es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Maths Group11

Maths Group11

Ir al canal en Telegram

The main purposes of this channel are to: 1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises. 2. 📚 Share and publish different educational books. 3. 📖 Provide useful short notes and study materials. For more, contact us through: @Fikiru_Asnake

Mostrar más
5 148
Suscriptores
+224 horas
+67 días
+8930 días
Archivo de publicaciones
My mother ______________ to market every Friday to buy fruits and vegetables.
Anonymous voting
31 jul 2025, 09:05

Chaanaalii telegram miidhagaa kana keessa jirtuu? Keessa hin jirtanu taanaan Ammuma Itti dabalamaa. 👇👇JOIN GODHAA.👇👇
30 jul 2025, 15:44
29 dic 2025, ~06:42

የ6ኛ ክፍል ፈተና ውጤት ይፋ ሆኗል!! የማዕከላዊ ክልል ለመጀመሪያ ጊዜ የተሰጠውን የ6ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ውጤት ዛሬ ይፋ አድርጓል። ፈተናውን ከወሰዱ ተማሪዎች መካከል 75 በመቶዎቹ የማለፊያ ው
የ6ኛ ክፍል ፈተና ውጤት ይፋ ሆኗል!! የማዕከላዊ ክልል ለመጀመሪያ ጊዜ የተሰጠውን የ6ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ውጤት ዛሬ ይፋ አድርጓል። ፈተናውን ከወሰዱ ተማሪዎች መካከል 75 በመቶዎቹ የማለፊያ ውጤት ማስመዝገባቸው ተገልጿል፡፡ የማለፊያ መቁረጫ ነጥብ:- ➡️ በመደበኛ 50 በመቶ እና ከዚያ በላይ ➡️ለአካል ጉዳተኞች 45 በመቶ እና ከዚያ በላይ ነው። ከ 85,547 ተማሪዎች በ1,803 ትምህርት ቤቶች ለመጀመሪያ ግዜ የተሰጠውን ፈተና የወሰዱ ሲሆን፤ 64,125 ተማሪዎች (75%) የማለፊያ ውጤት በማምጣት ወደ 7ኛ ክፍል መሸጋገራቸው ተጠቁሟል፡፡ ውጤት ለማየት 👇 https://ce6.ministry.et/
30 jul 2025, 12:27

Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa kan naannoo Giddugaleessaa ifoome!! Naannoon Giddugaleessaa bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa yeroo jalqabaaf har'a ifoomseera. Barattoonni qormaata kana fudhatan keessaa dhibbeentaan 75 akka darban gabaafameera. Qabxii darbiinsaa: - . ➡️ Barattoota idileef dhibbeentaa 50 fi isaa ol ➡️ Barattoota qaama miidhamtootaaf dhibbeentaa 45 fi isaa ol. Manneen barnootaa 1,803 keessatti yeroo jalqabaaf qormaata fudhatan 85,547 keessaa barattoonni 64,125 (%75) darbuun gara kutaa 7ffaatti ce’aniiru. Bu'aa isaa arguuf 👇   https://ce6.ministry.et/ Telegram bot @MinistryResultQMTBOT
30 jul 2025, 11:48

She said, " We are doing our homework now" Then which of the following can be the indirect speech of this sentence?
Anonymous voting
30 jul 2025, 11:18

500 dollars ____________ not enough for us.
Anonymous voting
30 jul 2025, 11:17

Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata ministry kutaa 6ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf Se
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata ministry kutaa 6ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More
30 jul 2025, 09:21
29 dic 2025, ~06:42

The simplified form of log(100)-log10+log1000 is:
Anonymous voting
29 jul 2025, 12:14

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?
29 jul 2025, 11:32
29 dic 2025, ~06:42

#Qabxii_Qormaata_Kutaa_6 Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2017 Guyyoota hafan 3 Keessatti Kan Ibsamu Ta'uun Beekame. ---------------- BBO- Adoolessa 22/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa bara 2017 barattoota kuma 700 oliif kennee ture qabxii qormaatichaa guyyoota 3 keessatti (hanga Jimaata 25/11/2017)tti kan ibsamu ta'uu, hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Kaasahun Galaanaa ibsaniiru. Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 barattoota miliyoona 1.1 ol ta'aniif ji'a tokko keessatti qormaata keennuu, Sororsuufi Qabxii ibsuun kan danda'e yoo ta'u, qabxii barattoota kutaa 8ffaa (barattoota 488 458) torban lama dura xumuree ibsuun ni yaadatama. Qabxii barattoota kutaa 6ffaa(barattoota 700 000 ta'an) immoo hanga Adoolessa 25/2017 tti kan ibsamu ta'uu, Dr. Kaasahun himaniiru. Walumaagalatti, Naannoo Oromiyaatti bara 2017 keessa barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhatan baay'inni isaanii (miliyoona 1.3 ol ) baay'ina #Ummata_Biyya_Jibuutii bara kanaa kan caalan ta'uun beekameera. #Hubachiisa #Qormaanni Kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyoota 26/10/ hanga 05/11/2017 kennamee ture; #Guyyaa 06-10/11/2017 waraqaan deebii qormaataa Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa gara jiddu gala qormaatni itti sororfamu Magaalaa Adaamaa Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnoota Oromiyaatti geejjibamaa ture. #Guyyaa 11/11/2017 hanga 25/11/2017 tti qormaata sororsuufi firii qormaataa walduraa duuban beeksisuu gaggeeffamaa jira. @maths_group11
29 jul 2025, 11:23

በክረምቱ ከእኛ ጋር ይዘጋጁ
29 jul 2025, 05:12
29 dic 2025, ~06:42

The term "double helix" refers to the structure of
Anonymous voting
29 jul 2025, 01:47

Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladha
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa. Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇
28 jul 2025, 15:53
29 dic 2025, ~06:42

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?
28 jul 2025, 12:47
29 dic 2025, ~06:42

Which of the following is peroxide?
Anonymous voting
28 jul 2025, 10:10

Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata Entrance kutaa 12ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf S
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata Entrance kutaa 12ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More
28 jul 2025, 05:50
29 dic 2025, ~06:42

Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladha
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa. Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇
27 jul 2025, 14:08
29 dic 2025, ~06:42

If I _________ him, I would study hard.
Anonymous voting
27 jul 2025, 13:47

What values of l are permitted for an electron with n= 4?
Anonymous voting
27 jul 2025, 13:25

What is the value of antilog(-2)?
Anonymous voting
27 jul 2025, 11:37