cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SABRY ISLAMIC MEDIA🇵🇸

Alh Gama shamarraniitii fi dhiirotaatiin SABRY MEDIA Isa tokko yoo ta'uu daعwaa ykn hadiisota gara garaa qophiiwwaan bashanansiisoo fi barsiisoo akkasumas bohaarsisoo qabatee dhufe jira.Join gochuun nu hordofaa. CHANNEL:https://t.me/sabry_islamic_media

Mostrar más
Finlandia2 584El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad55 458
Publicaciones publicitarias
1 415
Suscriptores
-324 horas
+667 días
+34630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from GIBEE MEDIA
Namni Wave Galuu baraaddanuu @Abu_Amaar1 👈 qunnamaa Hubachiisa: channeel keessan 1k ol ta'uu qabaa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ayyaamuttashriiq 11,12,13 Guyyoota sadan iida boodaa. قال رسول الله ﷺ :- «أيام التشريق أيام أكل وشرب وذكر الله». أخرجه مسلم Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan:- " Ayyaamuttashriiq (Guyyoota sadan iida boodaa) guyyoota nyaataa dhugaatiifii rabbiin zakkaruuti " Muslimtuu gabaase. 👉 Guyyoota kana keessaa Zikrii Rabbii heddummeessuun akkaan jaalatamaa dha keessayyuu takbiiraa jechuun sunnaa ergamaa rabbiiti. 👉 Firaafii hiriyyaa ziyaaruun, walitti dhufanii waan uhudiyyaaf qalame irraa waaliin nyaatanii dhuguun sunnaa irraayyi. Fares Muhammed T.me/Fursaan_Media
Mostrar todo...
👍 1 1
🌸💎🌸 ሷሊህ  ሴት  የቤተሰብ  ኩራት  የትውልድ  ጌጥ ዲን  አክባሪ  የእንስቶች  ተምሳሌት  ነች እሷ ማለት ልክ እንደ መብራት ነች 💡 Dubartiin Akkanaa Yoo Jiraatte Kheysan Na Dubbisi 😅.. 💙❤️‍🩹
Mostrar todo...
😁 1
#Udhiyyaan 1) Beeyladoota irraa gaafa Adhaadhaaf taqarrubaaf jecha waan qalamuudha…. 2) Udhiyyaan Hijraa irraa waggaa 2ffaa keessa karaa godhamte…mallattoo islaamummaa keessaa waan Ragaa qabatamaa qur'aanaa fi hadiisaan mirkanaa’eedha. 3) Sadarkaan Udhiyyaa guddaadha…garuu hadiisni addaa kan kan Udhiyyaan tilmaamaan ajrii hanganaa qabdi jedhu hin jiru. Namoota hedduu mataduree kana jalatti Hadiisa fayyaa hin qabne hedduu warri odeessanis. 4) Irra hedduu Ulmaa'ii biratti Udhiyyaan Sunnaa jabeeffamtuudha…Nama danda'u irratti waajiba warri jedhanis jiru. 5) Udhiyyaan haqa nama hundaaf karaa godhameedha. Dhiira osoo hin jenne dubartii, nama biyya jiru tahee kan imalatti jiru; kan biyya islaamaa keessa jiru tahee fi kan biyya kaafiraa…hundarrahuu jira. Nama Hajjii hajjaa jiru yoo tahe malee….! 6) Namni mallaqa Udhiyyaa hin qabne, yoo kan kafaluu danda'u yoo liqeeffates rakkoo miti. 7) Sadaqaa jaalatamtuu keessaa... takka namoota Udhiyyaa qalachuu hin dandeenyeef mallaqa kenninee Akka bitatanii ittiin gammadan gochuudha...! ✍️https://t.me/tafak_or https://t.me/sabry_islamic_media
Mostrar todo...
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🌿 Eid Mubark Baga idul adhaan isin gahe. Kan baranaa kan bara hedduu nu haa godhu. جعل الله عيدكم خيرا ورحمة وسعادة ونفحات ربانية أحبابي الغالي. Hunduma keenyaaf Ayyaana Jaalalaaf Gammachuu nuuf Haa taa'u!
Mostrar todo...
Namnii yeroo jalqabaaf Safaa fii marwaa gidduu fiigee eenyuu___?
Mostrar todo...
A. Ismaa'iil (Alayhissalaam)
B. Ibraahiim (Alayihissalaam)
C. Saaraa
D. Hajraa
Photo unavailableShow in Telegram
Hujjaj will spend the night in Muzdalifah without shelter.. #Hajj
Mostrar todo...
👍 1
#AHBSABIII😇 ★EID MUBARAK https://t.me/sabry_islamic_media
Mostrar todo...
#EId Mubaarak Baga Geenye Baga Geessan. Keyrii Kurnan ZulHijjaa Kana Nama Argatu Nuhaa Taasisu
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Now: Jabal Rahmah Arafat! #Hajj #Hajj2024
Mostrar todo...