cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
328
Suscriptores
-124 horas
Sin datos7 días
+130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ka dil godhellee ka baf godhellee ofumaaf
Mammaaka. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

👍 2
Waan ofii hin dhandhamne namaan nyaadhu hin jedhin. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

👍 1
The end of misled journey is regret. Determine your way first, so that you'll avoid regret. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

2
🅺🅰🅽 🅳🅰🆁🅱🅴 🆂🅴🅴🅽🅰🅰🅵
Mostrar todo...
Yeroo dirree falmii seentu; sammuu kee osoo hin taane onnee kee dhageeffadhu. Sammuun onnee gootomse faallaa kee laalee onnee kee deebisee lugnoomsuu mala waan taheef. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
4
Yoo lubbuun jiraatte,Rabbi yoo siif fedhe,abdii yoo hin kunne; wanti hin taane hin jiru. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

3
Namni kaayyoo malee jiraatuu fi xiyyaarri koompaasii malee imaltu akka tokko. Eessayyuu gayuu danda'u, garuu kallattii male. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

5👍 2
Seenaan gaariin akka muka zaytoonaati.daftee firii hin godhattu;garuu yeroo fheeraaf jiraatti. htpps://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

👍 4
To be a great is neither conquering the world nor having great wealth, but it is winning self inner battle. https://t.me/Miilakaayoo
Mostrar todo...
Miila Kaayyoo1

Kaayyoon keenna;Haasaa onnachiisaa, jechoota si'eessoo ta'an waliif qooduun kaayyoo keennaaf wal kakaasuudha. Seenaa barsiisoo fi bashannansiisoo ni argattu.

Bu'aalee bariin dammaquu dubbifadhaa.
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.