cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐—ž๐—˜๐—˜๐—Ÿ๐—Ÿ๐—ข๐—ข ๐— ๐—œ๐——๐—œ๐—ฌ๐—”๐—”

Mostrar mรกs
Finlandia1 423El idioma no estรก especificadoLa categorรญa no estรก especificada
Publicaciones publicitarias
886
Suscriptores
Sin datos24 horas
-37 dรญas
-2530 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป
Mostrar todo...
๐—ข๐— ๐—ก
๐—ข๐—ก๐—ก
๐—™๐—œ๐—•
๐—ข๐—•๐—ฆ
๐—ž๐— ๐—ก
๐—ค๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐˜€๐—ต๐—ผ๐˜„
๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐—น๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—บ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ
๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ถ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ
Godina Shawa Kaabaa, Aanaa Sulultaa bulchiinsa magaalaa Darbaa keessatti namoonni shan mana hidhaa irraa baafamuun rashanamuu maddeen himan. Namootni mana hidha irraa baafamanii ajjeefamuun hallayyaatti gataman kunniin qabata miseensota Waraana Bilisummaa Oromooti jedhuun ajjeefamuu maddeen dubbataniiru. Namoota shanan kana keessatti abbaafi ilma dabalatee, maanguddoonni umuriin raagan illee jiraachuu ibsameera. SABA  GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก @ABDII_SABAA Kitaaba Barataa @AbdiiSabaabook
Mostrar todo...
OFM:Waxabajjii.09/2023-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeysise. ************ Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaqqabummaa balalii isaa babalโ€™isuuf kan gargaaran xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeysiseera. Hojii Gaggeessaan Olaanaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Masfiin Xaasawu sagantaa IATA AGM Istaanbulitti gaggeeffamerratti โ€˜Aviation Dailyโ€™ waliin turtii taasisaniiru. Turtii isaaninis, daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa dhiibbaa weerara Vaayirasii Koronaa irraa guutummaatti dandamachuu ibsaniiru. Yeroo ammaas qaqqabummaa isaa balโ€™isuuf hojjetamaa akka jiru himaniiru. Yeroo ammaas xiyyaarota 140โ€™n hojjechaa akka jiruu fi bara 2035โ€™tti gara xiyyaarota 271โ€™tti guddisuun tajaajila kennuuf akka jiraan amantaa qaban ibsaniiru. Kanumaan walqabatee xiyyaaronni dabalataa 130 akka ajajaman akeekaniiru. Xiyyaaronni umrii dheeraa lakkoofsisan bakka buufamuu waan qabaniif lakkoofsi kun dabaluu akka dandaโ€™us eeraniiru. Waxabajjii 5 eegalee Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaarota ajajaman keessaa 29 jechuunis xiyyaarota 17-737 MAX, 777FS shan, 787-9 tokko fi Airbus A350-1000 jaโ€™a taโ€™uu himaniiru. Bara bajataa kana keessa xiyyaarota haaraa 12 galchuu eerameera. https://t.me/oromiafreedommedia https://www.youtube.com/live/CxapqOCAEwA?feature=share?sub-confirmation https://twitter.com/OFMMedianews? http://www.oromiafreedom.org https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=724948649635886&id=100063622736353&mibextid=Nif5oz
Mostrar todo...
ODUU/NEWS

OFM;ODUU WAXABAJII 7/2023

OFM:Waxabajjii.09/2023-Ameerikaan deeggarsi midhaan nyaataa Itiyoophiyaaf kennitu 'gara darbaa jira' jechuun adda kutte. ************ Mootummaan Ameerikaa deeggarsa midhaan nyaataa Itiyoophiyaaf kennaa ture adda kutuu beeysise. Mootummaan Ameerikaa deeggarsi nyaataa kennamaa ture osoo uummata ergameef bira hin gahiin gara darbaa akka ture qorannoon bira gahamuu hordoftee akka gargaarsicha dhaabe hime. Torban darbes Dhaabbanni deeggarsaa Ameerikaa USAID fi Sagantaan Nyaata Addunyaa deeggarsi ergamu gurguramaa jira jechuun deeggarsa naannoo Tigiraayiif kennan akka dhaaban ibsaniiru. Rooyitarsi ibsa USAID wabeeffachuun akka gabaasetti deeggarsi ergamaa ture ''garee humna waraanaa biyyattii keessaanโ€™โ€™ gara darbaa ture. Barruun Addis Standard gama isaan gaabasa keessoo(internal Memo) USAID isa harka gale irraa deeggarsi nyaataa gara darbaa akka jiru jaarmiyichi hordoffii ji'oota lamaaf gaggeesseen bira gahuu ibsuu gabaaseera. Gabaasni Addis Standard argeeraa''Miseensonni waraanaa biyyattii guutuu keessa jiran deeggarsa namoomaa kana irraa fayyadamaa turan'' kan jedhu ta'uu ibseera. Itti dabaluunis qaamoleen fedeeraalaa hanga naannoo jiran daldaltootni dhuunfaa hirmachisuun kana keessaa harka qabuu jedha. Deeggarsi nyaataa tumsa qaamolee kaaniin argame gara dabarsuun ''yakkaa fi qindoominaโ€™โ€™ qaamolee mootummaa federaalaa fi naannoolee Itiyoophiyaan kan raawwatamedha jedhe USAID. ''Hanga haaromsi dhufutti rabsaa deeggarsa namoomaa goonu itti fufuu hin dandeenyu,โ€™โ€™ jechuu Waashingitan Post ejeensicha wabeeffachuun barreesse. Naannoon Tigiraay waraana waliinii wagga lamaan erga miidhamee miliyoonaan kan lakkaaโ€™aman deeggarsa midhaan nyaataan jiraatu. Dabalataan walitti buโ€™insi naannoolee kaan keessaa fi goginsi hamaan uumame Itoophiyaa keessaa lammiileen miliyoona 20 tahan deeggarsa midhaan nyaataa akka eeggatan isaan taasiseera. Itoophiyaa keessatti lammiileen miiliyoona 20 ta'an sababa waraanaa fi hongeen hanqina nyaataaf saaxilamanii jiru. US, kan deeggarsa namoomaa Itoophiyaaf dhiyeessuun adda duree taate bara bajataa 2022 keessa qofa gargaarsa doolaara biiliyoona 1.8 ta'u arjoomteetti. Mootummaan Itiyoophiyaa deeggarsa midhaan nyaataa karaa USAID dhiyaatu gara dabarsuu irratti mootummaa Ameerikaa waliin wal tumsuun qorannoo gaggeessuu fi qaamolee gochicha raawwatan itti gaafatamaa gochuuf akka hojjetu himameera. Ministeerri Dhimma Alaa US, akka jedhetti, Ministirri Dhimma Alaa US, Antoonii Biliinkenii fi gitni isaanii Itoophiyaa, Dammaqaa Mokonnin, Riyaaditti wal arguun qorannicha irratti wal tumsuuf waliigalaniiru. Ministiroonni lameen kabaja mirga namoomaa Lixa Tigiraay, haqa yeroo ceโ€™umsaa hunda hirmaachisee fi iftoomina qabu gaggeesuu fi rakkoo nageennaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessaa furuu irrattis waliin mariโ€™achuu, Ministerri Dhimma Alaa US himeera. Itiyoophiyaa keessaatti sababa walitti bu'insaa fi goginsa waggootaaf walitti aansee muudateen naannoo Oromiyaa, Amaaraa, Affaarii fi Tigiraay deeggarsa kan barbaadan hedduudha. https://t.me/oromiafreedommedia https://www.youtube.com/live/CxapqOCAEwA?feature=share?sub-confirmation https://twitter.com/OFMMedianews? http://www.oromiafreedom.org https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=724759309654820&id=100063622736353&mibextid=Nif5oz
Mostrar todo...
ODUU/NEWS

OFM;ODUU WAXABAJII 7/2023

๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป
Mostrar todo...
๐—ข๐— ๐—ก
๐—ข๐—ก๐—ก
๐—™๐—œ๐—•
๐—ข๐—•๐—ฆ
๐—ž๐— ๐—ก
๐—ค๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐˜€๐—ต๐—ผ๐˜„
๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐—น๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—บ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ
๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ถ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ
Godina Shawa Kaabaa Aanaa Dharraa magaalaa Saalayishee keessatti, hidhattoonni faannoo haleellaa raawwataniin lubbuu haadhaafi ilmaa dabarsuu maddeen himan. Haleellaa Waxabajjii 4, 2023 dheengadda raawwatameen lubbuun namaa darbuun cinatti, namoonni shan magaalittii keessaa butamanii hidhattoota faannoon fudhatamuu namoonni ijaan argan himaniiru. Qaamoleen nageenyaa erga taateen kun raawwatee booda bakkicha qaqqabanis, inumaa yakka dabalataa hawaasa irratti hojjechuun ala, furmaata fidan hin qaban jedha hawaasni. SABA  GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก @ABDII_SABA Kitaaba Barataa @AbdiiSabaabooks
Mostrar todo...
OFM:Waxabajjii.08/2023-Lakkoofsi Lammiilee Sudaan irraa gara Itiyoophiyaatti Godaananii, Kuma 40 caale jedhame. ************ Akka Dhaabbanni Godaantotaa Idil Addunyaa jedhutti, lakkoofsi lammiilee sababa waraana Suudaan keessatti deemaa jiruun, biyyattii keessaa baqachuun gara Ityoophiyaa seenan dabalaa jira jedha. Dhaabbanni kun hanga ammaatti lammiileen Suudaan Kuma 40 ta'anii ol, karaa daangaa Matammaafi Kurmuu gara Itoophiyaa seenuu isaanii ibsuun, sababa Waraana Sudaan keessatti deemaa jiruun baqattoonni lakkoofsi isaanii 100,000 ta'an gara daangaa Itiyoophiyaa seenuu dandaโ€™u jechuun tilmaama isaa kaa'e. Godaantota kana keessaa Kuma 70 kan ta'an lammiilee Itiyoophiyaa Suudaan keessa jiraatan taโ€™uu akka ta'anis ibse. https://t.me/oromiafreedommedia https://www.youtube.com/live/CxapqOCAEwA?feature=share?sub-confirmation https://twitter.com/OFMMedianews? http://www.oromiafreedom.org https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=723867479744003&id=100063622736353&mibextid=Nif5oz
Mostrar todo...
ODUU/NEWS

OFM;ODUU WAXABAJII 7/2023

๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป๐Ÿ’ป
Mostrar todo...
๐—ข๐— ๐—ก
๐—ข๐—ก๐—ก
๐—™๐—œ๐—•
๐—ข๐—•๐—ฆ
๐—ž๐— ๐—ก
๐—ค๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐˜€๐—ต๐—ผ๐˜„
๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐—น๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—บ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ
๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ถ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ