cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Barruu Beektotaa

Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!

Mostrar más
Finlandia988El idioma no está especificadoDeportes9 008
Publicaciones publicitarias
5 920
Suscriptores
+3324 horas
+2517 días
+1 03930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
Mostrar todo...
As tuqaa
Hojii Online
OBSA HIN DHABIN! ●●● Nama maqaan isaa Darbii jedhamuu fi eessuma isaatu Koloraadoo keessaa warqee qotanii baasuuf maallaqa firoota irraa liqeeffatanii meeshaa barbaachisu bitatanii lafa qotuu eegalan. Warqeen baay'inaan naannoo sana akka jiru mallattoo argan, argachuu garuu hin dandeenye. Qotanii dadhaban. Dhuma irratti obsa dhabuu irraa kan ka'e yaalii isaanii addaan kutuuf wal mari'atani murteessan. Meeshaan warqee ittiin qotan kan doolaara Ameerikaa hedduun bitame sana gatii baay'ee xiqqoodhaan namicha tokkotti gurguranii deeman. Namichi meeshaa irraa bitate sun garuu abshaala waan tureef ogeessa ogumma sana qabu waamee akka isaaf ilaalu gaafate. Ogeessichi akka beekutti herreega muraasa erga hojjetee booda warqeen bakka darbiinsa qonnaa sana dhaaban irraa 40cm qofa fagaate akka argamu mirkaneesse. Namni obsa hin qabne dadhabee humna isaa orma nyaachisa. Waan baay'ee qabna, garuu obsatu nutti hir'ata. Naaf ta'a jettee waan itti amantuuf obsa hin dhabin, nama mari'attees abdii hin kutin! Obsi karaa, karaan hin jirre keessa karaa baasa. YAADADHU:
"KARAAN MILKAA'INATTI GEESSU QORAATTIIN KAN GUUTEDHA"
Waraanamaa, qoraattii ofirraa buqqisaa, aadaa, okkolaa deemama! Namni madaa kufaatii hin obsine deemsa milkaa'inaa hin eegalin!
OBSA QABAADHU‼️
Mostrar todo...
👍 41 12👏 3🔥 2
ℕ𝔸ℕ 𝔹𝔸ℝ𝔸𝔻ℍ𝔸 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Milkaa’innii fi Barumsi Yoomiyyuu Wal Cinaa Deema ➛ Kitaaba irraa baradhu! ➛ Namoota biroo irraa baradhu! ➛ Kufaatii kee irraa baradhu! ➛ Dogoggora kee irraa baradhu! ➛ Muuxannoo kee irraa baradhu! ➛ Nama wal argite hunda irraa baradhu! ➛ Barachuu itti fufi! . . . Milkaa'uu itti fufi! Abshaala ta'i! ©Adeemsa milkaa'inaa baradhu!
Mostrar todo...
👍 32🥰 6 5
Photo unavailableShow in Telegram
Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!
Mostrar todo...
👍 14 5🥰 4🫡 1
Seenaa Namootaarraa Maal baranna? «Barataan yoo jiraate, barsiisaan eessayyuu jira!» ❏ Barnoota walii galaa ❏ Mul'ata ofii beekuu ❏ Seenaa Namootaa irraa Maal Baranna ❏ Xinsammuu fi Dubbii Hayyootaa Guyyaa Guyyaadhaan channel kanaan dhiyaata!
Mostrar todo...
Highlight tapha kaleessaa ilaaluuf 👇👇👇👇 @oro_liverpool_fc
Mostrar todo...
👍 6 1
Highlight tapha kaleessaa ilaaluuf 👇👇👇👇 https://t.me/+TkcT9WmHIWI1MWY0 https://t.me/+TkcT9WmHIWI1MWY0
Mostrar todo...
Kabajamoo maatii keenyaa chaanaaliin Kun sababa adda addaan odeeffannoo Kilaba keenyaa LIIVARPUUL kanaan booda isin biraan hin gahu!!! Kanaafuu Akka furmaataatti ilaaluun chaanaalii haaraa bannee jirra. Isinis DEEGGARTOONNI LIIVEE kan taatan odeeffannoo Kilaba keenyaa argachuuf jecha chaanaalii haaraa Amma banne kana hundi keessan join nuuf gochuun maatii nuuf ta'aa 🙏🙏 Liinkii chaanaalii keenyaa 👉 https://t.me/+rgX_MzpkxJk0NjM0
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿Tapha piriyiimer Liigii ingilizii torbee 31ffaa ⏰ 46' Liverpool 1-0 Sheffield ⚽️Nuneez 17' YOUTUBE ORO LIVERPOOL ♥️ 👇👇 https://www.youtube.com/@ORO_LIVERPOOL_FC ╔════════════╗ [ SHARE ]》@Oro_liverpool_fc [ SHARE ]》@Oro_liverpool_fc ╚════════════╝ ⇲
Mostrar todo...