii 🌄 Hubadhaa; chaanaalii kana irratti kan maxxanfamu odeeffannoo mirkanaa'e qofaadha👆👆👆👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
2🎉 1
Jechi miila yaada keetiti! -Chris Oyakhilome @Oromoo_Quotes
Mostrar todo...
Obboleessi kee du'uu hin qabu: Namichatu namicha akka mootii ofgodhu tokko gorsa jedhama. Mootiin sun sababii carraan mootummaa/bulchiinsaa/bittaa waan isa gaheef yeroo ta'etti biyya bulchaa jira. Mootichis gabaa dhaabatee nama/garba/ cimaadha kan jedhamu bitee galeetu. Mana guddaa keessatti jirma jiidhaa gurguddaa keessa galchisiisee hiisisee, ibidda sirriitti manatti qabsiisisee, mana itti aarsisee /akka aaru taasisee/, balbala itti cufsiisee keessatti dhala namaa qaqsiisaa ture/gubatee bifa uumamaa isaa gadi lakkisiisa ture. Manittii keessa lama bulchee, oolcheetu yeroo inni bifasaa uumamaa gadi lakkisu. Nyaata laadhaafi jedhee nyaachisee, boolla dursee gadi fageessee qochiisetti asii gadi darbachiisa. Sana booda namichi yoo in caccabne ta'e, manasaa eegsisa. Yoo caccabemmoo nigata. Akka carraa egaa namichi jalqabaa kuni gorsaa mootichaatii dhokateetuma osoo hojii mootichaa ilaaluu, dhumarra dhugaan dhala namaa garaa isa moogesse/garaa isa nyaatee jennaan fuudhee gara araddaa/lafa ooyruu mootichaatti fudhatee gadi bu'a. Mootichi silaa sodaatamaadhaa; namni itti indubbatuu, osuma sodaatuu “Yaa Mootii lafa kana irra waggaa meeqan jiraadha jetttanii yaaddu!” jedhee gaafata. Osuma sodaatuuti. Mootichis “74 irra ga'eera; 300n tokko yoon dabaladhe inuma naga'a!” jedhaan. Yoona kana namichi garaa mootii sanaa argatee, miillaan itti siqee, harkaan immoo huuba irra funaanaatuma “74 jechuun hammami?” jedha. Mootichis, Gimmaashan hamma jiraadhe” osooma jedhuu, bofaan iddamee achumatti du'ee, qe'eensaa kan alagaa ta'e jedhama. Egaa yaa fira koo gaafa saammatan, gaafa lafti nama hanqatu, gaafa jiruun dhuftu, gaafa horanii lafa guuttatan, gaafa dhalchanii jilba nama geessu, gaafa baratanii iddoo ta'e wayii gahan, waan baraan induune namatti fakkaachuu danda'a. Namni immoo osoo akka du’u beekee, wal in ajjeesu! Wal inciqilu, wal inmiidhu. Waliif caba malees wal incabsu. Ofjaalachuun gaariidha; ofiif jedhanii nama miidhuun gaarummaa inqabaatu. Kaatteef insaammattu, facaafteefis inhaammattu. Yoo Rabbi jedhe jiraattaa, inni jennaanis jiraatte! Jireenyi biyya lafaa akka kiraa manaati; gaafa itti galan malee gaafa keessaa bahan inbeekan. Akka karoorfatanitti inbahan waan ta’eefi. Abbaan mana kiraa manaa “dhimman itti bahaa, mana koo keessa naaf bahi” yoo jedhe mirga qaba. Amma jiraachuu keenya beekna. Booddee waan taanu inbeeknu. Amma ijaan arginee ammuma du'eesaa kan dhageenyu tokkoof lama inqabu. Jiraachuu keef jecha, obboleessi kee du'uu inqabu. Atis nyaachuuf kaan beela'uun, ati ulfaachuuf kaan salphachuun, ati beekamuuf kaan dhokachuun fafa. Namni hojjaa inqabne tokko ofii isaatii waan isa gararraa jiru, hiixatee fuudhuu gaafa dadhabu moonyee/mooyyee wayii yookaan immoo kursii/barcuma wayii dhaabbateetu irra ejjatee oljedhee fudhata. Namni gabaabaan lafa dhaabatee ennaa inmul'anne, ennaa walgayii dirree gaggeessus kanumatu godhamaaf. Akkuma kanaa namoonni dhiiga namaa baranis, warri dhiiga suufan sunneen, yoo nama ajjeesan malee waan jiraatan kan itti infakkaanne, yoo nama xureessan malee kan inqulqulluu ofitti infakkaanne, warri akka qarshii abbaa dhibbaatti ofilaaluun hiyyeessa immoo saantima godhan nama balleessanii toluu barbaadu. Nama nirakkisu; nama ta'uu isaanii inbeekan. Bara akkanaa kana keessa waan jirtuuf, haa sooromu, haa hiyyoomu, haa qabu, haa dhabu nama mararfadhu. Atis nama waan taateef, nama akka ofii keetti ilaali.
Mostrar todo...
6👍 5