cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mental Capacity

Channel (Chaanali Kanaan) 👉For Professional Quotes (Dubbi hayyotaaf) 👉For Motivational speeches (Barsiisa kaka'umsa sammuf) 👉For Business opportunity (Carra Bizinasaf)

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
1 263
Suscriptores
Sin datos24 horas
-97 días
+7930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from KUTANNOO
✍Gatii kee Beektaa? ✅Gatiin kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u." ➡Gatii kee fi gita kee jechuun hanga kee fi bakka siif ta'u beekuu jechuudha. Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatii kee fi gitakee beekuudhaan jireenya jiraachuuf uumamte tokko jiraatta. #Gatiin kee gita kee murteessa. Gita kee akka beektuuf gatii kee dursitee beekuun barbaachisaadha. #Ati hangam geessa yoo siin jedhan, hanga gatii ofiif kennitee geessa jechuudha. Gatiin kee eenyu wajjin akka si dhaabu ni hubatta. Ati eenyu gaaffii jedhuuf deebiin isaa, gatii ati ofii keef qabduudha. #Ati gatii keeti! ➡Ati gatii kee osoo hin beekin, gita kee beekuun sitti ni ulfaata. Gatiin kee iyya keessoo keetii dhaggeeffachuu irraa jalqaba. Mee gurra itti kennii iyya keessoo keetii dhaggeeffadhu.   ➡Iyyi ati gurra itti kennitee hin dhageenye si keessaa kan ganamaafi galgala iyyu jiramoo hin jiru? Mul'atni keessoo keetii osoo nyaattuu si beelessu,osoo dhugduu si dheebossu, maaliif yaadaan badda? Dhuguma lafa gahuu qabdu geesseettaa? Bakki amma jirtu kun si madaalaa? Kan siif kaffalamaa jiru dhuguma gatii keetii? Iyya keessoo keetii sitti iyyu hin tuffatin, gurra kenniifii dhaggeeffadhu. Inni immoo gaafa bahee hojiirra oolu gatii siif kennaatii. ➡Waa'een Kee yeroo tokko tokko siifiyyuu hin galu. Waa'een Kee deebisee siif gaaffii yeroo Itti ta'u qaba. Maaliif natti gaaffii ta'e jettee hin dhiphatin. Gaaffiin maaliif jedhu gara eenyummaa keessoo keetii barbaaduutti si geessuu ni danda'aatii. Maaliif jechuun ka'umsa gatii kee fi gita kee argachuutiif si fayyadaatii. (Pr. Miratuu Shaanqoo Giddii :Gatii kee Fi Gita kee)            #Yeroo Gaarii Isiniif Hawwina!            #Join #Share godhaa @kutannoo1
Mostrar todo...
👍 1
Hello Beli , Welcome to the Mental Capacity!
Mostrar todo...
Hello Goche , Welcome to the Mental Capacity!
Mostrar todo...
Howdy Ansh , Thank you for joining us!
Mostrar todo...
Obsinaan , Hi and welcome to "Mental Capacity"! Thank you for being a part of our community
Mostrar todo...
Hello, Addisuu , Welcome! Nice to see you.
Mostrar todo...
Hello Ismaa'il , Welcome to the Mental Capacity!
Mostrar todo...
SI QOFATU AKKA TA'UU QABU OFIIF TA'A! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Namoonni baay'een akka fedha isaanii keessatti qofa akka jiraattu barbaadu. Gaafa ati akka fedha keetti jiraachuu eegaltu garuu, dhagaa hedduu sitti darbatu. Jechaan si madeessu, jibbaan sirraa dheessu. Atillee "namni akkuma koo naaf ta'a" jettee itti of kennite taanaan dogoggora eegalte jechuudha. Atis nama keessatti of ittisuun, namni daangaa ofii fedhe keessatti si tiksuunis seera miti. ✪ SI QOFATU AKKA OFIIF TA'UU QABU TA'UU DANDA'A. Namni yeroo hunda waan ofii fedhu qofa akka isaaf mijatutti sirraa eega. Waan sirraa eegu dhabnaan gatee sibiraa sokka. Maqaa biraa sitti moggaasa. Ilaalcha ofii qabu sirratti biqilcha. Kanaafi kan ati humna si utubu, ofitti amanamummaa sibaatuf humna ofta'uu sirra jiru daran cimsuun kan si barbaachisuuf! Kanaaf ati hunda dursitee akka ofiif ta'uu qabdu ta'uun kan si barbaachisuuf. Gaafa sana kan si dhiiseef jeeqamuun, kan si darbate sin madeessun, jechiif ilaalchi sin raasun hin jiru. ◪ Gaafa humna kana ofirratti moosifte immoo of kee qofa miti, uumaamaan waliigaltee, jaalalan dhangaashee sooratta. ◪ Boqonnaa sammuus achi keessaa argatta. Daangaa ofii sararatte keessatti addunyaa kee bocatta!            @getubadada
Mostrar todo...
Hello Samuel, there! We’re happy to see you.
Mostrar todo...
Repost from KUTANNOO
#ዹሰው_ልጅ_ዚአዕምሮ_አሰራርን_ዹማወቅ_ግዎታ_አለበት። ምክነያም አዕምሮው እንዎት እንደሚሰራ ያላወቀ ሰው ፣ ፣ብኩን እንደሆነ ያልፋል።ምክነያቱም በአሁኑ ሰዓት ዚአዕምሮ እስሚኛ ዚሚያደርጉን ብዙ ነገሮቜ እዚተፈጠሩ ነው፣ተፈጥሚዋልም። ለዚህ ደግሞ ትልቁ መፍትሄ አዕምሯቜን እንዎት እንደሚሰራ ማወቅ እና ባወቅነው ልክ አዕምሯቜንን መቅሹፅ ነው። ምክንያቱም  አዕምሮ እንደ አትክልት ስፍራ ነው። ዚአትክልት ስፍራ/እርሻ ብንተክልበትም ያበቅላል፣ባንተክልበትም ያበቅላል። ኚተኚልንበት ዚፈለግነውን፣ቲማቲም፣ጎመን፣አበባ ወይንም ዹተኹልነውን ነገር ያበቅላል።ባንተክልበት ደግሞ አሹም ያበቅላል።በህይወታቜን ዹምንፈልገውን ውጀት በድብቁ ህሊናቜን ዚአዕምሮ ክፍል ውስጥ ስለምንፈልገው ነገር አውቀን ብንተክል ዹፈለግነውን ውጀት እናገኛለን። ዹምንፈልገውን ለመትኚል ኹዘነጋን ፣ካላወቅን፣ውይም ካልፈለግን ደግሞ በህይወታቜን ሁል ጊዜ ዹማንፈልገው ነገር ሲሆንና ሲገለጥ እናዚዋለን። ስለዚህ በአዕምሯቜን ውስጥ ፈቅደን፣ሆን ብለን ዹምንፈልገውን ካልወቀርን በማንፈልገው ህይወት እንኖራለን። መልካምና ያማሚ ሮብ ቀን ተመኘሁላቜሁ!            GB      @kutannoo1
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.