cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Edget Secondary School📚

We strive to keep the quality of education🎓

Mostrar más
Finlandia2 388El idioma no está especificadoEducación63 525
Publicaciones publicitarias
359
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
+730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

22.46 MB
Kabaja ayyaana sabaaf sabllamoota marsaa 18ffaa mana barumsaa Idgat sad.1ffaa fi 2ffaa Nation and Nationality peoples of Ethiopia Edget 1st and 2dry school's celebration ceremony
Mostrar todo...
13.36 MB
28.44 MB
17.42 MB
For grade 12 math's assignment
Mostrar todo...
Manni Barumsaa Idgat Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa guyyaa Guyyaa ayyaana Farra Malaamaltummaa akka Adunyaattis ta'ee akka biyya keenyaatti kabajamu, nus mata dauree gara garaan kabajnee oolleerra. Malaamaltummaan farra biyyaa, misoomaa, dhalootaati!
Mostrar todo...
ማሳሰቢያ እድገት በ2015 ዩኒቨርስቲ እንቴራንስ ተፈታኞች በሙሉ ሬሚዲያል ያለፋቹ ተማሪዋች በሙሉ እስከ ህዳር 11 የ university ምርጫ መታቹ ማስተካከል እንደምትችሉ እና በተጨማሪም የ 12ኛ ክፍል ተማሪዋች ካርድ/original certificate ስለመጣ መታቹ መውሰድ እንደምትችሉት እናሳስባለን ::
Mostrar todo...
YAADACHIISA! Qormaatni Naannoo #Kutaa_6ffaafi Qormaatni Biyyoolessaa #Kutaa_8ffaa Bara 2016 Yeroo Jalqabaatiif Ni Kennama. ----------------- BBO-Onkololeessa 25/2016 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa akka Mootummaa Naannoo Oromiyaatti yeroo jalqabaatiif kan kennamu yoo ta'u, qornaatni kutaa 8ffaa kanaan dura akka naannootti kennamaa ture bara 2016 garuu akka biyyaatti ni kennama. Kanaafuu, barattootni, barsiisotni, maatiin barattootaa, hoggantootni barnootaa(dura bu'oota MB, supparvaayizaroota barnootaa . . .), caasaan mootummaa sadarkaan jiru, jaarsoliin, abbootiin amantii hunduu manneen barnootaafi barattootaaf deeggarsa barbaachisaa ta'e akka gootan gamanumaa akka yaadattan dhaamsa dabarsina. #Qormaatni_Naannoo_Kutaa 6ffaa, akka naannootti kennama. #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_8ffaa akka Itiyoophiyaatti kennama. #Barattootni_Keenya_Gamanummaa_Qophaa'uu_Qabdu! Bara Barnootaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u! BBO Finfinnee Onkololeessa 2016 https://www.facebook.com/61552843344056/posts/pfbid02j66R17ScfmWoPVdhPiVCHrKTwHLbGsww6PA6KQC5Fct8ETxoNiQL9qPpu1nAaY4al/?app=fbl
Mostrar todo...

#BEEKSISA Barattoota Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa 30% oliifi 50% gadi fidan Hundaaf ------------------- BBO - Onkololeessa 23/2016 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatanii qabxii 50% gadi fidaniifi barnoota qoraman keessaa 30%fi ol fidan akka sagantaa fooyya'insa dandeettii(Remedial Program) Yunivarsiitii galanii akka baratan Ministeera Barnootaa Itiyoophiyaatiin murtaa'eera. 1- Barattoota Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgalaatiin baratan: Dhiiraaf - 255 Dubartiif -234 2- Barattoota Saayinsii Hawaasaa sagantaa idileefi galgalaan baratan: Dhiiraaf -218 Dubartiif -200 #Barattoota Naannoolee Guddinarra jiraniif: 1- Saayinsii Uumamaa Dhiiraaf - 224 Dubbartiif -210 2- Barattoota Saayinsii Hawaasaa Dhiiraaf -192 Dubartiif -180 #Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaa: 1-Saayinsii Uumamaa Dhiiraafi Dubartiif - 210 2- Saayinsii Hawaasaa Dhiiraafi Dubartiif -180 5- Barattoota Qaro Dhabeeyyii ilaalchisee: Saayinsii Hawaasaa Dhiiraafi Dubartiif -150 ta'un murtaa'eera. #Hubachiisa :- Yunivarsiitii itti ramadaman immoo fuul duratti kan ibsamu ta'uun beekameera. https://www.facebook.com/profile.php?id=61552843344056
Mostrar todo...

Photo unavailableShow in Telegram
Congratulations!
Mostrar todo...
👏 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.