cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qananiisaa Show

Gorsaf Qoorsa U/islaamaa

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
218
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
📃🖊. Dhimmoota 5 Gurguddoo Towhiidaa fii Faallaa isa sirritti beekuuf ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈ ۞. Yoo Nama Dhugumaan Towhiidaa fii Faallaa isaa beekuu fedhu taate; 1.Towhiidni Rasuulli ﷺ itti Waamaa ture Maalii fii kam akka ta'e beekuu qabda. ★.                                         2. Shirkiin Rasuulli ﷺ irraa ummata sodaachisaa ture sun maal akka ta'ee fii Dhimma kam keessatti akka ta'ee Gad seentee beekuu qabda. ۞                                         3. Haala Mushriktootaa kan Rasuulli ﷺ keessatti ergamee,akkamitti akka ibaadaa raawwataa turan,Maaliin ibaadaa gochaa akka turanii fii haalli isaan gabbaramtoota isaanii wajjiin qaban Maal akka ture beekuu qabda. ۞                                      4. Ibaadaa Dhimmi towhiida irra naanna'uu fii isiirra marsu sana beekuu qabda. Hiikkaan ibaadaa Maali? Wanti Rabbiin yeroo baay'ee  bakka baay'eetti itti nu ajaje sun Maali? " Allaahaa  qofa  gabbaraa isatti waa hin qindeessinaa"   ﴿وَاعْبُدُوا اللَّهَ وَلا تُشْرِكُوا بِهِ شَيْئًا﴾ [النساء:36] Hiikkaa ibaadaa beekuun bakka gudda hangana hin jedhamne qaba. Haqiiqaa fii Maalummaa ibaadaa hubachuu dhabuun gara qaawwaa fii hir'ina towhiidaa fii shirkii hubachuutti nama geessa.۞                                      5. Garaagarummaa towhiida Rabbummaa fii towhiida uluuhiyyaa jidduu jiru itti dhaqqabdee beeku qabda. Isaan lamaan jidduu wal hammachuun jiraachuu fii Maalummaa wal qabachuu fii wal hammachuu isaan lamaanii bira gahuu qabda. Dhimma kun akkaan barbaachisaadha. Irra hedduun waliin dhawa mushriktootaa durii fii ammallee Gama dhimma kanaa fii gama towhiida lamaan walitti Makuutiini. ".۞                                   ◈. Yaa akhii /wayaa ukhtii Dhimmoota Shanan kana hubachuu,sirriitti beekuu fii Namallee beeksisuuf tattaafadhu. ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈ 🎙Sheikh Salih Sindii-hafizahullah 📓Sharh Qawaعid Al-arbaع. ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈
Mostrar todo...
04:08
Video unavailableShow in Telegram
كيف تصوم رمضان بشكل مختلف عما سبق؟ ! #الشيخ_سعد_العتيق
Mostrar todo...
21.51 MB
🍂🍂. Salafiyyaa Jechuun Maal Jechuudha?. 🍂🍂. Salafiidha jechuun Warra Qur'aanaa fii Sunnaa hubannaa warra Gaggaarii (Rasuulaa fii sahaaboota isaa) nu dura darbaniitiin hubateedha. 🍂🍂.السلفيون هم الذين يتمسكّون بالكتاب والسنة على فهم النبي وأصحابه.... 🍂🍂 Akka Nabi Muhammadii fii Sahaabaan hubatanitti yoo Qur'aanaa fii hadiisarraa hubannee Jala deemne (hordofne) hundi keenyaawuu Salafiyyoota. 🍂🍂. Salafatti Irkaatuuniis ni jira, Salafiyyii ofiin jechuuniis ni jira. Haa ta'uu malee kijibaan yoo jedhan immoo ,San kijibaa Diin waan jedhamuu miti. " من كلام الشيخ حفظه الله تعالى. 🍂🍂 اللهم احينا وأمتنا على منهج السلف ... .. 🍂🍂. شيخ موسى سآلا حفظه الله ووفقه.
Mostrar todo...
*|[ Boonni Yakka Guddaadha. Qiixaxa silaa warri boonu san isa beekee akka malee akkaan akka nama Bineensa gaaraa beelaawaa caccabsaa irraa baqatutti isiirraa baqatu isaan qixaaxa. *|[ Guyyaa Qiyaamaa salphifamoo godhamaniiti kaafamu. Hadiisa Keessatti " Guyyaa Qiyaamaa Warri boonu; akka mixii suuraa Namaa qabdu kan karaa hundaan salphinni [xiqqeenyi] isaan haguuge ta'aniiti Kaafamu ]|* jechuutu jira. Tirmiziitu Gabaase. ✍🏻Sheikh Abdullah Al-anqari-hafizahullah.
Mostrar todo...
Irra guddoon hojii keetii eega TOWHIIDAAtii ;Salaata yeroo isaa keessatti Eeggattee Salaatuudha. Yaa garbicha/ttii Rabbii Gaafa Salaata kee haddiyyeeysitee Rakkiste Mee Maalumaatu Siif hafe. #NourTweet https://t.me/shaafiimuhammad99/2140
Mostrar todo...
📃🖊 *|[ Rasuulli ﷺ akkana jedhan" irra caalaa namaatirraa namaa umriin isaa dheeraattee hojiin isaa tolteedha.]|*🌺🍁 📓صحيح الترغيب ٣٣٦٤ 📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ] #NourTweet https://t.me/shaafiimuhammad99/2139
Mostrar todo...
*|[ Niyyaa Gaarii qabaachuun siif dhaama. Niyyaan Gaariin hundee Kheeyrii hundaati. ]|* الإمام ابن باز رحمه الله حديث المساء صـ٣٦
Mostrar todo...
Irra guddoon jaalalaa Rabbii jaalachuudha. Rabbi jaaladhaa,Wanta Rabbiin Jaalatu jaaladhaa,Wanta Rabbiin Jibbu Jibbaa; Mi'aa iimaanaa Dhandhamtuu. Jaalalti rabbii wanta Sadii keessa jirti. Isa jaalachuu,Wanta inni jaalatu jaalachuu fii Wanta inni jibbu jibbuudha. ✍الشيخ صالح العصيمي حفظه الله #NourTweet https://t.me/shaafiimuhammad99/2138
Mostrar todo...
*|[ Yaa Rabbi ! Dardaraa fii shamarran hundaaf fuudhaafii heeruma laaffisi. Kan fuudheefii heerumees isaan gammachiisi ilmaan gaggaarii kenniif. Hiikaamtuu hunda waan irra caalu bakka buusiif ]|*
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.