cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Mostrar más
Finlandia2 607El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad56 288
Publicaciones publicitarias
1 390
Suscriptores
+224 horas
+137 días
+6530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
✝ Surran isaa gudda Surran saa guddadha na gargaaruuf dhufe maqaa isaa osoo waammin ani yoomin rafe Mika'eli jennaan jireenyi koo ife X2 Naanno koodhaabdertaa utubaa ifaakee Dukanni Adunyaa akkamiin na danqe Mika'eel eegaakoo koottumee garakoo Sihiin narra dabra xoofoon dhiphina koo Xalayaa badiisaa kan bahiraanini Situu jijjireefi siwaliin deemnanii Har'as kan si waamuuf ati wajjiniin jirta Xalayaa badiisaa jireenyati jijirta Ittisaa kan turte saboota Isra'eeli Har'as hoo sin waama koottu Mika'eeli Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu Humna Saxina'elii ati narra ifadhu
Mostrar todo...
Surraansaa guddaadha Falmataa Shibirruu (1).mp35.65 MB
"#Ani_Ergaama_Koo_Fuldaara Keeti #sifan erga("እኔ #መልአክን በፊትህ #እሰድዳለሁ")seera bahuu 23:20 🌹Faarsa 34:7 “#Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra #Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni #oolchas(ni #eegas). 🌹Seera Bahuu 23:20_22 "#Kunoo, ani #karaa irratti akka si #eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa Koo si dura nan erga. ✍#Atis_of_eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. #Maqaan_koo isa keessa waan jiruuf, inni #irra-daddarbaa kee siif hin #dhiisu, ati isaan mormitee irratti hin ka'in. 👏#Dubbii_isaa ba'eessa gootee yoo #dhaggeeffatte, #waan_ani sitti #dubbadhu_hundumaas yoo goote, #ani_diina_keetti #diina_nan_ta'a, warra siin mormaniinis nan morma. #Hangaftii_Ergaamota_Qulqulluu_Mikaa'eel #Baahiraaniif xalayaa du'aa #if jechuun gara #jireenyatii akkuma jijjiire.... #Afoomiyaan_si'ilii keen qorumsaa #Seexanan reebamuu irraa akkuma oltee..... #Yaa_Ergaama_Qulqulluu #Mikaa'eel jireenya keenyaa keessatii #qorumsaa nu mudaatu hundaa irraa akkaa nu eeguu fedha Fi jaalala #waaqayyoo nuf haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf Waaqayyoof galanii haa ta'uu." Baga geeessan #Ayyaana_Gaarii
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Maaliif_dhaabbaatanii_Samii keessa ilaaltu"? H/erg 1:11 Jecha Kana Kan dubbate #ergaamota. Kunis guyyaa ol baay'insa #Kiristoos jechudha. H/erg 1:11"#Ergamoonis Isin namoota Galiilaa, maaliif dhaabattanii #Samii keessa ilaaltu? Iyyaasus inni isin biraa gara #Samiiti olbahe kun, akkuma amma gara samii olbahu isaa argitan kanatti immoo, deebi'ee in dhufa" jedhaniin . 🌹@#Ergaamonnii_Waaqayyoo Maaliif dhaabachuu duuka bu'oota gaafatanii? ➡️#Kiristoos olbahu isaa akkaa lalaabaniif #Ergaamoonii akkuuma du'aa ka'uumsa isaa dursaa lalaban olbahinsaa isaa lalabaanii akkaa lalabamuu taasisaniiru Mat. 28:6-7 🌹#Ergaamoonii akkaas jedhanii "#Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa. Ammas #dafaa dhaqaa bartoota isaatti, 'Inni du'aa ka'eera, kunoo, inni isin dura #Galiilaa in dhaqa, achitti isaa ni argitu jedhaatii himaa. Kunoo, #ani isinitti himeera" jedhanii. Kanaf #Ergamooni_duuka bu'ootaf akkuuma #lalaban yeroo kamiiyyuu nu #dursuun isaanii nuf ragaadha. S.bahu 23:20"#Kunoo, ani karaa irratti akka si eeguuf, #iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa si dura nan erga.” ➡️#Addunyaa guututi deemanii akkaa lallabaniif ✅ Isaanis Kan gidduu isaanii hir'ate bakkaa buusun #tajaajila isaanii adduunyaa guutu geesisan. Bakkaa yihudaa #Maatiyaas buusun #tajaajila isiin caalatii ciman. Mat 28:19“#Egaa dhaqaa, maqaa #abbaa , #ilmaafi kan #afuura qulqulluutin isaan cuuphuudhaan, saba #hundumaa_bartoota koo godhaa”jedheniirre #kiristoosis Kanaf maatii #waaqayyoo nuti #amantaa keenya keessatii dhaabachaa jira moo wanta jedhamne akkaa #duuka bu'oota raawwacha jira??? Nuti har'a ✅#Gaabbii galaa ✅#Icciiti raawwadha ✅#kadhaana jabbaadha ✅#sagalee waaqayyoo dhagaahaa ✅Kan #sagalee waaqayyoo hin dhageenyee dhaagesisaa yoo jedhamne dhaabachaa jira moo raawachuf ariifacha jira??? 🌹#Duuka bu'oonnii yoo dhaabbatanile hara #Samii ol ilaalu ture jechuu #yaadni isaa waa'ee kiristoos ture . #Nuti hoo #eessaa ilaala Jira laata??? #Abboonii yeroo hundaa yaada #laphee keessan #Samii taasifadha jedhuu. "Kan #waaqayyoo Kan ta'e #sagalee waaqayyoo ni dhagaha" #Waaqayyoo laphee sagalee isaa #dhagahu nuf ta'a kennuu. https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

“#Waaqayyo_gooftaan sagalee gammachuutiin, sagalee #fiinootiinis ol #ba'eera.(#አምላክ በእልልታ፥ #እግዚአብሔር #በመለከት ድምፅ #ዐረገ።)Faarfannaa 47: 5 "#Samiirraa irraa #humna hamma argattanitti #Iyyeerusalem keessa turaa" Luq 24:49 #Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos guyyaa 40 ti yeroo #olbahuu duuka bu'oota isaati dubbate. Bakkaa nu turruu qabnu #iyyaarusalem ta'uu nuti himeera ➡️#Iyyeerusalem Kan jedhamte ✅#1ffaa #Mana_kiristaana :Kunis wanta #kiristoos raawwadha jedhee of keessaati qabate jirti waan ta'efi Abbas #inxooniyoos akkas jedhu "#Namnii #Mana_kiristaana #haadha hin godhane #waaqayyoo_Abbaa hin ta'uuf" jedhuu. #Qulqulluu_yohaanis_afaan_warqees "#Mana_kiristaana alaa #fayyinii hin jiruu" jedhuu Kanafuu nutis #jireenya #kiristaana keenya Mana #kiristaana keessa ta'uu qaba ➡️#2ffaa #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaamii :#Iyyeerusalem jadhamti.. Duuka bu'oonnii #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaam qabatan Waan turanif afuurii qulqulluu akkaa bu'eef ni argana. H/erg 1:14“#Duuka bu'oonnii hundinuu dubartoota tokkoo wajjin, #Maariyaam haadha #Iyyasuus, laphee tokkoon kadhataaf of kennanii turan.” Kanaf #ishee qabane akkaa duuka bu'oota eebbaa Fi kennaa #afuura_qulqulluu ni argan. #Ishee is #dhaloonii_hunduu na galateffatuu Waan jette...#Nuti ni #galattefana. Maatii #waaqayyoo Hanga dhumaatii #Iyyeerusalem keessa ture tajaajiltota Mana isaa nu has taasifatu. https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Jaalalli kankee /ፍቅርህ ማረከኝ/ Jaalalli kankee  booji'eera jireenyako Waaqayyoon anaaf qorichakoo Jaalalli kanke booji'eera barootakoo Dhiiga qulqullu ken bitameera Addunyaa dhiise sin tajaajila Duutike jireenya naaf ta'eera Dhiphachuu keetin bayyanadheera Kabaja keetif ka'een faarfadha Hanga humnako ol siqabadha Kabaja keetif ka'een faarfadha Hanga humnako ol siqabadha Laftiifi samiin haa ililchani Galannii sif haa gahuu jedhanii Qulqullumma kef fakkatti hin qabdu Goofta nabiraa galata hin dhabdu Qubnikoo bagana sif tarreessa Halkanif guyyaa an sin waaqessa Qubnikoo bagana sif tarreessa Halkanif guyyaa an sin waaqessa Si'iin ilaale sodaate diinni Fuula kee kufu sif sagadanii Akkana kuno Goofta jechuuni Hunduma moota ati jaalalaani Si'iin of jajne uuma keenyani Oolcha kan ta'ee mootidha inni Si'iin of jajne uuma keenyani Oolcha kan ta'ee mootidha inni            
Mostrar todo...
Jaalalli Kan Kee Naatnaa'eel Boggaalaa (1).mp34.33 MB
_Jaalalli_Kan_kee_Booji_eera_Jireenya_koo_ፍቅርህ_ማረከኝ_በሕይወቴ_በዘመኔየ.m4a9.99 MB
#Naa Duuka_Bu'ii #ተከተላኝ) Yoh 21:19 #erga du'a ka'e boodadha Yoh. 21:15- 🌹Simoon #Phexrosiin, "#Simoon ilma #Yohannis isa warri kun na #jaallatan caalaa ana jaallattaa ree?" jedhe; #inni immoo, "Eeyyee #gooftaa Akkan si #jaalladhu atuu in beekta" jedheen. #Iyyasus deebisee, "#Ilmoolee koo bobbaasii" jedhe. 🌹Si'a #lammaffaas #Iyyaasus "Simoon ilma #Yohannis, ana jaalattaa ree?" jedheen; yommusis inni, "Eeyyee #gooftaa Akkan si #jaalladhu atuu in beekta" jedhee deebiseef. #Iyyasuus immoo, "#korbeesota koo eegi" jedheen. 🌹 Si'a #sadaffaas_Iyyasus "Simoon ilma #Yohannis, ana jaalattaa ree?" jedheen. #Phexros immoo waan inni si'a #sadaffaa "#Ana _aalattaa ree" ittiin jedheef in gadde; deebisee immoo, "#Gooftaa, ati waan hundumaa ni beekta; akkan si #jaalladhus atuu ni hubatta" jedheen; #Iyyasus immoo, "#Hoolota_koo bobbaasi" 🌹Kanas #Iyyasus_kiristoos #fakkeenyuman isaati dubaate... A.#ilmoollee kan jedhaman ➡️kanneen #amanta isaaniin gana #jabaacha jiran ykn gara #kiristoos_amanutii dhufaanii eegu akkaa qabu ibsaa B.#Korbeessota kan jedhaman ➡️kanneen #amantan jabaatan eeguun akkaa eegun barbaachisadha. C.#Hoollota kan jedhaman kanneen #jireenya isaanii guututi #kiristoos taasisata bobbaasu akkaa isaa barbaachisuu hubachise.... 🌹Karraa biran ammoo #ilmoollee , #korbeessota fi #hoollota kan jedhaman #dubartoota 36, #ardiiti 72, #duuka bu'uuta 12....eegu fi bobbaasu akkaa isaa barbaachisu #waaqayyoo #pheexiroosiiti dubbaate..... kun ammoo har'af fakkeenya fi barumsaa nu haa ta'uf... 🌹Nutis har'a #dhuguumatii #Iyyasus_kiristoos yoo jaalanee #hoollota isaa eegu fi bobbaasu akkaasumas kaanneen #hoollota isaa hin tannee hoollota isaa taasisu qaban jechudha. Yoh 14:15 "#Isin yoo na #jaallattan abboommota ykn ajjaajota koo ni eega” jedha #kiristoos kanaf wanta innii #eega jedhee fi #raawwadha jedhee raawwcha jiraree nuti????......#dhugumaati mee gaaffii kan ofii keessanii #ofii deebisa..... #Qulqulleeti_Dubaroo_Maariyaamiis akkaas nun jettii Yoh 2:5"#Wanta innii #isiin jedhee #hundaa raawwadha" ..... #Waaqayyoo nuti #ijoolleen isaa #ajjaaja isaa eegneefi raawwannee #tajaajiltu mana isaa akkaa tanu fedha fi #jaalala isaa nuf haa ta'u. https://t.me/firiqulqulloota #Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Gara_mirgaatin kiyyoo keessan #darbaadha ni #argatu"Yoh 21:6 kanas kan dubbaate #kiristoos erga du'a ka'e booda yeroo #sadaffaa yeroo isaaniti mula'atedha. Yoh. 21:1-6 🌹Kana booddee #Iyyasuus ciisa bishaan #Xiberiyaados bukkeetti ammas #bartootatti of mul'ise; akka kanatti aanee jirutti of mul'ise. 🌹#Simoon_Phexros, #Toomaas inni "Diidimos" jedhamu, #Naataanaa'el inni Qaanaa Galiilaa, ilmaan Zabdewos lamas bartoota warra kaan keessaa walii wajjin turan. 🌹Yommus Simoon Phexros, "#Ani_qurxummii qabuu nan dhaqa" isaaniin jedhe; isaanis, "#Nuyis sii wajjin ni #dhaqna" jedhaniin; gad ba'anii bidiruu yaabbatan. #Halkan sana garuu waan tokko hin qabne. 🌹Erga barii'e immoo #Iyyasuus qarqara bishaanii dhaabatee ture; #bartoonni garuu #Iyyasuus ta'uu isaa hin barre. 🌹 #Iyyaasuus yommus, "#ljoollee_Qurxummii waa of biraa hin qabdanii?" isaaniin jedhe; isaan immoo,"#Waawuu"ykn hin qabnu jedhanii deebisaniif. 🌹Inni immoo, "#Bidiricha bukkee gara #mirgaatiin kiyyoo #darbadhaa ni#argattus" isaaniin jedhe. #Isaanis kiyyicha darbatanii, baay'ina #qurxummii irraa kan ka'es isa #harkisuu dadhaban." Gara #mirgaatin_darbaadha jechuun #yaada keessan #ana irraati #gata ykn anati #amana jechuudha. #Isaanis amananii #qurxumii barbaada bulan yeruuma #tokkicha argata. 1Phe 5:6-7 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 🌹 #Waaqayyo yeroon isaa yommuu ga'u akka ol isin qabutti, #harka isaa isa #aango-qabeessa jalatti gad of deebisaa. 🌹Inni #isiniif waan yaaduuf, #yaaddoo keessan #hundumaa #Waaqayyotti #gataatii dhiisaa." #Dhugumaati baratooni isaa yeroo #yaada isaani isaa irraati gataaniti ykn #amananiti_kiyyoon isaani #guute ol $fuudhu dadhabani jedha. Maatii #waaqayyoo har'a nutis #yaada keenya hundaa #waaqayyoo irraati yoo gane inni #wanta nuf barbaachisu nuf kennaa. #Waaqayyoo_baratoota isaaf #akkaa_of mul'ise har'as #arjumaa ,#jaalala fi #nageenya isaa #nuf haa kennuu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu ."
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

#ደብረ_ምጥማቅ (Tulluu #Miixmaaq) 🙏 #Caamsaa_21 kabajama. Guyyaa kanatti haati keenyi qulqulleettiin #Dubroo_Maariyaam biyya Gibxi tulluu #mixmaaq jedhamuu irratti gululaata bataskaana maqaa #isheen ijaaramte irratti markaba #ifa fakkaatuun guyyaa itti muldhattedha. #Namootni baay'een warreen #Kiristaana ta'aaniif warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Ishee waliiniis #ergamootnii fi #qulqullootnii ni jiru ture. #Ergamootnis akkas jechaa #galateeffatuun ture, "#Waaqayyoo_Abbaan samii irra ta'ee ilaalee, kan akka kee ta'u garuu hin arganne; #ilma isaa tokkicha gara kee erge,innis sirraa #nama ta'e." #Qulqullootni_wareegamtoonni hunduu gara ishee dhufanii kabaja #isheef ni sagadu ture. #Warreen achi turanis isheedhaan #eebbifamaa turan, kan #abbaa fi #haati jalaa du'e, gara ishee dhufanii #haadha koo ykn abbaa koo nuuf agarsiisi yeroo jedhan ni agarsiistiin turte. #Maarraba isaanii gara haadha keenyaa kanneen darbataniis jiru ture. #Isheeniis kan jaallatte ofitti fudhachaa deebistee kennitiif ture. Isaaniis eebbaaf ni hiratu ture. #Haaluma kanan guyyaa #shaniif Kiristaanootnii fi warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. #Muldhatni haadha keenya tulluu #mixmaaq jedhamutti muldhatte kun agarsiisa #araarsummaa haadha keenyaa fi namoota #ilma ishee #Kiristoosiin amananiif #abdii kan itti agarsiistedha. #Warreen ishee arganiis akkuma #Qulqulluu_Daawiit faarfatee, ishee dhaan akkas jedhanii galateefataniiru. 🌹🌹🌹Faarf. 87፥2-3 "#Waaqayyo iddoo buufata Yaa'iqoop hunduma caalaa mandara Tsiyoon karra ishee wajjin ni #jaallata. Yaa mandara Waaqayyoo, #wanti_ulfina-qabeessi waa'ee keef ni dubbatama." Har'as #Araarsumaa fi #Eebbii haadha keenyaa Dubroo Maariyaam Hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
Mostrar todo...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.