cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oro Motivate

Yaada ๐Ÿ‘‰ @Oro_MotivateSMS Coming soon๐Ÿ‘‡ subscribe ๐Ÿ™ https://www.youtube.com/@oro_motivate fuula facebook๐Ÿ‘‡ https://www.facebook.com/profile.php?id=100089883934702 TikTok๐Ÿ‘‡ tiktok.com/@oro_motivate

Mostrar mรกs
Finlandia669El idioma no estรก especificadoMotivaciรณn y presupuesto4 464
Publicaciones publicitarias
9 590
Suscriptores
+624 horas
+147 dรญas
+14530 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Jaalala qarshii๐Ÿ–ค๐Ÿ–ค๐Ÿ˜ฉ Qarshii malee ati silaa jaalala hin suuftuu kunoo si'iin argaa jirra nuti addunyaa quuftuu. Qarshii qarshii jetta addunyaa guutuf labsitee nama si jaalatu gattee Seeraa jaalalaa cabsitee. Nama si jaalatu ganun qarshiif uffata laaltee Ajaa'iba argaa jirraam Qarshiin jaalala caaltee Jaalalli jaalala hin qabu hiikkaa biraa Jaalala keessa teessee dhiisi dubbii shiraa. hin burjaajessin ati jiruu namaa hiitee gammachuu hin argattu onnee namaa miitee qarshiif bitamtee fakkaattus hayyuu Garaan nama sanaa yoomuu sittin fayyuu. Dhiisii hojii akkanaa sodaadhu Gooftaa Olii Jaalala dhugaa jaalachun jiraadhu namaaf tolii. Jaalatamtootaโค๏ธโ€๐Ÿฉนmaatii       @oro_motivate halkan addaa isiniif hawweera
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 10๐Ÿ’ฏ 8โค 5
Nii danda'ama Uuman kee kan hundaa ol si jaalatu, abdii kuttee akka teessuf osoo hin taane, uummata addunyaa tanaaf bu'aa tokko akka buustee dabartuufi kan gara dachee kanaa si erge. Ati garuu, ani hin danda'u, ani nama gatii hin qabneedha, kana booda eessan gaha jettee harka marattee taa'uf jirta. Ati bar yeroowwan ulfaatoo ta'an, hin dabartu osoo siin jedhanuu qorumsa baay'ee ciccimoo ta'an bira dabarteetta. Akkasuma yeroo kanas obsaan bira darbuu nii dandeessa. jabaadhuu jabaa koo ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™ @oro_motivate halkan gaarii๐Ÿ™
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 30๐Ÿ™ 2
Akka hin hatamne of eegadhu Barsiisan barattoota isaatin gara fulduraa maal akka ta'uu barbaaddan boruu barreessaa koottaa jedheen. Barattoonni hundinuu barreessanii dhufan, kan barataa tokkoo akkas jedha ture, Waggaa kurnan har'aa Qotee bulaa cimaa, lafa qotiisaa hektaara 300, mana jireenyaa kaaree meetira 2000 fi ijaarsa manaa sadi qabaachun qaba jechuun barreessee barsiisatti kenne, barsiisanis guyyaa lama booda ilaalee baratoota hundaafuu deebiseef.kan Barataa kanaa garuu 'F' (nan grade) jalaa gochuun akkas jedheen kuni nama akka si'ii kanaaf kaayyoo/abjuu dhugaa irraa fagaatedha, qarshii hin qabdu, ilma hiyyeessati, kuni nama akka si'ii kanaaf wanta tasumaa hin danda'amneedha. Kanaafuu kan biraa akka haaratti wanta milkeessuu dandeessu barreessi koottu jedheen. Mucaanis mana galee sirriitti itti yaade, abbaa isaas gaafate, abbaanis ilma koo kun wanta ofiif murteessituudha, garuu immoo kaayyoo kee kamiiyyuu akka milkeessitu sin amana onnee kee qofa dheggeeffadhu jedheen, Mucaanis kaayyoo isaa osoo hin jijjiirin isuma duraa irra deebi'ee barreessee barsiisaf keenne. Barsiisan ammas "F"  kenneef. barataan kun woggaa muraasa booda kaayyoo isaa sana milkeessun qote bulaa cimaa ta'uun beekkamtii argate. Guyyaa tokko TV irratti Gazzixeessaa waliin gaafif deebii taasise. Yeroo kana barsiisan F kenneef sunis ilaalaa jiraa. Barataan kun gaazixeessadhaan akkas jedheen  yeroon barataa turetti barsiisan koo kaayyoo/abjuu kiyya osoo na jalaa hatuuf jiruun amma xiqqoof harkatti qabadhe, inni F isaa ani immoo kaayyoo koo fudhe jedheen. Ilaa nama koo meeqan keenyatu hin dandeessu nun jedhanii kaayyoo keenya hatame. Nama kaayyoo keessaniin isinitti dhufe hin dhagahinaa. Wanti isin karoorsitan hunduu kan bira gahamuudha, bira gahameeras. Ani michuu keessan     @oro_motivate Halkan ajaa'ibaa qabaadha
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 50โค 17๐Ÿ”ฅ 6๐Ÿ’” 1
Rakkoon natti cimee๐Ÿ˜” Hanguma jijjiiramni sammuu keetii dabalaa adeemu, kana jechuun yeroo dandeettin ati waa tokko ittiin furuuf qabdu ol jedhaa deemu, qurumsi si quunnamus al jedhaa deema.
Barataan yuniversiitii qorumsa kutaa tokko keessaa akka hin qoramne beekuu qaba!
ilaa nama koo, Uuman kee wanta hin danda'amne siif hin kennu. Dandeettif eenyummaa rakkoo si quunnamu hunda keessaa ittiin baatu siif kenneera.
Akkuma killeen(buuphan) bishaan danfaa keessatti dhangala'oo irraa gara jajjabootti jijjiirramtu, dinnichi garuu bishaan danfaa keessatti of dadhabee (lallaafee) baha.
Filannoon keeti. Yoo carraaqqatte hiyyuummaa gabroomfachuu dandeessa ykn si gabroomfachuun shee waan jiru. Beekta garuu ammas irra deebi'een sitti hima๐Ÿงโ€โ™‚ namoonni milkaa'on, ati osoon akka isaanii ta'ee jettee hawwitu kunniin akkuma garaa haadha isaanii keessaa bahaniin addunyaa milkaa'inaa seenan hin se'en. Michuu koo hanga milkooftee qarshiin siif hojjatutti, yeroo fi humna keetitti fayyadamtee qarshiif hojjachuun dirqama. ani aduu koo fixeera.  Hiriyaa keef shere godhi Qashtiiwwan maatii @oro_motivate halkan ajaa'ibaa qabaadhaa
Mostrar todo...
Oro Motivate on TikTok

@oro_motivate 19.7k Followers, 37 Following, 98.0k Likes - Watch awesome short videos created by Oro Motivate

๐Ÿ‘ 19๐Ÿ’” 6โค 3
Kaayyoo kee yeroo namatti himtu sitti qoosuu ykn sitti kolfuu danda'u. Wanta nama gammachiisu immoo uuman kee dandeettii ittiin namoota si tuffatan fulduratti  ittiin wanta ajaa'ibaa dalagdu siif kenneera.  Osuma jennuu wanta tokko uumaa kee gaafattee yoo baay'ee si tursiise, hanga eeggattee caalaa akka argattu beeki. Kanaafuu ati carraaqqii taasisaa, obsa waliin yoo qophoofte wanta hundaa nii dandeessa, nii argattas. Kabajamtoota maatii     @oro_motivate Olmaa bareeddun isiniif hawwa
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 39๐Ÿ™ 14
Barataa Miirota kee yeroodhaf sitti taphatan moo'adhu, ammuma gammaduun qaba jechuu dhiisi, har'a bashanantee baroota hafan gadduurra, of kennuun qo'adhuutii baroota kee jiraachuf si hafan bashanani,  wantoota akka ati hin qo'anne/dubbisne duubatti si harkisaniif harka hin kennin, sin dhagahu jedhin๐Ÿ’ช๐Ÿฝ. Bashannanuus ta'ee oduun qorumsa boodas nii danda'ama. Amma yeroo kee qorumsaaf keenni. Yeroo qorumsa xummurte akka onnee keetitti bashannanta. Amma garuu xiyyeeffannaan kee qorumsaaf(qo'annadhaf) ta'uu qaba. Garuu immoo Waa tokkollee hin sodaatin, maalifi beekta? isa uuman kee siif qopheesse hin dhabdu wanta ta'eef waa tokko hin sodaatin. Of amansiisi toleee Galgala gaarii๐Ÿ’ oro_motivate โค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 66๐Ÿ’ฏ 17โค 3
Qorumsaaf harka hin kennin๐Ÿ’ช๐Ÿฝ Jijjiiramni dhugaa qormaataa fi rakkinaan kan guuttameedha. Namni damma kanniisa irraa fudhachuu barbaadu ciniinsuu ishee (yeroo hidditu) obsuu qaba. Ilaa nama koo, yeroo miirri jibbisiisan sitti dhagahamu, yaadaa fi dhiphina keessa galuun of miitus waa tokkollee hin fiddu. Ani kan siin jedhu Rakkoowwan obsa kee si qoraniin abdii hin kutin. Walii gallee? Halkan gaarii๐Ÿ™ @oro_motivete Ana michuu keessan
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 39โค 6
00:57
Video unavailableShow in Telegram
Siif obsuun koo๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ walaloo jaalalaa yeroo hunda sagaleedhan argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ http://tiktok.com/@oro_motivate follow godhaa๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 28๐Ÿ‘Œ 3โค 2๐Ÿ‘ 1๐Ÿ™ 1
๐Ÿ‘€ ijji too si eegaa jirti๐Ÿ‘€ Ijji too si eegaa jirti Jaalala kee na soortee. si argu malee jetti halkanis guyyaas joortee Keessa koo jirta create siif godhe folderii jaalalli kee natti baay'ate na dhorkee orderii Onnee koo keessaa qabda ati foldera dhuunfaa jaalala kee natti mi'eessitee akka burtukaana cuunfaa Bareedduf cimtuu akka mootii kanniisaa Ana gammachiiftee Naaf taate anniisaa Ana michuu keessan @oro_motivate halkan mi'ooftu isiniif hawweera
Mostrar todo...
๐Ÿฅฐ 22๐Ÿ™ 7๐Ÿ‘ 5๐Ÿ‘Œ 2โค 1
Deemi deemtettaa๐Ÿšถ๐Ÿปโ€โ™€โ€โžก๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿปโ€โ™€โ€โžก๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿปโ€โ™€โ€โžก๏ธ Gochaan kee na miidhus keessa koo na muree Barumsa naaf ta'eera Kan gadda ta'uuf turee Qarshii kee hin fedhu guuttachuuf fedhii garaa Deemun kee nan miidhu Eebbifamii beenu karaa Jedhee sin komadhu onnee irra na Lootee Keessa kee wallaalus irra keen na mootee. Dirqama koo baheera Jaalala siif Laadhee dhama'uu hin barbaadu Suma duuka kaadhee Si yaadaan jiraadhu Gaabbin of nyaadhee Tasaa sittin aaru mataa sitti baadhee Nagaatti nagaatti๐Ÿ‘ qabaadhu yeroo gaarii Siwaliin hin qabu anwaa tokko aarii                       BY Ani michuu keessan @oro_motivate Halkan ajaa'ibaan isiniif hawwa
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 46๐Ÿ’ฏ 8๐Ÿ‘Œ 4๐Ÿฅฐ 3๐Ÿ‘ 3โค 1