cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Haasaa Jireenyaa

Of haaromsuu Of jallachuu Kaka'umsa Karaa sirri irra deemuu https://youtube.com/@galaajireenyaa Waaliin karaa kana haa deemnu

Mostrar más
Finlandia531El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad7 475
Publicaciones publicitarias
11 995
Suscriptores
+4324 horas
+2187 días
+1 11730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
❣️ABJUUN KEE AKKAA SIIF MILKAA'UU HIN BARBAADA ❣️Seenaa kirristannummaa fi jirreenyaa kirristannumma baruf fedha qabdaa
Mostrar todo...
🌿kaayyoo kee beekta🌿
✅Daandii milkaa'innaa Beekta
🍒kana baaruf fedha qabda🍒
🥤JOIN🥤
Haala kee kanaaf si malee namni biraa itti gaafatamummaa hin fudhatu. Gammachuu dhabuu keetiif namoonni baay'een komatamuu danda'u, garuu gammachuu dhabuu keetiif si malee namni itti gaafatamummaa fudhatu hin jiru. @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
1
DHUGAA 7 KANA BEEKUUN GAMMACHUU DHUMA HIN QABNE AKKA ARGATTU SI GARGAARA. 1. Ganama ganama hirribaa ka'i, " guyyaan kun jireenya koo keessatti hundarra gaarii ta'uuf deema' jedhi, ni ta'a." 2. Gama jireenya kee hundaaf itti gaafatamummaa akka qabdu gaafa hubattu yeroo ati guutummaatti bilisa taatedha. 3. Gammachuuf jette hariiroo keessa jiraachuun si hin barbaachisu. Of hubachuu qofa qabda. 4. Of jaallachuuf, salphaatti of ta'uun barbaachisaadha. 5. Jireenyi jijjiirama wal irraa hin cinne keessa dha. Yeroo itti gammadnu mi'eeffadhuu, yoo hin goone akka si jalaa darbu beeki. 6. "Ati" yeroo hunda jijjiiramaa jirta. Wanti barbaachisaa ta'e akkamitti of ta'uu barbaannu yeroo hunda uumna kaa jedhudha. 7. Yeroo murta;aa qofa qabna. Homaa miti - wantoota hin barbaachifne ofirraa kutuunis murteessaadha. @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
👍 2
Maallaqa argachuun gocha. Maallaqa ofharka tursuun amala. Maallaqa argatte guddisuun beekumsa. @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
♈ 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐞𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐀𝐛𝐝𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟❔
Mostrar todo...
🟣 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟 🟣
🟤 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟤
♈ 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ♈
🔵 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟 🔵
✔️ 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐭𝐭𝐢 ✔️
Photo unavailableShow in Telegram
Galma ke beektamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Mula'ata Kee bekku hin barbada??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 →𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖 →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈) →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Channel keenya Join godhadhaa👇🏻
Mostrar todo...
🛡️ Galma Kee Baruuf 🛡️
🖼️ Hikka Jireenya Beekuuf 🖼️
📋 Dandii Sirrii Qabachuuf 📋
🙋‍♂️ Join all 🙋‍♂️
Hojii cimaan A irraa gara Btti si geessa. Hojiin addaa A irraa gara C tti si geessa. Hojiin ogummaa fi cimaan qabu A irraa gara D si geessa. Hojiin ogummaa, cimaa, dabalataan kadhannaa qabu, A irraa gara Z si geessa. Garuu kadhannaan hojii cimaa fi ogummaa hin qabne, EESSAYYUU SI HIN geessu! @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
Mostrar todo...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
Namoonni addunyaa kanarra milkaa'an beektoota waan tahanif miti. Waan biraa qabu - maal akka ta'e beektaa? ANNISAA Yeroo hunda waa gochuuf dadhabe hin jedhan. @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
8👍 5
Waa namarraa eeguun si ajjeesa. Nageenyaan jiraachuu yoo barbaadde osoo waa namarraa hin eegin kennuu bari. @haasaajireenyaa
Mostrar todo...
3👍 2