cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

Education is the movement from darkness to light! "Allan Bloom"

Mostrar más
Finlandia3 192El idioma no está especificadoEducación89 170
Publicaciones publicitarias
665
Suscriptores
+224 horas
+157 días
+5430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Machaaraa_Miicataa #Waxabajjii 15/2016 ..... Barsiisota M/B sad.2ffaa Miicataa waliin mari'atame. ...... Harargee Lixaa Machaaraa-Miicataatti, barsiisota M/B Sad.2ffaa Miicataa waliin dhimma raawwii hojii baruu barsiisuu bara 2016 fi karoora qophii 2017 irratti mari'atamee jira. I/G Waaj/Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa Aadde Raahel Dassaalany marii kanarratti qormaanni semisteera 2ffaa bara 2016 haala kaalandaraan waxabajjii 17, 2016 akka jalqabuufi barattoonni kutaa 12ffaa mana barnootaarraa akka hinhafne kallattii kaa'aniiru jiru.
Mostrar todo...
📣#BARNOOTA_GANNAA Barsiisotaaafi Hoggansa MB #Leenjii_Gannaa_Hin_Xumurin Yunivarsiitiwwan Xumursiisuu Akka Qaban Kallattiin Kaa'ame. ---------------------- BBO- 14/10/2016 Barsiisotniifi Hoggansi Manneen Barnootaa #Sagantaa_Gannaatiin_Yunivarsiitiiwwan_adda_addaa_keessatti_sadarkaa_barnoota_isaanii_fooyyeffachuuf_leenjii_fudhataa_turan, sababa weerara COVID fi Qormaata Barattoota Kutaa 12ffaa Yumivarsiitoota keessatti kennamaa tureen #addaan_kutanii_turan_hundi_Ganna bara 2016 irraa eegalee leenjii foyyeffannaa sadarkaa barnootaa isaanii akka xumuruu qaban Ministeerri Barnootaa xalayaa Waxabajjii 13/2016 Yunivarsiitiiwwan adda addaatiif barreesseen beeksiseera. Kanaafuu,Barsiisotniifi Hoggantootni Mannaan Barnootaa #kanaan_dura_sadarkaa_barnootaa_keessanii fooyyeffachuuf_Leenjii_Gannaa_Yunivarsiitiwwan_adda_addaa_keessatti_jalqabdanii_otuu_hin_xumurin_haftan_hundi leenjii keessan akka itti fuftan kallattii kaa'ameen hordoffii akka taasiftan jechaa, xalayaa Ministeerri Barnootaa barreesse ilaalaa. 🪙Https://t.me/avagoldcoin_bot?start=e7c12c725a19ef41a425
Mostrar todo...

Guyyaa 13/10/2016 ..... Waajjira Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa .... Barsiisota QMGOB qoramuuf galmaa'an #Dippilooma karoora dhi 41 dub 32 w/g 73 #Dippiloomaa raawwii dhi 33 dub 23 w/g 56 yoo tahu #Digrii karoora dhi 25 dub 2 w/g 27 #Digrii raawwii dhi 20 dub 2 w/g 22 waliigala digrii fi dip dhi 53 dub 25 w/g 78 ta'an qorumsa fudhataniiru.
Mostrar todo...
Share ragaa kitaaba 2016 fi Fedhii 2017.xlsx
Mostrar todo...
ragaa kitaaba 2016 fi Fedhii 2017.xlsx0.10 KB
Naasir Bulchinsa Magaalaa Machaaraa Miicataa Qormaanni Naannoo Kutaa 6ffaa yeroo Jalqabaaf bara 2016 kennamuu jalqabe akka Magaalaa keeyaatti rakkoo Naamusaa tokko Malee Nagayaa jalqabamee Xumuramee jira. Qooda fudhattoonni jalqabaa hanga dhumaatti Milkaa,ina kanaaf hojachaa turtan galata guddaa qabdu. Galatoomaa jechaa kan kutaa 8ffaa s akkuma kana akka Raawwannu abdii isirraa qabnaa Galatoomaa.
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
I.G Waajjira Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa Aadde Raahel Dassaalany xumura qormaata Kutaa 6ffaa bara 2016 irratti qaamolee gahee olaanaa bahachaa turan galateeffatan. Caamsaa 30,2016 Godina Harargee Lixaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataatti qormaanni kutaa 6ffaa barattootaaf kennamaa ture karaa nagaan xumuramee jira. Qaamoleen jalqabaa hanga xumuraatti deeggarsa taasisuun qormaanni kutaa 6ffaa akka milkaa'insan xumuramuuf hojjachaa turtan hundi keessan galatoomaa jedhaniiru.
Mostrar todo...
Share Kallattii Hojii Itti Aananii.docx
Mostrar todo...
Kallattii Hojii Itti Aananii.docx0.12 KB
#Machaaraa-Miicataa ..... Bu'aan Barnootaa Qormaataan madaalama. Caamsaa 27/2016 Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Machaaraa-Miicataatti Orranteshiniin Qormaataa kenname. Orranteeshinii Qormaataa Kutaa 6ffaafii 8ffaa bara kana kenname irratti argamuun Qooda fudhattootaaf Hubannoo Kan kennan Kantiibaa BMMM Ob. Abbee Amaanoo, I/G Waajjira Barnootaa BMMM Aadde Raahel Dassaalany,I/G Waajjira poolisii BMMM Ispeekter Suufiyaan Abdullaah waliin ta'uun Akka jedhanitti qormaata bara kana kennamu wanti adda godhu yoo jiraate barattoonnii kutaa 6ffaa akka naannoo Oromiyaatti yeroo jalqabaaf qormaata waan fudhataniif adda isaan godha Yeroo jedhan barattoonnii kutaa 6ffaafi 8ffaa ta'an hunduu naamusa qormaataa eeguun ofitti amanuun akka hojjetaniifi nageenyi qormaatichaa akka eegamu ga'ee keessan bahachuu qabdu jechuun dhaamanii jiru. Qormaanni Kutaa 6ffaa caamsaa 29_30/2016tti kan kennamu Yeroo ta'u Qormaanni Kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 4_5/2016tti kan kennamuu ta'uu isaati.
Mostrar todo...
👍 4
Hii
Mostrar todo...
cheek_Listii_MB_dhuunfaa_Itti_Ilaallamee_Haaromsamuu_20171.pdf2.45 MB
👍 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.