cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Kebor Multimedia 1

#KEBORMEDIA #Ibsaa_Daandii_Dhugaa Tajaajila Keenna •Odeeffannoo Qulqulluu •Buhaartii •Dinqisiisoo •Barnoota Adda addaa •Gaafi fi Deebii #Keebor Toora Miidiyaa Hawaasaa kan akka FB, ▶https://www.youtube.com/@kebormultimedia3271 t.me/kebormedia fi kkf ir

Mostrar más
Finlandia3 122El idioma no está especificadoNoticias y medios45 028
Publicaciones publicitarias
820
Suscriptores
Sin datos24 horas
+27 días
+730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Nu Hordofaa. Facebook 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308 FecYouTube 👇👇👇👇 https://youtube.com/@kebormultimedia3271?si=DjFhJDV0tWtt3EKx Telegrams 👇👇👇👇 https://t.me/KeborMedia TikTok 👇👇👇 tiktok.com/@kebormultimedia
Mostrar todo...
Kebor Multimedia

Kebor Multimedia. 1,105 likes · 67 talking about this. Keebor Multimedia Ibsaa Daandii dhugaa_የእዉነተኛ መንገድ ብርሃን ☆Sagantaawwan Da'awaa Odeeffannoo Nashiidaa

#Qormaata_Biyyaalessaa Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 fudhatan yunivarsiitiiwwan seenaa jiru ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Kebor Multmedia July 8-2024 ☆☆☆ Barattoonni Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2016 yunivarsitiiwwan itti ramadaman seenaa jiru. ☆☆☆ Naannoo Tigraayiin irraa kan hafe qormaanni xumura kutaa 12ffaa Adoolessa 3 hanga Adoolessa 11, 2016tti naannolee hundaafi bulchiinsa magaalota lamaaniitti kennama. ☆☆☆ Naannoo Tigraayitti qormaanni kun Adoolessa 2 hanga Adoolessa 12, 2016tti kennama. ☆☆☆ Qormaanni biyyoolessaa bara kanaa waraqaa irratti kan kennamu yoo ta'u, barattoonni filataman toora interneetii irratti akka fudhatan Ministeerri Barnootaa beeksisee jira. ☆☆☆ Bara kana barattoonni kuma 700 ol qormaata kanaaf ni taa'u jedhameera. ☆☆☆ Naannolee rakkoo nageenyaa qaban keessatti Fulbaana bara 2017 qormaanni marsaa lammaffaa ni kennama. ☆☆☆
Mostrar todo...
👍 2
Koreen Ijaarsa #Faawndeeshiinii_Haaji_Muhammad_Sa'id Hundaa'eera ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Keebor Multmedia July 7-2024 ☆☆☆ Qaamonni Hawaasaa Garagaraa Guyyaa Arraa walgahii Magaalaa Shaashamanneetti Dhimma Haaji Muhammad Sa'id Irratti Walgahii Taa'uudhaan Koree Faawndeeshinii Filataniiru. ☆☆☆ Haaji Muhammad Sa'id Nama Jabaa Seenaa Guddaa Hawaasa Bal'aaf Hojjatan Yootahan Keessumayyuu Haaji Muhammad Sa'id Abbaa miskiinotaa, Aytaamotaa,  Markazootaa, Halaqaa Ilmii, Kunuunsaa Ulamaa'otaa, jaarsa Biyyaa, Hayyuu fi Gamna Namaati Nama Seenaa Boonsaa Hojjataniidha. ☆☆☆   Haaji Muhammad Sa'id Erga Gara Ganda Aakiraa Deemanii Ji'oota Lakkoofsisanii Jiru [ Rabbiin Isaaniif Isaaniif Haa Araaramu ] ☆☆☆ Kana Irra Dhaabachuudhaan Seenaan isaan Hojjataa Turan Itti fufuu qaba Jechuudhaan #Faawndeeshiiniin Maqaa Isaaniitiin Hundaa'uu qaba Kan Jedhu Yoo Yoo tahu Guyyaa Har'aa Ifatti Koreen Hundaa'eera. ☆☆☆ #Faawndeeshiiniin_Haaji_Muhammad_Sa'id Ciminaa fi Kutannoodhaan Yeroo Gabaabaa Keessatti Wanni Hundi Kan Xumuramuudha jedhan Koreen Dhimma kanaaf Dhaabatan Itti Dabaluudhaanis Jaallewwanii fi Hawaasni Guutuun Faawndeeshinichi Kun Seenaa Boonsaa Haaji Muhammadiin Fakkaatu Hojjachuuf Waan Karoorfateef Hundi Keenya Laakkofsa Herreegaa Asiin Gaditti Argamu kanaan Akka Deeggarsa Gootan Waamicha Dhiheessaniiru. ☆☆☆ #Laakkofsa_Herreegaa Baankii Hijraa 1005567270001 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1000095369228 Baankii CBE 1000620613227 Baankii oromiyaa 1697683000001 Baankii Absiiniyaa 184358767 Baankii Awaash 014251313265771006 Kanarratti Qooda Keessan Bahadhaa dhaamsa Koreeti #Vedio Guutuu Kebor Multimedia irratti Guyyaa boruu Nu Eegaa ☆☆☆ Nu Hordofaa. Facebook 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308 FecYouTube 👇👇👇👇 https://youtube.com/@kebormultimedia3271?si=DjFhJDV0tWtt3EKx Telegrams 👇👇👇👇 https://t.me/KeborMedia TikTok 👇👇👇 tiktok.com/@kebormultimedia
Mostrar todo...
Kebor Multimedia

Kebor Multimedia. 1,105 likes · 67 talking about this. Keebor Multimedia Ibsaa Daandii dhugaa_የእዉነተኛ መንገድ ብርሃን ☆Sagantaawwan Da'awaa Odeeffannoo Nashiidaa

Manni Barumsa Al-Iimaan Barattoota KG eebbisiise. ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Keebor Multmedia July 7-2024 ☆☆☆ Manni Barumsa Al-Iimaan Guyyaa Arraa Jechuunis Waxabajjii 30/2016 ALH tti Barattoota KG Waggootaaf Barsiisaa Ture Guyyaa Arraa Bakka Maatiin Barattootaa Argamanitti Eebbisiise Ooleera. ☆☆☆ Manni Barumsichaa Al-iimaan Baroota Hedduudhaaf Barattoota Hedduu Kan Barsiisaa Ture Yoo tahu Barattoonni Isaa Sadarkaa Biyyaatti Barumsaan Iskoolarii Argatanii Baraataa kan jiraniidha. ☆☆☆ Manni Barumsa Al-Iimaan Barnoota Gara Lachuu Jechuunis Barnoota Madarasaa fi Akkaadaamii Kan Barsiisu Yoo tahu mana barumsaas Haaluma Kanaan kan itti fugu tahuu Koreen mana barumsichaa Himaniiru ☆☆☆ Nu Hordofaa. Facebook 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100090463585308 FecYouTube 👇👇👇👇 https://youtube.com/@kebormultimedia3271?si=DjFhJDV0tWtt3EKx Telegrams 👇👇👇👇 https://t.me/KeborMedia TikTok 👇👇👇 tiktok.com/@kebormultimedia
Mostrar todo...
Kebor Multimedia

Kebor Multimedia. 1,105 likes · 67 talking about this. Keebor Multimedia Ibsaa Daandii dhugaa_የእዉነተኛ መንገድ ብርሃን ☆Sagantaawwan Da'awaa Odeeffannoo Nashiidaa

Archivo de publicaciones
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.