cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

MEDIA HAQAA1

BAGA GARA MEDIA KEESSANIITTI NAGAAN DHUFTAN CHANNEL @MEDIA_HAQAA KUN ODEEFFANNOO BARNOOTAA KAN ISIN BIRAAN GAHUDHA MEDIA HAQAA MEDIA KEESSAN! @MEDIA_HAQAA @mediahaqaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @MediaHaqaaDm 🎯DISCUSSION @BAKKA_MARII_MEDIA_HAQAA

Mostrar más
Finlandia790El idioma no está especificadoEducación18 546
Publicaciones publicitarias
7 866
Suscriptores
+2424 horas
+2877 días
+1 01730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Qormaata_biyyoolessaa Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu. sana ittisuuf qophiin taasifameera" - Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksise. Daarektarri olaanaa tajaajila kanaa Dr. Eshetuu Kebede ibsa ABCf kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana gamaa gamana ittisuu ijaaruudha," jedhan. "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin Eegnu," jedhan Daarektarri Olaanaa, "Operaashiniin Nageenya Saayibarii: ° Warra ogummaa kana qaban, . ° Warra meeshaa qaban "Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru. "Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu. Qormaata onlaayinii waliin walqabatee, namni kamiyyuu warra ijoollee"kompitara dhiyeessaa" jedhe hin jiru; Gaafatamuu hin qaban, yoo gaafataman immoo dogongora jedhama. Qormaanni kun dhiyeessii / kompiitara mootummaan kenne waliin akka kennamu hubachiifamee jira. Kana jechuun lammiileen dandeettii kompiitaraa qabaniifi manneen barnootaa isaanii gargaaruu barbaadan hin danda’an jechuu miti. Qormaata Waraqaan kennamu ilaalchisee amma maxxansichi xumuramee, qormaannichi akkuma qormaata kanaan duraa nageenya akka ta’uuf qophiin gahaan akka taasifamuu fi daree keessatti gowwoomsaan akka hin jiraannee fi barattoonni akka jabatanii Qormaata isaani hojjatan ibsameera. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 10🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
TapSwap ilaalchisee wantoonni beekuu fi gochuu qabnu. 1. TapSwap'n akkuma Not coin crypto currency haaraa gabaa Dijitaalaa seenaa jiru ta'ee ammatti kan coin bilisaa bittinsaa jiruudha. Amanamummaan isaas kan Not coin gadi miti. Garu dhugummaan isaa 100% miti. 2. May 30 ibsi ni kennama. May be, akkuma Not coin'n amma gurguramaa jiru kana TapSwap'nis sana booda  gurguramuu jalqaba ta'a. 3. Akkam haa goonu? ✔Tarii akkuma Not coin sana dhugaa ta'uu waan maluuf ofii keenyaa gatii osoo hin itti hin baasin(yeroo yoo qabaanne) callifnee Tap Tap gochuudhaan coin bilisaa haa sassaabbannu. ✔Yeroo hunda harka keenyaan Tap Tap gochuun yeroo keenya qisaasessuu hin qabnu. Boast keessa gallee coin 200,000'n Tap Bot yoo bitanne yoo nuti offline taanes ofumaan taphata. ✔Task warra jalqabaa qofa hojjachuudhaan coin gara Miliyoona tokkoo walitti qabachuu in dandeenya. Task'n akka isiniif baay'atuufimmoo Application VPN on godhadhaa. #Hub: Task jechuun Telegram jaraa join gochuu fi Twitter isaanii follow gochuu faa yoo ta'u link Twitter isin gaafatu bantanii qofa yoo deebitan rakkoo hin qabu dirqama follow gochuu hin qabdan. Telegram jaraas join gootanii kaatanii erga task fixxanii booda leave gochuu in dandeessu. ✔ Boast keessa galaatii Tap guru (bonus) guyyaatti al tokko yoo isiniif bane tuqaatii dafaa dafaa Tap godhaa(Tap takka shaniin siniif baay'isa). ✔Boast keessa seenaatii coin qabdaniin; Multitap, Energy limit fi Recharging speed bitadhaa. ✔League tokkorraa isa itti aanutti yemmuu dabartan bonus waan qabuuf ishees claim godhaa. Warri kana dura hin eegalin link kanaan seenaatii 'Start" godhaa taphadhaa waan hin beekanii 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5944786402 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Yaalaa Yeroo keessanis isin jalaa hin nyaatu ofiif hojjata activate gochuu qofa waan ta'eef. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 13👎 3
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
#Yuunivarsiitii_Injibaar Barattoota Yuunivarsitii Injibaar Nu qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇 @miidiyaa_Haqaa
Mostrar todo...
👍 7👎 3
#Har'a #xumurama! 📚Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa odeeffannoo barattoota isaanii qormaata ba’uu waxabajji 2016 fudhatanii abbaa taayitaa barnootaa fi leenjii akka erganiif yeroon kenname har’a Caamsaa 16/2016 xumurama. Inistiitiyuutonni odeeffannoo qorattoota isaanii unkaa Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguu akka qaban qondaalli kun dubbataniiru. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 1
Namichi barattuu Yunivarsiitii Asoosaa ajjeesee himatamaa ture hidhaa waggaa 18 itti murtaa'e. Bulchiinsa Magaalaa Asoosaa Aanaa 1 Poolisiin akka beeksisetti namni barattuu Yuunivarsiitii Asoosaa dugda ishee bakka sadii waraanee yakka ajjeechaa raawwate hidhaa waggaa 18 itti murtaa'eera. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 19🤔 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
Akkam Jirtu Ordoftoota Channel @MEDIA_HAQAA Baga jiraattan Channel MEDIA HAQAA Ordoftoota isaa Bakka Garaa Garaatti Argamaniif Odeeffannoo Qabatamaa biraan Gahuutti Argama. Haa Ta'u Malee Gaaffiiwwan tokko tokko Karaa Keessaa nu dhaqqabaa jira. Gaaffii Kunis Waayee Online work ti Kanaafuu Odeeffannoolee Barnootaa Biratti Odeeffannoo Online Work jedhamu kana Maalummaa isaa Gadi fageenyaan kan isin hubachiifnu ta'a. Odeeffannoo kanas Karaa Telegram Keessan @MEDIA_HAQAA Kan isiniif Maxxansinu Ta'a. Qabiiyyeewwan Gaaffii Kanaas:- ↩️Liinkiiwwan kara Telegram Ergamu kun Dhugummaan Maallaqa ni argamsiisaa. ↩️Liinkii Kunoo Dhiibbaa Maalii qaba? ↩️Link Kun Abbaa liinkii kanaaf hoo Fayidaa Maalii Qaba?. ↩️Link Gara Website birotti Nama Geessan kan akka Google,YouTube,Facebook,Telegram birootti nama geessan hoo Maalii Kamtu miidhaa qaba?. ↩️Online Work hojjachuuf Maal gochuu qabna,akkamitti Eegalla? Gaaffiiwwan Kana Hundaaf Deebii isaa nu Eeegaa. 📡MEDIA HAQAA MEDIA KEESSAN📡 @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 8 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoonni Itoophiyaa sadii Huawei International ICT. Dorgommii xumuraa irratti hirmaachuuf gara Chaayinaa deemaa jiru. Dhiheenya kana Huawei I.C.T. Dorgommii xumuraa Tuuziiniyaa irratti barattoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 3ffaa bahuun ni beekama. Barattoonni kunniin dorgommii Huawei International I.C.T 8ffaa irratti hirmaatan. Dorgommii xumuraa irratti hirmaachuuf Chaayinaa seenan. Dorgommiin xumuraa Caamsaa 14 hanga 18/2016 Chaayinaa magaalaa Shenzhen keessatti gaggeeffama. Bara darbe dorgommii Huawei International I.C.T 7ffaa irratti Ityoophiyaa bakka bu’uun hirmaateera. Barattoonni yunivarsiitii dorgommii xumuraa irratti hirmaatan sadarkaa 3ffaa bahuun isaanii ni yaadatama. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 5 1
#Yuunivarsitii_Riftivaalii #Barattoota wagga 4ffaa bara 2016 Eebbifamaan #qormaanii Exit exam maaliif bara 2016 kennaamuu dhisee gara bara 2016 darbee? Akkuma suura irraa mul'atutti Ilaaluu dandeessu dubbifadhaa. @MEDIA_HAQAA
Mostrar todo...
👍 3 2🤔 1