cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Biiroo Barnootaa Oromiyaa ✨ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ

Biiroo Barnoota Oromiyaa is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the country This channel is created to help students with what we can and what we have!

Mostrar más
Finlandia174El idioma no está especificadoEducación5 376
Publicaciones publicitarias
27 356
Suscriptores
+3924 horas
+2207 días
+88030 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Loading Qormaanni Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Hawaasaatiif Adoolessa 3-5 bara 2016 tti, barattoota Saayinsii Uumamaatiif ammoo Adoolessa 9-11 bara 2016 karaa online fi Yuunivarsiitii keessatti waraqaa dhaan ni kennama. Barattoonni Saayinsii Hawaasaa waraqaa irratti qoroman Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1 bara 2016 tti, akkasumas warreen Saayinsii Uumamaa ammoo Adoolessa 6-7 bara 2016 tti gara Yuunivarsiitiitti kan seenan ta'a.
Mostrar todo...
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 5 2
Obolewwan Keenya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Eid Al-fixrii isin gahe. Eid kun kan Tokkummaa kan Jaalalaa, kan Badhadhinaa isiiniif ha ta'u. ☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪☪ Eid Mubarak @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1  
Mostrar todo...
👍 120 61🏆 15👏 14👌 12🙏 5
Qormaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Naannoo Oromiyaa #Guyyoota_60_Qofatu_Hafe ---------- BBO - Bitootessa 26/2016 Qormaatni Naannoo Oromiyaa kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 kennamu Gosoota Barnootaa Qormaatni Irraa Qophaa'e: A - #Kutaa_6ffaaf ---------------- Qormaatni kan qophaa'u barnoota kutaa 6ffaa irraa qofa yoo ta'u, isaanis; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% #Guyyaan_Qormaata_kutaa_6ffaa #Caamsaa 26-30/2016, ji'oota 2 ykn Guyyoota 60 qofatu hafe. B- #Kutaa_8ffaaf ----------------- Qormaatni kutaa 8ffaa kan qophaa'u barnoota kutaa 8ffaa irraa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a. #Guyyaan_Qormaataa_immoo #Waxabajjii 03-07/2016, ji'a lamaafi guyyoota 8 qofa ykn #Guyyoota_68_qofatu_hafe. Kanaafuu, Barattootnifi Barsiisotni keenya akkasumas, Maatiim Barattootaa ji'oota lamaan hafan kana barattootni gara hundaan qormaataaf akka qophaa'an gargaarsi barbaachisu haa taasifamu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. BBO 🔎 Exam Questions 🔎 - https://t.me/oeb_book_store
Mostrar todo...

👍 62 35👏 12
“Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Dhaabbata '#Ethio_telecom' waliin hojjachuuf Atooma Hojii Mallatteessaniiru. BBO-Bitootessa 23/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Dhaabbatni Itiyoo.telekoon(Ethio telecom) teeknooloojiitti fayyadamuunn hojii barnootaa ammayyaa taasisuu, saffisaafi qulqullina akka qabaatu gochuun dhaloota gahumsa qabu horachuu akka danda'amu waliin hojjachuuf bakka hoggantootni dhaabbilee lachuu jiranitti Atooma Hojii har'a waliif mallatteessaniiru. Atooma Hojii kan mallatteessan Biiroo Barnootaa irraa hogganaa biirichaa Dr. Tolaa Bariisoo yoo ta'an gara dhaabbata Ethio telecom' irraa immoo hoggantuu dhaabbatichaa kan ta'an dubre Firehiyoot Taamiruu waliin hojjachuuf mirkaneessaniiru. Hojiiwwan gurguddoon waliin hojjachuuf walii galanis: -Manneen Barnootaa Bultii Addaa (Boarding Schools) 7fi - Manneen Barnootaa Addaa (Special Schools) 33 , walumaa galatti daree barnootaa 82 irratti teeknooloojii sadarkaa olaanaatti fayyadamuun barnootaa dareefi manneenne barnootaa 'network'n walitti fiduun dijitaalessuu ta'uun beekameera. Sirna mallattoon booda hogganaan BBO Dr. Tolaan haasaa taasisaniin, dhaabbata guddaa sadarkaa addunyaa biyya keenya beeksiseefi teeknooloojiin wal qunnamsiisaa jiru 'Etho telecom' waliin hojjachuuf Atooma Hojii walii maallateessuu keenyatti baay'een boona, itti gammadas jira jedhaniiru. Itti aansuun dhaabbatni kun teeknooloojii sadarkaa olaanaa ta'een fayyadamuun barsiisota keenya kan gargaaru yoo ta'u, barattoota keenya immoo, itti fayyadama teeknooloojii dandeessisuun sadarkaa addunyaan amma jirtu keessatti dorgomtoota cimoo ta'anii akka bahan taasisa. Kanaafuu, dhaabbanni Itiyo telekoom deeggarsa barnootaa godhuu qophaa'uu isaatiif irra deebi'ee hedduun galateeffadha jedhaniiru. Hoggantuun Dhaabbata Itiyoo telekoom dubree Firehiyot Taammiruus haasaa taasisaniin , Dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf manneen barnootaa murteessaa waan ta'eef BBOn kutannoon murteessee itti seenuu isaatiif baay'een dindiqisiifadha, galatoomfadha jedhaniiru. Dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsina yoo jennu, teeknooloojiin dhaabbilee hundaafi mana nama hundaa galchuu waan ta'eef, hundama bira dabareen kan geenyu ta'a jechuun,hojiin amma Biiroo Barnootaa waliin hojjannu kun biyya keenya Itiyoophiyaa ceesisuuf hojii hojjataa jirru keessaa isa tokko ta'uun beekamuu qaba jedhaniiru. Walumaa galatti, Barnootni bu'a qabeessa(humna akka horatu)taasisuuf teeknooloojii sadarkaa olaanaa ta'een deeggaruun(Empowering Education Through Cutting-Edge Technology) barsiisotniifi barattootni carraan jalqabaa isin dhaqqabe humna qabdan guutuun itti fayyadamuun '#Digital_Ethiopia' dhugoomsuuf akka hojjattan dhaamsa biiroo keenyaa ta'a. @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1         
Mostrar todo...
👍 35 25🏆 1
👍 3
👍 4 3👌 2
Barattoonni kuma 675 ol qormaata kutaa 8ffaa nifudhatu. Naannoo Oromiyaatti barana barattoonni kuma 675fi 900 ol qormaata naannoo kutaa 8ffaa akka fudhatan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Cabiinsa barnootaa sirreessuuf xiyyeeffannoo mootummaan dame barnootaaf kenneen gumiin tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa hundaa’ee qulqullinaa barnootaa mirkaneessuuf hojiilee garagaraa hojjechaa jira. Naannichatti barattoonni kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa qormaata moodeelaa gumii tiraansiformeeshinii barnootaa Oromiyaan qophaa’e akka fudhatan taasifameera. Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa ji’a caamsaa dhufu akka kennamuus himameera. Odeeffannoo Haaraa Yero yeroon Akka isin bira Gahu !!!! Linkii Telegram channel Biiroo Barnoota Oromiyaa kana Share' join godhaa. @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1    
Mostrar todo...
👍 51 38
#Update Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 baatii Waxabajjii keessa akka kennamu Tajaajilli Madaalli Barnoota fi Qormaataa beeksise. Daarektarri olaanaa tajaajila kanaa Dr.Eshetuu Kabada bara kana qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf barattoonni kuma 670 ol galmaa’uu isaanii himaniiru. Naannolee rakkoo nageenyaa qaban irraa kan hafe, naannolee biyyattii irra caalaan galmeen isaanii xumuramuu ibsameera. Daarektarri olaanaan kun guyyoota muraasa booda  maxxansi qormaatichaa akka eegalu himaniiru. Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2016 baatii Waxabajjii keessa akka kennamus mirkaneessaniiru. Qormaanni biyyoolessaa yeroo 3ffaaf yunivarsiitiiwwan keessatti kennama. Bara kana Ministeerri Barnootaa dameewwan saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa tokkoon tokkoon isaaniif gosoota barnootaa #jaha akka kennamj murteessaniiru. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Mostrar todo...
60👍 51👌 9🙏 8👏 7
Barattoota #kutaa_6ffaa_8ffaafi_12ffaa cimsuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jira jedhame.
------------------------------- BBO- 11/07/2016 Barattoota kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa Naannoo keenyaa Qormaata Naannoofi Biyyoolessaa bara 2016 fudhachuuf qophaa'aa jiran gahumsa isaanii ol guddisuuf manneen barnootaa ciminaan hojjataa akka jiran Gumii Tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa (GTBO) sadarkaa  godinaaleefi bulchiinsa magaalotaa irratti hojjataa jiran tokko tokko ibsaniiru. Biiroon Barnootaa Oromiyaa(BBO) bara 2016  keessa barattoota #kutaa_6ffaa_kuma_700 ol ta'an, barattoota #kutaa_8ffaa_kuma_600 olii Qormaata Naannootiifi akkasumas barattoota kutaa 12ffaa kuma 300 ol ta'an immoo  Qormaata Biyyoolessaatiif qopheessaa kan jiru ta'uun beekamaadha. #Qormaatni_kutaa_6ffaafi_8ffaa walduraa duubaan ji'a  #Caamsaafi_Waxabsjjii/2016 keessa yoo ta'u, kan kutaa 12ffaa immoo fuulduratti kan beekamu ta'a. Kanuma bu'uura gochuun Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa sadarkaa godinaaleefi magaalotaa jiran tokko tokko manneen barnootaa irra naanna'uun hordoffiifi deeggarsa taasisan irraa ka'uun hoggantootaa, barsiisotaafi barattoota manneen barnootaa jajjabeessaa akka jiran himaniiru. Walumaa galatti, manneen barnootaa hedduun xiyyeeffannoon hojjataa akka jiran haa ibsamu malee manneen barnootaa tokko tokko ammas deeggarsaafi hordoffii cimaa akka barbaachisan eeraniiru. #Keessattuu, #Manneen_Barnootaa_bara_2015_Qormaata_kutaa_8ffaafi_kutaa_12ffaa_barataa_tokkollee_dabarsuu_dadhaban, ammas rakkoo bara darbee akka isaan hin qunnamne GTBO sadarkaa sadarkaan jiran irraa hojiin guddaan kan eegamu ta'uu ibsaniiru. Dhumarratti, hojiin manneen barnootaa keenya hojjataa jiraniifi GTBO xiyyeeffannoon hojjataa jiran kun gahumsa barattoota keenya kan #gabbisuufi_ofitti_amanamummaan akka qormaataaf qophaa'an kan taasisu waan ta'eef #GTBO_sadarkaa_gandaa_irraa_hanga_naannoo_jiru_hundi_bifa_walfakkaatufi_qindoominaan hojjachuun #rakkoo _qabxii_barataa irratti nu qunname keessaa haa baanu kan jedhu dhaamsa BBO ta'a.     
Mostrar todo...
👍 69👏 14 11🏆 6🎉 5🤩 3🙏 3👌 3
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
8👍 6👏 1😢 1👌 1