cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

JABAANNEE HAA DHAABBANNUU🙏⛪✤

*Wangeela Yoon Lallabuu baadhe anaaf wayyoo*👉1Qor 9:6✔ @Jabaannee_haa_dhaabbannuu https://youtube.com/@Jabaannee_haa_dhaabbannuu?si=5SNe2F-HNSjJdZrU TikTok, YouTube,Telegram,Fb account:-JABAANNEE HAA DHAABBANNUU

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
273
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
+130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

"#Yaada_Tokkoo #Kadhaanaf ni #jabaatu ture" H/erg 1:14 #Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos erga isaan bira #olbahe bakkaa tokkooti (#Mana haadha #marqoositi ) Waliiti qabamun #Kadhaana jabaacha turan. #Isaaniis:- #Haadha keenyaa #Durboo_Maariyaam #Duuka bu'oota #Dubartoota_Qulqulloota # Ardiiti_torbaatamii laman ta'anii yaada #Tokkoo Kadhaanaf ni jabaatu ture. #Tokkummaan_yaada_tokkoon #Kadhachuu isaaniin. #1. #Gidduu isaanii #wanta hir'aate guutataniiru. H/erg 1:26 #Bakkaa #Yihudaa #Maatiyaas filataniiru. #2. #Afuurii_Qulqulluun ni bu'eef H/erg 2:1_4"#Ayyaanni guyyaa #shantammaffaa inni "#Phenxeqostee" jedhamee beekame yommuu ga'e, #hundinuu_iddoo_tokkotti walitti qabamanii turan. 🙏 #Dingatas_huursaan samii irraa akka #bubbee bubbisuutti dhaga'amee, #manicha isaan keessa jiranis #guute. 🙏#Arraba_ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, #wanti akka arraba #ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an. 🙏Yommus #hundumti_isaanii_hafuura_qulqulluudhaan_guutaman; akka hafuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban. #3. Kanneen hin #amane_amansiisaniiru H/erg 2:37_47 "#Namoonnis kana dhaga'anii garaan isaanii amanee; #Pheexiroos fi #ergamoota warra kaaniin, "Yaa #obboloota nana maal goonu ree?" jedhan. 🙏 #Pheexiroos immoo, "#Yaada_garaa_keessanii_geddaradhaa; cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf, tokko tokkon keessan maqaa #Iyyasuus Kristositti #cuuphamaa; kennaa hafuura qulqulluus in fudhattu. 🙏Abdiin #Waaqayyo abdachiise #isinii fi #ijoollee keessaniif, warra fagaatanii jiraataniif, #Waaqayyo keenya #gooftichi itti waamu hundumaafis" jedhee deebiseef. 🙏Kana malees #Pheexiros kan biraa dubbii baay'eedhaan #dhugaa isaanitti ba'e, "#Adaba dhaloota jal'aa kanatti dhufu jalaa oolaa! jedhee, #cimsee isaan gorse. 🙏#Warri dubbii isaa fudhatan ni #cuuphaman; kanaaf guyyaa sanatti akki lubbuu #3000 isaanitti in dabalaman. #Waluma_galatii_yaadan_tokkoo yoo tanee #Wanta nu hir'aate ni guuna #kennaa #Afuura_Qulqulluu nuf kennaama #Namoota hin hubbaane hubaachisne #Mana isaa keessaati ni waaman.... 🙏👏Kanaf isaan kanneen argachuuf Yaa #kiristaanota #tokkummaan Fi #jaalaliii keenyaa #Jechaan ,#uffaatan fi iddoo qofaa osoo hin taane #yaad_laphee keenyan tokkoo ta'uu qabna. #Tokkummaa keenya ammoo Kan samiira jiranii (#ergaamoota)Fi lafara jiraanii(#Qulqulloota) waliin ta'uu beeku qabna. 🙏#Yaa_Waaqayyoo_laphee iitti #Yaada_Tokkummaa qabne #mana_Kee kessaa jiraanu nuf kennii. Amen🙏🙏🙏 https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
Mostrar todo...
👍 1
Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል/ Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha x2 Kochoosan haguugee manasaatti kan guddiseedha x2 Ceesisa Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani Mikaa'el. Bara San hunda kan naaf obsee Mikaa'el. Hojii kootin yoom nan balleesse Mikaa'el. Mullachu kootis riqaadha ati Mikaa'el. Jalqabbiis anaaf taate ati Ceesisa Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhanii Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini Mikaa'el. Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne Mikaa'el. Anaaf dhaqabii sin yoon jennee Mikaa'el. Na eegalchiste jalqaba koo Mikaa'el. Ati naaf bareechi xummura koo Ceesisa Kuffiseera Karoora diinni koo baase Ol na qabee karaa sirrii na deemsise Na dhoksuun dandeenye na hambisuu dudduubatti Raajii Waaqayyootiin fuldura kootii kufeeti Mikaa'el. Ati labooba ibiddaatii Mikaa'el. Diinni ni kufaa fuula keetti Mikaa'el. Anaaf ijadha hirkoo kankoo Mikaa'el. Bara baraanuu si eegankoo Fta Tafarraa Baqqalaa @Jabaannee_haa_dhaabbannuu
Mostrar todo...
10.Du'aa_Ka'uumsa hanga Ol ba'iinsa Gooftatti duuka bu'oonni maalirra Turan?Anonymous voting
  • AFUURA QULQULLUU abdachiifaman,
  • Sirna mana Kiristaana(dogmaa,Qannoonaf,Darbi_darboo) baratan,
  • Kadhannaan Waadaa(Kidaani) fi kan biraas baratan,
  • Yeroof bakka adda addaatti du'aa Ka'uu Gooftaa argan.
  • Hunduu sirriidha.
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
Waxabajjii 12/2016(Roobi),Akka Fedha Waaqayyootti sagantaa eebba Faaru waan qabnuuf namoonni dhiyeenyarra jirtan akka eebba hirmaattan isin affeerra.Iddoon M/A/E/Q/Mikaa'el Shalal(Aanan Gaasara,Ganda Shalal).Guyyoota muraasa booda Faaru keenya Telegram fi YouTube channel keenya Kanaan kan gadhiisnu ta'a.Isinis Subscribe Like Share nuuf taasisaa🫱Jabaanne haa dhaabbannuu. --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇👇 https://www.youtube.com/@Jabaannee_haa_dhaabbannuu #Subscribe_Share_Like☝️☝️☝️       #Join_🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞#🤍👇👇👇 @Jabaannee_haa_dhaabbannuu
Mostrar todo...
1
Kanneen gadii keessa adda kan ta'e kamiAnonymous voting
  • Ifa Fannoo
  • Ifa Du'aa ka'uumsa
  • Tiksee(Nolaawe)
  • Pharaaqiloxoos
0 votes
👍 1
8.Ayyaanni guyyaa 50'ffaa maal jedhame beekama?Anonymous voting
  • Pharaaqiloxoos
  • Pheenxaqooste
  • Lamaanu sirridha
  • Hunduu sirriidha.
0 votes
7.Akkuma Ulfinaan ol bahuumsa argitan,Waaqummaa isaan yeroo murtiif deebi'ee dhufu ni argitu...galaa kan jedhe eenyu?Anonymous voting
  • Duuka_Bu'oota,
  • Gooftaa Iyyasuus Kiristoos,
  • Ergamoota Ifaa
  • Uummata Botaaniyaa
0 votes
6.Ol bahiinsa Gooftan wal qabaate kamtu sirriidha?Anonymous voting
  • Tawaahidoododha ol bahe
  • Waaqummaa isaan mirga Abbaasatti ol bahe
  • Duumessi Isa simatte
  • Hunduu sirriidha.
0 votes
4.Duu'aa Ka'uumsa Goodta booda Ol bahiinsi Gooftaa guyyaa meeqaffadha?Anonymous voting
  • Guyyaa 40'ffaatti,
  • Guyyaa 50'ffaatti,
  • Guyyaa 55'ffaatti,
  • Guyyaa 30'ffaatti.
0 votes
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.