cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

KOTTAA KOLFAA 😂🤣😄😃😁

🇼‌🇪‌🇱‌🇱‌ 🇨‌🇴‌🇲‌🇪‌ Baga nagan gara chaanaalii kanaa dhuftan. Chaanaaliin kun barreeffamoota nama kolfisiisan kan irratti maxxanfamudha. Chaanaalii kana hiriyoota keessaniif qooduudhaan waliin haa guddisnu. Creator: @Hoooooooool KOTTAA KOLFAA! 😁

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
7 574
Suscriptores
+18124 horas
+5937 días
+75930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Biyya Iraaq keessatti, kitaabonni gurgurtaaf daandii irratti bobbaafaman, halkan ol hin galfaman, bakkeedhuma bulu. sababni isaa dubbistoonni kitaaba waan hin hatneef, hattuunis kitaaba waan hin dubbisneef kitaabonni halkan daandii irra bulu. 🔊 @Ajaaibsiisoo
Mostrar todo...
😁 4 2🔥 1🫡 1
Hojii Online hojjechaa jirtaa tanan Start bakka jettu tuqun carra kee ilaali👇👇
Mostrar todo...
Start 🔥
✅✅✅✅
Abbaa Murtii🎅:- Yegguu Fardicha hattuu kan si argan Ragaan Namni 5 sitti raguuf dhiyaataniiru. Saniifuu dhimma kanarratti waan jettu qabdaa? : . . . Hattuu🧔:- kabajamoo abbaa murtii! Anis yegguun fardicha hatu Namoota nan argin Ragaa 50 Dhiyeeffachuu Nan danda'a?? 😂😂👍      Nu waliin ta'aa: ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1       😂•═•••🍃🌺🍃•••═•
Mostrar todo...
😁 10 2👍 1
👉 Dhugaalee Dinqisisoo nama Bashaninsiisaa nama barsisaan Yeroo Dhiyoottii 🔥 #Filannoo keessaan Jalqabaa @Oro_funny1 waan godhataniif Galatomaa 🙏 COMING SOON👌 Nu waliin ta'aa: ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1       😂•═•••🍃🌺🍃•••═•
Mostrar todo...
4👍 1
👉 Dhugaalee Dinqisisoo nama Bashaninsiisaa nama barsisaan Yeroo Dhiyoottii 🔥 #Filannoo keessaan Jalqabaa @Oro_funny1 waan godhataniif Galatomaa 🙏 COMING SOON👌 Nu waliin ta'aa: ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1       😂•═•••🍃🌺🍃•••═•
Mostrar todo...
Dhugaalee dingisisoo tokkoo tokko isiinif dabarsuu eegalluu? ❤️ Eyyee 👍 Lakkii
Mostrar todo...
22👍 2😢 1
Photo unavailableShow in Telegram
✅Airdrop bareedaadha ammatti karaa Ton Keeper baafachuu dandeessu 👇👇 https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5297113194 %100 kan mirkana'e. 1Ton = 850 birr Eegala
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Gadhifaameraa 💥💥 Seenaa Pool pogbaa eegaa kan turtaan gadhifaameraa Linkii gadii kanan seenaa ilaalaa👇👇 https://youtu.be/Wvm3DTZHyJo?si=8e4HrbncxsfeXdWz
Mostrar todo...
👍 4
Seenaa Ilaalaa🔥
POOL POGBAA 🎙️
Qoosaa itti anuuf ❤️50 Nu waliin ta'aa: ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1       😂•═•••🍃🌺🍃•••═•
Mostrar todo...
Barsiisaa፡- Leenci Yoo Si Ari'e Maal Goota? Barataa፡- Muka Koree jalaa Miliqa. Barsiisaa፡- Si hordofee Muka irra yoo kore hoo? Barataa፡- Muka irraa Bishaanitti Utaalee Daakee Jalaa Miliqa. Barsiisaa፡- Leencichis Bishaanitti Seenee Daakee yoo si Hordofe Hoo? Barataa፡- An ka jedhu Ticheer... Leencichi kun akka Na nyaatu Maaliif Barbaaddu? 🤔💀😭 😂😭 Nu waliin ta'aa: ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1       😂•═•••🍃🌺🍃•••═•
Mostrar todo...
😁 29 3🤣 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.