cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DA'AWAA BARATTOOTA MUSLIMA ITAYYAA

✍العلم إمام العلم🤲

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
240
Suscriptores
Sin datos24 horas
+67 días
+2530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#INTRANCE_Namoonni fudhachuuf deemtan #of_eegaa 17/10/2016 har'arraa barattoota social'f guyyaa 13, barattoota natural'f guyyoota 19 tu hafa yeroon namoonni ciccimoo jedhanii eegan ciminna isaanii itti harcaasan amma Kana jechuun miira sodaa fii tension keessa galuun ofitti ulfeessanii waan beekan dagatan Ilaa obboleessa koo Wanti rabbiin isiniif kenne hin haftuu Homa takka hin yaaddahinaa amma kan dura dubbistanii miti kan hin dubbisinuu hin yaadinaa Irraa of eegaa👇👇👇 1. Du'aa'ii kadhachuu dhiisuu 2. Ani hin qu'annee maal guuta jechuu 3. Sodaachuu 4. Tension keessa galuu 5. Kitaaba bakka isiniif hin galin dubbisuu irratti yeroo fixuu Kama duraan beektan yaadachuu irratti xiyyeeffadhaa Sodaa keessaa bahaa Du'aa'ii qofa baay'isadhaa Inshaa Allahu 🤲Barattoota keenya!Rabbiin qormaata milkii isiniif haa ta'u ✅ ARKAANNI IBAADAA 3 1.Kajeellaa 2. Sodaa 3. Jaalala Isaan sadan kana walirra caalchisuun bakkeewwan muraasatti malee hin ta'u ========================== ❓Amma Barattoonni qormaataf qophaahaa jirtan walirra caalchisuun isiniif hayyamamaa❓ Kamiin irra caalchistan❓ Nama dursee deebiseef badhaasatu jira Yaadamoo gaafiiqabda👇👇👇 1. Write on comment 2. Text &call on 0914902015
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
For Natural science
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
👍 1
Ijaarsi masjida nasrii yeroo ammaa sadarkaa kanarra jira Alhamdulillaah
Mostrar todo...
Afaa Masjida nasriitif barattoonni kutaa 12ffaa kennan
Mostrar todo...
2
🕌 Dalagaa Gaariin Seenaa Gaarii Nama Yaadachiisa ========================== Bara darbe (2015)Masjidni Nasrii (school) deeggarsa masjiidatiif wayta baazaarii qopheesse hawaasni bahe maallaqa sadakaa isaatin hirmaataa ture. Guyyaa san DBMI adda durummaadhan Masjida haarawa ijaarsisuuf dhagaa qarshii kuma Afurtamaan(40000) bitamu buusisuuf maallaqa hanganaa Arjoome Itti aansuun barattoonni kutaa 12ffaa bara 2015 baratan osoo bu'uura tokko hin argine feerroo qarshii  kuma diigdamaa ol ta'u Arjoomuun seenaa gaarii fi Hambaa gaarii hambisuun dhaloota isaan duubatiif fakkeenya gaarii ta'an 🤲Galata isaanii Rabbiin dachaadhan isaanif haa kafalu🤲 Dirree qullaa masjida irratti ijaaruun humna hawaasa saniiti ol jedhamee yaadamaa ture niyyaan isaan tolanii hirmaatan har'a masjida gudda hangana gahu kana ji'oota muraasa keessatti sadarkaa kanarra akka gahu taasise ALHAMDULILLAAH يقول اللله تعالى "أنا عند ظن عبدي بى" Barattoonni kutaa 12ffaa bara kana 2016 baratanis faana isaanii hordofuun Guyyaa har'aa A. Afaa =iddoo imaamaa B. Haraa = 2 C. Qarshii 8000 Masjidichaaaf Arjooman 🤲 Rabbiin isaanirraa haa jaalatu🤲 ✅️Muraadni masjidichi xumurarra gahee jira Afaa haarawa isa barbaachisa namoonni keeyrii hawwaa turtan keessatti hirmaadha osoo isin jalaa hin xumuramin Keessattuu minaaran isaa sababa hawaasni baajata harka dhabaniif dheerrinni isaa baay'ee gabaabadha namoonni gabaabbachuun minaaraa isin yaachisu dhaamsa tana namoota keeyri hojjatuu jaalataniin gaha Hirmaannan keessan saffisaan yoo argame dheeressuun ni danda'ama. ✅🤲Namoota jalqabarraa kaasanii Iddo sanatti lafa qabanii Aarsaa fi hirmaannaa taasisaa turan maraa Rabbiin jannata keessatti mana isaanif haa ijaaru 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 👉Yaada fi gaafii yoo qabaattan👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Write on comment 2. Text &call on 0914902015

🕌 Dalagaa Gaariin Seenaa Gaarii Nama Yaadachiisa ========================== Bara darbe (2015)Masjidni Nasrii (school) deeggarsa masjiidatiif wayta baazaarii qopheesse hawaasni bahe maallaqa sadakaa isaatin hirmaataa ture. Guyyaa san DBMI adda durummaadhan Masjida haarawa ijaarsisuuf dhagaa qarshii kuma Afurtamaan(40000) bitamu buusisuuf maallaqa hanganaa Arjoome Itti aansuun barattoonni kutaa 12ffaa bara 2015 baratan osoo bu'uura tokko hin argine feerroo qarshii  kuma diigdamaa ol ta'u Arjoomuun seenaa gaarii fi Hambaa gaarii hambisuun dhaloota isaan duubatiif fakkeenya gaarii ta'an 🤲Galata isaanii Rabbiin dachaadhan isaanif haa kafalu🤲 Dirree qullaa masjida irratti ijaaruun humna hawaasa saniiti ol jedhamee yaadamaa ture niyyaan isaan tolanii hirmaatan har'a masjida gudda hangana gahu kana ji'oota muraasa keessatti sadarkaa kanarra akka gahu taasise ALHAMDULILLAAH يقول اللله تعالى "أنا عند ظن عبدي بى" Barattoonni kutaa 12ffaa bara kana 2016 baratanis faana isaanii hordofuun Guyyaa har'aa A. Afaa =iddoo imaamaa B. Haraa = 2 C. Qarshii 8000 Masjidichaaaf Arjooman 🤲 Rabbiin isaanirraa haa jaalatu🤲 ✅️Muraadni masjidichi xumurarra gahee jira Afaa haarawa isa barbaachisa namoonni keeyrii hawwaa turtan keessatti hirmaadha osoo isin jalaa hin xumuramin Keessattuu minaaran isaa sababa hawaasni baajata harka dhabaniif dheerrinni isaa baay'ee gabaabadha namoonni gabaabbachuun minaaraa isin yaachisu dhaamsa tana namoota keeyri hojjatuu jaalataniin gaha Hirmaannan keessan saffisaan yoo argame dheeressuun ni danda'ama. ✅🤲Namoota jalqabarraa kaasanii Iddo sanatti lafa qabanii Aarsaa fi hirmaannaa taasisaa turan maraa Rabbiin jannata keessatti mana isaanif haa ijaaru 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Mostrar todo...
#Qaadimamtoota_AmiirummaaDBMI_bara_1446or2017 Walduraa duuban akka armaan gadii kanatti dhihaatan 1. Muzzammil MB Magariisaa irraa 2. Aliyyii MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa 3. Rashaad MB Itayyaa (elementary) 4. Abdurrahmaan MB Irshaad 5. Sa'id MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa 6. Su'uudii MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa 7.Saadam MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa 8. Abdurrahmaan MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa 9. Gazaalii MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa Babal'inna oduu fi gahee isaanii fuulduratti qabannee isiniif dhiheessina Inshaa Allahu @DBMI1. 0914902015
Mostrar todo...
👍 1
Iddon qormaata barattoota kutaa 12ffaa Bara 2016 ifoomee jira Akka Director MB Itayyaa sadarkaa 2ffaa irraa guyyaa har'aa adeeffannetti barattoonni MB itayyaa University #Odaa_Bultumee tti qormaataman jedhan Durataa'an mana baruumsichaa 🤲BARATTOOTA KEENYA MARAAFUU RABBIIN QORMAATA MILKII HAA TAASISU🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 CARRAA GAARII ISINIIF HAA TA'U
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.