es
Feedback
Biroo Barnoota Oromiyaa

Biroo Barnoota Oromiyaa

Ir al canal en Telegram

Welcome to BBO Information Channel! Stay updated with the latest trends, insights, and information in the field of education. We cover a wide range of topics including teaching strategies, educational technology, curriculum development and others.

Mostrar más
9 378
Suscriptores
Sin datos24 horas
-287 días
-12930 días
Archivo de publicaciones
Namoonni Dhugumaan Qarshii Barbaadu App kan buusuun Galmaa'i. Seentee Erga Rijister goote Booda, karaa Ittiin hojjattu achuma app Irratti live Afaan keetiin Barnoota ni argatta. Keessattuu ijoolleen shamaraa ni jajjabeeffu. Namoota heddutu irraa Fayyadamaa Jira. 👇 https://aaaonline.info/d5c3Nr

Airdropiiwwan armaan gadii worroota kanneen Waan Gaarii irraa eegaa jiruudha isinis maal eegdu Ammuma eegaluun hojjadhaa. Hundi Isaanii hojjachuuf tab tab gochuun hin barbaachisu tasks Qofa hojachuun kan coin walitti qabattaniidha. 1. Paws 🐾 Paws 🐾 Paws 🐾 Airdrop Sadaarkaadhaa ol ta'eedha https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=UFIXl1id 1. Blum https://t.me/blum/app?startapp=ref_sBQi0ZQksu 2. Major ⭐ https://t.me/major/start?startapp=893176405 3. Agent 301 https://t.me/Agent301Bot/app?startapp=onetime893176405 4. Rating ✨ https://t.me/rating/app?startapp=ref_2e4bd4893176405 5. Pighouse 🐖 https://t.me/PigshouseBot?start 6. Duck 🦆 https://t.me/duckscoop_bot/app?startapp=16M8XHxDWr 7. Tomarket 🍅 https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=00018flC 8. Cat and dog 🐶 🐕 https://t.me/catsdogs_game_bot/join?startapp=893176405 9. Goat 🐐 https://t.me/realgoats_bot/run?startapp=6dbd03d6-503b-423d-9d28-4c767e81a119 10. Doctor X 🏥 https://doctorx.meme/@abuki11 App yoo Ta'u akkuma airdrop isaan kaaniiti garuu Waan Maatii Heddu hin qabneef Fayyadamaa taatu 11. Paws 🐾 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=UFIXl1id 12. Owl 🦉 Owl you need is here 🦉 Come and be a real Owl! Join us on Telegram: https://t.me/owlsonton_bot/join?startapp=893176405 13.Starsfi ⭐ https://t.me/starsfibot/starsfi?startapp=893176405 14. Aidogs https://t.me/Aidogs_bot?start=c0966094 15. Sheep 🐏 https://t.me/Sheep_house_bot?start=893176405 16. Flies https://t.me/flieshouse_bot/app?startapp=893176405 17. Onus https://t.me/onus_tap_tap_tap_bot/join?startapp=1729281787284 Hojjachuuf baay'ee Salphaadha. Dollar hedduu Ittiin hojjachuu danddeessu

Paws 🐾 Paws  🐾 Paws 🐾 Worroonni Dogs iraa Qarshii xinnoos taatu hojjattan, ammas namoonni isin Jala dabree ammoo gaabbitan Kinoo carraan deebi'ee dhufe. Airdrop Paws jedhamu Kun kan Akka dogs ifaajee hin qabne yoo ta'u torbanitti telegramaan verify ✅ ta'ee Jira. Osoo hin Turin ammuma eegalaa https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=UFIXl1id LFG! PAWS is the new top dog! 🐾

Airdropiiwwan armaan gadii worroota kanneen Waan Gaarii irraa eegaa jiruudha isinis maal eegdu Ammuma eegaluun hojjadhaa. Hundi Isaanii hojjachuuf tab tab gochuun hin barbaachisu tasks Qofa hojachuun kan coin walitti qabattaniidha. 1. Blum https://t.me/blum/app?startapp=ref_sBQi0ZQksu 2. Major ⭐ https://t.me/major/start?startapp=893176405 3. Agent 301 https://t.me/Agent301Bot/app?startapp=onetime893176405 4. Rating ✨ https://t.me/rating/app?startapp=ref_2e4bd4893176405 5. Pighouse 🐖 https://t.me/PigshouseBot?start 6. Duck 🦆 https://t.me/duckscoop_bot/app?startapp=16M8XHxDWr 7. Tomarket 🍅 https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=00018flC 8. Cat and dog 🐶 🐕 https://t.me/catsdogs_game_bot/join?startapp=893176405 9. Goat 🐐 https://t.me/realgoats_bot/run?startapp=6dbd03d6-503b-423d-9d28-4c767e81a119 10. Doctor X 🏥 https://doctorx.meme/@abuki11 App yoo Ta'u akkuma airdrop isaan kaaniiti garuu Waan Maatii Heddu hin qabneef Fayyadamaa taatu 11. Paws 🐾 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=UFIXl1id 12. Owl 🦉 Owl you need is here 🦉 Come and be a real Owl! Join us on Telegram: https://t.me/owlsonton_bot/join?startapp=893176405 13.Starsfi ⭐ https://t.me/starsfibot/starsfi?startapp=893176405 14. Aidogs https://t.me/Aidogs_bot?start=c0966094 15. Sheep 🐏 https://t.me/Sheep_house_bot?start=893176405 16. Flies https://t.me/flieshouse_bot/app?startapp=893176405 17. Onus https://t.me/onus_tap_tap_tap_bot/join?startapp=1729281787284 Hojjachuuf baay'ee Salphaadha. Dollar hedduu Ittiin hojjachuu danddeessu

Airdrop kana Ammuma Eegalaa. Waan Isaa Baay'ee Haasa'amaa Jira https://t.me/sidekick_fans_bot?start=893176405 Join SideFans (by Sidekick) now and claim your rewards! 💸 up to 50,000 💎 as a welcome gift for Telegram OGs 🔥 up to 5,000 💎 per invite as a referral bonus for you

Airdropiiwwan armaan gadii worroota kanneen Waan Gaarii irraa eegaa jiruudha isinis maal eegdu Ammuma eegaluun hojjadhaa. Hundi Isaanii hojjachuuf tab tab gochuun hin barbaachisu tasks Qofa hojachuun kan coin walitti qabattaniidha. 1. Blum https://t.me/blum/app?startapp=ref_sBQi0ZQksu 2. Major https://t.me/major/start?startapp=893176405 3. Agent 301 https://t.me/Agent301Bot/app?startapp=onetime893176405 4. Rating https://t.me/rating/app?startapp=ref_2e4bd4893176405 5. Pighouse https://t.me/PigshouseBot?start 6. Duck https://t.me/duckscoop_bot/app?startapp=16M8XHxDWr 7. Tomarket https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=00018flC 8. Cat and dog https://t.me/catsdogs_game_bot/join?startapp=893176405 9. Goat https://t.me/realgoats_bot/run?startapp=6dbd03d6-503b-423d-9d28-4c767e81a119 10. Doctor X https://doctorx.meme/@abuki11 App yoo Ta'u akkuma airdrop isaan kaaniiti garuu Waan Maatii Heddu hin qabneef Fayyadamaa taatu Dollar hedduu Ittiin hojjachuu danddeessu

Airdrop Namni hedduu itti abdateefi riikoordii hedduu ni cabsaaf eeggamaa jiruudha, hojjachuuf baay'ee kan salphaa ta'eedha Seenaa hojjadhaa. Carraa guddaadha. https://t.me/major/start?startapp=893176405 👑 Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon! ⭐️ 750 rating bonus for you. ⭐️ 1000 rating bonus if you are Premium.

Namoonni Airdrop garagaraa hojjachaa jirtan Airdrop bifa appiitiin dhufa kana namni baay'een hojjachaa Waan Hin jirreef gad Buusaa hojjadhaa baay'ee salphaadha. https://sealsend.email/@abuki11 🔒 Secure your personal communications and protect sensitive information with our blockchain-powered encryption technology, ensuring protection from digital eavesdropping. 👉 Join SealSend today and receive 500 SEAL coins upon signing up.

-Ta'e jedhamee ragaa sobaa kennuun qormaata si'a sanii akka hin fudhanne taasisa. -  Barreeffamaan yaadannoo adda addaa harkarratti, waraqaa xixiqqaarratti, huccuu uffatan irratti, qaama isaanii kamirrattuufi waraqaa sooftii, teessoo irratti, keeyya kutaarratti(wall)  barreessuun  qormaata si'a san kennamaa jiru irraa ariisisa. - Nama qormaata lennu qaamarratti miidhaa  geessisuun qormaatni hunduu akka haqamu taasisa. - Qormaata hatuuf nama/namoota kan gurmeesse qormaata hin fudhatu, - Meeshaalee kutaa qormaataa akka hin seenne dhoorkaman kamiyyuu, teeknikaafi elektirikaala ta'an, walitti suphuun itti fayyadamuufi yaaluun akka hin qoramne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. - Kompitara itti fayyadaman qormaataaf qofa waan ta'eef, faayiloota hin heyyamane keessa galuun, ragaa qaama biraatiif erguu yaaluun qormaata akka hin fudhanne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. . . .  itti fufa Har'aaf asumarratti yoo dhaabnu, keeyyatoota qajeelfamichaa hafan 10 yeroo itti aanutti qabannee dhihaanna. Nu hordofaa. ! Oromia Education Bureau

Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf Ni Fayyada! ----------------------- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaataa_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo_Ministeerri_Barnootaa_Bsaseen Hogganamuun Barattoota Keenya Bu'a Qabeessa Taasisa. Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa qajeelfama naamusa qormaata biyyoolessaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ittiin bulchu kan qabu yoo ta'u, kaayyoon walii galaatis barattoota marsariitiirratti(online) qoraman adeemsa qormaataa keessatti seera kabajanii akka qoraman guchuun sirna haqa qabeessa, amanamaafi walsimaa ta'e diriirsuudha. Qajeelfama kana keessatti barattoota naamusa qormaataa cabsaniifi tarkaanfii fudhatamuu qaban #keewwata35 ta'an tarreffamaniiru. #Keewwata1- Barataan dhugaatii alkoolii dhugee machaa'e gara mooraa qormaataa galuu hin danda'u. Qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoramu. #Keewwata2- Barataan ykn barattootni barsiisaa dirqama isaa bahaa jiru sodaachise/sodaachisan qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoraman. #Keewwata3- Wiirtuu qormaataaf hin heyyamane, meeshaa qormaataaf hin heyyamamne keessa galanii argamuun dhoorkaadha. #Keewwata4- Barataan waraqaa eenyummaa gate hin qoramu, #Keewwata5- Barattootni qaama qormaata kennuufi bulchuun yeroo gaafataman waraqaa eenyummaa isaanii ibsu agarsiisuu, sakattaa'amuun dirqama ta'a. #Keewwata6- Dubartiin uffata fuulaatiin fuulli isaanii hin mul'anne yoo ta'e, dubartii/dhiirri qormaata kennitu/kennu, dubartiin/dhiirri balbal irratti sakattaatu/ttaa'u fuula irraa fudhattee akka agarsiiftuufi eenyummaa adda baafachuu dirqama. Barattuun ajaja kana hin kabajne, gara qormaataa hin seentu, qaama nageenyaa achi jiruun to'annaa jala ooltee dhimmi ishee qoratama. #Keewwata7- Yeroo qormaataa kabajuun barbaachisaadha. Garuu, qormaatni kennamuu erga jalqabee daqiiqaa 20 booda baratan dhufe qormaata si'a sanii qoramuu hin danda'u. #Keewwata8- Qormaata kennamaa jiru daqiiqaa 30 dursanii bahuun dhoorkaadha. Barataan didee bahu yoo jiraate qormaatni isaa/ishee ni haqama. #Keewwata9- Barataan mataa isaa uffataan, dhahannaa dabbasaatiin, maaskii fuulaatiifi bifa namoota biroo goyyomsuufi rifachiisuun of dhoksuu yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata10-Barataan qormaata erga dubbisee booda waan dhukbsate fakkaatee kutaa qormaataatii bahe/baate qormaata hin fudhatu/ttu. Qaama nageenya achi jiruun to'annaa jala oolee/ttee dhimmi qoratama. #Keewwata11- Barataan ta'e jedhee, qormaatni hatame jechuun barattoota jeequu yaale qormaata hin fudhatu, ni dhoorkama. #Keewwata12- Barataan qormaata fudhatu tokko kutaa itti ramadameen ala qoramuu hin danda'u. Kan yaalu yoo jiraate to'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata13- Yeroon qormaataaf kenname erga xumuramee booda barreessuun dhoorkaadha. Barreessuu yoo dhaabuu baate immoo, barsiisaan qormaata kennu of eeggannoo afaanii kennuu qaba. kanaanis yoo dhaabuu baate, waraqaa deebii irratti mallattoo addaa gochuu ni danda'a. #Keewwata14- Gara kutaa qormaataa galamu sakattaa'amuu kan dide qormaata hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata15 - Barataan barsiisaa qormaata kennuufi hojjattoota haala mijeessan arrabse, sodaachiseefi abaare qormaata si'a sanii hin fudhatu. Dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata16 - Bilbila qabatanii galuun dhoorkaadha. Kan qabatee argame qormaata irraa ari'ama. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata17- Waraqaa eenyummaa barataa biraa qabachuun, bakka bu'anii qoratamuuf yaalun dhoorkadha. Kan yaalee argame qormaata sadi walitti aansee jiru hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #keewwata18- Qormaatni qisaasame jechuun odeeffannoo dogoggoraa barataan kenne of eeggannoo afaaniittu kennamaaf. #Keewwata19- .Yeroo dhimmi yakkaa qoratamu yaadannoo qabachuun, kaalkuleetara, bilbila harkaa, meedhaalee sagalee waraabaniifi suuraa kaasan qabachuun dhoorkadha.

Qormaanni bahumsav yunivarsiitii boru kennamuuf jira Qormaanni yunivarsiitii bahuu Ministeerri Barnootaa kennu sadarkaa biyyaatti kan kennamu ta'uu ibsameera.  Barattoonni qormaata kana boru Jimaata June 14, 2016 kutaa sadiin akka fudhatan himama. Akka odeeffannoon Ministeerichaa ibsutti, sa'aatii boruu irratti dorgomtoota qormaata kanaaf deebi'anii taa'an akka hammatamu ifa ta'eera.  Qormaata boruu fudhachuuf iyyattoota kaffaltii tajaajilaa kaffalanii fi tarreen maqaa isaanii yunivarsiitii isaanii duraanii irraa gara Ministeera Barnootaatti ergame ta'a. Ministeerri barnootaa eebbifamtoonni qormaata ba’uu yeroo jalqabaaf fudhatan odeeffannoo qormaataa barbaachisaa ta’e karaa dhaabbilee isaaniitiin akka argatan beeksise ta’uun isaa yaadatamuu qaba. Qormaanni bahuu bara darbe ji'a July keessa eegalame kun bara kana Fulbaana keessa yeroo lammataaf kennameera. Kanaan duras qormaanni kun baatii Fulbaanaa keessa yeroo lammataaf dhaabbilee mootummaa 47 fi wiirtuuwwan qormaataa 84 keessatti kennamaa ture Qormaata yeroo jalqabaaf dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaatti fudhatan dabalatee qormaattoonni kuma 149 fi 145 qormaata 204 irratti akka qorataman ni yaadatama sagantaalee.

Qormaata ba'uu kutaa 12ffaa barattoonni 701,489 ni fudhatu - Ministeera Barnootaa Qormaata kutaa 12ffaa baranaa baranaa kuma 701 fi 489 akka fudhatan Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri kun bara kana qormaata walitti makamaa kutaa 12ffaa bahuu ilaalchisee ibsa kenne. Qormaanni kun waraqaa fi toora interneetii irratti akka kennamu kan ibsame yoo ta'u, rakkoo dandeettii biyyattii irraa kan ka'e qormaata guutummaatti toora interneetii irratti kennuun akka hin danda'amne ibsameera. Kanaaf qormaanni baranaa dandeettii manneen barnootaatiin kan murtaa'u ta'a jedhameera. Bu’aa qormaataa saffisaan beeksisuu, qormaata nageenya qabu kennuu, dogoggora hir’isuu fi kkf irraa kan ka’e qormaanni onlaayinii kenniinsa qormaataa keessatti gahee olaanaa akka qabu agarsiifameera. Balaa addaan ciccituu intarneetii fi ibsaa waliin walqabatee dhufu hir’isuuf Itiyoo Telekoom waliin ta’uun hojjechuun jenereetaroota dhaabbilee qorannootiin dhiyeessuun akka ciccitiinsa ibsaa irraa of eeguun akka danda’amu ibsameera. Ibsichi barattoonni qormaata onlaayiniitif kompiitara qormaataa fidanii akka dhufan dirqisiifaman jedhu dhugaa kan hin taanee fi Ministeera Barnootaatiin kan hin mirkanoofne ta’uu ibseera.

Qormaata Kutaa 6ffaa, 8ffaa Fi Kutaa 12ffaaf Qophiin Xumurame – BBO Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera. Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamuufi qormaata biyaaleessaa kutaa 12ffaaf qophiin kan xumurame ta’uu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo ibsaniiru. Oromiyaatti bara kana barattootni kuma 246 ol qormaata kutaa 12ffaa kan fudhatan ta’uu eeraniiru. Akka Naannoon Oromiyaatti bara kana qormaanni kutaa 6ffaa yeroo jalqabaaf kan kennamu yoo tahu, Barattoonni kutaa 6ffaa kumni dhibba 731 fi 955 kan qoraman ta’uu himaniiru. Yeroo ammaa Qormaanni giddu gala wiirtuu qormataa hunda qaqqabee jiraachuu kaasuun qophiin qormaataaf taasifamu xumuramuu ibsaniiru. Akka Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 11.6 ta’an barnootaa irratti argamu jedhan. Gama Onlaayiinin Magaalota Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu fi Jimmaatti Barattoonni shaakala ga’aa taasisanii jiraachuus kaafameera. Kanneen hafanis, Yuuniversitiiwwan Oromiyaa keessa jiranitti shaakaluun ga’umsi isaanii erga ilaalamee gama onlaayiniin kan qoraman ta’uu dubbataniiru. Waliigala naannichatti barattoonni miiliyoonni1 fi 651 ol qoramaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf qophiin xumuramuu himaniiru. Qormaanni kutaa 6ffaa Caamsaa 29 fi 30 akkasumas qormaanni kutaa 8ffaa waxabajjii 4 fi 5 akka kennamu ibsuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

Oromia Education Bureau: ​Sirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha &&&&&&&&&&&&&&&&&& BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_ Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru. Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru. #BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun, #HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII #Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu, #Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun, #Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaa’e akka qopheesaniifi #Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee ''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru. Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame. ----------- BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun; - Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an, -Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf, - Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf. - Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf. - Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha. IQSTS kan hojjatus dameewwan; #Akkaadaamii #Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera. Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama. https://www.facebook.com/a/posts/429791103316244/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

​Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Manneen Barnootaa Sad.2ffaa  Gidduutti Gaggeeffame. @@@@@@@@@@@@@@@@@ BBO Ebla 12/2016 Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Sad.2ffaa akka naannoo Oromiyaatti gaggeeffame.   Waldorgommiin dhaddachaa kun yeroo 4ffaaf akka biyyaatti  kan gaggeeffamu yammuu ta'u, barattoonni manneen barnootaa gara garaa irraa walutti bahan abbootiin seeraa bakka argamanitti walfalmiin gaggeeffamee jira. #KAAYYOON_WALFALMII; #Barattoonni Hubannaa_Mirga namoomaarratti akka qabaatan waan isaan gargaaruuf #Haqa Ce'umsaa akka biyyaatti jalqabame hubannaa uumuun rakkoon karaa nagaan akka  hiikamuuf shoora isaanii hawaasa keessatti akka taphataniif kan isaan gargaaru ta'uu Yoo ta'u; Sagantaa Falmii Dhaddachaa kana Hog. I/ A/ BBO Dr.Galaanaa W/Mikaa'eel jalqabsiisaniiru. Barattoonni waa'ee mirga namoomaa, Waa'ee seeraas, Seerri yoo cabe yaada ofii ifaafi bilisaan dhiyeeffachuun akkamiin akka danda'amu hubanaa gahaa ta'e akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas hojiin xiyyeeffannoo barattootaa #Saayinsiifi_Teekinoloojii qofa osoo hintaane gama seeraanis xiyyeeffachuu akka qaban ibsaniiru. BBOtti Ogeessi Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaafi Qindeessaa Sagantaa Walfalmii Dhaddachaa Obbo Marajjeen Mokonnon barattoonni falmii gaggeessan kun gahumsa isaaniifi ofitti amantummaa isaanii daran akka dabaluuf ibsaniiru. Akkasumas gama seeraafi haqaanillee cimanii akka bahan gochuuf kan gargaaru ta'uu himaniiru. #Akka walii galaatti Waldorgommiin kun dorgommiirra darbee barattoonni dhimma mirga namoomaarratti kan xiyyeeffatu waan ta'eef dhugaa baasuurratti  Ce'umsa Haqaa biyyi keenya irratti hojjetaa jiru hawaasaafi hawaasa gidduutti rakkoo yeroo gara garaa uumamuuff mootummaafi hawaasa gidduutti hariiroo cimaan  akka uumamuufis shoora guddaa taphata.

Qarshii Dabalataa Argachuu Barbaadduu Akkas Taanaan Link 🔗  armaan Gadii Tuqaa Hojii Ykn Barnoota Keessan cinatti Qarshii hojjadhaa. https://t.me/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId6757427769 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸  2k Coins as a first-time gift 🔥  25k Coins if you have Telegram Premium

​QORMATA BARA 2016 #1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi #2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama. ------------------- BBO-Ebla 30/2016 #1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% . #2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50%  ta'a          #DHAAMSA! #_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba, #_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu, #_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu, #_Maatiin barattootaa  ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu, #_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti.

#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun  ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo.  Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite  Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/BBOromiya

Guyyaan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa ifoomeera. Guyyaan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 barattoota saayinsii Hawaasaaf Adoolessa 3 hanga Adoolessa 5tti, barattoota saayinsii uumamaaf Adoolessa 9 hanga Adoolessa 11/2016 yoo ta'u, qormaatichi toora interneetii fi waraqaan yuunivarsitiiwwan keessatti ni kennama. Qorattoonni saayinsii hawaasummaa waraqaan fudhatan Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 01, 2016tti, saayinsii uumamaa ammoo Adoolessa 6 Adoolessa 7, 2016tti gara yuniversitii ni seenu jedhameera.