cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Bariinaan Ifee

Baga Nagaan Gara Channel Bariinaan Ifee 🌞Dhuftan. 📡 Walaloowwan 𝙗𝙖𝙗𝙖𝙖𝙧𝙚𝙙𝙤𝙤👏 📡Barumsaa 𝙖𝙙𝙙𝙖 𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖💻 📡 Ergaawwan 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑎𝑙𝑎 📡 Baacoo 😂 🎶 Stap said🎶 Official Daniel and Daniel 👏 Channel ✅ Is for those who .....✍️

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
180
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

NAMOOTA ADDUNYAA KEENYAA SADAN (3) 1. Namoota seenaa hojjatan 2. Namoota seenaa barreessan 3. Namoota seenaa dubbisan ❏️ Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu. ❏️ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u. ❏️ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta! ❏️ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta! ❏️ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taatee bara baraan yaadatamta! Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla! ➊. Ni beeku; akka beekanis beeku! Kaayyoo fi karoora qaban hundumaa cimsanii irratti namoota hojjatanii dha. ➋. Ni beeku; akka beekan garuu hin beekani! Ofitti amanuu dadhabuu dhaan warra jiraatanii dha. Namoonni tokko tokko wanta hojjachuu danda'anii fi hojjachuu hin dandeenye adda hin baafanne. ➌. Hin beekani; akka beekanis hin beekani! Waan tokko beekuu hin danda'u jettee calliftee yoo dhiifte utuu hin beekin hafta. Akka beekuu dandeessus hin beektu. ✍️ Namo Namoonni waan hundumaa yaalii guyyaadhaa gara guyyaatti godhaniin beekumsa barbaachisu gonfachuu fi galma barbaadame bira gahuu ni danda'u.
Mostrar todo...
'Kalaama' Rabbii guddaa Miidhagsitee qaraatee Sagalee kee kilooleen Biyyi guutuun maraatee Dorgomtoota addunyaa Moo'attee hunda caaltee Badhaasa guddaa kana Milkiidhaan baga dhaalte Muhaammad Bin Al-Nuuhii Duruu tolte maqumaa Kan karaa sirrii deeme Milkiin isaaf haqumaa Nu boonsite obbolee Hanga maqaakee geessee Ammas nuuf haa dabaltu Garaan haadha sideessee! Umurii nuuf dheeradhuu Addunyaaf ta'i ifaa Beekumsaaf beekamtiin kee Siif haa qabaatu sifa Dhangaa mi'ooftuu kana Maaddii keerraa nuuf laadhu Aakiraattis milkaa'i Midhaan jennataa nyaadhu Yoo jabaatan akkana Galaa borii kaayyatuu Dhaloonni akka keetii Ammas nuuf haa baayyatu! ✍️.... Bariinaan ifee https://t.m/Bariinaan_ifee hangaa_walaloo join godhaa!
Mostrar todo...
Yaa barumsa Kitaaba barataa Afaan Oromoo irrattii walaloo akka fakkeenyaatti dhihaateedha. Yaa Barumsa Yaa Barumsaa  Yaa Madda Bekumsaa  Wa'e Fayidaa Kee  Meeqansaan Ibsa  Inni Tokkofanii  Sammuu Nama Cimsa  Barumsii Qabenyaa  Kan Hunduma Keenyaa  Kan Bu'ee Hin Cabne  Kan Moofa'e Hin Shamne  Kan Hattuun Hin Hanne  Warrii Baratan Xiiyyaraa Oofuu  Warrii Hin Baranne OKkite Sofuu! Okkotee sofuun barumsa Garuu barnootni safuu nama barsiisa u Barumsa Utubaa guddinaa  Kan fuuldurrii banaa Haabarannuu jabaannee Sabaa keenyaaf ibsaa taanee Walaalli duukkana Keessaa bahuuf hin laafinaa Kan barateef akki godhaa Fakkiin isaan murteessadha Sammuu keenyaa hidhatnee Marrii barnootaaf kaanee Walummaan tolaatti hin dhaabbatamuu Baruuf namnidirfama kan qabatuu Nu hin buqqisu Tokkumaan Humna!  Gaaddisa Odaa jala gadi teenyee  Yoo wal-hubannee wal dhagenyee  Yoo wal jalaa kaafne dhagaa  Yoo waliif yaadne nagaa  Tokkummaan wal qabannee  Yoo walii wajjiin dhaabbanne  Kattaan gaaraa yoo dhodho’e  Cabbiin roobee yoo lola’e  Buubbeen kaabaas haa bubbisu  Nu hin sochoosu nu hin buqqisu! Qubee Koo Qawween koo boraatiin koo  Kan rasaasa liqimsu  Yaada garaa koo keessaa  Danda’ee naaf hin ibsu  Rasaasa itti guuttadhee  Gaafan banu cancala  Biyyi'o gurra qabtee  Fiigee lixa daggalaa  Wal caccabsee gulufa  Wanta qabu harcaasee  Qawween nageenya hin fidu  Nagaa dhahee mancaasee  Allaattiin waaqarra kaattu  Bineensi bosona kessaa  Sagalee qawwee kootii  Hin jaallatu ni dheessa  Ati garuu qubee koo Qubee koo quba jabduu Nagaa buusuufis taanaan Gita tokkoyyuu hin qabdu Sin jaalladha hiriyaa koo Utuu naaf hindhagayin Firrikoo gamaanaa fi gamaa Bakka rakkoo kiyyaatti Situ dursee argama Aantiidhaafi obbolaa koo Dursitee natti siqxa Caba koo naaf dhidhiibdee Dhiiga koo narraa dhiqxa Kaasuu keetti na fuutee Qabdee lafaa na kaasta Dugda keetti na baattee Bowwaa keessaa na baafta Gaafa guyyaaa gammaachuu Wajjiniin nyaannee kolfaa Gaafa guyyaa dhiphinaa Kan dhukkubaa fi golfaa.
Mostrar todo...
Yaa barumsa Kitaaba barataa Afaan Oromoo irrattii walaloo akka fakkeenyaatti dhihaateedha. Yaa Barumsa Yaa Barumsaa  Yaa Madda Bekumsaa  Wa'e Fayidaa Kee  Meeqansaan Ibsa  Inni Tokkofanii  Sammuu Nama Cimsa  Barumsii Qabenyaa  Kan Hunduma Keenyaa  Kan Bu'ee Hin Cabne  Kan Moofa'e Hin Shamne  Kan Hattuun Hin Hanne  Warrii Baratan Xiiyyaraa Oofuu  Warrii Hin Baranne OKkite Sofuu! Okkotee sofuun barumsa Garuu barnootni safuu nama barsiisa u Barumsa Utubaa guddinaa  Kan fuuldurrii banaa Haabarannuu jabaannee Sabaa keenyaaf ibsaa taanee Walaalli duukkana Keessaa bahuuf hin laafinaa Kan barateef akki godhaa Fakkiin isaan murteessadha Sammuu keenyaa hidhatnee Marrii barnootaaf kaanee Walummaan tolaatti hin dhaabbatamuu Baruuf namnidirfama kan qabatuu Nu hin buqqisu Tokkumaan Humna!  Gaaddisa Odaa jala gadi teenyee  Yoo wal-hubannee wal dhagenyee  Yoo wal jalaa kaafne dhagaa  Yoo waliif yaadne nagaa  Tokkummaan wal qabannee  Yoo walii wajjiin dhaabbanne  Kattaan gaaraa yoo dhodho’e  Cabbiin roobee yoo lola’e  Buubbeen kaabaas haa bubbisu  Nu hin sochoosu nu hin buqqisu! Qubee Koo Qawween koo boraatiin koo  Kan rasaasa liqimsu  Yaada garaa koo keessaa  Danda’ee naaf hin ibsu  Rasaasa itti guuttadhee  Gaafan banu cancala  Biyyi'o gurra qabtee  Fiigee lixa daggalaa  Wal caccabsee gulufa  Wanta qabu harcaasee  Qawween nageenya hin fidu  Nagaa dhahee mancaasee  Allaattiin waaqarra kaattu  Bineensi bosona kessaa  Sagalee qawwee kootii  Hin jaallatu ni dheessa  Ati garuu qubee koo Qubee koo quba jabduu Nagaa buusuufis taanaan Gita tokkoyyuu hin qabdu Sin jaalladha hiriyaa koo Utuu naaf hindhagayin Firrikoo gamaanaa fi gamaa Bakka rakkoo kiyyaatti Situ dursee argama Aantiidhaafi obbolaa koo Dursitee natti siqxa Caba koo naaf dhidhiibdee Dhiiga koo narraa dhiqxa Kaasuu keetti na fuutee Qabdee lafaa na kaasta Dugda keetti na baattee Bowwaa keessaa na baafta Gaafa guyyaaa gammaachuu Wajjiniin nyaannee kolfaa Gaafa guyyaa dhiphinaa Kan dhukkubaa fi golfaa.
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Boniye" K %a s
Mostrar todo...
Warri maanchister siitii Kan argattan carraa Dheebuu bara kanaa Baga baatan dharraa Akkuma aarsaa kaffaltanii Turtan hudhattanii Baga gammaddan aabbee Geeba fudhattanii Bu'aa bay'ii utaalaa Harka hin laanne gufattanis Baga dharraa baatani Yeroof mufattanis Baga xumurattan har'a Milkiif gammachuudhaan Baga dhungattan waancaa Qomatti hammachuudhaan Biyya keessatti deebi'anii Buusuu miti balaa Yeroo tokko tokkos Fudhachuudha isa alaa Eeyyeen dhugaan jedheem Hin qabu faayidaa Qe'eetti geeraruun Boroo naannoftanii Of qofa weeraruun Awurooppaattis baatanii Fudhachuudhaaf yaalaa Liver pooliin qofa mitii Maadridiinis caalaa Akkas jedheen guduunfeen Maree siif kenna galaa Hin didin mee atis Dhaga'i na jalaa Dhukkubbii mataa keessaniis Uumaan isin ha baraaruu Champin is league fudhachuus Rabbiin isin ha gar-gaaruu
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
የ 2014 12ኛ ክፍል ፈተና በ Online የሚሰጥ መሆኑን የሚያመለክት ማስታወቂያ ነው። ከላይ የምትመለከቱት ፣ ከ አንድ ትምህርት ቤት ለተማሪዎች የወጣ ጥብቅ ማስታወቂያ ነው። ፈተናው በOnline ስሆን እንደ ከዚህ ቀደሙ ለመስረቅ ና ለመኮራረጅ አይመችም። ተማሪዎች ካሁኑ በደንብ መዘጋጀት እና ብቁ እንድሆኑ እንመክራለን። @Free_Education_Ethiopia Stay Safe!
Mostrar todo...
🔸እለተ ሀሙስ ፡ Biology 🗨️ማታ 2:00 🔴የእለቱን የተመረጠ Biology መጽሃፍ እናቀርባለን። 🗨️ማታ 2:15 🔵Biology Grade 11 Unit 4 Cell እና Grade 12 Unit 3 Genetics በVideo ይቀርባል። በተጨማሪም በPdf የተዘጋጀ ጽድት ያለ Note ይቀርባል። 🗨️ማታ 2:30 🟣ከGrade 11 Unit 4 Cell ጋር 🔵በተገናኘ ከ50 Test ከምርጥ ማብራሪያ ጋር እናዘጋጃለን። 🗨️ማታ 2:45 🟡ከGrade 12 Unit 3 Genetics ጋር በተገናኘ ከ50 Test ከማብራሪያ ጋር ይቀርባል። 🗨️ማታ 3:00 ⚪የሳምንቱን Model Exam መልስ ይሰጥበታል። 🔸እለተ አርብ: Physics 🗨️ማታ 2:00 🟡ለእለቱን የተመረጠላችሁን ተወዳጅ መጽሃፍ እናቀርባለን። 🗨️ማታ 2:15 ⚪Grade 11 Unit 4 Dynamic እና Unit 5 Work Energy and Power በVideo ይቀርባሉ። በተጨማሪም፡ 🟤ግልጽ እና ውብ ሆኖ የተዘጋጀ Pdf ይቀርባል። 🗨️ማታ 2:30 🔵ከ Grade 11 Unit 4 Dynamics ጋር በተያያዘ ከ50 Test ከማብራሪያ ጋር ይቀርባል። 🗨️ማታ 2:45 🔵ከGrade 11 Unit 5 Work Energy and Power ጋር በተያያዘ ከ50 Test ከማብራሪያ ጋር ይቀርባል። 🗨️ማታ 3:00 🟡Grade 11 , Grade 10 , Grade 9 ከ Dynamics part እና Work Energy and Power ጋር ከ9ኛ ክፍል እስከ 11ኛ አንድ ላይ በማዋቀር መጠነኛ ዳሰሳ እናደርጋለን። 🔸እለተ ቅዳሜ፡ Chemistry 🗨️ማታ 2:00 🟡የእለቱን የተወደደ መጽሃፍ እናቀርባለን። 🗨️ማታ 2:15 🔴Chemistry ጠቅለል አድርገን ከGrade 11 Unit 4 እና Grade 9 እና 10 Hydrocarbons , Stoichiometry , Mole Concepts በVideo እና በPdf ይቀርባል። 🗨️ማታ 2:30 🟡ከ Hydrocarbons , mole Concepts እና Stoichiometry በአንዱ ርዕስ 35 : 35 Test ከማብራሪያው ጋር ይቀርባል። 🗨️ማታ 2:45 ⚪ከ Grade 11 Kinetics ጋር በተያያዘ በ Tutorials ትምህርት እና 50 Test ከማብራሪያው ጋር ይቀርባል። 🗨️ማታ 3:00 🟡የሳምንቱ ትምህርቶች በአጠቃላይ ይገመገማሉ። 🙏እለተ እሁድ የዕረፍታችን ቀን ነው። 🤌ማስታወሻ፡ 🩸በሚቀጥለው ሳምንት ፡ የዚህኛው ሳምንት ትምህርቶች ሁሉም እና የ የሚቀጥለው ሳምንት የሚቀርቡት ትምህርቶች በ Ethiopian Entrance ይዳሰሳሉ። መልስ እስከ እነ ማብራሪያው ይቀርባል። Register Now👇👇👇 @Murtee_koosii For more info👇👇 @Bariinaan_ifee
Mostrar todo...
#biology G11 unit 1 The word biology is derived from two Greek words: #bios – meaning ‘life’ and #logos – meaning ‘study’ What is science? The word science comes from the Latin word scientia, which means ‘knowledge’. science is a unique system of acquiring knowledge based on the scientific method. scientific method the process by which scientists approach their work. experimental science the use of experiments to obtain information. applied science the use of scientific research to meet certain human needs. spontaneous generation the appearance of living organisms from non-living matter hypothesis an educated guess about what a biologist thinks the explanation of an observation will be. prediction an educated guess as to how the biologist thinks his/her experiment will turn out. control group the standard group in an experiment in which the experimental groups are compared with. experimental group the group in an experiment which is being experimented on in order to compare with the control group. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ ▪️ sʜᴀʀᴇ & ᴊᴏɪɴ : @murteessaa_seenaa 💻23 kompuuteraa mouse alaa ykn karaa gababaa hallaa fayyaadamun ፡- CTRL + A ……… Select all CTRL + B ……… Bold CTRL + C ……… Copy CTRL + D ……… Fill down cell CTRL + E …… Center Alignment CTRL + F ……… Find. 🔎 CTRL + G ……… Go to current CTRL + H ……… Replace🔃 CTRL + I ……… Italic CTRL + J ……… Full justification CTRL + K ……… Create hyper link CTRL + L ……… Left Alignment CTRL + M ……… Tab CTRL + N ……… New page CTRL + O ……… Open CTRL + P ……… Print CTRL + R ……… Fill right cell CTRL + S ……… Save CTRL + U ……… Underline CTRL + V ……… Paste CTRL + X ……… Cut CTRL + Y ……… Redo⤴ CTRL + Z ……… Undo ፡።።።።።።።።።።።።።።።።።። 🈴JOIN 🔰SHARE 🔅@Daniel_tariku 🔅@Daniel_tariku 🛡Contact us https://t.me/Murteessaa_seenaa VOICED AND UNVOICED SOUND First of all, we need to make sure tha we are aware of the voiced an unvoiced sounds of English letters. 👉Voiced: is a sound of letter which creates a vibration when we sound it. Whe can identify this sound by putting a finger on our throat. ✅ Example of voiced sounds are: ✔️ L, M, N, V, Z 👉Unvoiced: is the reverse of voiced sound. It doesn't make any vibration. ✅ For instance: some unvoiced letters are F, K, P, S. Laugh, work, help, pass. N.B. 👉This voiced and unvoiced sounds help us with regular verbs. This means when ever a regular verb ends with a voiced sound, the sound of the past regular verb becomes "d". Eg: love, loved/"lavd/. Call, called/"calld/. 👉Unvoiced When unvoiced letter appears at the end of a regular verb, the sound of end of the past regular verb becomes "t". Eg: ✔️ laugh(v1), laughed(v2)/"laughet"/ ✔️ help, helped/"helpet"/ ✍ The correct "TH" sound As I explained above, we also have two voiced and unvoiced sounds for pronouncing "th". ✍ To get perfect voice of "th", first pull your tongue out put no longer than your upper and bottom lips. The tongue should be placed the same with both lips. Then punch or press the tongue by the upper and lower teeth. Then hope you will get the natural sound. 🗣 so when we do pronounce the "th" sound voiced and unvoiced? Cool. Lets get started to the today's lesson. To be honest there are no rules to pronounce this combined letter; we only have guides. 👉Unvoiced ✔️ After most consonant sounds like ▪ Strength ▪Length ▪Plinth ▪Warmth ✔️ At a start of a word like ▪Thank you ▪Thursday But there are exceptions for this guide such as ➖This ➖That ➖Those VOICED After vowel sound and before schwa sound, it is voiced. Eg: ➖Brother ➖Mother ➖Father ➖Either ➖Feather Reference: Papa Teach Me English. 🙏🙏🙏 I will be here soon with another lesson.
Mostrar todo...

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.